Yadani Shifera 2014 Tulluun rakkinaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 окт 2024

Комментарии • 208

  • @chalaidosa4477
    @chalaidosa4477 9 лет назад

    waaqayyo guddaa si haa eebbisu ayyaana kan caalu dachaa siif haa dabalu fureen ilmaan namootaa yesuus ameen jedhi.

  • @melkamugirma774
    @melkamugirma774 7 лет назад

    tulluun rakkinaa kufi waqayyoo jedhee kufi,kufeera maqaa yesuusiin waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisu

  • @denkedessalegh2198
    @denkedessalegh2198 8 лет назад

    Ameeeeen tullun rakkina kuufe waaqayyo jedhe kufee, gadisaake jalaa jiraatani Ormaati hin barani ebbifamii maqaan waaqayyo haa ulfaatu ameen

  • @naamathamad4784
    @naamathamad4784 5 лет назад

    Uuuuffffeeee dhugadhaa Gaddisa iyesuse Jalaa jiratani Ormaati hin Barani !!! Ebbifama hunddi keessan

  • @weyniworkuworku1980
    @weyniworkuworku1980 9 лет назад

    waqqayo goftan maca kanan cala ayyana isa sifhabayishu tullun rakina kufe waqqayo jedhe kufe amen gaddisa keejala jiratani ormati inbaramu ameeeeeeeeeeeeen haleluya waqqayof jechan dhabe

  • @tadumuluneh6756
    @tadumuluneh6756 9 лет назад

    AMEN YESUS SII HAA EEBBISU ............INNI GARAA DHOSUU DIREE WOLII QIXEESUU ............ELELELELELELEL HASHUUUUUUU

  • @tesfayebalcha2413
    @tesfayebalcha2413 5 лет назад

    Waaqayyo si haa eebbisu, faarfannaa baay'ee garaa nama gammachiisudha. baay'ee natti tolta

  • @haataatuubantii6970
    @haataatuubantii6970 7 лет назад +1

    Ameen, Tulluun rakkinaa haa jiigu ammayyuu maqaa Iyesuusiin!!!!

  • @amanuelumata2058
    @amanuelumata2058 6 лет назад

    yaadani ayyaanni waaqayyoo dachaa siif haa dabalamuu farfannaa kee kanatti yeroo dhageeffadhuu baayeen eebbifammaa jabaadhuuuuuuuuuuu...........................

  • @kumeradamessa2015
    @kumeradamessa2015 9 лет назад +1

    Guddaa eebbifamii Yaadanii keenyaa. ayyaanni Waaqayyo siif haa baay'atu nama bara baraan faarfatu ta'i ameen.

  • @temesgenhordofa8352
    @temesgenhordofa8352 Год назад

    Eebbifamaa Maatiiwwan Waaqayyoo, Danuun isin Jaalladha, Yaadaniikoo Leencittiikoo, Cimi ammayyuu dachaan si haa eebbisu abbaankoo inni Waaqarraa!

  • @fantuabera710
    @fantuabera710 3 года назад

    Gaadisaa kee jaala jiraatanii.............Ameen Ameen Ameen..................

  • @waqaayyoodandaaadhaabbagaa674
    @waqaayyoodandaaadhaabbagaa674 6 лет назад

    Maqaa yesusin ebbifamiiiii uuufee ulfaadhu yesus' koo sihaagalatu goftaa'koo ebbifamaaa ameeeeeeeeen

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
    @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696 6 лет назад

    Ameen Ameen Ameen Ebifaama huundii keessanu ijoolee waaqayyoo jabadha Heduu namati tolaa sin jaaladha ❤❤❤❤

  • @chaltubegna1881
    @chaltubegna1881 10 лет назад

    Anano nati dhiha hin jiru na bari,a waqyoo si haa ebbisu baay,ee gaaridha jabadhu.

    • @merabogeezeleke3578
      @merabogeezeleke3578 7 лет назад

      aameeeeeen eeeebbifamiiiiii yaadookoo dhuga ati mucaa eebbadha dhoksa iyesuus siif galera ani faarsaakee hunduma dhagefadhe hin quufuu ammayuu ayyani Goofta dachaan sirrati ha dhangalawu eeebbifami obbolewaan sii jalaa qaban Gooftan isaan ha eebbisuu baayee isiin jaaladhaaa

    • @siiffaniobasee3168
      @siiffaniobasee3168 6 лет назад

      Ameeen ameeeen ameeen uuuuufffffffeeeee akaduritauu gufu rakinakufeee Uuufffeee Eeebbiiffamii Yadanikoo

  • @hawwiibiqilaa1377
    @hawwiibiqilaa1377 9 лет назад

    Irkoo gaanamma mana galgaalla furii ilmaan nama ameeeeeeeen ameeeeeeeen waaqayyo gooftaa saa ebbisuu dacha haayaanna isaattin wowwwwww farsaan kee bayee nama jijjiraa itti fufii gooftaa saa gargaaruu

  • @kenateformeefa2110
    @kenateformeefa2110 Год назад

    Ebifami dachaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏👏

  • @صقرالصقرالصقر
    @صقرالصقرالصقر 8 лет назад

    dhugaa dhaa tulluun raakinaa oromiyaa irraa jiiruu maaqa yesuusiin inni kumaa! !!

  • @daginetdima9308
    @daginetdima9308 5 лет назад

    Guddaa eebbifami Yaadoo ayyaanni Waaqayyoo siif haa baay'atu ameen

  • @fikirutemesgengeleta2944
    @fikirutemesgengeleta2944 9 лет назад

    Ayyaana isaa dachaa sirratti haa dhangalaasu...Hambaa mana isaa si haa godhatu!!!

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 9 лет назад

    Gaaddisa gooftaa keenyaa kan itti qixxaayu hinjiru, Maqaan isaa nuuf haa ulfaatu yomille! Faarfaattu Yaadanii waaqayyo bara kee guutu si haaeebbisu!

  • @tesfayeabebe1257
    @tesfayeabebe1257 9 лет назад

    Gaaddisa kee jalaa Jiraatanii hormatti hin baranii!!!!! Gooftaan sii yaa eebbisu.

  • @marwanterkawi9490
    @marwanterkawi9490 6 лет назад

    Ameen ameen ameen ameen ameen ayyanni goofta isini haa baay'atu amma dhumatti isin haa dhabuu🙌🙏

  • @gcaltuebbifamaananolbaheer535
    @gcaltuebbifamaananolbaheer535 7 лет назад

    AMEEENAmeeen goftaansaa ebbisuu dhuguma kufeera Gufuun Dhiphiinakoo maqaansa waqayyoo haa ebbifamu

  • @alemubulti5819
    @alemubulti5819 9 лет назад

    Tulluun rakkina waaqayyoon huursee nii kufa miilana uffee ameeeeeen!!!!!! eebnbifami yaadoo koo

    • @kenadiribi1255
      @kenadiribi1255 9 лет назад

      yaadanii waaqayyo lubbuu keef mootumaasaa jireenya ke fooniif milkaa'ina siif haa godhu. kan akka kee immoo nuuf ha kaasu!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @urgessatilahun3269
    @urgessatilahun3269 9 лет назад

    GOOFTAAN MACCAA INNI HUNDUMAA DANDA'U BARA BARAAN SIIN HAA EEBBISU, AMMAYYUU AMMA GUYYAA DHUMAA SANATTI CIMSEE SIIN HAA DHAABU. DHALOOTA OOLMAA WAAQAYYOO YAADATU WAAN NUUF LAATEEF GOOFTAAN HAA EEBBIFAMU! AMEEN

  • @shiferawadugna6942
    @shiferawadugna6942 9 лет назад

    yadanii waaqayyoo guddaa sii haa eebbissuu irraa deebi'een jedhaa waaqayyoo dabalee sii haa eebbissuu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @jesuschrists.a1631
    @jesuschrists.a1631 9 лет назад

    Gadisaa kee jalaa jiratanii ormaa hin baranii Ameeeeen Ebifamiiii

  • @tekalignalemu6342
    @tekalignalemu6342 7 лет назад

    uuuuuuuufayii garan koo naqabanaayee ! Waaqayoon ishee haa ebisuu !!!!!

  • @warqiitammiruu1653
    @warqiitammiruu1653 7 лет назад

    ameen ameen ameen ameen ameen ameen baga kufe ebifami muca waqayoo

  • @turadhufaa3684
    @turadhufaa3684 8 лет назад

    Yaadanni waaqayyoo guddaa si haa ebbisuu!

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 2 года назад

    Ameeeeen ameeeen ameeeeen eebbifamiiiii waaqayyoo guddadha waan hundumaa gararaa Jira ameeen waaqayyo bara kee haa eebbisuu yadoooo koooo eebbifamii dacha

  • @deribesamuel1791
    @deribesamuel1791 6 лет назад

    uuuuuuuuffffffeeeeeeeeee yadiyee qaxalee muca waqaa kan akkakee nuf haa bay.atu ebbifamiiiiiiiiii dachaaaaaaaa

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara2437 6 лет назад

    Wow wow yadani shifara gutuu shifaraa diribee shifaraa obboladha moo ????? Ebbifamaa dachaa matii ebbifamoooo

  • @astuusifamayuuabdinjirawaq257
    @astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 года назад +1

    Uuufee yadiin koo ebifamutuu koo

  • @abdetatesgera9514
    @abdetatesgera9514 Год назад

    Uffe yadee koo ebifami 💕💕💕💕

  • @kenateformeefa2110
    @kenateformeefa2110 2 года назад

    Ameen ameen waqaayoo si ha ebissuu dachaa 👏👏👏👏❤️❤️🌺📖🤲🤲

  • @seenaacaalaa2956
    @seenaacaalaa2956 2 года назад

    Ammeeen AmmeeniWaqaayyoosihaa
    Ebbiissuu

  • @bezawoya1700
    @bezawoya1700 10 лет назад

    Wow Waqayoon si haa eebbisuu , so nice

  • @mariyamduressa9383
    @mariyamduressa9383 6 лет назад +1

    Ameeeen Eebbifami yaadani muca goofta

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin6456 7 лет назад

    iililliiillliiii ameen ameeeen haleeluuya Iyesus galanii sifaa ta,u situu tulu rakina jiksee ebifami obboletiito.

    • @saharss7938
      @saharss7938 6 лет назад

      AmeeeeenAmeeeeen☝ ebifami hadhaakoo

  • @tarikuolani8761
    @tarikuolani8761 9 лет назад

    Waaqayyoo tulluu rakkinaa kufiiseera gammada!!

  • @LalisaAberaOlika
    @LalisaAberaOlika 8 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤ati ulfaadhu yaa Uma koo

  • @chalamerga4362
    @chalamerga4362 9 лет назад

    Gooftaan maccaa guddaa siin haa eebbisu.Ameen!!

  • @astergosae6898
    @astergosae6898 8 лет назад

    amen amen.ayani.waqayyo.sif ya bayatuu

  • @giggg5641
    @giggg5641 9 лет назад

    Barri kee guutuun haa eebbifamu, hamma dhumaattis cimsee si haa dhaabu Gooftaan.

  • @bontuuwalaggaa2493
    @bontuuwalaggaa2493 8 лет назад

    ameeeen tulluu rakkinaa kufeera ammayyuu Ebbifama....

  • @bezawoya1700
    @bezawoya1700 10 лет назад +2

    Wow SO wonderful song .my God bless you .

  • @ayyuuyaadaa2321
    @ayyuuyaadaa2321 7 лет назад +1

    uuuuuufffff gaddisaakee jalaa jiraatani ormaatti hin baraamuu gooftaan xumuraa kee haabareechuu galanni siif haata'uu yesuus

  • @laalisaajirenyaa
    @laalisaajirenyaa 2 года назад

    Ameen Ameen ebifamii dachanii

  • @mezeretbaqala2775
    @mezeretbaqala2775 5 лет назад

    Waqayyooo jedhee kuufii iiiiiiiiiiiiiiiiilllllllllliilililil👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💯

  • @bontuuwalaggaa2493
    @bontuuwalaggaa2493 8 лет назад

    Ameeeeeeeen tulluun rakkinaa ammayyuu haa kufuu Ebbifamii

  • @nardsoshifaraayuu4580
    @nardsoshifaraayuu4580 5 лет назад +1

    Ameen Ameen Ameeen Ameen ebbifamii dachaan yaadani kooo🎙🎤🎧🎶🎶📖👏👏👏👏❤❤❤❤❤

  • @guutuugaashuu1654
    @guutuugaashuu1654 8 лет назад

    Waaqayyoo gooftaan sihaa eebbisuu ammaayyu ayyanasa dachaa sirratti haa dabaluu!!

    • @AbebuMuleta
      @AbebuMuleta 8 месяцев назад

      Waaqayyo.gooftaansihaa.eebbisuu.ammaayyu,❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯

  • @alemubulti5819
    @alemubulti5819 9 лет назад

    mana keenya galgalaa inni ta'e waaqayyoo haa eebbifamu

  • @lidiyaakristos8760
    @lidiyaakristos8760 6 лет назад

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen hallelujah Elelelelelelelelele Elelelelelelelelele Elelelelelelelelele Elelelelelelelelele
    Tullu rakkinaa kufe Eebbifamaa

  • @HoorBontoobbb
    @HoorBontoobbb 7 месяцев назад

    Ameeeeeeni ebbifama❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @yadeniderba3115
    @yadeniderba3115 3 года назад

    Ameeeeeeeeeeen ebifamaa dachaa 🙏🙏

  • @bontuuwagelaa4803
    @bontuuwagelaa4803 9 лет назад

    Gaddisake jallaa jiratani ormati baramu Ameen Ameen

  • @gudiimaleku6022
    @gudiimaleku6022 8 лет назад

    Ammmeen ebifamii waqqayoo si ha ebisuu

  • @biretutaye4382
    @biretutaye4382 6 лет назад

    Dhugaadha dhuguma gaaddisa isajala jiraatanii ormatti hin baramu dhugaadha.eebbifami yaadanii Koo.

  • @adisbado3399
    @adisbado3399 2 года назад

    Ammmmen ammmmen ammmmen ammmmen ammmmen ebifamii dachaa dachaa

  • @yesuswaanhundumaakoo8049
    @yesuswaanhundumaakoo8049 5 лет назад

    Eebifami haaleeluuyyaa jira yesus

  • @fasikaave5424
    @fasikaave5424 8 лет назад +2

    Emeeeeeen
    Tuluu rakina kuferaa
    Ebifamii obboleti. koo sinjaladhaa

    • @tigistiitakale1208
      @tigistiitakale1208 7 лет назад

      Ufuf ameeen ameeen ameeen baga kufe tullu rakina uuuuuuuuuuuuffff sihaa ebbisu dacha dacha dacha Ameen ameeenameeen ilililililililili ilililililililili ilililililililili ilililililililili ilililililililili

    • @tigistiitakale1208
      @tigistiitakale1208 7 лет назад

      Dhagefadhe hinqufu farfanna kana yeroo hunduma sihaa ebbisu

    • @hawifarajagobana1972
      @hawifarajagobana1972 6 лет назад

      Fasikaa ve AmeeeenAmeeeenAmeeeenAmeeeen

    • @tigistiitakale1208
      @tigistiitakale1208 6 лет назад

      Farsunkee kun itumaa hafufu uuufff waqaayoo jedhe kufee inni naadhiphisa ba'eee uuuuuuuuu ergakooti farsankun kanafan yeroo hunduma dhagefadhe qufundadhabe farsakana hooo jira yesus furmaani wan hunduma hyyii kan guyya rakina

  • @mimiimucaayesusjiraawaaqay1012
    @mimiimucaayesusjiraawaaqay1012 5 лет назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii ebbifamii dachaan mucaa goftaa

  • @jetueyob6353
    @jetueyob6353 9 лет назад

    Tulluu rakinaa kufee waqqayyoo jedhee kufeeeeee ;amiiiiin amiiiin

  • @obsiyoutube4828
    @obsiyoutube4828 9 лет назад

    waaqayyoo gudda si haa ebbisuu

  • @misganukabeta6484
    @misganukabeta6484 8 лет назад

    Ameen, safuu yaa gaaddisa kee waaqayyo.

  • @yeroofturii3632
    @yeroofturii3632 7 лет назад

    baakkakaa afaan shee keessa kka'ee waaqayyoo farfaartuu yaadanii dhaloota boqqaachisa jeechii afaan ishee keessa bahuu guddaa eebbifami sin jedhaa burqaa kun handaraa ka'aameef osoo hin gahiin hin hafiin dhaalu fi dhaliichiisuun siif yaa ta'uu itti nuuf daabalii sii dhageeffana

  • @addisbalemo
    @addisbalemo 2 года назад

    Amen Amen Amen Amen

  • @eizeaberifiqirinewwaqayyoj7645
    @eizeaberifiqirinewwaqayyoj7645 2 года назад

    Amen.amen.amen.amen.amen.amen.akufu.durakot

  • @bekelegonfa1889
    @bekelegonfa1889 9 лет назад

    Wow kufeera tullichirakkina!!

  • @mariyamduressa9383
    @mariyamduressa9383 6 лет назад

    tullu rakkina kufi waaqayyoo jedhe kufi kufi

  • @tjkiti9423
    @tjkiti9423 8 лет назад

    Eebbifami!

  • @tesfayebeyene1811
    @tesfayebeyene1811 9 лет назад

    Yaadani Waaqayyoo saa eebisuu eebifami

  • @barasagajea6965
    @barasagajea6965 2 года назад

    gaaddisa kee jala jiratani ormattin baramu,ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen

  • @بركيالرويلي
    @بركيالرويلي 9 лет назад

    waqayyoo sii haa ebbisuu

  • @qeerroohaandhuraaoromiyaa6533
    @qeerroohaandhuraaoromiyaa6533 9 лет назад

    waqayyo dabaalee dabaalee siihaa ebbisuu

  • @barudebtera4063
    @barudebtera4063 8 лет назад

    Ammaayyuu Tulluu rakkiina Nurraa haa kufuu!!

  • @galaneabdidas4120
    @galaneabdidas4120 4 года назад

    Ameeeeeeeen waaqaayoo si haa eebiisu eebiifami

  • @ayantuasefa4798
    @ayantuasefa4798 4 года назад

    Sichilee Harka nama hin ilaalu anoo!!! Ameeen

  • @diyanadiyana6606
    @diyanadiyana6606 8 лет назад

    waqayoo sinaa ebisuu ameen ameen ebifamaa

  • @roziiyoutube7210
    @roziiyoutube7210 6 лет назад

    Haleluyyyaa ebifamiii

  • @misganutube6799
    @misganutube6799 7 лет назад

    Eebbifami yaadanii

  • @BetelemmagarsaBetelemmagarsa
    @BetelemmagarsaBetelemmagarsa 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tsahaydamegurmuu6788
    @tsahaydamegurmuu6788 5 лет назад

    Ammen Ammen Ebbifamii

  • @RiseTtttahh
    @RiseTtttahh 8 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @wodneshwodnesh9379
    @wodneshwodnesh9379 7 лет назад

    Eebbifaa yaa jolee waqaayoo

  • @AbebuMuleta
    @AbebuMuleta 8 месяцев назад

    AmeenAm

  • @adisitasfaye5594
    @adisitasfaye5594 5 лет назад

    Ameeeeeen ebbifami 👏👏👏

  • @kassahungurmessa7585
    @kassahungurmessa7585 9 лет назад

    Obbolee yaadani ammas waaqayyo dabalee daddabale kennaa ke haa ebisu, baayyeen farfannaa keetti boqodhe dhuguma kenna waaqaati

  • @sanyiiisajiraataalivingsee5192
    @sanyiiisajiraataalivingsee5192 10 лет назад +1

    hoo halleluyyyaaaaaaaaaaaaaaaaaaa malloo gaddisaa yesus jala jirradhee kan ormaa hin barruu anooo uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu

  • @EuniceGesare-h5u
    @EuniceGesare-h5u Год назад

    Ebifam dacha dachan

  • @dessalegnbacha359
    @dessalegnbacha359 7 лет назад

    baayyee itti eebbifamneerra.

  • @dagnachewduguma5967
    @dagnachewduguma5967 9 лет назад

    Gooftaankoo ayyaana isaa kanarra siif haabayisu

  • @laithshwagfeh571
    @laithshwagfeh571 9 месяцев назад

    👏👏👏👏👏👏👏

  • @yegetalijii6020
    @yegetalijii6020 6 лет назад

    Haleeluuyyaa amiiiiin

  • @begnabulcha2815
    @begnabulcha2815 9 лет назад

    waaqayyoo sii haa ebbisuu amma malee!

  • @Joood-jy8nl
    @Joood-jy8nl 8 лет назад

    waaqayyoo saa eebbisuu! !!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @tigistiitakale1208
    @tigistiitakale1208 5 лет назад

    Uuuuuffffayyyi yadokoo