Ati nama jabadha suad muktar naaf jabadhu ati lenjistu jabdudha sin galatonfadha ati mastata keenya keessati iflala gorsi kankee ardha ifati bahe ija qalbitin ilali❤
Rabbiin Eebjjuu kee siif dhugoomse naafilee ha dhugoomsu.. wolahii Anis Amala akkaa keeti kana ni qaba...Rabbiin kiyyaa Eebjjuu kiyyaa naf ha dhugoomsu Alahuma Aamiiin 🌹🌹🌹
Wel come back dr Suad bareeduu, jabduu intaala oromoo❤️💚❤️🥰
@@shamsiyayoutubesubscribe7695 maati naafi taa anisi maati sifi taa please
@@Sifanbale. jajabadha
Ati nama jabadha suad muktar naaf jabadhu ati lenjistu jabdudha sin galatonfadha ati mastata keenya keessati iflala gorsi kankee ardha ifati bahe ija qalbitin ilali❤
Mashaa Allah Suad Muktar Hedduu Galatomii Gorsaa bareeda nuuf dabarsaa jirtaa Waan hedduu irraa baradhee wlh Itti fufii jabadhuu habibtii 😘😘😘❤❤Ammalee rabbii ta haftee siif itti haa gutuu
Rabbiin Eebjjuu kee siif dhugoomse naafilee ha dhugoomsu.. wolahii Anis Amala akkaa keeti kana ni qaba...Rabbiin kiyyaa Eebjjuu kiyyaa naf ha dhugoomsu Alahuma Aamiiin 🌹🌹🌹
ماشاءاللہ ماشاءاللہ ❤❤❤
bayyee si jaaladha rabbii ana olitti rabbii sii haa jaalatu nama akka keetis dabalee nufi haa kennu kan jijirama jirenya isaati fi Amantti isatis jabeyifatuu . ❤💚❤❤💚❤💚🌷🌷🌷🌷🌷
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah Tabarkaa Allah rabbiin umrii sii dheeresuu Dr,Su'aad
Maaliif atii salamataa hin jetuu atii musilimaa
Galatoomi ummri dheerttu qabaadhu fayya kee guutu wajjin 😍😍
MAASHA ALLAH
Mama keenya heddun sidinqisiifadha waan heddu sirra hubataarra Galatoomi
Jabaadhu itt fufi.....❤💪
Wowowo jajabadhuu jajabee tenyaa haftee umrii teeti keessa barakaa sii haa kayuu 🙏
Ati dubbartii dhiirra caaltudha dhugaa
Cimtuudha jabaadhu, bareedduutoo
Gorsiikee irra baraacha jiraa ulfaadhu 😍❤💚❤
Dhugaaketii
Jabadhu so, ad muktar ani garu tihasi kessati nin kasare ati garu jabadhu
Dhaamssa Akkadamma mi.aayu Rabbiin Ammalle siifi haadabalu umirii dheerittu siifi haakennu Ammalle sihaaqallessu
Bay'ee galatomii nuuf jiraadhuu Giftii keenyaa Wan Bay'ee siraa barachaa jiraa Halumaa kanaan ittii fufufii 💯
Abaktifi hadhake nuafoti galatofadhu knisadarika kanani sigahe sabotu oromo ❤️❤️❤️❤️❤️👍
Masha Alah Jabenya Bayen Jechota kanara baradhi iti nufu fufi umuri dhani siif hawa💐💕💚💌
Masha allah ammalee jabadhuu inshaallah rabbiin sifi haa lafisu inshaallah ❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘
Maati naafi taa please
Jabadhuu bay,ee si jallannaa gorsaa ke nattii tolee yeroo hunda nin hordafaa inshaa irra fayadama je,ee yadaa
Bagaa nagahan nu dhuftee bareduu tena maa nu jala turutee 😊😊😘❤❤❤
Obali ati islamami baqa kuni qooda fi nasiiba Rabbin sif qoode tanafu waan akka ati dandeti tetin fide hin godhTin subhanalah
Wooow leader hedduu galatoomi muuxannoo tee irraa hedduun baradhee atii Anaaf fakkeenya💌💌💌💌💌✍💪💪🙏
Qalii Nama Matii Naf Ta'i
Mashaa Alha mashaa Alha mashaa Alha mashaa Rabbii umrii sii haa dhersuu
Haye jabadhuu jabduu nama inshallaa nulee nama gorsaa kee kan hojitti jijiruuf Rabbiin nuu haa gargaruu
Insha Allah I hope many people should listen and work on it.
Jiradhuu wly umrii kumaa
Mashallha rabbiin umri kee keessa barakaa sifi haa kayuu
Qalii Matii Naf Ta'i Qalii Nama Asuuman
Dr SUAD Aswrwb akkami nagayaamii
Dhaamsaan siif qaba obboleetti tiyya
1 hedduun si jaaladha
2 nama cimtuu akka keetii arkee hon beeku
3 ammoo akka dhuunfaatti wanniin an sirraa fedhu waan addaati inniis ISALAAMUMMAARRATTIIS Osoo barnoota kannitee hedduu...... na gammachiisa maaliif jennaan Islaamni dubartii akka keetii cimtuu tana qabaachuun badhaasa rahmaani waan taheef
Nuuf jiraadhu giiftii koo rabbiin beekumsa kee siifaa dabalu jabaadhu waan baay'ee sirraa barataarra ❤👈
Mashaa Allah
Tabaarakallah Allah
Rabbin siif haa dabballu ammalle jabbdhu uktii tiiyaa qalli
Masha Allah jabadhu ittii fufii idea kee hedu namatii tolaa 👍💖♥❤🙏💕
Wow wow mashaa Allah wly rabbin sitting siif haa ida'uu.
Masha Allah ijaa Dina siraa ha qabu waan heddu siraa baraadhee jira nuf jiraadhu icciti gudda dhugaa dubbachuudhaf Leenjii Hardha Amezing baayee nati tola mama Afirkas nuf jiraadhu 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Mashaallaa Allaa Tabarki Allah dawaa nutii gotee rabbii siraa jalaatu
As WR WB mashaa aallah baga ngyn nu dhuftee obleeti tiyaa qaalii heduu si yanee.ma nur.badee
Mudanoo kiiyaa qabdaa dr suad teenyaa aniis gafa tokoo walaloo dubiisa jedhe akaa atii tatee ta.ee😂😢❤❤❤ ittii fuffa kayyoon ✌️✌️🦅
Mashaa allaah senaa dhugaati hasoynii fii gorsi kee hundi
Anaa dhufuu oboleti tiyyaa kabajamtu nama mashaa Allah gorsii kee hedu nama kakasa haluma kan nuu ittii nuu fufii💁♀️❤
Wollahii natii toltee video tunii mudanoo tiyyaa garuu akka bakka kanaa gahuu inumaa cininadha inshallah
Mashaallah Mashaallah Tabarakalaa Rabbiin anile dandeetti dabalata Rabbiin siif haa kenu
Wow I appreciated you for giving such successive knowledge
I am proud of u and you excellence
Obboleeyti teenya jabaadhu waan heddu sirraa baraa jirraa galatoomi
Wwwwww mashaa Allah hedduu galatomii mama ulfaadhu waan bayyee irraa barannee jirraa
Bro Asuuman Subscribe Naf Godhi
Bismillah/Alhamdulillah biyyeettiis Beekaan malee Eegumsa maalif hin dhageenyee sochii onnee Hidhiin Hidhiin ittii himii ittisaa
Mashaa Allah mashaa Allah lubbuu tiyyaa mamayee koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👈
Mashaa.allah tabarak Allaah qashiti nama baga ngh dhufte
Mudannoo Dr fayyaa! Yaannis waraanaa maaliif boochisee Eegumsaa Marroo Kumsaa osoo beeknee lafaa
Mashaallah mashaallah bagaa Nagahaa dhutee qalii teenaa Nuufii jirradhuu amalee Umurii dheeradhuu jabadhuu jaduuTeenaa💯✅
innshallaah rabbii..waan.yadee.oltii.milkahuu.naa.haa.tasiisu.galtomii.qalii.namaaf
Mashalaah tabara kalah rabbin amalee bekosa dhuma hin qabnee si ha kenu
Dhugaa keeti wly waan nu keessa jiru olbaasaa jirtaa jabaadhu inshaa Allah nutiis gorsa kee fudhannee warra itti fufu nu haa godhuu.
Wwwwwow maasha Allaha maasha Allaaha waan heedu issiinira baarradhen jirraa galaatoma
MashaaAllah Bagaa nagayan dhufee Qashtii 🥰🥰🥰🥰🥰
Maasha allah gorsi bareeda jabaadhu habibti teenya 💪
Dhugaa rabbii Alhmdulillahi jedhi hundaa rabbumatuu namaaf kenna rabbiin umrii kee nuuf haa dheerreessuu jabduu tenyaa maashaa allah tabarakallah ammas rabbiin bekumsaa bekumsaa irran siif haa dabaluu
Barumsaa kanaa heduu heduu irraa gamaddee Waallaahi dhugaa dubachuuf namni malaqaa osoo hin taannee samuu hiyomuu duration nama hambisaa kanafuu waan yaanee Abdi rabbitin imaa geennaa inshaaaa Allaaaaah
masha Allah Eee wanii rabbin kesa jiruu badee hin Baduu dhuga bata ya sabootuu
Mashallah dhugaa jete jabbadhu hukiti
Asemuleykum Waramtullahi Wabarktu jechuun jal qabi obboletti akiyira gorsi kee gaarii Masha Allah ❤❤❤🎉
Ishaa allaah tokkoffaa adunyaa akkiiraa sii haa ♥ basuu jabadhuu jalii oromo wallaahi heduu sii jaladhaa
Mashaalla mashaalabagaanuujirate umriidheeraa siijedha jajabadha galatomi
Maashaa Allaah Raabii sif haa dabaaluu
Masha allaah baga hedduu galatoomi suad teenya qaali
Barsiiftuu teenya
Jabduu oromo galatoomii heduu gorsaa bareedaa nuuf gotee .
Mashala addee suad rabbiin sihaebbisuu galatomi gorisii kee akkaa namaa macaffaa quliquluu ykn quranaa namaa dubisuu qalibii namaa hataa jabadhuu hadhaatoo❤❤
Masha Allaah umrii DHERADHUU barnoota nuuf kanniituuf sigalateeffana
Bay,ee galatomii nuufi jiraaadhuugiftii koo l love you yadaa gaarii qabadaa hodhoo koo❤❤❤❤❤
Mashaalla bayyee sii diqisifadhaa gaffaa takka Ani waan barbaduu biraa nii gayyaa jedhanii yadaa fakkenyaa gudaa naffa tatee
Masha Allah 😍 Sa’ada Jazakallah gorsaa garidha 💕💕💕💕
I learnde a lot from you
Thank you so much 💓
Maashaalh waan bareeda jabadhuuu si jaha uktii tiyyaa
M Allah suad muktar officials gorsi kee hedduu takka namatti tola barumsa adda addaa hojjadha jirta heddu takka bareeda jireenya dukkana naaf ibsite wly anaaf ati fakkenya guddadha rabbi umrii dheertu siif haa kennu
Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah ❤️
Masha Allah Rabin siira hajalatu
WOW DR SUAD GALATOOMI 👍🏽👍🏽
Assalamu aleykum waraahmatullahi wabaratuhu Baga Nagayan dhufte obboleetii teenya
Sanyii Matii Naf Ta'i Qalii Nama
Dubarttoonnii dursii onnee Gaaddisaa Beekaa keesaan Duutii yaadarraa eega thanks
As wr wb maashaa Alaa gorsii kee bayee natii tole rabbii umrii sii haa dberesu jabdhu itii fufi 💕💕👍👍👍👍👍
Maasha Allah Baayye baarreda galatomi habibiti tiya qalli jiraadhu ♥️♥️♥️🙏✌️
Really I like your course 👌
Mashaa'allaah rabbii isnirraa haa jaa.aatuu yaa suadi waa heduu isnira baradhee
🌿Masha'allah 🌿
TATTAAFFII KEENYAAF RABBITTI IRKACHUUN HEDDU BARBAACHISAADHA.
Dhuma dubbiiti hedduu BARAKHADHU Yaa SUAD. 🌷💚
mashaa alhaa jabadhuu jabdu teenyaa ofittiamanamuu keettuu bakkaa kanan sii gahe good job my sister 🥰🥰❤❤❤🥰.
Welcome mamii teenyaa bagaa nagayyaan dhuftee
maashaallaah Tabarakallaah habiti . rabii. sihamikesuu
Qalii Nama Asuuman Matii Naf Ta'i
Maashaa Allaaha Anaadhufu mamaa teenyaa
Sanyii Matii Naf Ta'i Qalii Nama
Saaha dhugaa keeti jzk sister
Mashaalla Allah mashaalla Allah jabadhuu sanyi koo ❤❤❤❤💯💯💯
Mashaallaah Mashaallaah mashaallaah. Hedduu. Galaatoomii. Qaalii. Namaa
Qalii Nama Asuuman Matii Naf Ta'i
Habibiti rabbi umurii dheretuuu siifi haa kenuu
Rifaatuu dhorkii rifeensii Ogeeyyiin fayyaan aswrwb nyaataanis congratulation deemsis dhalootaaf laftis irkoodha hawaasaa
Akka argituu dhagahi Eegumsaa UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Saud Muktar
Mootummaan dugdaa fayyaan hoo B/I Biraanuu juulaa maalif Boochisee gurra Explains
Mashaallah baga nagahaan dhuftee sabboontu tenyaa Qaalii ❤️❤️❤️🌹🌹
Dr S Bayyee Sinjaaladha❤️
☝️☝️☝️☝️☝️☝️as.wr.wb.mashaaala.barumsa.garii.nuuf.kenite.rabiin.sira.hajalatu👍👍👍👍👍👍
Deemsis kurreejilbaatiif iccittiin ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Ogeeyyiin fayyaan faayaa argii beekuu Eegumsaa Gzxsabboonttuu Ahmed aswrwb Maashaa'Allah Wasiyyaa deemsis yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana libsuu ijaa keessatti yaannis waraanaa hojii Hidhiin qabeenya government ifaa gurruma Amaanaa Sawsawsaw yaarabbii Sabboonttuu Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa beeknee hafnee Dukkana waraana
umurii nuu deradhuu insha ALLAAH
Mashaa Allaha mashaa Allaha mashaa Allaha umiri nufii dheradhuu
Wowowo mashaallaa mashaallaa tabarkalaa 🌹♥👍👍👍wolya gorsaa baredhaa habti wani nufi qodaa jirta ishaallaa Ahllaa 👍👍
Masha alla
Ati
Magala
Tam jirata
Akamitin
Si arkachu
Danda.a❤
Beellii ifaa Dhalootaa bakka bultii Yaannis waraanaa hojii n qabeenyaa barnootaa Yaarabbii bakka feetee taa'ee deemsis haqa garaan dhoksaaOMN har'as wal dhagahi congratulation ASTU saayikoloojii line dubarttoonnii sawsaw Alhamdulillah
Masha Allah jabaadhuu itti fufi 👉❤❤❤❤❤