NESHIIDAA HARAWA USTAZ - KAMAAL HEBBOO SAGLAFFAA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025
  • Baga nagayaan gara channel kiyyaa dhuftan like subsicribrs godhuun waan nuhordotaniif galatoomaa studio ifa barii fit Selam median hujiilee dawwattoota isaa boohartiifii gorsa irraa arkatan je.ee amane hunda qopheysee isiniif dhiheysaa turee ittiis jira fuulduraafiis ittuma fufa inshaa allaahu isiniif du.aa.ii fii waah hundaafuu nuuf tinnisaa isiniin jechaa yaada keysaniis comment jalatti nuuf barreysaa galatoomaa!!!!
    nashiidaa baayyee nammatti toltu tan dhaamsa cimaa dabarsitu albabama maayyii 9,ffaa sponsarri guutuun studio ifaa barii sagalee fii suursaga nashiidaa tanaa guututti kan hojjate abbaa studio ifaa fii selam media aliyi sabit kan hojjatamte bara 2022 CD LKO B ustaazaafii qabsawaa keenya ustaaz kamaal hebboo rabbiin jannataan haa qananiisu warri nashiidaa isaa tana dhageeffattan hundinuu araarama akka kadhattaniif kabajaaniin isin gaafadha GLTM
    NOTE - Thise content is my own sound and video i am the owner of this content so please i wana to inform you for those people who uploading my content with out my permition dont blame me later so if you need to comunicate wuth me you can mail me
    email- ifabarii6@gmail.com‪@user-qz2ki1yn1b‬
    thank you for partisipating my channel for more please subscribe my channel

Комментарии • 329

  • @lesakwt6576
    @lesakwt6576 2 года назад +2

    Yaa rabbii nuuf birmaadhuu ani kiristaana garuu shidaa qabsoo oromootiini akkaati bahuu issaatiin bayyee natii tolee galatoomi qalii oromoo💝💝💝💝💝💝💝💝💝

  • @asluddinmohammed4750
    @asluddinmohammed4750 2 года назад +5

    Baay’ee namatti tola.
    Islaamummaan Oromummaa wajjiin ibsamtuu namummaa dha.
    Kamaal Heeboon = Islaamummaa + Oromummaa + Namummaa + wal qixxummaa + Bilisummaa

    • @Sooom-uh4tl
      @Sooom-uh4tl 2 года назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️🇸🇦🇪🇹💔💔💔😢😢😢😢😢😢😢

  • @jamilaaheebboo5170
    @jamilaaheebboo5170 2 года назад +3

    Masha'Alhaa Masha'Alhaa tabaraka'Alhaa baga ittii Cabsitan hayyuu koo Rabbiin isiin irraa haa jalatuu umurii Dhertuu nuufi jiradha❣❣❣😭❤

  • @aishaaisha3630
    @aishaaisha3630 2 года назад +1

    An haa nyatu yaa allaa raamaata ketini godhifi jenatu firaadoosi rabiini isini haa qosiisu inshaala 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @foziyaseid1480
    @foziyaseid1480 2 года назад +9

    Mashaa allah umuri dherradha ustaza kenyaa qalii bilisuma yaa rabbii nuti dhiyyechii ❤💚❤😭😭😭😭😭

  • @SumayyaaArsiiShirkaa
    @SumayyaaArsiiShirkaa Год назад +1

    Rabbiin waraa janata isnii hatasisuu Uzbekiaa❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Hayyuun gaafa baraturraa Ifaa gaafa barsiisuu yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Barsiisummaan waraanaa qabeenyaa Ustaz AdamTuulaa jila amiin sawsawsaw yaarabbii Alhamdulillah subahannallah sawsaw/yaadanis

  • @khadijahqasim2320
    @khadijahqasim2320 2 года назад +2

    Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah tabara kaalla rabbii isiinin haa jalatuu isiiniras haa jalatuu inshaa Allah jzk 😭💓💓umrii nuuf dheeradha

  • @namakulaqurusum9881
    @namakulaqurusum9881 2 года назад +1

    Ustazaa rabii jiraa rabii jiraa rabii jiraa rabii jiraa dukanii.inumaa bariaa yaa oromoo koo tokumaan jabesuy qabanaa yaa rabii gara gara facanee yaa rabii tokumaan tokumaan tokumaan tokumaan tokumaan tokumaan tokumaan yaa oromoo koo wob wajiin😔😔😔😫😫😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝💪💪💪💪

  • @issaashow7945
    @issaashow7945 2 года назад +2

    Yaa raabbii ustaaz kamaal Heboo ijaa rahamaatatiin naaf laalii yaa raabbii

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 2 года назад +1

    anaa dhufuu ustaaza keena qaalii
    Jazaan kessaani billisuuma haa ta'uu
    Raa isiin haa tiksuu ustaaza keena qaalii raabii siraa haa jaalatuu

  • @fhhvvb5484
    @fhhvvb5484 2 года назад

    Mashaallaa Mashaallaa ussitazii yaa rabbii sabaa midhame kanaa midhama jelaa gahee jedhii nuu basii atii ni danideta yaa allhaa

  • @ZytonaHassan
    @ZytonaHassan Год назад +1

    Dhugeeffachuu dadhabneerraa bee goota keenya uztaaz kamaal heebboo rabbiin jennatul firdoosiin sii Haa gammachiisuu maal siigoonaa mitii silaa rabbiin jennataan sii Haa gammachiisuu🤲🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +2

    Yenemenged Eegumsaafi Beekumsii biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa ye Allah iznet and Rahmat subahannallah Alhamdulillah waraana Eegumsaa aswrwb

  • @mdjobbar1162
    @mdjobbar1162 2 года назад +1

    Mashaal rabbii mirgaan sii haa galchuu gota onee rasasaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад +1

    Niyyaan GUUTUMAA hawaasaa gurriis Eegumsaa Alhamdulillah sawsaw haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Aliyyii Cirrii ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Risqiin aswrwb Soomni bare hands Eegumsaa johar

  • @asiataher144
    @asiataher144 2 года назад +1

    Mashalaa mashala jaza kala kerani rabbii ija zalima ira rabbii naja isini habasu ishala 💯❤❤❤😭😭😭😭💯💯❤❤

  • @mesram4171
    @mesram4171 2 года назад

    As wr wb wwwwwmashalaa ustZaa kenaa mashalaa rabini isini haa tiysuu inshalaa nufii jiradha rabini wani hundayuu rabii haa lafisuu gRbumaa tanaa rabini hundee isii nura haa kasuu inshalaa

  • @jawweefuaad2516
    @jawweefuaad2516 2 года назад +1

    Akkan sanyiin lencaa lencuma rabbin bilsumma n isin haa galchuu ❤️💚❤️ 💚 ❤️💪💪💪💪✊✊✊

  • @mariyetobe2318
    @mariyetobe2318 2 года назад +2

    Maashaa allaah tabaarakalaa rabbiin umrii keesan nuuf haa dheeresu Ustaaza keenya qaalii rabbiin bilisumaan isin haa milkeesu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 2 года назад +4

    Mashaa allah Mashaa allah ustaaza keena nashiida akkanii onnee nama gadii seenu raabii isiniraa haa jaalatu
    Yaa raabii hirkoon keena simaa

  • @oromookoobiyyaakoo5315
    @oromookoobiyyaakoo5315 2 года назад +1

    Maashaala raabbii umri keessàa nuf haa,tiksu

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 2 года назад +1

    Woyo jalatamaa koo uzatasaa keenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 gubadhee waan fudhuu dhabe raabi janataa isin haa gamachisuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Iccittiin Uffataa keessatti ijjis waraanaaf gurruma wawrwb yaannis waraanaa qabeenyaa Alhamdulillah

  • @naimann6416
    @naimann6416 2 года назад

    Maash allaah maash allaah uustaza keenya rabbii umrii issinni haa dheersu 🥰🥰🥰🥰 billissumaa nuu gallaa qabsawoota keenya hundii keessanu galatom ❤️❤️💚💚❤️❤️💪💪💪💪💪💪

  • @makiyas2881
    @makiyas2881 2 года назад +1

    Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Tabarkallah Rabbiin isiin iraa haa jalatuu jzk ulfadhaa gotaa kenaa Rabbiin bekumsaa dhumaa hin qabne dabalee siifi haa kenuu inshaa Allah Abdi dhalotaa haftee gotottaa waqoo gutuu hayii yaa lamii ko hacee ko yomumaa duknati kuni nuu bartii lataa Rabbiin bilsumaa isiin haa galachuu

  • @abdiioromo5260
    @abdiioromo5260 2 года назад +3

    Dhuga Rabbii Nuf jiradhu
    Jabba kenyyaa 💘💚💘💘💘💘💘💝💝💝💝💝💝💝💚💚💚💚💚💚💝💝💝💝💝💝💝💝

  • @marimagudato5952
    @marimagudato5952 2 года назад +1

    Rabine essene birra haa jirrattu meerrgganne gaalla 💞💞💞💞💞💞

  • @halimarsi5574
    @halimarsi5574 2 года назад +2

    Maashaallah Maashaallah taabarakaallah JZK Rabbii isni irraa haa jaallatu USTAZA kenaa qalii 😭😭☝️

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Wawrwb laftis riqicha Ramadaan Karim sawsaw Maashaa'Allah waraanaa qabeenyaa Eegumsaa dhoksaa Nyaataanis injifannoo Ustaz AdamTuulaa AdamTuulaa iccittiin ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Abbaa jifaar ifaa beellis ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee jannaataaf deemsis Qur'an jala jirtii in new generation of listening dhibeen Nageenyaa johar Muhammad jirtii aswrwb/yooyyaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад +1

    Kan kee taanaan Yaa Allah iznet qooda bahikaa jechama Ustaz Ahmeddin jabaal aswrwb hawaasaan Sawsawsaw du'a barsiisuun Dirqamaa soora Qalbiinis muslims aswrwb gurriis Eegumsaa Maaltuu nu Dhibaa Jechama Hayyuu jkl Sirna harggansuutiin dhageeffatu aswrwb UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb

  • @orootub3337
    @orootub3337 2 года назад +1

    Haani Muslima miti gaaru nashida Naan dhafefadha Haana nyaatu😢😢😢😢😢😢😢

  • @nafibeker7834
    @nafibeker7834 2 года назад +1

    WBO KOO abdii sabaa sumaa inshaa allah fuldurii keenya iffaa inshaa allah ❤❤ 💚 💚❤❤ Abshiir ustaza keenya

  • @lailalaila4100
    @lailalaila4100 2 года назад +2

    Mashalla. Mashalla.. Uuuuuuuffff. I. W. A. Warajina😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Rabbi. Jenna Tani. Sii. Qannanisu

  • @abdii2253
    @abdii2253 2 года назад

    Rabbi bilisummaan wal nu haa garsiisu ustaaza qaali

  • @mucatiioromoosanyiijawwar5040
    @mucatiioromoosanyiijawwar5040 2 года назад +2

    Mashaa Allaah Rabbii umurii isinii haa dheresuu hayyuu kenyaa qallii ustazaa Kamaal 💔❣💘💝💝

  • @jamilamohamed9002
    @jamilamohamed9002 2 года назад +1

    Mashaa Allah ustaaz kenyaa rabbin mirgiin issin haa gachuu rabbii attii jalatuu sunii sii eggee umurii sii dheresee bilsumaan sii haa gslchuu

  • @DrSeenaaBaalee
    @DrSeenaaBaalee 2 года назад

    Isiinilee warrii sagaalee isaanii nuu biraan gahee rabbiin duuniyaa akiira isiin haa milkeessuu.Hamtuun isiin hin argiin😍😍😍🥰🥰🥰🥰

  • @burhaanuddiinaliyyi4604
    @burhaanuddiinaliyyi4604 2 года назад +1

    Rabbi bilisummaan sihaa galchu obboleessa kiyya kamaal

  • @HajjooHabiib
    @HajjooHabiib 11 месяцев назад +1

    😭😭😭😭😭😭yaarabbi jannatul firddoowssii nuuf qubsiisi gubaan usttaaz kanaaa nakeessaa baduu dide uuuuf yaarabbi

  • @siddiiqaasiraaj9277
    @siddiiqaasiraaj9277 2 года назад +1

    Mashaa allhaa Raabbiin rahmaataa sif hagodhuu leecaa koo

  • @rawdahussein3147
    @rawdahussein3147 2 года назад +2

    Masha Allah baayyee namatti tola rabbiin jazaa keessan bilisummaa haa taasisu rabbiin isiin waliin haatau!!!❤️❤️❤️❤️

  • @makedahh6379
    @makedahh6379 2 года назад +1

    Uuuuuuuffffffffff yaa rabbiin 😭😭😭😭😭😭😭😭 rabbiin haqaa keesan rabbiin habasuu kaa inshaall ☝☝

  • @abdooabdoo4720
    @abdooabdoo4720 2 года назад

    Mashaa Allh tabara kalla Rabbiin ummurri keessan haa dhereesuu

  • @belkisanuro196
    @belkisanuro196 2 года назад

    Yaa bekkumsa oromotaa keenyaa gabrummaan nuu injifaatee akkamii gonaa.qomoo koo nuufi jiraadhaa umrii nuu dheeraadhaa itti jabeessa motummaa gabromsaa rabbii nuurraa haa kasuu.baay'ee natii tolee jabadha .

  • @obsittuu4609
    @obsittuu4609 2 года назад

    Raabbin urmi isni haa dheresuu inshaallhaa

  • @qamartobe744
    @qamartobe744 2 года назад +1

    Umurii nuuf dheeradhu
    Bilisummaan nuuf gali jaalkoo😭😭

  • @lenchaoromia7878
    @lenchaoromia7878 2 года назад

    Maashaa Allah Rabbii Guddaan Umrii sii haa dheereessuu Lenca islaamaa kaa akkaa umar sii haa godhuu

  • @saadu7901
    @saadu7901 2 года назад +1

    Rabbiin bilisumaanii siin haa galchuu 😢😭♥️❤️❤️♥️

  • @zamzam-ze9lb
    @zamzam-ze9lb 2 года назад

    Maashaallaa allahaa Maashaallaa allahaa Maashaallaa allahaa tabaraakaallaahuu raabbiii isni Irraa jalaatuu raabbiii urmii keessaanii nuuf haa dheereessuu Baraakaallaahuu fiikum jaazakuullaahuu keereraa jzk

  • @ffsgfjfdtd949
    @ffsgfjfdtd949 2 года назад +1

    Ustazaa kenaa rabbii rahamata isin haa godhuu

  • @saadu7901
    @saadu7901 2 года назад

    Jabadhuu lencaa fakii namaa 💕💕💪💪💞💞

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Alhamdulillah aadaafi duudhaa Duniyaan Eegumsaa Vertinerary Medical association Of America state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin Dhibee qabeenyaa caqasuun yaannis dhoksaa Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Dirqamaa Ummataaf

  • @genohussen8935
    @genohussen8935 2 года назад +1

    MaashAlhaa MaashAlhaa MaashAlhaa MaashAlhaa MaashAlhaa MaashAlhaa MaashAlhaa MaashAlhaa

  • @MuktarAbdurahman-zr3wr
    @MuktarAbdurahman-zr3wr Год назад

    Rabbiin jannataan isin Haa Gammachiisu maal Godhu silaa. Kan isin nyaate. Keennuma. Homaa miti. Rabbiin shahiide. Isin Godhe. Alhamdulillaahi

  • @KiswaneLink-k1h
    @KiswaneLink-k1h 11 месяцев назад +1

    As wr wb Rabbii Alaa Utazaa kenaa Araramifi janatani gamachisi Alaii 😢😢😢😢❤❤❤❤❤

  • @xaayibaagaalatooamboo8158
    @xaayibaagaalatooamboo8158 2 года назад +3

    Maaashaaalllah tabarakallah rabbii umari isni nuu hadhersuu inshaaallah leeccaa kenaa ustaza kennaa Kamal 💝❤💚❤

  • @Hawwii-H
    @Hawwii-H 2 года назад +1

    Mashalla mashalla mashalla ustaaz kenyaa rabin umuri kesan kesaa barakaa sinif hakuu inshallaa ❤️😍🔴💚🔴😥

  • @Senahiyessahinqabdu
    @Senahiyessahinqabdu 2 года назад +5

    Masha allaha nufi jiradhu leencaa koo❤💚❤ 🐅

  • @عايشهاثيوبي-خ6ع
    @عايشهاثيوبي-خ6ع 2 года назад

    Rabbiin waan mana bataanf hundaa isini haa milkessuu isuma woliif kadhannaa🥲

  • @saadu7901
    @saadu7901 2 года назад +2

    Mashaallaa maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah rabbii umurii keesssni nuufi haa dhereesuu inshallah uStazaa keenyaa 💌💞💞💞💞💞💞💞💞💞🤲 Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin 😢😢😭♥️

  • @ummufarahaantaabaalee1748
    @ummufarahaantaabaalee1748 2 года назад +2

    Yaa Rabbii Yaa Allaah mee Ummataa oromoo kaan tokkoo nu godhii🤲🤲🤲

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 2 года назад +6

    Shukran ustaaziyyee❤🙏
    Rabbi bilisummaa hawwitanii manaa baataniif isin haa agarsiisu🥰👏

  • @DrSeenaaBaalee
    @DrSeenaaBaalee 2 года назад

    Mashallah mashaallah mashaallah rabbiin umrii keessan keessaa baraakaa nuuf haa kahuu.rabbiin duniyaa akiiraa isiin haa milkeessuu.rabbiin milkii fi gammachuu dhumaa hin qabneen isiin haa galchuu.Rabbiin bilisummaan, nagaahan isiin galchee hadhuuraa oromiyyaa magalaa finfinnee walakaatii wal nuu haa garsisuu🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад +1

    Teessuumni Ilmaan Namaa cuftii Addee Caaltuu Saanii garaa tayuu dagatiin yaannis waraanaa qabeenyaa dafee Of tooftaa barnootaa diinnis naatoo qabuu kanaaf Fedhiin nuura Rabbiin raahmataa nuuf keennee Wal'ansaa waraanaaf gurriis Eegumsaa Eegumsaa ta'ee

  • @حسينحسين-ق3ن4ك
    @حسينحسين-ق3ن4ك 2 года назад

    Maashaallaah maashaallaah sanyi leencaa sanyi gootaa akkana kaa dhalanaani dhiirtii bilisummaadhaan nuuf galuu leencaa sabaa

  • @بناتببنانى
    @بناتببنانى 2 года назад

    Rabbiin umrii isin haa dheeressu

  • @nafibeker7834
    @nafibeker7834 2 года назад

    Ustaza keenya inshaa allah rabbii injiifannoo sii haa galchuu

  • @Amiin.kadiir
    @Amiin.kadiir 2 года назад +1

    Maashaa Allaah ustaazii koo rabbiin isin waliin haa jiraatu

  • @oroman6799
    @oroman6799 2 года назад +1

    Mashalla jabadhuu leccaa koo

  • @ChalatuKefele
    @ChalatuKefele 3 месяца назад

    Yaa rabbii kiyyaa janataa firidosii nuu qananisii 0laa nabbii kenaa nuu kayyii ❤❤❤❤❤❤❤

  • @sanyiihajiiadamsadoo5255
    @sanyiihajiiadamsadoo5255 2 года назад +1

    Mashaa allah Rabbii guddaa bakkaa issini jirtanitii issini haa eguu ustazaa kenyaa

  • @MeymunaJundi
    @MeymunaJundi 6 месяцев назад +1

    Masha allah rabbi ramata isin hagodhuu 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kadijabaamud340
    @kadijabaamud340 2 года назад +1

    Maashaa allaaah Maashaa allaaah Maashaa allaaah Allakabur Allakabur Allakabur Allakabur Allakabur

  • @kasim168
    @kasim168 2 года назад

    Rabbii Bilisuummaan isin ha galchuu 😍😍😍😍😍💪💪

  • @sumayyaaahmed9973
    @sumayyaaahmed9973 2 года назад +1

    Innaa illaaha Wa innaa ileeyhi Raju uunnaa 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @fatimah09alkmm22
    @fatimah09alkmm22 2 года назад

    Rabbiin bilisummaan isiin haa galchuu lammii tiyyaa

  • @am.b.rabiibiyyakenyaanagan8239
    @am.b.rabiibiyyakenyaanagan8239 2 года назад

    Ya rabii nu agarsisii umataa oromo kan biyya ofiratii abbatahee

  • @ummufarahaantaabaalee1748
    @ummufarahaantaabaalee1748 2 года назад +2

    Maashaa allaah Maashaa allaah Rabbiin umrii kessaa haa Dhereesuu❤💚❤

  • @shamilbilal5234
    @shamilbilal5234 2 года назад

    Umrrii nuuf dheradhu ifajjee tessan rabbiin gargarssa haatahuf

  • @nafibeker7834
    @nafibeker7834 2 года назад

    Mashaa allah rabbii umrii nuuf haa dheresuu

  • @jamilahahamed8705
    @jamilahahamed8705 2 года назад +3

    Mashaa'aallaah tabarakaallaahu Rabbiin isiin haa jallaatu Inshaa'aallaah

  • @saladinYoutubeChenal
    @saladinYoutubeChenal 2 года назад +1

    Mashaa Allah rabbiin hamtuu sirraa haa qabu

  • @jettijetti4462
    @jettijetti4462 2 года назад

    Rabbii umarii isiinii haa dheeresuu

  • @anasfanus721
    @anasfanus721 2 года назад

    Mashaa allah jzkl Ustaaza hin garre ani nashiidha akkana namatti toltu Allahu akbar wow wow wowo wooooooooooooww!!!!!

  • @zeynabaabuu4731
    @zeynabaabuu4731 2 года назад +1

    Mashaa Allah rabiin siniraa haa jalatuu

  • @munaamin1645
    @munaamin1645 2 года назад +2

    Mashaa allaah ustaz kenyaa rabbiin nuha bilsomsu lnshaa allaah Abshraa ❤💚❤🥰🥰

  • @خديجهبنتعبدالجبار-م5م

    Mashaa alhaa rabbi nu haa gamachisuu 😥😥

  • @rozaroza1120
    @rozaroza1120 2 года назад +1

    Yhem blo nshada subhanalah

  • @madinaganaso2814
    @madinaganaso2814 2 года назад +2

    Mashallah rabbin siraa haajaalatu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Beekumsii hundee Eegumsaa beellis ifaa dursii Sabaafi sab UstazKamiil Shamsuu aswrwb har'as wal dhageeffatu wal Eegumsaa haqaa johar Muhammad subahannallah sawsaw/yaadanis biyyeettiis jaalalaa du'aa barachaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa km meeqa kaffaltan Eegumsaa DrAbiyyii Ahmed

  • @jamilahahamed8705
    @jamilahahamed8705 2 года назад +4

    Jabbaa oromo ustaaza kennaaa kabajamoo kamal heddo ❤💚❤🎈🥰🥰🙏

  • @fatumaabdi3557
    @fatumaabdi3557 2 года назад +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Ustazii.koo esumaa jirtanii uuuuuuuuuuuuffff

  • @makianouro1391
    @makianouro1391 2 года назад

    Mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa mashaalaa

  • @muhiialiawwal7811
    @muhiialiawwal7811 2 года назад

    Rabbiin umrii kee sihaa dheerassu

  • @yasinjibril
    @yasinjibril Год назад +1

    Anaa haanyatuu gotaa kamaal hiboo jatee sareen uuuuuf yaa gara,ko

  • @bultum7984
    @bultum7984 2 года назад

    Jabaadhu sifaana jirraa kamaal

  • @aliiamaan6329
    @aliiamaan6329 2 года назад

    Maasha allaha umrii nuuf dheeradhau

  • @saadu7901
    @saadu7901 2 года назад

    Dhugaaa keessaani 😭😭😭😭☝️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @abdurahiim8296
    @abdurahiim8296 Год назад

    Masha.allahaa masha.allahaa masha.allahaa masha.allahaa masha.allahaa masha.allahaa