mana kana keessaa yoo na baasani Essaa akkan dhaquu hin beku.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 фев 2025
  • #sher#like#dooniimedia

Комментарии • 79

  • @goodluch2469
    @goodluch2469 3 года назад +1

    Waqayyoo baraafi jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii ebbifamii

  • @asnaqutefera4200
    @asnaqutefera4200 2 года назад

    Bayyeen barra garadhaf jiratuu kanatii namaf dhimuu ebifamuudha jabadhuu inii jababa te'a yasus si haa gargaruu.

  • @samikefale
    @samikefale 2 года назад +1

    barsiisa gooftaan keenya yesuus barsiisaa ture sana raawwachaa kan jiru si'idha.waaqayyoo badhaasa godhee kan akka kee nuuf kennuu isaatti guddaan gammada.yaa waaq dhaloota akkasii nuuf kaasi,

  • @obsinebeskisa
    @obsinebeskisa Год назад

    Amen Amen waaqayyo barafi jirenyyaakee haa ebbisu ebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @beezatujo338
    @beezatujo338 3 года назад +1

    Ameen Ameen Ameen Eebbifammaa waaqayyoo barf jirenya kesani yaa ebisu Eebbifammaa darba dema Eebafi taha muladhaa kanuma calati Ayaanaa isa isinf yaa bayatu maqa yesusin Eebbifammaa nama waaqayyoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jirrayesuus7738
    @jirrayesuus7738 2 года назад

    Waaqayoo bara kee yaa Ebbisuu Ebbiffamii bari jirenyaakee yaa ebbifamuuu

  • @hadijahadija9049
    @hadijahadija9049 2 года назад

    Ebifamii Waaqqayyoo Gofitaa Siaa Ebisuu Jabadhuu

  • @alam9556
    @alam9556 2 года назад

    Nama gaadisaa bayye waaqayyoo bara kee ishini akka oti qaadimoo akkami garigaruuni daama

  • @waqayoofurmatahundaatii167
    @waqayoofurmatahundaatii167 3 года назад

    Waqayoo goftaan macaa barafii jiirenyaa Kee haa ebiifuu ebiifamii mucaa kaakuu jabadhuu waqayoo kanumaa calaa sii haa gargaruu ebifaamii ebifamii

  • @wayinuubirboo6640
    @wayinuubirboo6640 3 года назад

    Uuff ebbifami waaqayyoo siiyebbisuu

  • @chaltuebiyo417
    @chaltuebiyo417 3 года назад

    Waaqayyo isiin haa ebbisuu ebbifamaa

  • @lensachala599
    @lensachala599 3 года назад +1

    Waaqayyo dachaa dachaa si haa eebbisu nama waaqayyoo ulfaadhu

  • @AmanuelFayisa
    @AmanuelFayisa 10 месяцев назад

    Wanta waqayyoo jaalatu isaa rakkate gargarun.
    Dhugaadhumatti Amanuel ati Namaa Carromedhaa.
    ebbifami

  • @sinbooshawaa4307
    @sinbooshawaa4307 2 года назад

    Ebbifami hadhookoo waqayoo si haa Ebisuu

  • @marartuutarrafaacell9696
    @marartuutarrafaacell9696 3 года назад

    Uuufffff haadhakoo 😭😭😭
    Waaqayyoo si haa ebbisu ebbifami haadhokoo ❤️❤️

  • @hadijahadija9049
    @hadijahadija9049 2 года назад

    Ammeeeeeen Ammeeeeeen Ammeeeeeen Ammeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤

  • @biqiletube3130
    @biqiletube3130 3 года назад

    Eebbiifamii waqaayyoo sii ha ebiisuu

  • @zinashiihayyilee1646
    @zinashiihayyilee1646 3 года назад

    Waqayyoo barafi jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii uuuuffeee mamakoo ayyii rakkinaa 😭😭😭😭😭

  • @abbaruiddesaa6849
    @abbaruiddesaa6849 3 года назад +1

    Ebifama Ebbiifama Ebbiifama darba dema maqa yesusiin Ebbiifama amen amen amen amen amen amen amen

  • @AjebushDerejie-dt9kn
    @AjebushDerejie-dt9kn Год назад

    Amen Amen Amen Amen

  • @ababotullu9655
    @ababotullu9655 2 года назад

    Waaqayyo si wajjin haa ta'u amo

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 3 года назад

    Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii Ebifamii dacha obbolesaa keenyaa ❣❣❣❣❣❤❤❤❤🙏🙏🙏👌

  • @martaajamboo7947
    @martaajamboo7947 2 года назад

    Uuuuuuuuuuufffffffffff hadhoo koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭malo Akkamitii gargaruu danda,aa 😭😭😭😭

  • @taaddutt2215
    @taaddutt2215 Год назад

    Ameeeeen 🥰🥰❤❤❤🥺🥺😥😥🙏🙏🙏🙏

  • @bizuneshdinka7056
    @bizuneshdinka7056 2 года назад

    Ebbifami dacha dachan

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 2 года назад

    Uuuuuuuuuuffffffffffff waaqayyoo sihii haa ebbisuu

  • @chantamisocial2604
    @chantamisocial2604 2 года назад

    Uuuuuuuuff galanii kan kee haa ta'u namaa akkasi nuf kasuuu keetif abbaa Koo

  • @taaddutube3200
    @taaddutube3200 3 года назад +1

    Waaqayyoo baraa keesan haa ebisuu ebifamaa 🥰🥰🤲🙏🙏

    • @gameoro5894
      @gameoro5894 3 года назад

      Gudaa galatomii namaa waqayyoo jechuun kanaa jechudha baayyeen sitti gammade

  • @bekeletola5923
    @bekeletola5923 3 года назад +1

    ebbifamii dachanii waqqayyoo siya ebisuu

  • @diboraawayyeessa4072
    @diboraawayyeessa4072 3 года назад

    Uuuuuuuuyyyyiiii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😘😘😘😘

  • @dirbefikadu3074
    @dirbefikadu3074 3 года назад

    Uuuuufff haadhooo koo yesuus sini haa ebiisu dachan ebifamaa 🙏🙏💓💓

  • @kulleeaddunyaa631
    @kulleeaddunyaa631 3 года назад

    Uuuufffiii haadha koo😭😭😭😭😭😭.

  • @asma1156
    @asma1156 3 года назад +1

    Uuuuuuufeeee waaqayoo saaebiisuuuuu haaadhoko

  • @lolitagriff6284
    @lolitagriff6284 3 года назад

    Ebifamii dacha waaqayyoo is haa ebisuu

    • @freecell1242
      @freecell1242 3 года назад

      Ebbifamii ebbifamii dhuugaa waaqayyoo baaraa kee ha ebbisuu koodee koo ebbifamaa oboleesaa ko hafaraa

  • @obsee-yh4xo
    @obsee-yh4xo 2 года назад

    ❤️❤️❤️❤️

  • @yesusgetanewmarantajesus7331
    @yesusgetanewmarantajesus7331 2 года назад

    Wayyoo akkamiiin hadhaa ofii dagattuu wayyooo

  • @wakumatarakegn2419
    @wakumatarakegn2419 2 года назад

    Amoo eebbifami hojii fakkeenyummaa qabuudha !.

  • @SaraSara-mv7rt
    @SaraSara-mv7rt 2 года назад

    Goftaanumtti Bara jireenya Kee Haa Ebbiisuu

  • @sabbontuormoo6171
    @sabbontuormoo6171 2 года назад

    🙏🤲🤲👏

  • @yesusiindhufaaqophaaii107
    @yesusiindhufaaqophaaii107 3 года назад

    Uuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @rehobootwandimuu5142
    @rehobootwandimuu5142 3 года назад

    Uuuff haadha ofii 😭😭

  • @mixumixu8598
    @mixumixu8598 2 года назад

    💓💓💓💓💓💓😭😭😭😭😭

  • @temperedglass2356
    @temperedglass2356 3 года назад

    uuuuuufffee 💔💔😭😭

  • @wayinuubirboo6640
    @wayinuubirboo6640 3 года назад

    Uuuufff hadhakoo 😭😭😭😭

  • @geletafirew5764
    @geletafirew5764 2 года назад

    God bless u

  • @chaltudiriba871
    @chaltudiriba871 2 года назад

    Uuuuuffffeeee kaa hadhaa koo 😭😭😭

  • @askuumicooiyasuuuuuuus6085As
    @askuumicooiyasuuuuuuus6085As 2 года назад

    uuuuffff hadhaa kooo😭😭😭😭

  • @biqiletube3130
    @biqiletube3130 3 года назад

    Rakkiin bayy'atuus gooftaan jiraa

  • @alicechelchiseechelkeba9778
    @alicechelchiseechelkeba9778 3 года назад

    Uuuuuufff waqayoo jiraa omaa in tatanii armee kenyaa💔💔💔

  • @workneshkaba2443
    @workneshkaba2443 2 года назад

    😭😭😭😭😭❤❤💔💔

  • @burtukan.hinsarmu
    @burtukan.hinsarmu Год назад

    ❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @fadelgfcjgdzgkg8822
    @fadelgfcjgdzgkg8822 2 года назад

    😭😭😭😭

  • @burtukan.hinsarmu
    @burtukan.hinsarmu Год назад

    Waqaayyoo.bara.keessan.haa.ebbisuu.motuma.waqaa.keessati.barbacha.dhugaa.argadha

  • @biliseedaanii3611
    @biliseedaanii3611 3 года назад

    🥺🥺🥺

  • @biqiletube3130
    @biqiletube3130 3 года назад

    Uuuuff 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @leellootube7863
    @leellootube7863 3 года назад +1

    💔💔😭😭😭😭😭😭

  • @yesusgetanewmarantajesus7331
    @yesusgetanewmarantajesus7331 2 года назад

    Amanulee uuufffff hadhoo koo

    • @lelonagi9555
      @lelonagi9555 2 года назад

      Uuuuuuffffffffyyyyyyyyyeeee Ebbifami mucaa kakuu waqayo bara fi taajajila ke ha ebisu Ebbifami

  • @gantiasafa8837
    @gantiasafa8837 3 года назад

    ❣️❣️😭😭😭🙏🏻🙏🏻🙏🏻🤲🤲🤲🤲

  • @michuudhugaayesuus6311
    @michuudhugaayesuus6311 3 года назад

    😭😭😭😭😭❤❤

  • @christinlokho6134
    @christinlokho6134 3 года назад

    Aiiiiiiiii😭😭😭😭 ebifamaa🙏🙏

  • @sinbooshawaa4307
    @sinbooshawaa4307 2 года назад

    Amanuyeli bilbilaa kee Nani olayini nafi ergii

  • @temperedglass2356
    @temperedglass2356 3 года назад

    Akamiti gargarare Lakofsaa kenf

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 3 года назад

    Waqayoo saa ebisuu obolesaa kenyaa ebifamii

  • @hadhaako
    @hadhaako 3 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔👏

  • @abbaruiddesaa6849
    @abbaruiddesaa6849 3 года назад

    Samii koo lakkofsa kee asiratii ergimee siifan dawalaa
    👂👈♥️

  • @abwbashar7133
    @abwbashar7133 3 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @anifaahmed
      @anifaahmed Год назад

      👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤️💯💯

  • @majdbitar5215
    @majdbitar5215 Год назад

    Wow, why are you buying a Microsoft Uber, a key piece of string key episoyeah? If you go to biology and can you lower the actual labour

  • @diboraamaranatayesusi6768
    @diboraamaranatayesusi6768 2 года назад

    😭😭😭