Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Yaadoo keenya , haadha biyya, obboleettii, faarsituu mootummaa waaqaa, nuti ijoolleen kee siyaadna, si jaallanna, sagaleen kee midhaan caalaa beela'ama. Innis Sagalee waaqayyooti. Inni nagaa namaaf keenna, nama boqochiisa. Ilaaleen dhabe addunyaa kanaa faarsaa boqonnaa fi boqonnaan keessa jiru. Dha'annaa onnee namaatu keessa jira. Hangafa faarsitootaa, Yadanii, gaaftokko masaraa mootummaa biyya kanaa dhuftee faarsaa kee akka dhageessistu abdii guddaan qaba. Hangasitti nagaa fi fayyaa guutuun siif hawwa maqaa waaqa keenyaatin.. Ameeeeeeeeeeen..
Ani garakeen ilaala yoomu abdinkoo hin dhumuu AmeeeeeenEebbifamaaaaa
Waqayoo baraa kee haa eebisuu yadoo koo baayeen sii jaladhaa eesumaa jirtaa maaloo garaa biyya koo yoon galee naan dhufaa sii biraa akkaati naati toltuu dhugaa waqaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Yado I have no words to say! God bless you! Thank you so much!
Ebbifamatuu koo yadoo koo waaqayyoo Sif ebbisuu dachaa ebbifamii dachaa Ayyannaa waaqayyoo dachaa Sif haa bayyaatuu yeroo hundaa farasaa kee lubbuu koo itti boqootaa 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🤲🙌🙌☝️Anii gargaa kee illaa yesusi koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️🥰🥰🥰💜💜💚💓💓
Eebbifami Yaadani. waaqayyo inni sagalee keessa namaa seenuu kanaan si eebbise haa galatoomu
Waqayyo goftan koo isin haa ebbisuu farfanna bayee nama ebbisudha
Ameen Ameen Eebbifamii Eebbifamii dachaan barif jireenyii kee haa eebbifamuu ❤❤❤❤❤❤
Ebbiffamma haddabalamuu farfaana keessaa afaan keessaan irraa hin bu'en❤❤❤❤❤❤
Gooftaan Yesuus Kiristoos barakee hundumaa haa eebbisu!
Guddaa galatoomi umurii nuuf dheradhu eebbifami
Waaqayyoo Ayyanaa isaa sif haa dabaluu,waaqeffaannaa haafuraakee natti tolaa yeroo hundaayyuu yaadanii.Ebbifamii!
Eebbiiffamii ayyannii isaa dachaan sifi haa baayatuu ameeeeeeeen 💛 💚 💜
Yaadani keenya nama jabduu ani qamaan sirra tajajiilame jira yeerroni tureerrra ati har ,aa illee cimtuudha
I can get enough of it to listen ..AGAIN , AGAIN , AGAIN & AGAIN!!It's the best timing about to come JESUS , We need this kind of GOSPEL!!GELETTOMA !!
Galtoomii
nama cimtuu nana eebbifami.. jiraadhusi jaallanna.
Isa abdii keenya ta'e eeyyeen iji keenya garasaa ilaala! Yaadoo koo umurii dheeraa jiraadhu ayyaana kana waliin!
Eebbifami yaadookoo akkattan si jaalladhu.amantoota w.w.w.y kotobee eebbifamaa isinis nuuf jiraadhaa!!!!!
Faruu bayeee lapheetii nama Cophudhaa❣Goftaa Ayyaanaa siif kenee irraatii dachaa si'aa hebisuu farfatuu goftaa ❤
eebbifami giiftii koo eduun si jal'adha❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️.An gara keen ilaala yoomu 😭😭😭😭
Umurii kee kanaan humnaan akkasitti faarfachuu keef Waaqayyoon galateefadhu! Baay'ee itti eebbifameera ulfaadhu obboleettii kiyyaa.
Ammallee Waaqayyo Ayyaana isaa siif haa baay'isu Yaadee
Bless you to much an icon of Singers, Mrs.Yadani Shiferrew. Your life is a living testimony among-st the people you serve and by your junior singers.
Yoni maatii naaf ta'i ani siif ta'eera
Eebbifamii Maqaa Yesusin itti siif haa dabalamuu
Waaqayyo si haa eebisu! Yaadoo nuuf jiraadhu! gooftaan ayyana isaa nuuf haa baay'isu!!
Ebbiiffamaa waaqqayyoo baraf jireenya keesaan haa ebbisuu
Abdiin koo isumarra uuuuuuf Waaqayyo si haa eebbisu!
Ameen! Abdiin koo hin dhumu. Waaqayyoo si haa eebisu
Eebbifami giiftii koo ,sin jaalladha wollaahi❤
Waaqayyoo si haa eebbisuu hubnaa kadhannaa akka qabdu namatti urga'a jabaadhu dhumma kee haa bareechuu waaqayyoo
Uuuuufffffeeee Yesus ebifamii nama waaqaayyoo ayani waaqaayyoo Gofta maca sif ha dhabalamu dama koo ebifamii Maqa yesusin
Eebbifami yaado ayyaanni kun sirratti nuuf haa hafu haadhooko!!!!
Wow waaqayyo bara Lee ha eebbisu yaaduu koo
Ebbifami dacha dacha mee koottu maatti naf ta'i
Waaqayyo baraf jireenya keessan haa ebbisu ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️
Uuufffeee yaado koo ebbifamii hafuraa namati debisaa farsaan waqayyoo kara kee nuf guummachu🙏❤❤❤❤
Waaqayyo bara kee guutuu si haa eebbisu
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifama dachaa waaqayyo barafi jireenya keessani haa ebbisuu ebbifama maatii waaqayyo
Yaddoooooo koo ,ati dhugumaa mucaa waqayyoo ,jiraadhuu ammayyuuu😍😍👏👏🙏🙏👍👍#
Dhugaadha yoom iyyuu gara kam iyyuu yoo ilaalan homtuu nama boqochiisuu garuu gara isaa olii namni ilaalee aara galfii guddaa argata maaloo ABBAAN KOO INNI OLII BURQAA FAARFANNA AKKANA ITTI BOQOTAN SIIF HAA BANUU DANUU eebbifami isaa bara baraf saa qopheessuu ayyaanni goofta
Yaadanii Eebbifamtuu keenya! Waaqayyo si haa eebbisu🙏
waan hundumaaf furmaanni isa bira jira,eebbifami ammallee .
Ebbifama waaqayon bararaan issani ebisina 🙏❣️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Ann gara khen ilala yoomu 😭😭🤞
Eebbifami faarsaa kaameeraaf fakkeessan miti hafuuraan hojjettan ergaa garaa nama ciibsu nuuf jiraadhu kana nuuf daddabali qaalii koo
Ameen ameen abdiinko suma yesuus waaqayyo ayyaanasa sirrati haroobsu yaadoo
Yadu koo Ebbiffammii ❤
Waaqayyoo si'aa ebisu❤❤❤❤❤❤❤❤
Humni Waaqayyoo boriikee naaf haa tiksu eebbifami...
eebbifami sirreefam #Yaadanii Shiferraa Official Page utuu jettee gaariidha.
Misgeekoo maatii naaf ta'i ani siif ta'eera
@@sanyii8781 Tole wal jajjabeessuun dirqamadha ..jabaadhu jabduuko
Eebbifami. ayyaanni Waaqayyoo ammas siif abaay'atu.
Barrii kee mannii kee haa ebbiifamuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebbefemii ❤❤❤❤
waaqayyoo bara siif haa dabaluu bara kee irratt an baayyeen si jaalla sagaleen baayyee nama eebbisa waaaqayyoo dabalee siif haa kennu 6:56
Yaadiyeeko goftaan siwajjiin haa ta'u sihaa gargaruu
Akkuma farsakeeetti ebbifamu yaadeko nuf jiradhu ammayyu ❤️
Ebifamii dachaa yadoo Koo siin jaldhaa 🙏
Ebbifami dachaa 🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🧎♀️🧎♀️🧎♀️🧎♀️🧎♂️🧎♂️🧎♂️
Ammmen Ammeen ebbifaami muca gooftaa
Waaqayyo isinaa Eebbisu faarsaan kunbaay,ee naboqochiisa
Waaqayyoo Sii haa eebbisu
Yadddddooooo barrii kee haa eebbifamuuuu ,jalaalee
Ameeen eebbiifammii ❤
Waaqayyoo sii haa eebbisuu
Ebbifamaa dachaa dachaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤ammmeeen ebbifamaa dachaa
yaadoo waaqayyo inni hundumaa danda'u ayyaana kana sirraa hin fudhatin
Waaqayyo si haa eebbisuu yaado
🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌🙌 waaqayyo sin ha Eebbissu Eebbifama
Absolutely great GOSPEL from ABOVE .GOD bless you ALL !!
Baay'een si jaaladha eebbifami✋
Ameen, hin ilaluu kan bira
Ameeen ebifamiii ❤❤🎉🎉
EEYYEE abdiin keenya suma ABBAA
eebbifami dacha dacha haadhokoo
QAxaale naam yaadaniko waaqayyo si ha ebiisu
God bless,Tebareke my sister
Thank you yado
wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww maatii naaf taimee atillee namako
Ebbiifamiii III❤️🙏
Waaqayyoo dabalee si haa eebbisu!😘😘
Maal Sagaleen akkasii!!
Ameeen dheebiifamii hadhookoo
amen ufff what a blessing song
Ameeeeen ameeeen rajidha waqayoo ameeeeee ameeèeeni ebifama dacha dacha
An gara keen ilaala yoomu 🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏
Jabadhu waaqayo sii ebbfamiiijjj
Eebbifami..........
soul refreshing song, I Thank God for her spiritual gift
Blessed be the GOD name
Ameeen Ameeen Ameeen ebbefemii
Yaadookoo eebbifami!
Amen 🙏🙏🙏🙏🙏 eebbifama
❤❤❤❤❤❤❤Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen haalleelluuyyaa
Haleluyaa ebbifamii obboleti koo
AYYEEKOO maatii naaf ta'i ani siif ta'eera
Ebbifam guddaasaa
Yaadoo keenyaa nuu jiraadhu
Eebbifami dachaa ♥️♥️♥️♥️👏👏👏
Ebbiifamii yadaani
Ebbifamii yaado koo
Ati nama Eebbifamedha❤😍💞💖😇🙏👏
Eebbifami Yaadoo
Yaadoo keenya , haadha biyya, obboleettii, faarsituu mootummaa waaqaa, nuti ijoolleen kee siyaadna, si jaallanna, sagaleen kee midhaan caalaa beela'ama. Innis Sagalee waaqayyooti. Inni nagaa namaaf keenna, nama boqochiisa. Ilaaleen dhabe addunyaa kanaa faarsaa boqonnaa fi boqonnaan keessa jiru. Dha'annaa onnee namaatu keessa jira. Hangafa faarsitootaa, Yadanii, gaaftokko masaraa mootummaa biyya kanaa dhuftee faarsaa kee akka dhageessistu abdii guddaan qaba. Hangasitti nagaa fi fayyaa guutuun siif hawwa maqaa waaqa keenyaatin.. Ameeeeeeeeeeen..
Ani garakeen ilaala yoomu abdinkoo hin dhumuu
Ameeeeeen
Eebbifamaaaaa
Waqayoo baraa kee haa eebisuu yadoo koo baayeen sii jaladhaa eesumaa jirtaa maaloo garaa biyya koo yoon galee naan dhufaa sii biraa akkaati naati toltuu dhugaa waqaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Yado I have no words to say! God bless you! Thank you so much!
Ebbifamatuu koo yadoo koo waaqayyoo Sif ebbisuu dachaa ebbifamii dachaa Ayyannaa waaqayyoo dachaa Sif haa bayyaatuu yeroo hundaa farasaa kee lubbuu koo itti boqootaa 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🤲🙌🙌☝️Anii gargaa kee illaa yesusi koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️🥰🥰🥰💜💜💚💓💓
Eebbifami Yaadani. waaqayyo inni sagalee keessa namaa seenuu kanaan si eebbise haa galatoomu
Waqayyo goftan koo isin haa ebbisuu farfanna bayee nama ebbisudha
Ameen Ameen Eebbifamii Eebbifamii dachaan barif jireenyii kee haa eebbifamuu ❤❤❤❤❤❤
Ebbiffamma haddabalamuu farfaana keessaa afaan keessaan irraa hin bu'en❤❤❤❤❤❤
Gooftaan Yesuus Kiristoos barakee hundumaa haa eebbisu!
Guddaa galatoomi umurii nuuf dheradhu eebbifami
Waaqayyoo Ayyanaa isaa sif haa dabaluu,waaqeffaannaa haafuraakee natti tolaa yeroo hundaayyuu yaadanii.Ebbifamii!
Eebbiiffamii ayyannii isaa dachaan sifi haa baayatuu ameeeeeeeen 💛 💚 💜
Yaadani keenya nama jabduu ani qamaan sirra tajajiilame jira yeerroni tureerrra ati har ,aa illee cimtuudha
I can get enough of it to listen ..
AGAIN , AGAIN , AGAIN & AGAIN!!
It's the best timing about to come JESUS , We need this kind of GOSPEL!!
GELETTOMA !!
Galtoomii
nama cimtuu nana eebbifami.. jiraadhu
si jaallanna.
Isa abdii keenya ta'e eeyyeen iji keenya garasaa ilaala! Yaadoo koo umurii dheeraa jiraadhu ayyaana kana waliin!
Eebbifami yaadookoo akkattan si jaalladhu.amantoota w.w.w.y kotobee eebbifamaa isinis nuuf jiraadhaa!!!!!
Faruu bayeee lapheetii nama Cophudhaa❣
Goftaa Ayyaanaa siif kenee irraatii dachaa si'aa hebisuu farfatuu goftaa ❤
eebbifami giiftii koo eduun si jal'adha❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️.
An gara keen ilaala yoomu 😭😭😭😭
Umurii kee kanaan humnaan akkasitti faarfachuu keef Waaqayyoon galateefadhu! Baay'ee itti eebbifameera ulfaadhu obboleettii kiyyaa.
Ammallee Waaqayyo Ayyaana isaa siif haa baay'isu Yaadee
Bless you to much an icon of Singers, Mrs.Yadani Shiferrew. Your life is a living testimony among-st the people you serve and by your junior singers.
Yoni maatii naaf ta'i ani siif ta'eera
Eebbifamii Maqaa Yesusin itti siif haa dabalamuu
Waaqayyo si haa eebisu! Yaadoo nuuf jiraadhu! gooftaan ayyana isaa nuuf haa baay'isu!!
Ebbiiffamaa waaqqayyoo baraf jireenya keesaan haa ebbisuu
Abdiin koo isumarra uuuuuuf Waaqayyo si haa eebbisu!
Ameen! Abdiin koo hin dhumu. Waaqayyoo si haa eebisu
Eebbifami giiftii koo ,sin jaalladha wollaahi❤
Waaqayyoo si haa eebbisuu hubnaa kadhannaa akka qabdu namatti urga'a jabaadhu dhumma kee haa bareechuu waaqayyoo
Uuuuufffffeeee Yesus ebifamii nama waaqaayyoo ayani waaqaayyoo Gofta maca sif ha dhabalamu dama koo ebifamii Maqa yesusin
Eebbifami yaado ayyaanni kun sirratti nuuf haa hafu haadhooko!!!!
Wow waaqayyo bara Lee ha eebbisu yaaduu koo
Ebbifami dacha dacha mee koottu maatti naf ta'i
Waaqayyo baraf jireenya keessan haa ebbisu ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️
Uuufffeee yaado koo ebbifamii hafuraa namati debisaa farsaan waqayyoo kara kee nuf guummachu🙏❤❤❤❤
Waaqayyo bara kee guutuu si haa eebbisu
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifama dachaa waaqayyo barafi jireenya keessani haa ebbisuu ebbifama maatii waaqayyo
Yaddoooooo koo ,ati dhugumaa mucaa waqayyoo ,jiraadhuu ammayyuuu😍😍👏👏🙏🙏👍👍#
Dhugaadha yoom iyyuu gara kam iyyuu yoo ilaalan homtuu nama boqochiisuu garuu gara isaa olii namni ilaalee aara galfii guddaa argata maaloo ABBAAN KOO INNI OLII BURQAA FAARFANNA AKKANA ITTI BOQOTAN SIIF HAA BANUU DANUU eebbifami isaa bara baraf saa qopheessuu ayyaanni goofta
Yaadanii Eebbifamtuu keenya! Waaqayyo si haa eebbisu🙏
waan hundumaaf furmaanni isa bira jira,eebbifami ammallee .
Ebbifama waaqayon bararaan issani ebisina 🙏❣️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Ann gara khen ilala yoomu 😭😭🤞
Eebbifami faarsaa kaameeraaf fakkeessan miti hafuuraan hojjettan ergaa garaa nama ciibsu nuuf jiraadhu kana nuuf daddabali qaalii koo
Ameen ameen abdiinko suma yesuus waaqayyo ayyaanasa sirrati haroobsu yaadoo
Yadu koo Ebbiffammii ❤
Waaqayyoo si'aa ebisu❤❤❤❤❤❤❤❤
Humni Waaqayyoo boriikee naaf haa tiksu eebbifami...
eebbifami
sirreefam #Yaadanii Shiferraa Official Page utuu jettee gaariidha.
Misgeekoo maatii naaf ta'i ani siif ta'eera
@@sanyii8781 Tole wal jajjabeessuun dirqamadha ..jabaadhu jabduuko
Eebbifami. ayyaanni Waaqayyoo ammas siif abaay'atu.
Barrii kee mannii kee haa ebbiifamuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebbefemii ❤❤❤❤
waaqayyoo bara siif haa dabaluu bara kee irratt an baayyeen si jaalla sagaleen baayyee nama eebbisa waaaqayyoo dabalee siif haa kennu 6:56
Yaadiyeeko goftaan siwajjiin haa ta'u sihaa gargaruu
Akkuma farsakeeetti ebbifamu yaadeko nuf jiradhu ammayyu ❤️
Ebifamii dachaa yadoo Koo siin jaldhaa 🙏
Ebbifami dachaa 🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🧎♀️🧎♀️🧎♀️🧎♀️🧎♂️🧎♂️🧎♂️
Ammmen Ammeen ebbifaami muca gooftaa
Waaqayyo isinaa Eebbisu faarsaan kunbaay,ee naboqochiisa
Waaqayyoo Sii haa eebbisu
Yadddddooooo barrii kee haa eebbifamuuuu ,jalaalee
Ameeen eebbiifammii ❤
Waaqayyoo sii haa eebbisuu
Ebbifamaa dachaa dachaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤ammmeeen ebbifamaa dachaa
yaadoo waaqayyo inni hundumaa danda'u ayyaana kana sirraa hin fudhatin
Waaqayyo si haa eebbisuu yaado
🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌🙌 waaqayyo sin ha Eebbissu Eebbifama
Absolutely great GOSPEL from ABOVE .
GOD bless you ALL !!