Ayuun naatu si fudhaa jannan na tumte😭 Saidotu natti erge

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 4 окт 2024

Комментарии • 1,3 тыс.

  • @sabaaketinboon
    @sabaaketinboon 6 дней назад +136

    Miskinaa wly saidoo fudhuu qabdaa naman dhugan namaa jalatuu hin jiruu yeroo ammaa keessatii yorii ayuu degaratan like godhaa❤❤❤❤

    • @aishaaa1904
      @aishaaa1904 6 дней назад

      Mashaldhaayu

    • @HgGh-q4p
      @HgGh-q4p 6 дней назад

      Dhugaa jetee wani jalaa namimaa jalatuu bekaa

    • @OromoFirst-ny4cu
      @OromoFirst-ny4cu 5 дней назад +2

      Micayyoon tun dhugaa qabdi ummata duratti salphise sirriidha..akka kiyyatti hidhamuu qabaayyu..sirriidha micattiin

    • @masaratgaromsa4264
      @masaratgaromsa4264 5 дней назад +1

      Ayyuun Kutattuudha🎉🎉🎉🎉🎉

    • @SaidHawiiHawiisaid
      @SaidHawiiHawiisaid 5 дней назад

      Badii yaa wasaki maa ishee bichatii pirank ta'aa gaowaa akaa Walidhaa ishenuu atiyuu​@@OromoFirst-ny4cu

  • @MohamdDini
    @MohamdDini 6 дней назад +50

    Intalii tun muxanoo kabalaa gudaa qabdii 😂😂😂😂

  • @MPp-d5v
    @MPp-d5v 6 дней назад +36

    Yerroo Amaa kan onnee ufii gadii dhabee nama tokkocha jalatuu argachuun ni ulfataa garuu jaalaltii Ayuun sa'idoof Qabduu bayyee takka na dinqiisisee.

  • @masaratgaromsa4264
    @masaratgaromsa4264 5 дней назад +2

    IJJANNOON AYYUU hedduu Natti tole, Ayuu Saido gadii hin dhiisinni. Cimtuudha ati❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏

  • @MPp-d5v
    @MPp-d5v 6 дней назад +11

    Wolahii ijanoon mucatii akkan nama gamachiisa dhugaa mashaa Allah

  • @SuutaaMuusaa
    @SuutaaMuusaa 4 дня назад

    Baguma si kabalttee mucayyoo maccaa wataa godhattan dhgaa abbaa yoo kaanobbolessa isif yadu hinqabddu naffakkata🎉

  • @AbdushakurMahamad
    @AbdushakurMahamad 5 дней назад +13

    السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Miskinaa wly saidoo fudhuu pabdaa naman dhugan namaa jalatuu

  • @AyyuuTube-wr4sq
    @AyyuuTube-wr4sq 5 дней назад +2

    Mucayyoon kuun nagadhaa garuu😢😢😢

  • @RahoNura
    @RahoNura 6 дней назад +16

    Aboo miciyo hin marchiina please 🙏

  • @OkOla-x1n
    @OkOla-x1n 2 дня назад

    Firankii Yoo Sii Godhee Waa Durbumaa Siraa Fudhattee Atii Qarumaa Itii Yaadetaa Mallee

  • @zamzmA-c5k
    @zamzmA-c5k 5 дней назад +10

    Kkkkkk tuni sayido male hin argitu

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525 3 дня назад +1

    Way Xifii😅😅😅😅 intali akkamiti dhiira xafaati akkanati subhaanallah😅😅
    Gaafa saidoon fuudhees gaafa waa itti aarte ima Kabalati Rabbuma itti erge saido😅

  • @fatumaArarso
    @fatumaArarso 6 дней назад +5

    Yasu hin kijibini ittumaa yaadani dalagaa jirtanii boo maa kijibdaa saash😅😅😅😅😅

  • @misraabdnmajid523
    @misraabdnmajid523 3 дня назад +2

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉Mashaall ❤❤A❤❤❤❤

  • @sumayaaisha9354
    @sumayaaisha9354 5 дней назад +6

    Qawsii wayitii mucatin herumtele alahu alam hin bultuu jedhe yadaa anii

  • @OkOla-x1n
    @OkOla-x1n 2 дня назад

    Atii Qarumaa Akamiin Argadhaa Jetettii Maallee Unkaan Kaan Durbumaa Gadhissee yuu Akaa Kee Kanaa Hin Ta.uu

  • @AyubBilal-d8l
    @AyubBilal-d8l 6 дней назад +9

    Kkkkk daldaltotaa RUclips dadhamnee ummataa mataa qulfii sittii xiqqesitee birraa😊

    • @Fhgk-wy5mr
      @Fhgk-wy5mr 5 дней назад

      Dhugana jiruu kanumaa

  • @ShJabed-mu4dx
    @ShJabed-mu4dx 5 дней назад

    Ayuun namaa mitii maratuu dhugaa rabbii

  • @smbetyhhlard3461
    @smbetyhhlard3461 6 дней назад +12

    Kabala hawite yatee yasuu😂😂😂😂

    • @Radhia-n2p
      @Radhia-n2p 6 дней назад

      😂😂😂

    • @HababHababa-jr1ms
      @HababHababa-jr1ms 5 дней назад

      🤣🤣🤣🤣😅😁😁😁😁😁

    • @fozya3388
      @fozya3388 5 дней назад

      😂😂😂😂😂😂

    • @Xayyuu
      @Xayyuu 5 дней назад

      😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

    • @aberumijana8210
      @aberumijana8210 5 дней назад

      Hhhhhhh

  • @Muslimajabal
    @Muslimajabal 5 дней назад

    Ayiii yaa jaalalaa saido fuchuun qabdaa wlh miakiin Namii akkan namaa jaalatuu dhugaan esaa ba'aa ❤❤❤❤

  • @ZeetonaZeetona
    @ZeetonaZeetona 5 дней назад

    Mashaa allah misakinii 😢😢😢😢😢😢 Amshiraa namaa dhugaa demuu kufee hin hafuuu

  • @QamaruuAbdii
    @QamaruuAbdii 5 дней назад +5

    Siti xinattee😂😂😂😂

    • @Suye444
      @Suye444 5 дней назад

      😂😂😂😂😂

    • @AZzz-vc8hf
      @AZzz-vc8hf 4 дня назад

      Hojii ke nyaadhu male biro dhugaa jette 😂😂😂😂😂

  • @Naadiyaatamaam
    @Naadiyaatamaam 5 дней назад

    Ayyu miskinaa rabbi badi qabda❤

  • @mucajalaa8463
    @mucajalaa8463 6 дней назад +2

    erga ijoolee kenyaa shamaranf qabu kanna jaba hin kofina ani bayee tokko shamaruma kooti gade of kenya ile imoo kenyaa ile waanti dhufu hin bekenu kannaf inni lamaf sayidon yoo fudhe rakko mali qaba sheriyan rabbii 4 eyyama yoo amma inni dandeti itti qabuti yoo sumeya tahe maali goti bode ni dhifiti😢

  • @birhanibirhani5858
    @birhanibirhani5858 5 дней назад +1

    Uuuuuuuu firaa in qaduu atii qoyi

  • @DineShakir
    @DineShakir 4 дня назад

    Jiruu mucaa namaa hin balleessinaa firra dhaabaa laalaa

  • @AdamAbdii-l4n
    @AdamAbdii-l4n 5 дней назад

    Na qanesse ha na fudhu jatetii mo jalaalaa dhugaatii nu gafadhaa

  • @OkOla-x1n
    @OkOla-x1n 2 дня назад

    Mucaa Gaddii Dhisii Damaan Ofii Biraa Haa Debbuu

  • @zalikaismael4551
    @zalikaismael4551 4 дня назад +1

    Atii italaa. Martuu mali wajin. Hasoftaa😢🤭🤣🤣❤️

  • @michaga-x8r
    @michaga-x8r 4 дня назад +1

    safudha aboo maali kuni mutani😅😅😅😅🫣🫣🤪🤪

  • @HawudiYusuf
    @HawudiYusuf 6 дней назад

    Rabbiii intala kana idimesii hagababsufii maqa dubarti muslimatin taphatee

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 5 дней назад +1

    Wow jalali akana kuni nama boonsa ayuu ani stti boone jira ❤❤❤

  • @Ganooduurii
    @Ganooduurii 5 дней назад

    Dhugaa kee sado fudhua qabaa😢😢

  • @DineShakir
    @DineShakir 4 дня назад

    Saahiboo qaldii namatti godhin

  • @youyoy8176
    @youyoy8176 5 дней назад

    saargii gii kaanii haahaa anniihee sii gaargaaraa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ChaaliChaali
    @ChaaliChaali 4 дня назад +1

    Kkkķkķkķ sii goote wollahi

  • @KebuChalchisa
    @KebuChalchisa 5 дней назад +1

    Kkkkkk lenjii kaballa qabdi ishiinoo

  • @MegertuFalme
    @MegertuFalme 6 дней назад

    ❤❤❤dhugaamaa jalalatii shi malii garuu kabbaladha biyyaa fiixee

  • @MeryYosf
    @MeryYosf 3 дня назад +2

    ይችን ሰዉሆዷን ተመልክቱልኝ እረጉዝናት

    • @SLM-o3k
      @SLM-o3k День назад

      ትመስላለች😢😢😢

  • @UkkaashaaAadam
    @UkkaashaaAadam 6 дней назад +2

    Rabbi isin haagargaaru.😭🙏

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii9036 4 дня назад +2

    atis itti dabalamtee Diraamaa jara kanaa😂😂

  • @osetube
    @osetube 6 дней назад +4

    ruclips.net/video/j-Ztcq7QjEY/видео.htmlsi=14lUUdBa301VRgAX warii ayu degaartaan link kana tuqaa ajibaa lala

  • @Laila-h1y
    @Laila-h1y 5 дней назад

    Attii dhugaa rabbii birri yoo sahidon kenef birriti hajamta oso jalalaa isi hin tanee qanii kanii sahidoo bibiltee Mal akkaa jetenii yadata birrii horaa kenitaa moo isii kenitaa jeten inii isi kenaa Jenani hadhaa jalalii siti mudhate

  • @Rahav-um7rj
    @Rahav-um7rj 4 дня назад

    Jalii sihagodhu rabiin jalala jetii kijibdun namni mal nan jedhaa jechaf chik jets dide

  • @youyoy8176
    @youyoy8176 5 дней назад

    kaa baaajaanii fdhdii anii hee sii braa dhaabdhaaaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AsiaShuferii
    @AsiaShuferii 3 дня назад

    Tiish bagaa sii tumtee atii qaraa maa fataantanii

  • @KokobeTaye
    @KokobeTaye 2 дня назад

    Baduu ishen ishee yabalechuu lafaa kanaraa shamaraa hudaa maqaa balechitee silaa qorichi ishee lamucee jitu turtee yagubatu

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa 5 дней назад

    Masha Allah tabarkalah Ayuu to 😢 Fudhuu qaba walahi seidon miyo tana misikina walahi gara nu nyatii dhisi S A S miyo 😢 video iratii warabu hinafa dhisi ka seido Rabii xiba deba

  • @JemalHassen-o8y
    @JemalHassen-o8y 5 дней назад

    Ummattati hin qoosina

  • @FaysaPhone-e2y
    @FaysaPhone-e2y 5 дней назад

    Wayiii dhumaaneeee

  • @MagartuMahammad-w9y
    @MagartuMahammad-w9y 5 дней назад

    Umataa gurgutan ma amantaa namatii tabapatan me isin kiristanaa bar

  • @AqillAbrahim
    @AqillAbrahim 5 дней назад

    Michiiyon Buttun tun. Dhiira qalloyte garrti eyysa ichii deemtii. Ee misskin wly wanii lafftu akkana godha hiin jirrtu nii rakkate 😢

  • @Tigisttolosa
    @Tigisttolosa 2 дня назад

    Fudhami lafaraa malii kun ijoo waraa hin qabduumoo

  • @abdulmalikyoomi2138
    @abdulmalikyoomi2138 6 дней назад

    Saido malee dawwaan isii hin jiru muccayoo dhiisaa haa fuutu saido rabbii si gargaru fudhi kaa

  • @aminaanaaminaana8765
    @aminaanaaminaana8765 5 дней назад

    Bagaa siitii dabessaa wolhii sii kabaluun issii naati tollee

  • @halawiyamuhamad5501
    @halawiyamuhamad5501 5 дней назад

    Amma isini jalalafilee osoo hin tanee halomaa bayufi malee yaa Allaah mali kunii ufumalee nama hin yaduu jechuu

  • @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
    @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa 2 дня назад

    intaallii maratte waraasaa shee kabaalatee kkk

  • @huzefiyoutube8256
    @huzefiyoutube8256 5 дней назад

    Mee ati malumafii kabalaa quftutee tiyan hajamaa hin betuu

  • @mafa2217
    @mafa2217 6 дней назад

    Manichaa rabbiituu itti ergee xiifiin aredaa isaa saan irraa fiixii

  • @aminaanaaminaana8765
    @aminaanaaminaana8765 5 дней назад +1

    Gowwaa usuu jalala bekitee waan akkaanati hin ashoftuu miccaati jalalaf maratee jennaa ittii ashoftaa gowwaa

    • @efsrdsssrdss2151
      @efsrdsssrdss2151 5 дней назад

      Yomu iti ashofe re😮doma ma arbasata ati doma

  • @abdurahmanwariyo3702
    @abdurahmanwariyo3702 5 дней назад

    saidoon fuudhee diraama woliin osoo hojjate mucaayyoo jabduu

  • @KiyyaayyeeKenna
    @KiyyaayyeeKenna 4 дня назад

    Baga si kabalte mal dhala namatti taphatu sini amma osoo dhuguma sete ammas gadisisu fete ati ayii nama jalala hin bekne qofatu jalalati qoosa 😢

  • @Hasanibrahim-pt7wd
    @Hasanibrahim-pt7wd 5 дней назад

    Yes👍👍

  • @MakaTubes
    @MakaTubes 5 дней назад

    Saidoyyu rabbin haa danddesisu xifi isi irra

  • @FaizaAli-zy7uj
    @FaizaAli-zy7uj 5 дней назад

    faraduulee namani isin sammuuttii tabattan hin jiruuti ofuma piraanki godhaa jirta haye

  • @HalimaQtr-c1j
    @HalimaQtr-c1j 5 дней назад +1

    Mashalaaa woyii kabalaa

  • @OkOla-x1n
    @OkOla-x1n 2 дня назад

    Balagee Maqaa Dubarasii Ballesiittee

  • @FariidKamaal
    @FariidKamaal 4 дня назад

    ❤❤❤❤❤ fuudhii please

  • @SdfDgh-j2z
    @SdfDgh-j2z 5 дней назад +1

    😭😭😭😭😭uuuufff it diqeste yasu Kabal it daballii

  • @sumayaatubeAllh
    @sumayaatubeAllh 5 дней назад

    Yaa rabii malumaa agaraa butii namaa baxabaxii tunii xow.walee balagee wayii

  • @Aliyahajji
    @Aliyahajji 4 дня назад

    Wayoo wayoo wayoo

  • @NegatHsen
    @NegatHsen 6 дней назад

    Qorichaa ketiii

  • @GexeKumsa
    @GexeKumsa 4 дня назад

    Filimii hojachaa jirituu abboo umataa safuu hin bennee

  • @اابب-ع2ج
    @اابب-ع2ج 3 дня назад

    Aboo mucan huqatee jirtii sidoo maf hin funee 😢😢jalalii safaxaa setaa mooatii silaa akn naa si fudhaa jetuuf bagaaa si kabaltee 😂😂😂

  • @meftuabdi6962
    @meftuabdi6962 5 дней назад

    Wly dhugaan saidon fuudhuqaba

  • @AshuTube-rl3vn
    @AshuTube-rl3vn 5 дней назад

    Wallahi baayee kofle

  • @ZeynebaAbrahim-ei2wc
    @ZeynebaAbrahim-ei2wc 4 дня назад

    Parnk kan dhisaa soba kaan yoomii dhisiitaan Atiif Ayuu saido. Amaantan keesan tooko miitii kkkkkkkkk soba gaafaa qabu

  • @zahrah8488
    @zahrah8488 3 дня назад

    Martuuyaa Safuu

  • @orgyb9088
    @orgyb9088 5 дней назад +1

    Osoon saido taa'e qarshis hi kennuufii hin fudhuusii tana intala balagee ati maal of sodaatte kana booda namni na fudhu jette sodate moo yoo itti heerumte kan jaalallii dhugaa ishin gidduu hin jiratiin akkami siluma ornk irratti hojjette na fudhuu qaba jette murtessita

    • @misranur25
      @misranur25 5 дней назад

      Dhuga qabdii inni maf salphise maqan dubati takka bade tanan hiin debi'u kanaf dalaga akkasi irrat hiin dalagu ture sa'id amma garu dubin murtesuf nama dhipa sumayanis dhuga qabdii eee miskina hundii isanii

  • @Juhiikalil
    @Juhiikalil 4 дня назад

    Uffff baga si kabaltee goboz hayuu silumma kabala hin gashituu atii😂

  • @HabibUmar-rb1bx
    @HabibUmar-rb1bx 5 дней назад +2

    Mee lakkofsa saido naaf ergii rabbuma jedheti 😢😢

    • @efsrdsssrdss2151
      @efsrdsssrdss2151 5 дней назад

      Akamu godhufi ati ho😮😅

    • @ShJabed-mu4dx
      @ShJabed-mu4dx 5 дней назад

      ​@efsrdsss😅😅😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂rdss2151

    • @masaramasara1595
      @masaramasara1595 2 дня назад

      Ati arfafaa egalufi😂😂

  • @SufiyanAhmed-x7r
    @SufiyanAhmed-x7r 5 дней назад +1

    As wr wb Habiibi Akkatolu Rabbi sihaagodhu❤❤❤❤😂😂❤

  • @ZemzemA-w4l
    @ZemzemA-w4l 6 дней назад

    Hitaloo qur,anaa itti qar,aa

  • @SdfDgh-j2z
    @SdfDgh-j2z 5 дней назад

    Dhuga jettee wali❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @UbeydaAbdi
    @UbeydaAbdi 6 дней назад

    Ayyuu best girl itti xiqqeessitee kabalaan bye namatti toluu

  • @zamzamzeze3229
    @zamzamzeze3229 6 дней назад

    ❤❤❤

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 4 дня назад

    Egaltee atis diraama

  • @IbsaNaazir
    @IbsaNaazir 11 часов назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Shukrimama
    @Shukrimama 5 дней назад

    Koflaa qufanee

  • @Hmzh-w6n
    @Hmzh-w6n 6 дней назад

    Waan saalphatef moo waan jaalateef afaan lama dubatii

    • @AmeenaQatar
      @AmeenaQatar 6 дней назад

      @@Hmzh-w6n waan salphattef hin sobdii jalala hin fakkatuu

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 6 дней назад

    Ayyuu maalii tuni kolkollee goowwaani sagaaxee jaarsaa nama jalaattuu

  • @nimooabdulatifgilmcom5494
    @nimooabdulatifgilmcom5494 3 дня назад

    Atti gawamoo qaroodha midayarati saidio walin became tolee sijetimoo

  • @obsaaadamtup847
    @obsaaadamtup847 3 дня назад

    Miciyoo tunii bayee jalatii saidoo fudhu qabaa

  • @KssjjsSksk
    @KssjjsSksk 6 дней назад

    Kiyaa salamadhaa atii balagee gowaa

  • @rihanamohammednuru3864
    @rihanamohammednuru3864 5 дней назад +1

    Mali intali akkana salbattu diira maara ka kaballa dopasttu. Saido rabumattu itti ergee. Yoo inni ajajamu dide kaballa fi marzitti debitti. Baaye namaa sodachnnistti. Adaba hinqabdu. Haa'yaa waan jeamu Rabiin itti hin7. Yaarabii

  • @leeloo-yr7ccgurmessa
    @leeloo-yr7ccgurmessa 3 дня назад +1

    Malii rakoo qaba eshinii yaa futuu senaa gamesisitii🤦🏻‍♀️kkkkkhhhhhh

  • @asmam-x4t
    @asmam-x4t День назад

    Shariyyaan humnaan heerumaa jedhaahii😅😅😅😅

  • @Gishehussen
    @Gishehussen 6 дней назад

    Itaallaa martuu dhugaa rabbii

  • @abdulaakimtaaju9942
    @abdulaakimtaaju9942 5 дней назад

    Akkana baga aragaye

  • @اابب-ع2ج
    @اابب-ع2ج 3 дня назад

    Ishoo intalaa koo bagaa didee qarshin ni dhumtii sidon amoo inumaa jirataa hangaa guyan isaa gayuu 😂😂