#jireenya_Aadde_Tamuunee_ilaalaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 188

  • @sinbooshawaa4307
    @sinbooshawaa4307 2 года назад +2

    Waqayoo bara jirenya kee haa Ebisuu Ebbifami mucaa kakuu ayani adda sif haa kenuu waqayoo Ebbifami Amanuyeli waqayoo si haa Ebisuu ❣️❣️❣️❣️🙏🙏🙏🙏

  • @Tiji-gh9py
    @Tiji-gh9py 7 месяцев назад +1

    Sanyii xafiin facafamee firiin isaa boqolloo hin ta.uu❤jabadhuu Amoo❤sanyii facaftef firii isaa Arkaa waqayoo keessaa jiraa jabadhuu jabadhuu 🙏🙏🙏

  • @jiituuoromoo860
    @jiituuoromoo860 2 года назад +5

    Nama jabaa koo
    Gooftan bara jireenya Kee haa
    Ebbisuu ebbbaf tahi ♥️💞😢😢

  • @GadiseHambisa-xl9wk
    @GadiseHambisa-xl9wk Год назад

    Amee waaqayyo barake jireenyake ha eebisu Ayyanasaa amayu waaqayyo gooftanko sif ha dabalu❤️❤️❤️❤️

  • @kaakuu6326
    @kaakuu6326 Год назад

    Uuuùuuùùfeeèè waaqayyoo bara kee jireenya kee maatii kee firaa kee lammii kee haa Ebbisuu Ebbifamaa nama waaqayyoo

  • @YasheMulati-dc2cy
    @YasheMulati-dc2cy Год назад +1

    Goftan barakee.hahebisu. ebifami 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 2 года назад +2

    Uuuuuuuuuuufffff 😭 😭
    Waaqayyoo baara jireenyakee haaebisuu Atii nama wqytii!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!💔❤🥰🥰

  • @samidtr3200
    @samidtr3200 2 года назад +2

    Waqayyoo ammayyuu bara jireenya kee haa eebbisu amoo hojii gariidh jabaadhu ufff gara keenyaa sitti boqote nuf jiraadhu!

  • @ialiseefita997
    @ialiseefita997 2 года назад

    Ebbifamaa dachaa waqqayyoo goftaan baraa fii jirenyaa kesanii haa ebbisuu ebbifamaa dachaa dachaa

  • @kebeeksanyiihaccee3563
    @kebeeksanyiihaccee3563 2 года назад

    Waqayyoo baraa kee hundaatii sii haa ebbisuu ebbifamii dachaa barrii jireenya kee haa ebbifaamuu

  • @MasaratMasarat-wn1vb
    @MasaratMasarat-wn1vb 8 месяцев назад

    Ufiiiiiiiiiiiiiiiiii waqqayyoo siin haa ebbisuu ebbiffamaa kenyaa namaa waqqayyoo bayye SII jalana

  • @GoldenX-j5f
    @GoldenX-j5f 9 месяцев назад

    Amaanu'eel barafi jireenya goofta sii ebbifami ❤❤😢

  • @jikogeno5179
    @jikogeno5179 2 года назад

    Amuukoo waqayyoo gatiikee akafaluuu uuuufffffiii sila nmami akasii jiramoo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @abaydaraje6872
    @abaydaraje6872 Год назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifamaa 🙏 👏👏👏😭😭😭waqayo garidha Ameen Ameen

  • @imuyeeurgee1719
    @imuyeeurgee1719 7 месяцев назад

    Namaa waqayoo waqayoo koo sii yebisu ebifami barii kee jirenya kee yebifamu ❤❤

  • @procell7301
    @procell7301 2 года назад +1

    Uuuuuuffff anii wanan siin jedhuu hiin qabuu motiin waaqaaf lafaa baraa jirenyaa kee gutuu harkaa saa waranaa mee irratii sii haa batuu♥️♥️♥️😭😭😭😭😭🎧🙏🙏🙏🙏

  • @hawwiitolaa1919
    @hawwiitolaa1919 2 года назад

    Eebbifame waqayyoo baraf jireenyaa kee haa Eebbisuu

  • @dannabacalo2183
    @dannabacalo2183 2 года назад

    Waaqayyo baraaf jireenya keeps has Eebbisu Eebbifami darabi deemi

  • @Qananii12345
    @Qananii12345 9 месяцев назад

    Farf,Amanu,el waqayyoo baraf jireenyaa ke ha ebbiisuu ebbiifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢❤❤

  • @ZoneCell-yc1xs
    @ZoneCell-yc1xs 18 дней назад

    Uuuuuuuuuuuufffff uuuuuuuuuuuufffff Waaqayyoo koo malloo mucaa babalii banama sirati habanuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Shno-jf3zn
    @Shno-jf3zn 7 месяцев назад

    Mucaa nana waqaayuumti motumasatif sin dhabin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hessaalmansoori4254
    @hessaalmansoori4254 2 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔Uuuuuuuuuufffffffff ebbifamiiii tiruuu koo goftaaan sii haa ebbisuuuuu

  • @asterethiopia6404
    @asterethiopia6404 2 года назад

    Uuuufffffffeeeeee waaqayyo waaqara isiin haa Eebbisuu maqaa yesuusin baraf jireenyaa keessaan haa Eebbisuu😭😭😭😭😭😭

  • @Zeinashabarah
    @Zeinashabarah 2 месяца назад

    Amu Ko waqayoo Bara jirenya ke aebisu ❤️

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 2 года назад

    Waaqayoo goftaan baraaf jirenyaa kee dachaa Haa Eebbisuu Eebbifamii Qaxalee koo

  • @bahar5994
    @bahar5994 2 года назад

    Waqayyo dadabaale sii ebisuu namaa waqayyo motumaa isaa sif haa bayyisuu ebifamii

  • @nimonatube6486
    @nimonatube6486 2 года назад

    Uuuuuuuffffffeee 😭😭😭😭😭😭
    Amaanii koo waaqayyoo sihaa eebbisu
    M/aannoo Biyyaa koo ♥️♥️♥️🥰

  • @bontuabdiniijiraa5110
    @bontuabdiniijiraa5110 2 года назад

    Waqayoo barafi jirenyaa kee haa ebisuu uuuuuuuf yesusi sif salphadha

  • @Biiftuu507
    @Biiftuu507 2 месяца назад

    Ebifamaa gatini kesanii waqaa ha basuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @wodehord7063
    @wodehord7063 2 года назад +1

    ወንድሜ እግዚአብሔር አምላክ ረጅም እድሜ ና ጤና ይስጥህ ብድራትህ እግዚአብርሔር ይባርክህ

  • @randashi7815
    @randashi7815 2 года назад

    Waqqayyoo.barafii.jirenyaa.kee
    Haa ebisuu.amanule

  • @senaakoo7299
    @senaakoo7299 2 года назад +1

    Urmii dheradhaa obosaa koo 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️🕋🌹🌹🌹🌹

  • @demeniwageri215
    @demeniwageri215 2 года назад

    Waaqayyoo bara jireenya kee haa ebbisu ebbifami

  • @salamaktbi3350
    @salamaktbi3350 Год назад

    Uuuffee annoo biyyakoo naamaa waaqayyoo goftaan guddaa si haa ebbisuuuuuu ammaalee mul taa kanaa sif haa baayisuuuuuu❤❤

  • @dibooraa129
    @dibooraa129 2 года назад

    Ebifamii Waqqayyoo baraa Jireenyaa kee yaaebisuu dabalee sabalee

  • @saboontuoromowallaggahedit1107
    @saboontuoromowallaggahedit1107 2 года назад

    Uuuuuuuuuufffffeeeeeeee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 waaqayyoo saa eebbisu eebbiifamii mucaa kaaku eebbiifamii ❤❤❤❤❤❤

  • @burte95
    @burte95 Год назад

    Uuuùuuuuuuuufffffffffff hooma hin jeedhuu waqayoo gaatti kee sif haa deebbisuu jabaadhuu jabaa mucaa waqayoo

  • @MitikeTadese
    @MitikeTadese 8 месяцев назад

    Uuuuuuffff maaliin jedha waqayyoo siihaa ebisuu .akkaa ati namaaf dhabatu waqayyoo siif haadhabatu

  • @diribajalkaba9491
    @diribajalkaba9491 2 года назад

    Amanu'el jabaadhu hojii baayee namatti tolu, waaqayyoo biraatti immoo fudhatama guddaa kan qabu hojjeechaa jirta jabaadhu gooftaan ayyaannna isaa siif haa baayisuu gattin kee immoo goonfoo jireenya bara baraa haa ta'u.

  • @lelonagi9555
    @lelonagi9555 2 года назад

    Obolechaa kenyaa Ebbifami dachadhani waqayo Abbaan bara jireenya kee haa ebbisuu Maqaa Yesuusiin uuuuuuffffffffyyyyyyyyyeeee hadhookoo waqayo gaaridhaa jabadhuu hadhoo KO waara human hin qabane Yesuusiin jiraa 📖📖📖😭😭😭

  • @callcall8016
    @callcall8016 2 года назад

    Waqayyoo baraf jireenyaa kee haa Ebbisuu

  • @jitum6269
    @jitum6269 2 года назад

    Uuuuuuuufffffff kaa waqayyoo baraa jirenyaa kee dachaa haa ebifamuu akkaa garaa koo sitii gamadee garaa waqayyoo baraa kee gutuu sitii haa gamaduu hadhoo koo ebifamii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @majdabushakra1636
    @majdabushakra1636 2 года назад

    Donni midian jirun kesan olhadabalu uuuuuuuuuuuuuuuffffffffffff✔️❤️

  • @lensiyadasa8091
    @lensiyadasa8091 2 года назад

    waqaaayyoo barafi jireenyii kee haa ebbisuu ebbiifami dhugaa ♥️♥️♥️♥️♥️

  • @emebet9976
    @emebet9976 2 года назад

    Uuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭 goftaan dacha dacha sii ha ebisuu mucaa kakuu

  • @zaramusaendirszaramusaendi7936
    @zaramusaendirszaramusaendi7936 2 года назад

    Umuri dheradhuu obbolleessaa rabbii saa tiksuu🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🕋🕋😭😭❤❤🤲🏻🤲🏻

  • @sabontuoromoo5024
    @sabontuoromoo5024 2 года назад

    Waqayoo baraf jireenya kee haa ebisuu ebifami

  • @shuburenagasa5894
    @shuburenagasa5894 2 года назад

    Waqayoo bara jirenya ketifi bari kee yaa ebifamu🤲🤲🤲🤲🤲💗💗💗💗💗💗

  • @firiyotilamma6933
    @firiyotilamma6933 2 года назад

    waqayo barafi jirenya kesani yaebisu ebifammaa

  • @wel309b4
    @wel309b4 2 года назад

    😭😭😭😭😭waqayoo barafi jireyya ke ya ebisuu

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад

    Uuuuuuuyiii 😭😭😭😭😭 Waaqayyoo bara jireenya keesanii guutuu haa eebbisuu farfataa Amoo

  • @urgoonegese6686
    @urgoonegese6686 2 года назад

    Waqayoo baraa fi jirenyaa kee yaa ebisuu ebifamii

  • @GallaniGallani
    @GallaniGallani 2 года назад

    Uuuuuuuuu waqayo siin haa ebiisu ebifamii gatii ke waqayo biraa 😭😭😭😥😥😥

  • @hawii1034
    @hawii1034 2 года назад

    Uuuuuufffffff waaqayyo baaraf jiirenya kee haa ebbisu ebbifami ebba dangga in qabnne

  • @bonnitube8999
    @bonnitube8999 2 года назад +1

    Amuu koo ebbiifamii🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @fetiyakedir2679
    @fetiyakedir2679 2 года назад +1

    Bara.baran.umurinke.hadabaluu.womtu.sinargin

  • @AliAl-q1p
    @AliAl-q1p 4 месяца назад

    Waqayoo baraa kee jirenyaa haa ebbisuu

  • @yadanigetachoo8230
    @yadanigetachoo8230 2 года назад

    Waqayyoo bara jirenyaakee hundumatii sii haa Ebbisuu F/Amanuel👏💖💖

  • @bizuneshdinka7056
    @bizuneshdinka7056 2 года назад

    Uuuufffffff bayyee ebbifami ati carraa qabbessadha hojii waaqayyoo jallatuudhaa kuun

  • @hawwizawude2316
    @hawwizawude2316 2 года назад

    Waqayyoo baarfii jiirenyaa keesanii haa ebbisuu ebbifmaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @KhalilAlawie
    @KhalilAlawie 8 месяцев назад

    Gooftan bara kee jireenya kee haaebbisuu 🙏🙏

  • @WarqituCimdesa
    @WarqituCimdesa 5 месяцев назад

    Amee waaqayoo barake haebisuu😢😢😢😢

  • @zartihunalamayoo7496
    @zartihunalamayoo7496 2 года назад

    Waqayyoo baaraf jirenyaakee haa ebisuuu amookoo

  • @seenaafayisa6828
    @seenaafayisa6828 2 года назад +1

    Gutummaa bara kee waaqayoo siif haa ebbisuu ebbifami 😥🤦‍♂️🤲

  • @BooniiLataa
    @BooniiLataa 2 года назад

    Gooftaan si haa ebbisuu sami eebbifamii😭😭😭😭😭

  • @asterbaqqala8056
    @asterbaqqala8056 2 года назад

    Uuuuff waqayo Koo ob Kenya far --amanuel ebbifamii

  • @JituAmbo-h6z
    @JituAmbo-h6z 6 месяцев назад

    Akamitii gargaruu dadenyaaa

  • @tsahaayiwaagari3632
    @tsahaayiwaagari3632 2 года назад

    Waaqayo baara jiirenya kee hundaa haa ebiisu Ebiifami daacha ayaanasa siif haa daabalu

  • @kingksa5930
    @kingksa5930 2 года назад

    Uuuuuuuuuuffffffeeee waaqayyo goftaan isin haa eebbiisuu eebbifama nama waaqayyo

    • @zuzushow5586
      @zuzushow5586 2 года назад

      Uuuuuuuuuffffffffffeeeee😭😭😭😭😭😭😭

  • @fufalamessa4753
    @fufalamessa4753 2 года назад

    Ibroota6:10 Gatiin keessaan harka waayyooti!!
    Waaqayyo bara keessaan jireenyaa keessaan haa eebbisuu

  • @dibooraa129
    @dibooraa129 2 года назад

    Uuuuuuuuufffffffffffiiiii Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Uuuuuuuuufffffffffffiiiii Ebifamii Waqqayyoo siaa Ebisuu ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲✋️✋️✋️✋️☝️☝️☝️☝️

  • @lalisefufa4177
    @lalisefufa4177 2 года назад

    waqaayoo sii ebbesuu humrii dheraa sifi ha latu

  • @Chaltulemma-zy1li
    @Chaltulemma-zy1li 8 месяцев назад

    Uuuuuuuuufffffffff waaqayyomtii sa'ebisuu waanuuman jedhuu hin qabuu

  • @abarraash
    @abarraash 9 месяцев назад

    Gooftaa koo ayyan isaa sifaa baayisuu ❤😢

  • @biqiletube3130
    @biqiletube3130 2 года назад

    Waqaayyoo bara jirenyaa kee haa Eebbiissuu Eebbiifaamii Amoo 🥰🥰

  • @majdabushakra1636
    @majdabushakra1636 2 года назад

    Jiirenyi ke dachadhan siif hadabalamu rabbin siiha gargaru

  • @masrashgutata6910
    @masrashgutata6910 2 года назад

    😭😭😭😭😭🙆🙆‍♀️uuufffff adhoko ebifamii

  • @yerootube7833
    @yerootube7833 2 года назад +2

    Ajaa'ibadha,, waaqni isaan haa gargaaru.

  • @randashi7815
    @randashi7815 2 года назад

    Waqqayoon garidha.uuuuuffii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @boontuugelaa278
    @boontuugelaa278 2 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭Waqqaayyoo bakkaf jirenyaa kee haa ebisuu

  • @burteburte2985
    @burteburte2985 2 года назад

    Waaqayyoo bara kee jireenya kee haaebisu ebifam

    • @karizmamega524
      @karizmamega524 2 года назад

      🥰💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏

  • @gshssysy2473
    @gshssysy2473 2 года назад

    Uuuuuuuuuf 😭😭😭😭😭 waqayoo si haa ebisuuu🙏🙏🙏🙏🙏

  • @frishetgutema6006
    @frishetgutema6006 2 года назад

    Amoko Ebbifami uff hadhako bayyee sii jallataniruum🥺

  • @gadisenagasaa3823
    @gadisenagasaa3823 2 года назад

    Waqayoo baraa jirenyaa kee abbisuu

  • @Abarash-m8e
    @Abarash-m8e 10 месяцев назад

    ❤❤waqayoo
    Si.yaa.ebisu

  • @boontuugelaa278
    @boontuugelaa278 2 года назад

    Wayyyoo yaa fayaaaaa😭😭😭😭😭

  • @hawwiiyoutube5256
    @hawwiiyoutube5256 2 года назад

    Uuuuuuufffff 😭😭😭 waqayoo sihaa ebisuu 💔

  • @addis6256
    @addis6256 2 года назад

    Ebiiffamaa ebiiffamii baraa kee gutuuuu😭😭😭😭😭😭

  • @familytube6398
    @familytube6398 2 года назад

    Uuuuuuuuf ebifamii dachaa 🙏😭😭😭😭😭

  • @wardaw4455
    @wardaw4455 2 года назад

    Ebifamii dachaa Akkamitti sii argaachu danda'aa ykn bilbilaa kee

  • @سورميسورمي
    @سورميسورمي 2 года назад

    Mootummaa waaqayyooti sayadatu obbolleesa keenyaaf amaanuel

  • @tolashigammachuu9311
    @tolashigammachuu9311 2 года назад

    Waaqayyoo sihaa eebbisuu amaanule

  • @mulu1525
    @mulu1525 2 года назад

    Waaqayyoo sii haa eebbisu amo

  • @caaltuubaanchee8552
    @caaltuubaanchee8552 2 года назад

    Aaaaaaaaaaaaaaa Bayyen gadde
    Waaqayyo koo si haa galatu waan hundaafuu 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @patychekrallah1547
    @patychekrallah1547 Год назад

    😢😢waaqaayoo,siyaa,hagaragaruu

  • @wallaggakoo92
    @wallaggakoo92 2 года назад

    Waqayyoo saa ebbisuu uuuufffeeeeeeee abba miskinoota mucaa kaakuu hamaan sin argiin maalooo Bay.ee nama jabaa qaxalee mucaati dhugaa dubbachuuf seena gaarii hojechaa jirta galgallikee haa bareedduuu

  • @bontulove
    @bontulove 2 года назад

    Uuuuuuuuiffffff waaqayyoo baraa kee yaa ebbisuu

  • @alemituchalesa201
    @alemituchalesa201 2 года назад

    Wqyo kana caalaa hubannaaf ogummaa siif haa baay'isuu ,galgalli kee haa bareedu

  • @sharklink5863
    @sharklink5863 2 года назад

    Waaqayyo lubbu keef foon kee haa eguu obbeelessa koo otoo namni akka kee lafa irratti baay.ate maal ta.a umuri dheera siif ha laatu

  • @mucaawaqayyoo9894
    @mucaawaqayyoo9894 Год назад

    Waqayyoo sia ebbisuu guddaa