Miciyyoo isin bira teessu dhiistanituma ifif nyaattan subahan allah juice dhalaa 2nif fiddanituma miciyyoo irraa cal jattani ifitti gurtan keessaafu kullanin nyaata malee nama isii cinaa jiruuhu hin argitu duraanu garaa kana ballattii😂😂😂
Bulguwaan ani baayee baayee isin tasabe oromoon nama tesise midhan hin nyaatuu gandafuu ni laataf isin oromoo mitii bulgota kana booda of jalaan isin yaasaa😷😷✊🏻✊🏻👊🏼👊🏼 Har,aa isniin jibbee umata harree😮😅😅😅😅
Mucaa xiqoo saan nyaata maalif dhowatan firoo 😢😢😢😢😢😢😭😭
Eyyenii dhugaa 😢😢😢😢
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wly biyyee nyadhaa mudanoo akkan anillee in qabaa😢😢😢😢😢😢😢😢
Firoo waa sii gafadhaa mucaa dhsumaa kee tokkoo beetaa salamanii muamdii Mee biraa demitii vidii wajin dalagaa firoo ee sii jaladhaa mashaa tabrakalaa
Subahaan allah nama afur keessa namnii tokko miciyoodhan nyadhu hin jetanii a'uuzubilah
Micoo xinnoo maaliifi dhowatani nyataa biyyee nyadhaa wly😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮😮
As wr wb Firoo bro kiyaa bayyee takkaa sii jaalanaa jabadhuu garuu miiyyoo xiiqoo san maliif akkas gootaan hoo bayyee takkaa namaa gaadiisiistaan dhugaa 😢😢😢😢
Qaxaaleewwan kuuleefa natti tolanii dhugaa ❤💚
Hordoftotaa firoo tube mati naf taha hadara ❤❤
firoo ati jaartii tee san eeessa gote😢😢😢Ilmoo garaa siif qabdiiyu duraan😢😢❤❤❤❤❤Eessa goote😢
Anii leen santuu gafii nattii tayee walahii bar osoo isheen garaa qabduu qabamee manaa hidhaa su'udii turee amma akka wan ilmaa ishee waliin gatetii dhirrii zabanaa akkasii ilmoo waliin namaa gattii ayii carraa kenyaa
@@jallatusabaa4817 😢😢😢😢😢ee Ilmoo garaa qabdii suudii jirti yeroo inni qabame san galuuf qopoytee turte waan taate mooji Rabbi keeyrii ha godhuuf maal godhan Bultiin zamanaa akkanuma waan tahan Jara lamaniif Rabbitu beeka nu hin beeknu Jaalalumaaf Isaan jaalanuuf Isaan gaafanne male Hameenyaaf miti❤❤❤
Wayoo duraa fudhee turee edaa gurban😢😢😢
Wly osoo isin bira jiraadhee juce san matatti isin naqa miskina biratti nyaattan😭😭😭😭😭😭
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐭𝐢
I Love you oromoo koo❤
Mashaa Allah tabarkAllha kulanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kulanen akkaa dhalaa biyya arabati mitii jette saha nutii uf jijjiruf maalee dhiraa jijjiruuf umrii kenna hin demne 🦧
Kulani atin hoo dhalaa biyaa arbaa kesaa hin turee mali dhalaa biyaa arbaa worqii barii
@@makiah6228 isheen amma durba wagga 15 uf gotee sanu dhiraa bira tese nutis heruma fenaa yo jetuu gababumati na fudhaa jechu ishe jarii hin hubanef malee😁😁kasara hagasii🙃🙃
fatamahfatamah 6234kkkk nuti karaa seraa qabesaa demee dhalaa biyaa arbaa tanee eshenuu jirtii tani karaa baraa 2 demetee mali maqaa dhalaa biyaa arbaa kastii duraa fudha dhabdee olii gadii egee dhiraa fana rasaa olti dhalaa biyaa arbaa jetii sanu ishishee
@@makiah6228 dhuga keti waallahi warrii qurxumin osso hotu biyyaa baftee biyyaa debiste mal hamilee nu cabsuf harkaa darbiti fulaa kirema 100 ittii jijjirtuu kana bultii setee mo jzb🐑↩
Masham.allha❤❤❤❤❤
Rabinii hin sodatanuu moo mucayoo biraa tesani nyataa natuu 😢😢😢😢😢
Firoo ishee shaashii bulee biruma nyatanii umataa gara bichaa🍔🍔🙈🙈
ummaata daa'immaa xiqqoo biraa maaliif nyaataa biyyee nyaadhaa hin jedhuu anaa😂😂😂
Mashallh mashallh❤❤❤❤🎉
Maashaallah Adamaa siti baro❤❤
Firoo kiyyaa mucaa Qobb tennee jabadhuu ❤❤🎉
Waay Xiiqqoon saan natuu sirraa ararsaa ❤❤❤
Firoo miyo san maliif akkasgotan 😢jusii dhowatan nyataa dhowatan wayii miskinaa tiyaa yom wahen oromo arsitee nyadhuu tesan dhabdee later😏😏🫣malif walin qixesin jaraa
Firo Kuna qoqoo mittii qanqee dhaa maale malii boo baalla mallii tuu issinii ttii buuee 😢😢.
Auzubila wly ak natatee tokotin qafadhee kun jaruma akami jari karan qudura Rabi akamiti daima maditi nyata dila kana nyatan silaa😢😢😢😢😢
Jabaadhu firoo koo
Bro xiqqoo nyaata máa nyaata hin kenninaafii
Kullani love you my Baby ❤❤❤
Xiqqoo sana sharrabas in dhugne nyaataas in nyaanne maal jeshuu
Biyye nyadhaa wallah siin hundii kessan argaa tessan ummata oromo bakka hin butaan kijiibdotaa waal gahee
Video waraabu malee quba of hin qabdan bulguudhan akkamitti mucayyoo biratti nyaattan Wallaahi of natti fakkaate subhaan Allaah 😭😭😭😭😭
😢😢 miskina wly
😢😢😢😢😢😢😢😢
Masllah mashaallah ❤❤❤❤😢😢
Maashaallaa 😢😢❤
Garuu isiin namaa akkaamii mucattii of birraa kettaanii nyattaan jusaa sadii fidee isiin isii maa hin aferee mucattii 😢birattii nyatanii dhuydaa 😢😢😢😢
😂😂😂 maashaalaa taabarkaahaa 🎉🎉🎉
Yommi nyadhu jetanin umataa gara calaa😢😢😢
Mashaallh mashaallh mashaallh ❤❤❤❤
Waallahi ani kulani mufadhee
Dhalaa xixiqo as jiraa jetee isheno waan dullatii tatef obsan adda batee dhiraa fedhaa jettee😁😁😁😁😁😁😁😄😄
Dhugaa ketii wolayii😂😂😂
Gobazii kulee ❤❤❤
Ahhh wahii heddu garaa naa nyatee miciyyon xiqoon sun isiin hundda kessan argaa kessan wallah yoom nyadhuuhu jettaniin atis hangattuu maliif fiddan yoo akkatii kan xiqeysittan tahee sirbaa ketiis argaa kee😢
Mucaati saani maafi biraati nyaatani ummaata garaa jaalatu miskina gara nama nyaatii😢😢😢
Abboo kiyyaa Hancoo liikkiitti alaanfadhuu
Mashaa Allah
Firo atii garuu namaa gaarii siisea tuure malifa garu gaara malii baatuu 😢😢 umataa garaa jaalatuu
Mucaa xnee sn garaa na chtee😢😢😢😢😢😢😢😢
Maashaa allha
Bulguu qofatu waliiti namee 😢😢
Wollaahi duuraa nyaadhuu jenenii ufuumaa olinii jetaanii mee 😢😢
Mani nyaata kun kami ummata jaalala dhaquun fedha naaf bareeyssi firoo
Icii umata garaa bichaa dahiima san maalif birati nyatan🙆♂️🙄😭
be strong, my friend
Firoo hati manaa kee hoo?
Hangatu nafusisi firo❤❤❤❤❤❤
Wr wbFiro mashaa allaah qali nama❤❤❤
Mucan Wantin Artef Oromo to Siti Garu Ega Pirki tatefu dhifama godhu qabdi
Mucayon sun Gara Naa nyate 😢😢😢😢😢😢😢😢
Maaloo.nyaadha.jeedhanii.muucayyoo.xiqoo.taannaa😢😢😢😢😢
Firoo dogongor ifirraa eegi vidio keesaati miciyyoo miitanii jirtan ishii 3ffaa san
Miciyyoo isin bira teessu dhiistanituma ifif nyaattan subahan allah juice dhalaa 2nif fiddanituma miciyyoo irraa cal jattani ifitti gurtan keessaafu kullanin nyaata malee nama isii cinaa jiruuhu hin argitu duraanu garaa kana ballattii😂😂😂
Dhuga ajiba bar
Subanallaah dhalaa ofii xalabataan malee kunii nama mitii kaa biratii nayatanii ajaibaa dhugaa mali akkanatii garaa woliti jabatuu garuu oromo dhalaa haramalaa taa jarasaa hin qabanee magalaa maraa iraa lafaa marituu abbanii argee woliin jiratuu🙄🙄🙄
Uuuuuuu bishanuma osso bitanifi↩😭🙈
😂😂😂😂😂
Yaa firo wollaahii hinuma sii nyaatani lakkii dhiisi.
Mashaallaa Mashaallaa shamarraanii Teenyaa bareeduu dhugaa jaratii❤❤❤
Auzubilaa malii garaan akkana sinittii jabataa qofaa nyatanii😢
Mashallah Mashallah broth
mashaa.allaah.garuu.mucayoo.isin.biraa.jirtuu.nyataas.dhugittis .womaa.takayuu.hin.kenitanufi.ofumaa.qofaaf.nyataani..wly.bayee.garaa.na.nyatee.
Bulguwaan ani baayee baayee isin tasabe oromoon nama tesise midhan hin nyaatuu gandafuu ni laataf isin oromoo mitii bulgota kana booda of jalaan isin yaasaa😷😷✊🏻✊🏻👊🏼👊🏼
Har,aa isniin jibbee umata harree😮😅😅😅😅
Firoo essaa biiftuun ??
Firoomsaa prank jinnii galgalaa sanirraa haftee🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Masha allha keeps go
Wooow! Masha Allaha firo.
Kun ummata akkam uuuf mucayyoo biratti akkamitti nyaattu dhagaa nyaadhaa wly ummata akkanaa argee hin beeku😢😢😢😢
Subcr iraa kasaaa kunii oromoyuu mitiii
A'uzubillaah ❌🤔❓‼️ ummata nama tokko biratti akkamitti nyaattan iiiiiiicccc
Miciyoon xiqoon sunii miskiina wallaahi garaa nama nyaati
Ws wr wb midhaan hinajiiru akka nam Abaraa Iti jiruu
Jadid wara suni lama jusii ma bitinifi
Mashaalah Mashaalah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa banta dubra oromo akam itigota
Wl wr wb Mashalla Mashalla Mashalla love you 😍 ❤ ♥ 😘 💕
Biye nyadhaa umataan akaa arabaa namaa biraa nyata 😢
Dhugaa keetti wly😢😢😊
Anuarree akkaamalee garruu dhifammaa sii godhee jiirraa
Umaanii ka akkamii kun da.imaa san malif biratii nyaataan😢
Mashaa’aallaa ❤❤❤❤❤❤
Masha allah 🥰 😍 ♥️ 🙏
Biyyee nyaadha isiin mucattii biratti maa nyaattan 😭😭😭😭😭😭😭😭
Galatoomii kulan
Maaf biratti nyattan mucaatti bineensuu yuusee wal waama jette oromon yoo makmaktu😢😢
Tish dhala biya araba arabasu barabadee shamatuu😮
Firosharamuxhdhalhoromoni❤❤👍💔 12:06 12:08
Isin hundinuu maalif bitaachan nyaattan garuu firoo
Mashaallaah 😂😂😂😂❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤🥺🥺🥺🥺🥺🌹🌹🌹
Mashaallha❤❤❤❤❤❤❤wawwwwwwww
Adaren diqalla tan jete san afaan ketif bakka godhi saba kamiyu hin arabsin
Prank Isiin hojaattaan natti Hin dhagayyamanee malii isiin umataa Akkami ossoo mucaattiin isiin birraa tetuu Nyataan Auzubilaah
Umataaa buliguu mucitii ilalee imimanii qabachuu dadhabee
Miciyyo taan San maliif waan nyaattee dhuuydu hin kenninaaf
Uuuuuuuuufffffff garaan kiyyaa naa dhukkube mucaatti biratti maa nyaattan
Naannoo keenyaatti nyaata nyaachaa osoo jiran namni yoo dhufee ykn yoo nama biraa jiratee yaa nyaannu jedhu yoo didaan illee nama nyaatu biraa ta’u irraa nama du'ee biraa ta'u waaya jedhanii itti mammaaku malee isiini akka nama hongee jabaan itti bu'ee maaf taatuu nyaata irratti hanga fedhe yoo jireenyi qala'ee😢
😂😂😂😂😂
😂😂😂
Dasi nama jetuu❤
Domaaaa icii
Tishi maalinni isin ka nyaata mucattii biratti nyaattaniif dhalaan akka isiillee cal'iftee ufumatti nayxii argaa keessan saree malee ilmi namaa nama biraatti hin nyaatu kuni eeybiidha dalagaa akkanaa hin hojjetinaa