Osoo waggaa 30 hin guunne maal gochuu qabda !

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 окт 2024

Комментарии • 265

  • @dhalotaharaya7379
    @dhalotaharaya7379 2 года назад +23

    Yaada Addaati Masha Allah
    Garuu Yeroo hedduu salamataa osoo jettee gaariidha

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад +1

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝❤💕💝💕💝💕💝😘💘😍💘

    • @waaqayyooyerooqaba9930
      @waaqayyooyerooqaba9930 2 года назад +1

      Piles maati naafi ta'ii 🙏

  • @UkaashaMuhammad
    @UkaashaMuhammad 10 месяцев назад +1

    Maashaa allaha galatoomi ulfadhuu jabadhuu nus si kabajnaa goobazi teenyaa

  • @rozaahasaan4668
    @rozaahasaan4668 2 года назад +3

    Wow wow Amezing Masha Allah Masha Allah Masha Allah dhugaa dubbachuudhaf Leenjii Addati mamaa tenyaa Nuf jiraadhuu Umurii nuf dheeradhuuu

  • @fatmuamohamed8689
    @fatmuamohamed8689 2 года назад +2

    Dhifam waajjin garu Asemuleykum osoo jettee jal qabda gaarii ture kan haafe barumsii kee daansadha 💯👍👍

  • @jaarsawalaabu4393
    @jaarsawalaabu4393 2 года назад +1

    Wallahi Suad Atti hojii bareeddu, barnoota nama tokko nama isa godhu Ummata kheenyaaf dabarsaa jirta. Gorsi khee akkamalee natti tolee jira. Jabaadhu, Umrii dheeradhu. Galatoomi 🌹

  • @ONEOROMIATUBE
    @ONEOROMIATUBE Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤
    Namni Akka keetii kuni Nuuf baayachu Qaba dhugaa Ani ofii kiyyaaf Gorsa kee itti Fayadame Haalan Galatomi

  • @Ukke-vz1oe
    @Ukke-vz1oe 16 дней назад +1

    Yaanni kee hundi baayyee takka naaf tahe Galatooma ❤❤

  • @gwisg7
    @gwisg7 2 года назад +5

    Mashaa allah heedu namati tolaa gorsiike fkn kitaaboleen ati dubiftu malfai'ime nuf himime

  • @AbduramanMuhammad-bw6jx
    @AbduramanMuhammad-bw6jx 27 дней назад +1

    ❤ Ani sii dinqisifadhe yoo hegeref wal barbane imo irati ardha wal qunamu qabna ifaa tiyyaa tahu ardhan sii hubadha

  • @AbduramanMuhammad-bw6jx
    @AbduramanMuhammad-bw6jx 4 месяца назад +1

    ❤ifayye ani tanafin isin filadhe keessatu obbollessa keenya duran akkanati hin hubane ani qofti sababa isatin midhamun sahe garu akka ana quba qabdan dhalu tanan arge garu fula duraf advaiser kiyya obbollessa kiyya guddadha ati sila walin jirra soraa qalbii tiyya lubbuyye

  • @areejk4721
    @areejk4721 2 года назад

    Wowowooo Barnootaa Eedduuu namatii toluuf nama jijiruuf nuf jiraadhuuu tiruukoo❣️❣️❣️👏👏👏😘😘

  • @zeeyinabazeyinabbintii5520
    @zeeyinabazeyinabbintii5520 2 года назад

    Jabadhuu bareeduu tiyyaa rabbii yaada murdaa kee siif haa gutuu jiruu bareedu imanaa haqaa rizqii baloo umrii dhertuu siif haa keenuu insha'Allah galatomii lubbuu tiyyaa ❤️❤️❤️❤️❤️👍

  • @samiyaaabdo5460
    @samiyaaabdo5460 2 года назад +3

    Bagaa nagaan dhufte waan qarshiidhan bitame hin argamneedha waanti nuuf fiduu ❤♥❤

  • @shagekelifak1352
    @shagekelifak1352 2 года назад +5

    Masha'allah ❤️
    Yadaa bayee garii dha ❤️
    Jiraadhu Aboo 🙏

  • @zahraibrahim3351
    @zahraibrahim3351 2 года назад +6

    I don't know oromifa, but I see some amazing videos of you in amharic. I wish you could make videos in amharic also. Inshaallah I hope you will do so.

  • @naserweday9319
    @naserweday9319 2 года назад +1

    WOW DR SUAD GALATOOMI 👍🏽👍🏽

  • @ubax6636
    @ubax6636 2 года назад +1

    Mashallha galatomi kitabnikuni kakmiti nufhimunidesa afaan kam thuqaba

  • @naiimatube6333
    @naiimatube6333 2 года назад +2

    As wr wb dhifama wolin yero hundahu habaya bala ufadhu wan jismmin ke furda ta.ef mashaallah Raabin sif hadabalu bekummsa

  • @ahmednasirabdi1805
    @ahmednasirabdi1805 2 года назад +2

    Masha Allah baga nuuf jiraattan

  • @ZobeeSsss
    @ZobeeSsss 6 месяцев назад

    Mashaa Allaha Mashaa Allah
    galatoomi ulfadha umrii siihadha dhersuu qalii Tiyyaa Hedu natii tolta

  • @AlhilaAlhila-w7b
    @AlhilaAlhila-w7b Месяц назад

    🥰🥰❤️❤️❤️tieans wojiin wan bayee gochu qaba inshallah

  • @bilisaabrahim2322
    @bilisaabrahim2322 2 года назад +1

    Bravo souad teenyaa we need people like you

  • @AbduramanMuhammad-bw6jx
    @AbduramanMuhammad-bw6jx 3 месяца назад +1

    Mashallaha ani gorsa advisari kiyya dhagahun dirqama duran wal hin hubane anis akkanati hin yaane ana fii ati wal madalla wal arkana inshallaha advisari kiyya fii ketis bro keenya guddadha anis hubadhe wal jaalana wal hammana nuti maati takka warra tokko akka taane alaganu nubeke jira tanaf ati ifaa tiyya hanga dhumati ❤

  • @foziorotube
    @foziorotube 2 года назад +1

    Bagaa nagaayan dhufte. Gaaffii sirraa qaba .essaan sii argaatun danda'ama

  • @hasenomar4732
    @hasenomar4732 2 года назад

    Leader guddaa galatoomi nuuf ittii fufii barumsa guddaa sirraa argataa jirraa

  • @tigistiitarechaa1974
    @tigistiitarechaa1974 2 года назад

    Galatomii Lencaa koo Nafii jiradhuu 🦁🦁🦁💪💪💪👍👍✅💯💯💯

  • @orooyoutube306
    @orooyoutube306 2 года назад +1

    Wwww mashalha
    Bayee nama tolaa nuf jiradhuu

  • @misyuuauyyn3965
    @misyuuauyyn3965 2 года назад +1

    Masha Allah rabbin umrii sii haa dheressuu Think you

  • @warkaks8514
    @warkaks8514 2 года назад

    Galatoomi Giftii. Waan Bay'ee sirraa egna jabaadhu

  • @aswanahmed1328
    @aswanahmed1328 2 года назад

    Galatoomi obboleyti tiyya heddun sijaaladha jzkii

  • @fatimaahmed2123
    @fatimaahmed2123 2 года назад +2

    Wow 👏thanks so much Dr
    MashaaAllah shukran galatooma barnota heddu nama fayyada 💯👍😍

  • @aishasanyiioromoo
    @aishasanyiioromoo 2 года назад

    Mashaallaah mashaallaah rabbi siraa hajalatuu

  • @hawiketema4358
    @hawiketema4358 2 года назад +4

    Wow, you nailed it! Thanks

  • @chaliiahmad3256
    @chaliiahmad3256 2 года назад +1

    Yadaa bayee siraa barchaa jiraa jabdhuu my sister ❤️❤️

  • @gjx5883
    @gjx5883 Год назад

    Maasha allaah Su ad cimtu namaa jabaadhu barumsa heedduu nuuf dabarsite heedduu galatoomi

  • @FoyziZiyad-bt8ic
    @FoyziZiyad-bt8ic Год назад

    Umrii tee kessaa Barakaa Siif Haa ka.u..umrii dheradhu.❤

  • @TureAliyyi-p9y
    @TureAliyyi-p9y 29 дней назад

    Yaada hundanttii bayyee gammade namnii biraalleen nigammada jadhen yaada jabaadhuuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @namakulaqurusum9881
    @namakulaqurusum9881 2 года назад

    Gudaa galatomaa mama teenyaa barumusaa gudaa siiniraa argachaa jiraa gochatii jijirudhaf meeqaa keenyaa laa kana karora hin qabanee fi esaa aka ga,uu eenyuu aka taa,ees nii bara jedheen abadii qabaa nami kamiyuu waal qixaa yaadaa sammuutii kan adda nuu tasisee nami kamiyuu wanta hojatuu baratee maalee usi jedhee hin fudhatuu gongumaa mama kabaja gudaa siinif qabaa💋💋💋💋🌹🌹🌹🌹🌹💞💞💞💞🤲🤲🤲🙏🙏🙏

  • @rahimayoutube2205
    @rahimayoutube2205 2 года назад

    Mashaa allaah ❤ 💯
    Mashaa allaah ❤ 💯
    Mashaa allaah ❤ 💯
    Damaa tiiyaa jabaadhu bagumaa tenaa tatee galataa rabbii alahiimdullaahi jabadhu ittumaa nuu fufii

  • @ukashkadir6125
    @ukashkadir6125 2 года назад

    Mashaa allah hedduu sii dinqisifadhaa umrii nuuf dheradhuu jabaa ofii abbatuu jabafetaa uktii tiyyaa qaliii

  • @SumayyaSumayya-f4p
    @SumayyaSumayya-f4p 2 месяца назад

    Mashaa Alhaa Gorsaa bayee baredaa walhii jabadhaa Galatomaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Harkiis diinaa nyaataanis Dr,nervous is qabeenyaa sciences Ofumaa mariikeessa libsuu ijaa keessatti yaannis waraanaa bultiinis walumaan aadaafi duudhaa gammoojiistaa'ee baddaafi mandisni magaalas gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb

  • @izeddinkelifa
    @izeddinkelifa 2 года назад +1

    Wwwoo Great speack!! Dhugaa hanga xumuraatti dhaggeeffadhe waan hedduun sirraa hubadhe nuuf Jiraadhu baga keenya taate!! Ammallee itti nuuf fufi Galatoomi

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝💕💝💕❤💝❤💝😍😘😘❤😍

    • @izeddinkelifa
      @izeddinkelifa 2 года назад

      Damma koo jettee ?🤣 Yaa daamuu koo maatii isa kan You tube irraa qofa miti kan manaatuu siifan ta'a 😉🤣

  • @samiraidiris8365
    @samiraidiris8365 2 года назад +2

    Masha Allaah tabarakallah jzk Allah bayye gaariidha ulfaadhu qarayoo tenya

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝❤💝❤❤💝❤💝💘😘💕

  • @tiyyatube2149
    @tiyyatube2149 2 года назад

    Well Come Dr teenya dhugaa keetii Galatoomii nuufii jiraadhuu yaada gaariidha

  • @seifuwaktola6974
    @seifuwaktola6974 2 года назад +2

    You are the best adviser. Good job.

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝💕💝💕💕💝😘😘😍❤💝😘😘

  • @shitayeyeallahbariya9948
    @shitayeyeallahbariya9948 2 года назад

    MashaaAllaah Jabadhu Jabduu kenyaa

  • @qatarqa289
    @qatarqa289 2 года назад

    Mashaalaah mashaalaah tabarkalaa rabbiin isinirraa haa jaalatuu qaalii tenyaa garuu gafiin yeroo hasayaa egaltuu salataa rabbiin egalee

  • @ayyuubintusman8841
    @ayyuubintusman8841 2 года назад +1

    Bagaa nagayyaan dhuftee mamii teenyaa ❤❤❣❣💋

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝❤💝❤❤💝❤💝😘💘💘💕

  • @sisaybogale1333
    @sisaybogale1333 2 года назад

    Wow gorsa bareedadha biizinasii xixiqqoo hoo akkamitti hojjatama

  • @caaltuuorotube4636
    @caaltuuorotube4636 Год назад

    Assalamualaikum waramatulhi wobarakatuu yaa suad malifii badee gorsaa garii siraa argadhee anii dhugaa Rabbii

  • @sumayaamuhamad2630
    @sumayaamuhamad2630 2 года назад +1

    Masha allaah rabiin bekemßaraan beķumsa siifhaa dabalu

  • @romialiyi1215
    @romialiyi1215 2 года назад +1

    Mashaa.aallah heduu taka galatoomii nufi jiraadhuu bektuu .tenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tadesseabebe4271
    @tadesseabebe4271 7 месяцев назад

    Bareeduu koo Rabii siha jabessuu

  • @seenaaorotube3090
    @seenaaorotube3090 2 года назад +2

    Masha allah Galatomi jzk inshaallah rabbiin sira haa jalatuu ❤️❤️🌹🌹

  • @husseinbati2236
    @husseinbati2236 2 года назад +2

    Maashaa allaha ulfaadha

  • @ZainZain-vs1hg
    @ZainZain-vs1hg 2 года назад

    Bayee bareduu Dr tenyaa video yeroo hundaa safisanii hojataa gadii dhisii gorsaa gudaa irraa argataa jiraa thanks

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow7679 2 года назад +1

    Mashaa Allah baguma teenya tatee qalii nama

  • @maxamuudmaxamed413
    @maxamuudmaxamed413 2 года назад +1

    Mansha Allah suaad

  • @foziummahayuu3399
    @foziummahayuu3399 2 года назад

    Suda Muktar Roll Model kiiyyaa Eshe Allha

  • @yassinahmedabdi7650
    @yassinahmedabdi7650 2 года назад +1

    Jabdu oromo

  • @umabdallah2910
    @umabdallah2910 2 года назад

    Jabadhu jabadhu gorsa garidha👍👍🥰

  • @sophiageleto2979
    @sophiageleto2979 2 года назад

    Mashaa allaah mashaa allaah mashaa allaah

  • @DarartuMbm
    @DarartuMbm 2 года назад

    Mashaa Allah jabadhuu sabontuu biyyaa tiyyaa

  • @mediikiif8452
    @mediikiif8452 3 месяца назад

    Dhugaa gorsa heddu sirra argane galatomi ❤️🙏 nuf jiradhu

  • @jimitiijimaa5727
    @jimitiijimaa5727 2 года назад

    MashaaAllh Namatii Tollah galtomii barumsaa garii dhaa

  • @sofiaoromo1239
    @sofiaoromo1239 2 года назад

    As wr wb wowowowowowow mashaa allah barnotaa addaa ta,edha jabduu tenyaa nu jiardhuu waggaa 100000

  • @romialiyi1215
    @romialiyi1215 2 года назад +1

    As WR WB mashaa aallah obleeti tiyaa qaalii baga ngyn nu dhuftee❤❤❤😍😍😍😍🥰🥰🥰

  • @abdisahussein4118
    @abdisahussein4118 2 года назад

    Hedduu galatoomi yaadonni atis yeroo hedduu dhihessitu yaadota hedduu hawataa fi bu'a qabessaadha!!

  • @ahmedsiraaj4690
    @ahmedsiraaj4690 2 года назад

    Masha Allah rabbiin isin irra haa jaalatu dhuga keti wallahi heddu isin irra baradhe

  • @abdiiwbobilisuma5430
    @abdiiwbobilisuma5430 2 года назад

    Mashalah dhuga ketii qalii sanyii nama

  • @sabontu1170
    @sabontu1170 2 года назад +2

    Jazakumu Allah keyraan

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝💕💕💝💕💝😘💘❤

    • @waaqayyooyerooqaba9930
      @waaqayyooyerooqaba9930 2 года назад

      Piles maatii naafi ta'ii 🙏❤❤❤❤

  • @XahaAbagidi
    @XahaAbagidi 2 года назад +1

    شكرا لكى اختي الكريمه

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko ❤💝❤💝❤💝❤💝😘💘💘

  • @Qwerghh-o6l
    @Qwerghh-o6l 2 месяца назад

    Waleykum saalaam gaalaatoomi qaalii teenyaa jaabaadhu

  • @livewithsuzie6697
    @livewithsuzie6697 2 года назад +1

    Mashaallaa mashaallaa nuf jiradhu

  • @radiyaaamaan6568
    @radiyaaamaan6568 2 года назад

    Mashaallaa mashaallaa

  • @musabd4438
    @musabd4438 3 месяца назад

    Mashaaallah Mashaaallah ❤❤

  • @nanaatimuktari2578
    @nanaatimuktari2578 2 года назад

    As wr wb Maashaalaa Maashaalaa tabaraki Alaa jzk Rabini isini ira ha jalatu Rabii bekumsaa dabalee sifii ha kenuu gorsaa heduu siraa fudhadhee Galatomi hayatii

  • @AhlulKheeyri
    @AhlulKheeyri 2 года назад

    Barnoota gaarii nu dabarsa jirta osoo yeroo haasooytu hunda silaa Salaamta islaama bareedduu as wr wb jettuun eegaltees, suma hordofani bar warri amantii biaalleen. Wallay guyyaan gaabbitu ni dhufa rabbumaa jedhii salaamtaan eegali

  • @EndalkachoFatana
    @EndalkachoFatana 2 месяца назад

    Jabdu kenyaa nuu jabadhu

  • @jituuoromiyaa5976
    @jituuoromiyaa5976 2 года назад

    Anaa haa dhufuu bareduu tena baga nagahan nu dhufee 😘💺🥛💐

  • @Wushuboss
    @Wushuboss 2 года назад +1

    Masha Allah

  • @feyruzayaassin3072
    @feyruzayaassin3072 2 года назад

    Galatoomi jabduu teenya!

  • @nourassi1370
    @nourassi1370 2 года назад +1

    Mashalla😍😍galatomi hadhaa koo

  • @yaarabbi170
    @yaarabbi170 2 года назад

    as wr wb dr kenya galattom like tuqaafi yaa umata😍😍👍👍👍
    anis karoora ijolumati hojetani milka,uu fedhii gudaan qaba ture garu umri 19 jaalala maraacha nama hintanee wolin egale woy bulti nagaya hin jarane woy hojedhee lifati ko wo,ira hin olfane waan baka 1ti woliti qabanuf ama abdi kuteen jira 30 galuuf xiqo nahafe 😭biri xiqo qaba ilmo hinqabu uuff 😭😭😭karaa keesan si argachuu barbaada pls link telegrami naf kai😭😭 wori komentis wa nan jedhaa

  • @fatiha9998
    @fatiha9998 2 года назад +1

    Maashaallah bareeduu too Raabbiin fayyaa nagaha siif haa kennuu ammale garuu kitabbotaa kanaa essa argaadha ani fkn akkaa carraa tahee kitabbaa tokko qabaa manaa isaa mataa duree isaa
    The complete book of Natural medicines jedhuu kanaa alaati caaraa kitamaa biraa dubiisuu hin argannee Google gonee dubisuu pdf dha please kitabbottaa mursaa maqaa nuufii kahii mee

  • @mastawotwube7673
    @mastawotwube7673 2 года назад

    Gudaan nuuf galatomii barsiftuu kenyaa😘😘😘

  • @hitechhitech7697
    @hitechhitech7697 2 года назад

    Hin dheersinii garuu bayee jaladhaa yoo dheratrr satii hin qabuu

  • @Nabeeki
    @Nabeeki Год назад

    Maashaa Allah ♥️🤗💔

  • @ibsajamal3673
    @ibsajamal3673 2 года назад

    Galatomii Gorsaa Guddaa dha.Rabin nama ittii fayyadamu nuhagodhuu

  • @fuad37825
    @fuad37825 2 года назад +1

    Maashaa Anaadhfu maama

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko 💝❤💝❤❤💝❤💝❤💝💘💕

  • @sefanmohammed9092
    @sefanmohammed9092 2 года назад +1

    yadaa baredaa mashaa Allah👌👌

    • @mammeeshaw1292
      @mammeeshaw1292 2 года назад

      Matti na tayyi Damma qashitti ko ❤💝💕💝💕💝❤💝

  • @GadaaTubee
    @GadaaTubee Год назад

    Mashaa allaah

  • @hitechhitech7697
    @hitechhitech7697 2 года назад +1

    Oso gababasitt baredaa yosaanii laallee fixaa

  • @makotube3152
    @makotube3152 2 года назад +3

    Maashaa Allah ❤❤❤

    • @harargevine3263
      @harargevine3263 2 года назад +1

      Garu mama teñya Yoom gara kenya dhufata Ka Hararge

  • @aab4255
    @aab4255 2 года назад

    Atii musilimaa salamataa hin jetuumaaliif garuu

  • @AanaaAbbaas-oq7xy
    @AanaaAbbaas-oq7xy 23 дня назад

    Galatoomii jabdduu tenyaa🙏

  • @safiyasafiya8812
    @safiyasafiya8812 2 года назад

    As wr wb barnonnii kee hedduu nuti tolaa jira garuu wontii nuu jibisisaa jiruu akka kafiraa ashama ashamaa jechuu dhisii salama rabbiitiin egalii akkumaa ufanaa kee barechitee samtas nuu gafadhuu

  • @fatihaumar8923
    @fatihaumar8923 2 года назад

    Fayya dahii oboleytii tenya

  • @Qwerghh-o6l
    @Qwerghh-o6l 2 месяца назад

    Dhuugaa keeti 👍 ♥️