WAATIYOO ROBIN DHAANE

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 окт 2024
  • #OROMIADIGITALMEDIA
    SIRBA AADAA ARSII

Комментарии • 56

  • @rahimakamal8450
    @rahimakamal8450 3 года назад +2

    Heduu jaladhaa siirabaa Addaa teenaa wwwwwww Arsii Asallaa iiraa

  • @ugaas77
    @ugaas77 11 лет назад +10

    the arsi, the land of the heroes and oromo legendaries. We love you forever

  • @chaliekazim3766
    @chaliekazim3766 6 лет назад +2

    baye baredaa jabadhaa Arsii Nagele iraa warite maratuu😍😍😍 koo

  • @ziraalolooziriyeeyeearsiil9430
    @ziraalolooziriyeeyeearsiil9430 6 лет назад +3

    anii dhufuu garaa kutuu kiyaa bayee garaa naa balesee 💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭

  • @jemilajemila5347
    @jemilajemila5347 6 лет назад +2

    Wayii Adda Arsii koo Akkam midhagaa👍👍👍❤❤

  • @halimaghdhy1365
    @halimaghdhy1365 9 лет назад +5

    hay sabotu oromo dhuga bay, e tokko nama hawata lamii to music godina arsi like to 💑

  • @Isayyoo
    @Isayyoo 14 лет назад +1

    Babbareedduudhan tiyya akkas, Sirbaatii na boochisaa Waaqni isin haa eebbisuu.

  • @abdellakasim8055
    @abdellakasim8055 8 лет назад +2

    wwwwwww haalan namatti tola lafee tiyyaa na jabaadhu

  • @chaliekasim3889
    @chaliekasim3889 6 лет назад +1

    Ùuùuuuùfff Biyyaa koo yadadheee😢😢😢😢.Arsi koo

  • @kobsaadam5772
    @kobsaadam5772 9 лет назад +1

    nuf jiraadhu sabbontu teenya sii jalaanaa jabbadhuu itti fufii

  • @sofiyadhekko29
    @sofiyadhekko29 7 лет назад +5

    Woyii addaa tiyyaa akka itti jalladhuu oso sirbee qufiin jirruun biyyaa ormaa naa fudhate ama yoo tana dagatamee akkanatii shubisuun hin jirruu ayii carra! !!!

  • @sabontuuarsii2878
    @sabontuuarsii2878 5 лет назад

    arsii tiyyaa NA jiradhaa SIIN Jaaladhaa 👍👍💙💙💛💛💜💜💚💚

  • @gujernuru
    @gujernuru Год назад

    ❤❤ wariite shaaliiyoo baay'ee nati Tollee

  • @miliyoongalato8068
    @miliyoongalato8068 6 лет назад

    Aadaa koo Eessattillee ittiin Boona Tirrii Aadaa Oromoo Arsii waaritee Sanyii Ofii jabaadhu jajjabee Teenya sabboontota Oromoo.

  • @روميهالزهراني
    @روميهالزهراني 4 года назад

    Baay'ee natti tolu sirboonni duraanii💓💕💕💞💞💕💕💓💝💗💗💗💐💐💘💘💘💋💋💗💝💝💝💝💐

  • @haleemaabdurasheed7044
    @haleemaabdurasheed7044 8 лет назад +3

    wwwwwww arsii koo garaa naa boreesa

  • @sadiyeabduro698
    @sadiyeabduro698 8 лет назад +4

    Heduu namitii tolaa ijoolee Arsii koo 💔👄👄

  • @gemechubeffa9066
    @gemechubeffa9066 6 месяцев назад +1

    Shaaliyoo maansaare dhaloon kiyyaa
    Ani hin dhufuu garaa kutuu kiyyaa
    Mararoo kankee hin bahuu
    Ani hin dhufuu garaa kutuu kiyyaa
    Baayyee garaa nama nyaata!

    • @KME284
      @KME284 7 дней назад

      guutuu isaa naaf barreessuu dandeetta, pls

    • @KME284
      @KME284 7 дней назад

      walalaloo sirbichaa hamma muraasa barreessite arge baayye natti tole, pls ammas yoo dandeessa kan hafes naaf barreessi! galatoomi

  • @روميهالزهراني
    @روميهالزهراني 4 года назад

    Galatoomaa nuuf jiraadhaa.Sabboontota koo💐💘💘💘💐💐💐💘💘💘💗💗💗💗💋💋💋💋💋💪💪💪💪👏👏👏👏👏👌👌

  • @fatihaawal6014
    @fatihaawal6014 6 лет назад

    wwwwww Adaa arsii tiyaa bayee bareda

  • @fatihaawal6014
    @fatihaawal6014 6 лет назад

    arsii tiyaa nafi jiradhuu💜💛💛💜

  • @hamzyalove8859
    @hamzyalove8859 6 лет назад

    Wwwwww aadaaa arsii tiyyaa

  • @m_aljohani8652
    @m_aljohani8652 8 лет назад +2

    Lakki Waritte tiya Garaa Hin kiting kotu waan Ofii

  • @assneali4688
    @assneali4688 6 лет назад +1

    Wwww warituu baayee namati tolaa

  • @eslamjaneergadeer9317
    @eslamjaneergadeer9317 2 года назад

    Wwwwww arsi tiya

  • @GanaaMuhammad
    @GanaaMuhammad 9 месяцев назад

    Badee magalaa tiyaa

  • @AbdoKabato
    @AbdoKabato 6 месяцев назад

    😂❤Aadaa boonsaa

  • @hayathhayath8677
    @hayathhayath8677 8 лет назад +2

    maasha Allah hedduu namatti tolaa jabadha

  • @dawitmokenin7263
    @dawitmokenin7263 Год назад

    yaa oromoo kooooo

  • @halimamuhammed2656
    @halimamuhammed2656 8 лет назад +2

    heddu namati tola nuf jiradha sabbontota Arsii

    • @rihanisdhd6836
      @rihanisdhd6836 8 лет назад +1

      heduu namati tolla nufi jiradhaa sabontoota arisi

  • @keemiyeekedir7502
    @keemiyeekedir7502 7 лет назад +2

    yimachachuh ye arsi lijoch

  • @MrBulbulaa
    @MrBulbulaa 13 лет назад +2

    oromumaa kootin akka boonu na taasise.!!!!!!!!!!!!

    • @feysalahmed4008
      @feysalahmed4008 6 лет назад

      Arsii tiyyaa bakka atii getee nageni ha gayyuu inshallah

  • @hanuhoney8982
    @hanuhoney8982 9 лет назад +1

    bayee namati tolaa....

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Lafaa ofii jirtuuttii marii dubbii maanaa barnootaa dursiitii library's Danielkibrat guyyarraa abjuudha mootummaaf dukkana #lafattis akka ofii beeyitanii to Mallasiizenawii ethioforrum abjuudha kaayyoo Mallasiizenawii #harkii hayyootaa diinahar'as

  • @sadafsgagag3028
    @sadafsgagag3028 5 лет назад

    Waritee tenyaa cimtuu garridhaa

  • @روميهالزهراني
    @روميهالزهراني 4 года назад

    #Arsii koo😢💓💕💕💞💞💞💕💓💓💓💕💕💞💞💐💐💐💐💐🌹🌹🌹🌹💝💝💝💝💝💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘

  • @Alimah-m8e
    @Alimah-m8e Месяц назад

    ❤❤❤❤

  • @linklina-d9m
    @linklina-d9m 9 месяцев назад

    ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @jebarjo599
    @jebarjo599 27 дней назад

    ❤❤🎉

  • @linklina-d9m
    @linklina-d9m 10 месяцев назад

    ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Kutaa odeeffannootii zinnaash Taa'uun dhorkaadha #kanaafuu lola #eegi #imala goototaa bultii jireenya beekneen marii Galgala.ammas garaanis eegii dubbiii mootummaaf dukkana #lafattis angoof mechanism for acaluu.dhiignisaa

  • @makka22
    @makka22 7 лет назад +4

    💜💜

  • @HalimaHalima-mp8tp
    @HalimaHalima-mp8tp 5 лет назад +1

    ❤💚❤

  • @kadijaasriibaha8599
    @kadijaasriibaha8599 Год назад

    ❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘🥰🥲🥰🥰🥰

  • @sadiyeabduro698
    @sadiyeabduro698 8 лет назад +2

    Heduu namitii tolaa ijoolee Arsii koo 💔👄👄

  • @fatimaajman8339
    @fatimaajman8339 4 года назад +1

    😍😍😍😍😍😍

  • @faxumaafaxumaa716
    @faxumaafaxumaa716 4 года назад