Mashaalaa horadofataota kena hala chanala kana gudisu qabana irafayadamu qabana sher woligodha Nani 1 biratarina like godha hadara barumasa cimadha woti isi dubatu hudu akaa anaii one nama qabanesa ani oso dhagefadhe qufane najela dhuma wolayii hayu tenaa betu tenaa dubarati cimatu mamayeee onee my love hedu si jaladhaa wolayii
Suad tenya welcome bagaa dhufte si egat ture Lenca jijjiiraama Ani sii ilaleen of if jijjiiruudhaaf murteeffaadhee ati nuf fakenya yoomiyu nuf jabadhuu siin boona karaa nut argisisaat jirta thanks
my great sister, Ati anaf barsiisa koo an tolaan argadhe barssisa addaatti!!!!!!!!.Waan baayyee sirraa baradhee hojiitti hiikuttin jira.dhaamsi an hiriyoota kootif qabu sagantaa kana hordofu qofa osoo hin tane,namoota nu fakkaatanif ille haa qodnu.Maalif yoo jettan obboleetti keenyaf jajjabina, hamilee tahaa.baayyeen keenya sagantaa jireenya keenyaf barbaachisa hin taane hordofaa,namootaf ille qooda olla ,sagantaan kun garuu barumsa mana barumsaa deemne hin arganne nuuf qooda jira
Eee jijirama ni fedha garu anii hadha manatii jollee lama qaba jirenyii haalan qalhee jira barumsasa kuta 10ffa fixen dhabbe maal yoo maal godhee jijiramuu danda'aa pls naf debisii🙏🙏🤲🤲
❤ Of jijjiru nin fedha garu jirenyi koo yeron barbadeti ana jijiru hin dandahu sodan koo kanuma kan yaadaa natti tahu du'aii naaf godhii akka rabbin naaf mijjessu
Manaye galatomi one tenaa yaa wani ofi tiyaa uuuu my love damaaa tenaaa ayunii galabii nufi jiradhuuuuuu❤namani aka ko jalata laki she ❤godha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ana dhufuu noruu mamaa tena my love damaaa tenaaa ayunii galabii baye si jalana damaa damu tenaa hoji ke yero huda nama bosaa hayuu tenaa one tena kesa jirata lubuu tita cala sijaladha si aragufisi imo cara niqaba ishala yero gaba kesa qama si aragu ko hafuu woli nuha gayu biya aba okrati♡♡♡♡♡♡
Rabbin isini irraa haa jalatuu eshaallaa jzk Galtomaa
Oso naaf mijjawe barare dhufaa sii bira jalala tee afaan cobse gorora my life line ifaye ❤
Mashaalaa horadofataota kena hala chanala kana gudisu qabana irafayadamu qabana sher woligodha Nani 1 biratarina like godha hadara barumasa cimadha woti isi dubatu hudu akaa anaii one nama qabanesa ani oso dhagefadhe qufane najela dhuma wolayii hayu tenaa betu tenaa dubarati cimatu mamayeee onee my love hedu si jaladhaa wolayii
Wahin sii dhamadha allatii naa gorii dhamsa kiyya fudhii samiran barari galamso baddessa ciro gubban marii salama naa jain bareddu shagarii nan sobe lubbuyye ❤
Umri dheradhuu Suade.loqidaa Oroomiffàan lenji dheyessuun kee hawasaaf shora guddaaa qaba.anii waan heddun barachaa jira.
Maashaa Allaaha Anaadhufu wo woo barnoota Akkaan nama gamachiisu
Namani si hordoofe waa hedduu barata
Hordoftooni martinuu Irraa dedeebi.aa dhageefadha waa hedduu bartanii nuufi jiraadh galmaan si haagayu kaayoo tee
Maasha.Allah tabarakalah wowowow 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅🚘🗝🚘🗝🚘🗝🚘🗝🚘🗝 jabadhuu Lencaa tiyaa suad muktar ijaraa nafii hafii Eshii Qalii tiyaa uuuuppp malumaa sifii th rabin umrii kee sifii hadheresuuu inshalaa suad tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤
Suad tenya welcome bagaa dhufte si egat ture
Lenca jijjiiraama Ani sii ilaleen of if jijjiiruudhaaf murteeffaadhee ati nuf fakenya yoomiyu nuf jabadhuu siin boona karaa nut argisisaat jirta thanks
Mashaa allah namni video kana daawtee waa heduu irraa hubataa video knaa share godhaa warii oromof yadan 💯
Dhugadhaa imamaa afrikaa.umurii nuuffi dheeradhuu
💯 💯 💯 💯 💯 💯💯💯💯,@
Jabaadhu waqaayyo sii haa Eebbisu 👍👍👍👍👍💚♥️♥️❤️barumsaa garrii namaf qabda
Wwwwwwwwwwwww Leader tenyaa gaalatoom jabaadhuu halumma kanani itti nu fufii mama tenyaa baruumsa bareeda
Mashaalla mashaalla tabarkalla hedduu galaatoomi qalii 💯💔🌹 tenyaa barumsa guddaa argadhe oromtiitti tenyaa 🐅💪👍👈
Wowo maasha allah yaada bareda jabadhu, you are a motivational person
Inshaa Allaah Qoppiidh ufi jijjiiruf dhugatti waaheddu Irraa bare caalan Itti dalaguudh nama Itti dalagu Rabbiin nuhaagodh gorsa Akkanaa kana nuufi kennu keetif nuufi galatoomi jzk Akkanumatti Itti nuuf fufi
my great sister, Ati anaf barsiisa koo an tolaan argadhe barssisa addaatti!!!!!!!!.Waan baayyee sirraa baradhee hojiitti hiikuttin jira.dhaamsi an hiriyoota kootif qabu sagantaa kana hordofu qofa osoo hin tane,namoota nu fakkaatanif ille haa qodnu.Maalif yoo jettan obboleetti keenyaf jajjabina, hamilee tahaa.baayyeen keenya sagantaa jireenya keenyaf barbaachisa hin taane hordofaa,namootaf ille qooda olla ,sagantaan kun garuu barumsa mana barumsaa deemne hin arganne nuuf qooda jira
Hedduu nuuf galatoomi jabaadhu nujalaa addaan kutin siif womaa hin hafnne worra hojjitti jijjiiru nuhaa taasisisu inshaallaah
Anaa dhufu, welcome beektuu Oromoo! ❤️💚❤️
Maatii naaf tahi mee
Tole
Rabbin umrii kesanii kesaa barakaa nufii haa kayyuu eshaallaa jzk 😍😍😍😍
Galatomi hedduu, gorsa na barbaachisu ture 😊
Hmmm… imalli jijjiirama kufati akka qabuu fi kufinsa sodaaf akka if duuba hin deebinen baradhe, ammas gochi allaatti sanii hedduu na ajaaibe!
Galatomi hedduu hedduu ❤️❤️❤️
Hedduu galtoomi suad wolaahi jijiraama heddu argadhe hangaa SI hordogu jalqabe ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dubachuuf waa'ee biyyaa ormaa Sanaa akkuumaa Atii jetee namoonni keenyaa bakaa tookkoo jiraachuu filatuu
Mash Allha Tabarkala Galatomii barumsaa bayyee sirraa argadhee
MÂÂÂÂÂSH ââállââh
Heduuu barumsaa guddadha jabadhuu rabbiiini umriii siii haa dheresuu.
Dhuguma leenjii addaati hawwaan tura mata duree kana guddaa galatoomi💝💝💝🔜🔜
Wolhii anii bayee kaa yadoo nattii tee isimaa Galtomaa jzk
Jirra jirtu Dr Suad obboletikoo galatomi 😍💟
Dhuga jetani wallahi shukran JZK
Jabaduu teennaa jabadhuu barumsaa baa'yee nufi dabarasaa jiritaa rabiin Umrii kee haa dhuresuu
Obboleyyaan maati nuuf taha 🙏🙏
Eee jijirama ni fedha garu anii hadha manatii jollee lama qaba jirenyii haalan qalhee jira barumsasa kuta 10ffa fixen dhabbe maal yoo maal godhee jijiramuu danda'aa pls naf debisii🙏🙏🤲🤲
Lubbuu Dr nuuf jiradhu Galatomii ✔️✔️✔️✔️✔️✔️🔴💚🔴❤
Umrii Nuuf Dheeradhu
Wantiin Baradhe Waan Namni Nudura Godhe maaliif Akka Godhe Osoon Beeyne Aadaa taasifachuun Sirrii Akkan Taane
Haadha Xufxufaa irraa jechuu kiyya
Akkasumas sababa namni jijjiirama jibbuuf
1, Kufaatii Sodaa
2, Jijjiiramni Waan Ammumattin Argamneef
3,If Qopheessuu Dadhabuurraan kan ka'e
4, Jijjiiramni Filannoo Ta'uu isaatiin Baradhe
Dhugaa Sichiin dirqamaa
Kanamaa geesu Rabbi
Galatoomi
Jabaduuu woyii bayyee bareddaa yaani kee hundii gadii namaa senaa wly hundduu galatomi saanyiiiii too jabadhuuu itti fu...
Mashallaa Mashallaa oboleetti teenya qallii jabadhu waa heduu sirra baratutti jira galatomi ❤️❤️❤️🙏
Uuf jijiiruu nii fetaa duraa fedhii jijiiraa ykn hojii waan sanii godhuu
Galatomii giiftiiko💯✔😍
❤ Of jijjiru nin fedha garu jirenyi koo yeron barbadeti ana jijiru hin dandahu sodan koo kanuma kan yaadaa natti tahu du'aii naaf godhii akka rabbin naaf mijjessu
Doc you are so brainy u r the one and the only real motivational mentor our society deserves
hedduu galatomi muuxaano kee nuf qodu ketiif muxaannoo keetiraa waan bayyee barachu dandaee tin jiraa ittii nuuf fufii suad kenyaa
Mashaa allah Mashaa allah ❤❤ yaadabareedadha galatomi waaraitidalaagu nuhagodhu
Wow good idea masha'allh keep it up
Masha Allah dhugaa keetii doctor Suad thanks I really like it your idea 👍🙏
Goota oromtichaa baay'ee Galatoomi waan gaarii hojjachaa jirtaa akkanumaan itti fufi.
Mashaa Allah
Mashallah gorsa heduu garii jzk 🙏❤
#suad umrii dheertuu siif hakhanu gorsa bareedaa nuuf kaniitee
Galatoomi dhugaa waan heddun sirraa bare obboleettii teenya gaarii umrii nuuf dheeradhu
Masha Allah inshallah Rabbii nuu haa Laffisu
Dhugaa anii gafaa biyyaa arbaa dhaquu afaan barachuu jibeee galuu fedhee.
Garuu itttii obseee baradhee alhamadulila
Dhugaaa jijiramaa jibuuun namaa kufisaa
Garuuu jijiramaa jalachuun sadaraka namaa ol kasee enyuumaa mirikkanesaa.
Masha Allah barnnotaa bareeda siiraa barachaa jiraa galatomii qali teenyaa
Wooow wooow leader hedduu nuuf galatoomi 🙏💌💯 barumsa guddaa irraa argannee ittii nuuf fufii
Sababa danessutu akka nuti hin jijjiramne nu godhe amma garuu gorsii kessan hedduu nu fayyada jira rabbi umurii sin hadheressuu
Baga nagaan dhuftee nooruu jennee ❤️
Wly arraa keysaatu wan garidhaa gorsii kee Allaati irraa nudhaaqaba jira jabadhuu Amalee galaatomii
Faayaa waraana Eegumsaa fayyaan kanaaf humni koo jirtuu jijjiiramaaf Dhibeen waraana Qabeenyaa Alhamdulillah competition mallaszenawii jibbis ifaa lollis ifaa no Caqasii. Mooyamee
Manaye galatomi one tenaa yaa wani ofi tiyaa uuuu my love damaaa tenaaa ayunii galabii nufi jiradhuuuuuu❤namani aka ko jalata laki she ❤godha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalaa allah eee dhugaa keetii ❤❤
Baayyee waan gaarii barsiisaa jirta jabaadhu qaalii teenya
Ati dhugaan hayyuu dinagdeeti nuuf jabaadhu
Masha allaah tabaraka allaah bayee nati tolee yani kesani Jzk❤
Mashaa allaah
Masha allaah rabbini umuri kessani nufi haa dheresu inisha allaah
Anii demee dalagaa jijiree jijiramaa koo lalaa jedhee sodadhee taraa jiraa wolhii wogaa meqaa inumaa dalagaa garuu jijiramaa dhabee🤕🤕🤕
Fayyaan faayaa waraana Eegumsaa Utubaadha Utubaadha aswrwb USAID
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉 yeroo ofii kabajuu yeroo baayyee hin hin baleesinii
Silaa daqiiqaa gabaabsitee bareedaa Dha ja'eetin yaada my dear sister
Jabadhu yaada gaari dhiheessa jirta
Mashaa Allah galatomii ulfaadhuu sanyiiko 😍 😍 😍
As wr wb Maashaa Allah Suda jazaakalahu kharaan Barakallahu fik jajjabaadhu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Keep going sister
Galatoomi Sis waanuma jiru kaaftee dubbatte keessafuu Biyya Namaa tanatti wal iyyaafatanii qubachuu hojii Namni tokko hojjate atis barbaaddee sanuma hojjachuu , wal jala harkifachuun walumaa galatti amala keenya.
Mashaa Allaah dhugaa keetii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Beautiful masha.alah masha.alah jabadhuu ❤❤❤❤
Mashallah mashallah Galatomaa Qalii Teenna
Mashaa Allaah suad teenya gorsii baay’ee namati mi’awaa jabbaadhu ammas kanna olii sirraa egnaa kani akka kee nuuf haa baayisuu
Matii nafii ta
Mashaallha hijaaba uffadhu garu obaleettii tiyya
Maashaa allah galatoomi suaadiyye
Mashaa Allaah 🥰❣️
Thanks my hero.
If jijjiiruu jechuun
Biyya, naannoo, ykn nyaata jijjiirrachuu jechuu ni dandeenyaa?
Halumaa kananii ittii nuu fufaa eshaallaa 😍😍😍😍
As WR WB mashaa aallah baga ngyn nu dhuftee obleetiyaa qaalii ❤❤❤❤😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍
Dhugaa ketii rabii taa qabenyii isinitii fhufaa ijenee dalagadhaa jedhee❤🥰💪
Galatomi jzk bektu kenya nama iti fayadamu rabbin nuha godhu
Yaa worra koomeent himaan himee yaanni abbaaf gala jedhamamitiireee
Wallaahii dhugaa keetii
Nama tokko shaniin Biyyaaf irkoodha garuu Ulfaatadha jijjiiramaaf Hello DrDebratsiyon hiyyummaa gurruma
Masha Allah Aleyki
Mashaa allah habibiiti
Mashallah goorsaa gaari fii nama buharsuudha galatomii
Maatii naaf tahi mee
Ana dhufuu noruu mamaa tena my love damaaa tenaaa ayunii galabii baye si jalana damaa damu tenaa hoji ke yero huda nama bosaa hayuu tenaa one tena kesa jirata lubuu tita cala sijaladha si aragufisi imo cara niqaba ishala yero gaba kesa qama si aragu ko hafuu woli nuha gayu biya aba okrati♡♡♡♡♡♡
Matii nafii ta
Maatii naaf tahi mee
Gaaffii
1. Jijjiramaa fi namni keenya USA dhaqee walitti danatee jiraachuu maaltu fide? Is changing means mixing with other people?
2. Nyaataa keenya osoo qabnuu nyaataa Chaayinaa aadaa keenyaa wajjin hin deemne nyaachuu qabnaa?
3. Jijjiramuuf afaan ormaa baruun dirqamaa? Afaan baruun dandetti moo beekumsa? Kan nu jijjiru beekumsa moo dandetti dha?
Jabduu teenya Dirree dhufee si baruu fedha plse
Mashallahaa tabrkalha
Masha Alha
Ulfaadhuu galatomi
Gorsiikee gaariidha
Hayyuu namaa 😍😘
Walahi dhuga kheti ❤️
Bagaa nagayan dhuftee
Guddaa galatoomaa yadaa bayyee garii ta'ee nuf kenu keessanif
Mashallah jabaadhu
Bagaa ngy dhuftaani ❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👌👌👌👌👌😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍