Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Mee warii dirmaa Sayidoo sin jibisee like godhaa😂😂😂😂 harikaa harikaa jedhee Sayidoo dubiin kunii
Lakkii nu jibsiffne fattaa nu godhaa jiruu😂😂😂 itii nu fiffii saidoo Atii
Inni hedu takka jibbe
@@QamaruuAbdii anisii nima jibe😁😜
Lubbu kottu matti na ta,ii
@@abadiirabbiirabbii9783 lubbu matti na ta,ii
Suumeya fii ayyu balage waali qiixisita suumeya dhuga baaaaaaayyyyyyyyyaaaam gaaridha 💋💋💋
@@ShitoFiikir maatii naa ta'ii lubu
Sa'id ana yaanni kiyya ayyuun mushurraadhaa isii biraa daddaftee deemuun sirriimiti bira turii erga isiin garaa godhattee booda haadha ijoollee Sumayyaa bira deemi siin jedha
Kotaa Sabiscirayibe naa godhaa ummaata Qashtii
Wow nama gaama chisa durrbbaa tahu isitif walhi heduu gamade ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Mashaa alahaa
MashaaAllah sa’ido dhugaa Ati nama gamnadha gara lafeessa oso nama tokko tokkoti mirga ishee ege hin hafu bayye sii diqisifdha nama beekka duraafi duubati yaadu kaan jedhamu kaa akka keeti kana Amshir rabbin ijolee tettiti siiha galchu Namni ilaacha adda qabachu dandda waani itti fakkate siin jechu dandda garuu jirenya keetif situu masuliyyadha Akkati tiiti sii basuun situ beeka Ati qabafi qala geeta itti himta male siiti hin himaan hin gorsitta male siihin gorssan jabadhu Ayyu mushuradha Amma oo’aa itti jira irra qabaneesi oboleesso rabbi ilma sii fakkatu siif haa keenu ❤❤❤ oso kaa waanyu waanyu kaa horu hora jedhe oromon namni Asirrati sii Arabssani homa siif godhulle homa sii godhu hin daddaan’n
Kotaa maatii naa ta'aa
Wel come back from dirama ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉Ayuu &seyid 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉jabadha dirama kessani Ethiopia keessaa tokkoffaadhaa😂😂😂😂❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂
Mashaa Allh❤❤ Rabbii wajiin umrii iisn ha dhersuuu Saidoo ❤❤ Ayuu❤❤ Sumayaa❤❤❤ jechaa namatii bakka hin keninaa🎉🎉🎉
Silaa dhiirra Walloo tahee dubartii baddee alaa bultee deebite waliin hin jiraatu turee bagaan walloo tahee 🐅 ❤❤ atii Dayuusa dhugaa 😂😂😂😂
Dhuggaa setaa Attii umattaa muddii qabatuu hin bannee hin kijjibbani 😂😂 isiin hudumaa dhuguma settukaa hunddaa
Kotu maatii naa ta'ii lubbuu kkk😆😆😆😆
በሱመያ መታማማምንሆ ደስ ይላል ግን አስተወል
Dhisii atii odu nama baqa Alhamduliilah jedhii saido kena❤
Ayuu hin mufachisin yeroo keniif saya❤❤❤
Walahii bilahii dhirafii biraa atii gobazidhaa walahii bilahii saidoo bayee natii tolitee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhiraa dhiraa caluu walahii❤❤❤ bagaa debitee walahii mushuraa gatee demitaa ❤❤❤
Kotu maatii naa ta'ii lubbuu
Haqaa hadhaa warraa ketii hundaa gutuu qabdaa ammale hayamsisuu qabdaa kanaa yoo hin gonee irraa gafatamtaa brother kan bekii
Rabbi yaadaaf muraada keeysa isiniif haa guutu❤❤❤ Warri Ayyuu jibbitanii fii Arrabsitaniis rabbii keeysan sodaadhaa😢😢
Kotu maatii naa ta'ii
Abshirii hin itesaa sadoo atumanii jabadhuu qalii kenyaa😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤urmii nufii dheradhuu
AYYU & SAID LOVE ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 XIQO BIRA TA. II AYUUN MUSHURRADHA
Amshir qalii nama ❤❤❤
Maashaa'allaah Sayido ati nama Murton bareedaa qabu tabaarakallaah ❤❤❤❤
Jiradhu bayyee si kabajaa ati hayyadha dhugaa rabbii❤❤❤❤🙏👍👍👍👍
Rabbiin ilmoo isinif haa kenuu inshalaaa dadafatii
Mashahallaa rabbini sifa haa lafisuu jabadhuu ishahallaa🥰🥰🥰🥰🥰
Gafaa garatii badhatemo amas qoricha dhugeen of ajesa jetii yoo naa gatee demte jetaa kanafuu ayuutu sii ajaja jechu dha jalqabumayuu atii hadhaa ilmaan ketif kabajaa hin qabdu isi alii si biyya si keessa jirtuf sodata moo isii biyya nama keessa jirtu yadaa subhanallah
Yaadaanikee sirridha kun ofitti amanamummaa hin qabu baayee NA aarse dhugaa dubbachuuf Ayyun maalii sumayaan maalii namichi rakko cimaa qaba
atii garaa tokotii fidadhuu wa'iii ayuu yeman gesiiwa'ii sumayaa garaa biyaa fidii garaa tokotiyoo fidee samuu nagaa jirataa dhugaa kani sii ra ergamu kanuma duwadhaa dhugaa😢😢😢❤❤❤
Mashallah mashallah ayyuu gootaa saido rabiin uumurii waalinii isiini haadhersuu rabiin ❤❤❤❤❤❤❤
Amshir Saido keenya garuu Sumaaya hin arsini😢😢❤❤
As wr wb Sayido Ayyuule rabbiin ilmoo haa keenuf sayido gamaa lachiifuu rabbiin sii haa lafisuu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashaa allaa qaaali nama hayyun jalaluma waan jedhu sirati barte jechudha wlh jabdu intalati enutu haga amma namusan taha dhuga rabi jabefadhu saidoo😢❤❤❤
Ilmoo rabbiin yoo fedhee dafee namaa kennaa yoo kaan turee namaa kennuu danda,aa atti amma issilee qabii demmii Hangaa woggaa tokko muluu hin ta,iin
Worra comment kuni yoo ayyuu arabsitaan kana taa rabbii hoo yadatuu masiyaa isii irraa dhiquu jirtaan malee isii irraa womaa hin hirataan subanallah .ayyuu gotta jalalaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaadha wly
Dhuga ketii wallahii
ሰይድዬ እንግዲህ ግራም ነፈሰ ቀኝ ወደ ልጆች ተመለስ በቃ ይሻልሻል😂😂😂😂
Dhugaa dubachuffii sa,idoo deebii gaarrii debisteeffii warrottaa samuu qulffii tokko tokkofii 👍👍👍 yadanii kee hundumtuu garii dhugaa dubachuunii namoonii jirenyaa kee sii wajinii jirrattuu hin jirruu,, attii dhibbaa keesaa 100% yaannii kee siradhaa sa,idoo qalii namaa waqayyoo sii ebissuu hundunii siitti gamadee dhugaa ❤❤❤❤❤
Kotu Sabiscirayibe naa godhii
Mashaallaa dummaa qadii❤
Daasii jeedha wlhi duurbaa tahu isii namati toola dhuga❤❤❤
Rabbi sifaa godhuu sayidoo kenyaa obsi hin qaqabdaa😢😢😢❤❤❤❤❤
MaashaaAllaah MaashaaAllaah MaashaaAllaah MaashaaAllaah MaashaaAllaah MaashaaAllaah tabbaarraa kaallaah Rabbiin waaliin isiin haa buulchuu.
rabbi sif haa lafisuu wly dubbi rakko kessa jirtaa yaa saido Ayyuun garati qabatus desse katus wa,ee ofaan ajessa jete si dorsistu sana yoomu waan dhistuu hin fakkatu
Mashaa Allah congra Habibi bagaa gamadee🎉
Baga gamadee ❤❤❤❤❤
Mashaa Allhaa mashaa Allhaa mashaa Allhaa mashaa Allhaa mashaa Allhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤iijaraa hafii qaalii nama ❤❤❤❤❤❤
Maa shalaa tabarakala walahi gobazidha atii ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wowww mashaallah mashaallah mashaallah
Yaa said bayaan Umanii Yemen kesaa jiruu maratee Achitii debini sumeyaafi ilmaan kee fidadhuu Sin jadhaa Akaa kotiti
Bayyee nu jibisiftee sobnii keessan dhaba qabu ma nu galchee wahii kee atii nama matta keettin murteessu hin dandenye akka dhirra
Dhuga keti sedoo jabdhu siin lachuu walqita ilane wayee nama ifra Lafi ❤❤❤❤
Wly Qufanera Diramma Keessan Nura Dhabaa
Bg dhagesse hafte dhuga ayyun bayyee si jalatti 😢
Saido Ayuu fudhuu demii dhugaa muccatin tuni si cubifti 😢😢😢😢jalalaa dhugaa si jalaati
😢❤dhuga keti wlh 😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashallaaaaa ishallaa sumayanisii rabii sii haa ararasuu wly
Rabbiin dhiraa sii fakkaattuu haa keenuuf inshaaAllaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Maatii naa ta'ii lubbuu
Mashaa allaa tabaraa kallaa dhugumatti qaali Namati hayyun❤😢❤😢💔💔💔💔😘🤍😘🤍😘🤍😘🤍😘🤍😘🤍😘🤍😘🤍😘😘
Suban alha hanga qalbii summaya cabasite kan olti qalabi kee cabbu tata wolayii summaya dubbarati cimatudha garu ati hanga fayya qabadu rabbumatu bekka akkamti ijoole kee gata dhama 😢😢😢😢😢😢
Ambshir saido kenyaa oduu namatif bakaa hin keenin Naman wanfedhe dubataa ati jabadhuu
Yoo garan dafee dhita,uu batee malii gotaa yeroo rabitti malee namni waan godhuu hin qabuu ??
Sa'ido gaarii gotee Dhugaa Rabbii baga haafitee Ayyuuni miskinaa ❤❤❤❤
sumayaa dhafii bakka akkaa hin qabe hin mulataa tishi ati durbbaa jedhaa oliti
Hant sado mali jeta hin salafatu xiqoma garani ha itau jete😮😮😮😮😮😅😅😅
🥰🥰🥰❤️🥰🥰 dhugaa sinjedhani haadha daimanii
Rabbii dhabamaa ishee haa godhuu ayuu atii jetuu
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢 tish sumaayan hin jartee moo maaf beraa namaa jalaa demtaa atti.
Atii gaadii ana akkana ta'u keetii baay'ee nama arsa
Wow 👌 ❤❤❤❤
❤❤❤
Dhagaa'ii ati Sayidoo Ayyuudha mushura gaatani hin deemani jechaa nama dhisii koodee
You should have the first peroity is your first wife and kids. If your first wife didn't give you to marry second wife that what said our religion.
Waqayoo siaa milkeesuu jabadhuu🎉
Gorasa nama hin dhagahuu monyii itala maratuu jala demaa
Alagaan Alaagadhuumaa waallahii caakanaan wan dur jartii duraa waaliin dabarsee hin yaadaatuu Alagaan Alaagadhaa ormii ormuumaa kanaaf summayati cakaanuu dandeesee ormaa wan tateef ilmaanke garuu bakumaa jiraanutii rabbiin haguudiisuu ati abdii kutaachiftetaa ilmaankes summayas rabbin jaraaf jiraa Ati achumaa dhichiisii haqiisimoo fulduraa rabbiiti ni kaafaltaaf
Imoo Raabbii isheef haa keenuu ilmaa dhiraa insha'Allah Raabbii ishee haa kenuu garuu nii arriffaatii A achii teessee hin jaajjaani sitti arree dhugummaa
Saa'ido saafu egii raabii dhifaama siifi haa godhuu yoo ulfoote jeedhii maale yoo itoftee hin jeedhiin
Wwwawwoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Saayidoo hayyuu nama kabajaa dubarti qabduu si jaaladhaa❤❤
Atii fi Ayuni jetanilee du,aa umata horii
Kalasii Asiraa dhufatee Afani nuti hin bananini gowaa
MashaaAllaa ❤🎉dhugaa
Waallayii dhugaa atti gowaa
Sumaya mari aizosh😢😢😢😢 yene miskin😢😢
Waallin umuri isin hadheessu jabbadhuu atti sayido
Dhugaa ani. garuu sumayaa gara na nyaatee 😢😢
Lubbu matti na ta,ii
❤❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ Wow
አሰላሙ አለይኩም ወራህመቱላሂ ወብርካትሁ ሰይዶ እንደትነህ አዪጋይራኸውን ቪድዪ ከመጀመሪያ እስከ ፋፃሜው አዬቼዋለሁ ጥፋትህ ማግባትህ ሰይሆን በአደባባይ ነገሮችንሁሉ አውጥተህ የሱመያን ሞራል መጉዳትህነው ሱመያ እጅግ ሶብረኛ እናጀግና እንስትነች አላህ ይጨምርላት ወደ ጉዳየ ስገባ እኔደማንኛምሰው ሰርቼ ያልፍልኛልብየ ኳተር በጠለብ በሄድኩበት የአሰሪየ ሚስት/መዳሜ የኦማንዜጋ ነች ሰውየውጋ ሲጣሉ ለኔሜ ለሱም ቢላ ትቀስርብንነበር በተደጋጋሚ ሀገሬ መልሱኝ ሴላቼው 6000እርያል ከፍለን ስላመጣንሽ ኩንትራትሽን ሳትጨርሽ አንልክም ብለው እንባ አሉኝ እማን መጥተን ባለበት ሰአት ሲጣሉ እሱ ትቶን ኳተር ተመለሰ እሱን ስታጣ እኔን ሙቀትላይ 3ቀን አገተችኝ ከዛ ምን እንደማደርግ እኔ አውቃለሁ ስትለኝ እንደተኛችልኝ እሩሄንብቻ ይዥ በእግሬ ወጣሁ በበርሀላይ እየሄድኩ እንዳለ የሆኑ ሰወች ለ1ሳምንት ብለው አስጠጉኝ አእምሮየም ትክክል ስላልነበርበ80እርያል ቀጠሩኝ አሁን የተወሰነ አግሜወደ እራሴ ተመልሻለሁ አልሀምዱሊላህ ኦማን ኢንባሲ የለንም ነጭ ወረቀት የሚሰጥም የለም ሀገር ለመግባት ዳባይ በኦላይን ስጠይቅ እነ ብሬክስን 3400ድርሀምአሉኝ ፓስፓርት ለማውጣት ፓስፓርቱ በጠፋነው ማውጣት የሚቻለው ገና ግዜውን ስላልጨረሰ ነው ብሩ የተወደደብኝ ከቻልክ ለረመዳን ዘካተል ፊጥር ልትሰጠው ያዘጋጀኸው ብርታለ ስሜም የፓስፓርቱም ፎቶ ብሬክስ ጋ አለ ለብሬክስ አስገባልኝ ስል አአላህስም እጠይቅሀሉ በውስጥ ስልክህን ሴለማላውቀውነው ሰው ታሌቼገረው ሰውን አይለምንም ታልቻልክ ለአህለል ኸይሮች እሄን ፁሁፍ አድርስልኝ ስልኬ ብሬክስጋአለ የቻለ ይተባበረኝ ሚድያላይ መውጣት አልፈለግኩም ችግሬ ሚድያላይ እንድወጣ ቢያስገድደኝእንኳን ላይቭላይ እኔደት አንደሚገባ አላውቅም
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Rabbiin sii haa lafisuu inshaa Allah
Atii namaa akkamti garuu hadhaa ijolee ketii hoo
Diramaa keenyaa Akkuma itti fufetii jira parti itt Anu nuuf gadhiisa😂😂
Ayuu namaa qalii dhaa❤❤❤❤❤❤
Mucaatin laguu ykn xixii qabdii gaafas dhiisa yaa ummata gowwaadha ❤❤❤❤❤👍💯💯✅✅🥰🥰🥰🥰🥰
Waan arggachu keeti❤❤❤❤💋💋💋
Masha'allah baguma durbaa tatee
Ayyuu wolin vidiyoo hojadhaa❤❤❤❤
ሱመያ ጀግና ሴት ናት እናተ አስመሳዬች ናችው
Hundaafu Rabbiin siifi haalafsuu inshaallah
Pilis Hayyu wojin Vidiyo nuf worabaa mee guyama takka😢❤
Mashaala ❤❤S🎉🎉🎉mashaala 🎉🎉❤❤🎉🎉A❤❤
seido atii namaa dhugaa tii jabadhuu
Wl wr wb Ati Isaan Gidduutti Rakkaate Rabbii Sif Haa Laffisuu Saidoo 😭
Dhugaa yaa sanyikoo bayyumaa rakkattee baranaa 😂😂😂😢😢😢😢 osoo prankii dhimaa karaa gubbaa sanaa Ayyuu irraattii gochuu dhistee jiraattee sittii xabattem dhugaaa kkkkkkkAloo sibafatteem dhengadaa sargiidhan badeetoo😢😢😢😢😢 ammas haadhaa ilmaan kee yoo biraa demtee maa sii debistii Shem new dhugaa 😮😮😮😮😮 lakkkiii keessaa ceetee Ayyuun 😊😊😊😊😊 Gaafaa Dhitofteen deemaa hammaa garaa dhitooftuttii egaa juraa 😂😂😂😂😂😂😂😂 deemiiii haadhaa manaakee ganamaa dhifamaa gafadhuu
Sumaya fii ayuu maratuu wali qixesita moo sumayaa nama garii dhaa in arsin garuu hofii egii
Wl as wr wb akkami jirtaa qalii nama siidoo qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Silumayuu fekiidhaaf deemtee sobaa nama yamaan demuf katee hin fakatuu Sheriyaan bar intaala durbumaa qabuu yo futee guyyaa 5n biraa bultaa sanaa bodee garaa isii lamaafaa deemii haqaa gutii jedhaabar wan fetee goteef sargii gudaa koteef garuu amamoo haqii n summaayaa sihaa qabuu wallahii rabbiin eraa sigaafataa hin oluu
Mee warii dirmaa Sayidoo sin jibisee like godhaa😂😂😂😂 harikaa harikaa jedhee Sayidoo dubiin kunii
Lakkii nu jibsiffne fattaa nu godhaa jiruu😂😂😂 itii nu fiffii saidoo Atii
Inni hedu takka jibbe
@@QamaruuAbdii anisii nima jibe😁😜
Lubbu kottu matti na ta,ii
@@abadiirabbiirabbii9783 lubbu matti na ta,ii
Suumeya fii ayyu balage waali qiixisita suumeya dhuga baaaaaaayyyyyyyyyaaaam gaaridha 💋💋💋
@@ShitoFiikir maatii naa ta'ii lubu
Sa'id ana yaanni kiyya ayyuun mushurraadhaa isii biraa daddaftee deemuun sirriimiti bira turii erga isiin garaa godhattee booda haadha ijoollee Sumayyaa bira deemi siin jedha
Kotaa Sabiscirayibe naa godhaa ummaata Qashtii
Wow nama gaama chisa durrbbaa tahu isitif walhi heduu gamade ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Mashaa alahaa
MashaaAllah sa’ido dhugaa Ati nama gamnadha gara lafeessa oso nama tokko tokkoti mirga ishee ege hin hafu bayye sii diqisifdha nama beekka duraafi duubati yaadu kaan jedhamu kaa akka keeti kana Amshir rabbin ijolee tettiti siiha galchu Namni ilaacha adda qabachu dandda waani itti fakkate siin jechu dandda garuu jirenya keetif situu masuliyyadha Akkati tiiti sii basuun situ beeka Ati qabafi qala geeta itti himta male siiti hin himaan hin gorsitta male siihin gorssan jabadhu Ayyu mushuradha Amma oo’aa itti jira irra qabaneesi oboleesso rabbi ilma sii fakkatu siif haa keenu ❤❤❤ oso kaa waanyu waanyu kaa horu hora jedhe oromon namni Asirrati sii Arabssani homa siif godhulle homa sii godhu hin daddaan’n
Kotaa maatii naa ta'aa
Wel come back from dirama ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉Ayuu &seyid 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉jabadha dirama kessani Ethiopia keessaa tokkoffaadhaa😂😂😂😂❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂
Mashaa Allh❤❤ Rabbii wajiin umrii iisn ha dhersuuu Saidoo ❤❤ Ayuu❤❤ Sumayaa❤❤❤ jechaa namatii bakka hin keninaa🎉🎉🎉
Silaa dhiirra Walloo tahee dubartii baddee alaa bultee deebite waliin hin jiraatu turee bagaan walloo tahee 🐅 ❤❤ atii Dayuusa dhugaa 😂😂😂😂
Dhuggaa setaa Attii umattaa muddii qabatuu hin bannee hin kijjibbani 😂😂 isiin hudumaa dhuguma settukaa hunddaa
Kotu maatii naa ta'ii lubbuu kkk😆😆😆😆
በሱመያ መታማማምንሆ ደስ ይላል ግን አስተወል
Dhisii atii odu nama baqa Alhamduliilah jedhii saido kena❤
Ayuu hin mufachisin yeroo keniif saya❤❤❤
Walahii bilahii dhirafii biraa atii gobazidhaa walahii bilahii saidoo bayee natii tolitee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhiraa dhiraa caluu walahii❤❤❤ bagaa debitee walahii mushuraa gatee demitaa ❤❤❤
Kotu maatii naa ta'ii lubbuu
Haqaa hadhaa warraa ketii hundaa gutuu qabdaa ammale hayamsisuu qabdaa kanaa yoo hin gonee irraa gafatamtaa brother kan bekii
Rabbi yaadaaf muraada keeysa isiniif haa guutu❤❤❤
Warri Ayyuu jibbitanii fii Arrabsitaniis rabbii keeysan sodaadhaa😢😢
Kotu maatii naa ta'ii
Abshirii hin itesaa sadoo atumanii jabadhuu qalii kenyaa😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤urmii nufii dheradhuu
AYYU & SAID LOVE ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉 XIQO BIRA TA. II AYUUN MUSHURRADHA
Amshir qalii nama ❤❤❤
Maashaa'allaah Sayido ati nama Murton bareedaa qabu tabaarakallaah ❤❤❤❤
Jiradhu bayyee si kabajaa ati hayyadha dhugaa rabbii❤❤❤❤🙏👍👍👍👍
Kotu maatii naa ta'ii
Rabbiin ilmoo isinif haa kenuu inshalaaa dadafatii
Mashahallaa rabbini sifa haa lafisuu jabadhuu ishahallaa🥰🥰🥰🥰🥰
Gafaa garatii badhatemo amas qoricha dhugeen of ajesa jetii yoo naa gatee demte jetaa kanafuu ayuutu sii ajaja jechu dha jalqabumayuu atii hadhaa ilmaan ketif kabajaa hin qabdu isi alii si biyya si keessa jirtuf sodata moo isii biyya nama keessa jirtu yadaa subhanallah
Yaadaanikee sirridha kun ofitti amanamummaa hin qabu baayee NA aarse dhugaa dubbachuuf Ayyun maalii sumayaan maalii namichi rakko cimaa qaba
atii garaa tokotii fidadhuu
wa'iii ayuu yeman gesii
wa'ii sumayaa garaa biyaa fidii
garaa tokoti
yoo fidee samuu nagaa jirataa dhugaa kani sii ra ergamu
kanuma duwadhaa dhugaa😢😢😢❤❤❤
Mashallah mashallah ayyuu gootaa saido rabiin uumurii waalinii isiini haadhersuu rabiin ❤❤❤❤❤❤❤
Amshir Saido keenya garuu Sumaaya hin arsini😢😢❤❤
As wr wb Sayido Ayyuule rabbiin ilmoo haa keenuf sayido gamaa lachiifuu rabbiin sii haa lafisuu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Kotu maatii naa ta'ii lubbuu
Mashaa allaa qaaali nama hayyun jalaluma waan jedhu sirati barte jechudha wlh jabdu intalati enutu haga amma namusan taha dhuga rabi jabefadhu saidoo😢❤❤❤
Ilmoo rabbiin yoo fedhee dafee namaa kennaa yoo kaan turee namaa kennuu danda,aa atti amma issilee qabii demmii
Hangaa woggaa tokko muluu hin ta,iin