Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Ajaa,ibaa rabbitti kun dinqiidhaa dhugaa waqayyoo haddarra hamma lafaa kana gubbaa jirataniti gariii godhaa obbollotaa koo waqayyoo gatii nama lakaa,ee namaf debisaa obbolletti koo atimoo bagaa WAQAYYOO dhugaa kee akka biftuu ganama bakeeti basee ❤❤❤❤❤
rabii wanii dagatuu hin qabuu siatii bagaa atile bagaa gamadeee👌🏼👌🏼👌🏼
Subahanallaah bagaa rabbiin dhugaa ke si basee gedduu nama midhamefii gedduu rabbii girdoon hin jeruu jedhaa rasullii kenyaa s .a .w .dhugumaa
Kan kotisii akaa rabii qabaa isatin naa qabbuu rabin na kadhuu 😢😢😢
S A W ❤😢😢😢😢😢😢😢
Bagaa rabii asii si gahee atti jabdudhaa amasi jabadhuu ❤ bagaa rabii dhugaa kee sifi basee dhugaa nama midhamee maraa rabii haa basuu❤
Baga rabbi sii gargaarre atti jabdduu dha dhuga ❤ jabaadhu
baga gamade oboletti koo rabbin akkana qbba❤❤😢😢😢😢
ati dubartii ciimtudha waan baay'ee seenaa kee irraa hubanne Ebbifamii baga waaqayyoo sii milkeesse🎉🎉
Alhamdulillaah nama namaa midhuu Rabbiin ha midhuu❤❤❤🎉🎉🎉
Hojin waqayoo guddaadhaa bagaa gamadee hadhoo koo❤❤❤❤❤
Allahmdu lillah baga rabin similikesee
Baayee nati tole waaqayyoo gaariidhaa dhugaa harmattan harkaa dhiqaa jedhamaa mitiree
Dhugaa Rabbii baayye namagammachiisa haqnikee ba’ee ijaan arguunkee keenyas akkasuma Rabbi haqakeenya baasee Rabbi nuhaa agarsiisu ati jabaadhu milkoofteettaa.
Nama miidhurra miidhamu wayya Rabbin hojii nama numa kaffala waan baayye irra baratama wlhi
Bagaa Waaqayyoon Sii milkeessee Cubbuu keetuu isaa Qabee Waaqayyoon Akkaa Nama miti Akkumaa Gatii isaatti Kafaleef
Uuuuuffee waaqayyo gaariidha,dhugaan dhokatee hin hafu❤
Ishoo bagaa Rabbiin Akkas godhee
Inni hara bayyee bareedaa
Alhamdulillah baga rabbin sigargaare
Dhugan ke baga bahe namni wanuma facase hamata
Aluhuu Akubaruuu bagaa rabbii isaa hongesee
Jabduu tiyya❤
Cimtu dubartiti jabadhu ❤️❤️❤️
Bagaa waqqyyoo sii garagaree
Bayyee namatii tolaa bodarraatii❤❤😢😢
Yes🎉🎉🎉❤❤❤
Baga nagasn dhufte G
5ffaa ilaale😂Maatii naaf taha warri gamee jaallatan like godhaa comment koo😮😊😊😊
GammeeBagaaNagaaDhuftee❤❤
Garii yaddun ofumafi
Baga haqni kee sif bahe giifti ko😊😊😊
seenaa ajaa'ibaati😢dhugumatti galatoomii GAMMEE
Bagaa waqqayyoo sii gargaree
Game keenya❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Atii jabdudhaa❤
Ani bilbilaa kee eessatii argadhaa bilbilaa kee barbadaa😢😢😢😢
Gamee norii
Itti baga
👍👍👍👍
Hayi dafqaa nama akka itti ibidaa manaatti ta. uu bagaa waqni irraa si ansee hadho ko
Yes 👍 👍 👍 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤
Ajaa'iba waaqayyo ti
😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anisi guyya akana kana ega aba mana kora sena ko kanuma akanatu😢😢
4444 LALAEE hadhaa 😂😂😂❤❤❤🎉🎉
😂😂😂
4444 ! Maal jechudha ?😎🙄😁😁😁
@@makiama9561 video chumtiyyuu ammasin lalamere?🫣🤣
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤

5ffaa ilaale😂
Maatii naaf taha warri gamee jaallatan like godhaa comment koo😮😊😊😊