Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Riyoo kiyya qaalii anaf dalage jiraa bay'ee tokko nuf galatomi🎉🎉
As wr wb qaali jiradhuu amalee dabalee rabiin sif hakenu bekumsa dhuma hin qabne mashalla mashalla tabarak all
❤❤❤❤❤❤❤❤
Riho rabbif jedhi haadhoko pls nagargari rabbif jedhi Ani sudiin Jira Jeddah kornesh jedhama maali seete Ani ergan dhufe ji,a torbafi torbe lama garuu wantaan si kadhadhu maal gochuu akkan qabu naaf himi adara rabbi maatin bira jiru nama saddet ana wajjin sagal taanetu jirra akkasumas bakkerra kessumman hin baay,ata hojin hundiyu anumatu hojeta kana biraan nadhukkubnaan riyala 934n kankootiin nayalichisan akkasumas yeroo nadhukkubbu ciisu hin danda,u yon dadhabe ciise naa kaasu akkasumas mucan isani tokko polisidha yero baay,e na hordofa mee maal naaf wayya maalo sanyiiko Ani haaradha nama tokkolle hin beeku silkii naaf bita jennani makinaan miidhame Jira naan jedhu simiille naaf basisa jennan eshi jedhu male naf hiñ basne silkinko inni Kun naaf hin hojetu maatikoolle argachuf nan rakadhe kana biraan da,imakolle arguun dhabe riyoo adara rabbi gama dandessun nagargari pls
Yaa rabbi mee yoom hikke oromoo kan jedhun keessayu hin jiru seach irratu hin bahu appl kama biyya bira odesam
Brother ebbifamii bufadheen afaan oromo hin qabuu amarifa malee
Turee siif dhufaa Google chrome Update godhi
@@RiyoShafi Tole galatomi
W w w ❤ baga nagayaan dhufte qaalii f gaari nama
Imo yero vidion dawalan hin mulaatu Akkam godhan
Please Afaan hin qabuu app bayyee gammadera jabadhuu bro
Aswrwb dhifamabilbiliko yerotok took sagale hinni dhagesisu nafdide
Maasha Allah
Kiyya afaan oromoo fiduu dide
Barumsi khee akkaan namattola jabaadhu
Galatoomii Leencaa koo
aswrwb jabaadhu waan ofikoo rabbi sihaa gargaaru
As wr wb obbolleesaa ko qalii rabiif jechaa akkamtiin sii qunama
Wl wr wb Riyo kiyyaa naa fiduu dide afaan oromo
Anis
Google kesan Update godha
afaan oromo nafii fiduu didde !!!
Masha alah
Mee akamitii titikii biratii vutubi bufashuu dadeynaa
🥰🥰🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Rakko qabu qali kenya
Wl wr wb Mashaalaa 💕rabi Sira hajalatuu
Amiiiiin
@@RiyoShafi lakofsa ke naf kenni adaar sittin hajome?
Mashallaha mashallaha taabarkallha taabarkallha
Akamiifii
Kuno anis kara manakeeti dhufe atis kottu galatoomi
As wr wrbtu jita
Google kesaniif #Google chrome Google translate Update godhaa Payl store keesaa
Please Afan oromoo naf fiddu didee
Update Godhii App Google translate
❤❤❤❤
Galatomi akkamiti appi mata ofi ummana ?
App kanaa essaa buffana
As wr wb riyoo bibilii kiyyaa bifaaa jijiree akamitii iraa jijiraa akkumaa suraa ketii kanaa tee?
Riyoo group'n ati telegram irratti ijaarte nan dhabee maqaan isaa maali ?
t.me/+lAhluuz0uXQ3ZDlk
As wr wb jira jirtu qali kenya koo oromo hin basu kama ati gadi dhisite sani play story iraa buse hin basu oromo
Ani kan nadhibe afaan fedheen yeroo naf barresssan imo irrti afaan oromootti akka naaf hikamun fedha (debi)
Yaa sabba koo Yoo walif tumsinee matii walif tahane boru Baka tokko nigenya Histin bu'aa hinqabu kotuu me
ሰላም ፍቅር አንድነት ለሀገራችን ይሁን በጣም ሀሪፍ ነው ወድሜ
Yes
Nuf jiraadhu🥰🥰🥰
@Abou zikraa أبو زكرا ok ta'e
@Abou zikraa أبو زكرا matii nafii ta.ii
😍
🥰🥰🤔
🥰🥰🥰🥰🥰
As wr wb riyo dhabadhuGaafin qaba fesbuukinNarratii uguraametiBaati 1 yeroon gadiinBufadha jedhu naDidee maali rakiinnaaMaaliiti me naf himi
Wl Wl wb
Gadi siif bu.uu didee?
Moo siif banamuu dide
Dhifama jawala bira turreE narrati uguraametiKa biraatin bana jenaanisNa dide me naaf himii
@@RiyoShafi e numa dideeBanamuullee
Wow translate ofuma ofirati fidee galatomibaqa obafane duraa amarifan hikaa ture
Ok
Ws wr wb akkam ngh riyoo keenaa.galatomi barumsaa dansadha.pls pls gafiin sii gafadhee ture fb iratti naaf debissi adara.
Ok Esati nagafatee ??? Siif debisaa
@Abou zikraa أبو زكرا tolee
Anii gafii sii gafadhee karraa tiktokitin malif hin debistuu wan bekturaa
Dhifamaa anii hingaree ykn adda hin baree tanafuu siif debisaa nati himii dhifama
Jowalaa iPhone play store kessa HA Tunne plus jetuu kan dhabee akamittii argachuu dandaa yoo dadesee naf himii Amanaa
Isa mobile 60 irrati hojetuu sani yoo sii galuu dide imkin
Kuwet deemu dandayama
Riyoo mangistii siin jaaladha
1:04 1:06
Obboleessa koo maasha Allah Waan gaarii Barsiisaa jirtaa jabaadhuuMee link isaa Dhihoo whastApp Nu Barsiiftee saan link isaa Naaf Ergii Telegram irraa Nii Dhabee
Linkii WhstApp moo??
Akkata kine master isa hogguu video hojjane video irrati maqaa isaa hin barreesine akkamitti arganna
Galatomii
Riya shafi ani you tube koo vidiyo namni hin argu malifi me
Tari subscribe sin gone namni
Subscribed koo guyyara yeroo dabaluu debi'ee nama 10 hirta malifi you tube koos haar'adha kanafi
Wl wr wb
Q❤❤❤❤❤🎉
Gogeel ko Afan Oromoo Nafiduu Didee??
@Abou zikraa أبو زكرا Google Kesaa injiruu
Update Godhi Google translate
@@RiyoShafi Godhee Turee Nabasuu didee
Atis kara manakiyyaa kottu najajjabeessi
Anaa naadidee Faani oromo hin arginne
Ee ni mulata galatomii
Tuutara irratti hoo afaan oromo fayyadamuun ni dandayamaa?
Eee edoo cufatii nii dalagaa
Galtomii
Riyoo galtomii
maloo dhimafan sii barbadee lakkofsaa kee naf ergii
Ff
As wr wb jira jirtu hadara riyo Kenya mee google koo email iraati bahu dide
@Abou zikraa أبو زكرا woye
@Abou zikraa أبو زكرا ok insha allh ta.e jira
Riyoo akkata email harawa itti banatan naf himi mee email kiyya duraa nadide😢
Riyoo kiyya qaalii anaf dalage jiraa bay'ee tokko nuf galatomi🎉🎉
As wr wb qaali jiradhuu amalee dabalee rabiin sif hakenu bekumsa dhuma hin qabne mashalla mashalla tabarak all
❤❤❤❤❤❤❤❤
Riho rabbif jedhi haadhoko pls nagargari rabbif jedhi Ani sudiin Jira Jeddah kornesh jedhama maali seete Ani ergan dhufe ji,a torbafi torbe lama garuu wantaan si kadhadhu maal gochuu akkan qabu naaf himi adara rabbi maatin bira jiru nama saddet ana wajjin sagal taanetu jirra akkasumas bakkerra kessumman hin baay,ata hojin hundiyu anumatu hojeta kana biraan nadhukkubnaan riyala 934n kankootiin nayalichisan akkasumas yeroo nadhukkubbu ciisu hin danda,u yon dadhabe ciise naa kaasu akkasumas mucan isani tokko polisidha yero baay,e na hordofa mee maal naaf wayya maalo sanyiiko Ani haaradha nama tokkolle hin beeku silkii naaf bita jennani makinaan miidhame Jira naan jedhu simiille naaf basisa jennan eshi jedhu male naf hiñ basne silkinko inni Kun naaf hin hojetu maatikoolle argachuf nan rakadhe kana biraan da,imakolle arguun dhabe riyoo adara rabbi gama dandessun nagargari pls
Yaa rabbi mee yoom hikke oromoo kan jedhun keessayu hin jiru seach irratu hin bahu appl kama biyya bira odesam
Brother ebbifamii bufadheen afaan oromo hin qabuu amarifa malee
Turee siif dhufaa Google chrome Update godhi
@@RiyoShafi Tole galatomi
W w w ❤ baga nagayaan dhufte qaalii f gaari nama
Imo yero vidion dawalan hin mulaatu Akkam godhan
Please Afaan hin qabuu app bayyee gammadera jabadhuu bro
Aswrwb dhifamabilbiliko yerotok took sagale hinni dhagesisu nafdide
Maasha Allah
Kiyya afaan oromoo fiduu dide
Barumsi khee akkaan namattola jabaadhu
Galatoomii Leencaa koo
aswrwb jabaadhu waan ofikoo rabbi sihaa gargaaru
As wr wb obbolleesaa ko qalii rabiif jechaa akkamtiin sii qunama
Wl wr wb Riyo kiyyaa naa fiduu dide afaan oromo
Anis
Google kesan Update godha
afaan oromo nafii fiduu didde !!!
Masha alah
Mee akamitii titikii biratii vutubi bufashuu dadeynaa
🥰🥰🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Rakko qabu qali kenya
Wl wr wb Mashaalaa 💕rabi Sira hajalatuu
Amiiiiin
@@RiyoShafi lakofsa ke naf kenni adaar sittin hajome?
Mashallaha mashallaha taabarkallha taabarkallha
Akamiifii
Kuno anis kara manakeeti dhufe atis kottu galatoomi
As wr wrbtu jita
Google kesaniif #Google chrome Google translate Update godhaa Payl store keesaa
Please Afan oromoo naf fiddu didee
Update Godhii App Google translate
❤❤❤❤
Galatomi akkamiti appi mata ofi ummana ?
App kanaa essaa buffana
As wr wb riyoo bibilii kiyyaa bifaaa jijiree akamitii iraa jijiraa akkumaa suraa ketii kanaa tee?
Riyoo group'n ati telegram irratti ijaarte nan dhabee maqaan isaa maali ?
t.me/+lAhluuz0uXQ3ZDlk
As wr wb jira jirtu qali kenya koo oromo hin basu kama ati gadi dhisite sani play story iraa buse hin basu oromo
Ani kan nadhibe afaan fedheen yeroo naf barresssan imo irrti afaan oromootti akka naaf hikamun fedha (debi)
Yaa sabba koo Yoo walif tumsinee matii walif tahane boru Baka tokko nigenya Histin bu'aa hinqabu kotuu me
ሰላም ፍቅር አንድነት ለሀገራችን ይሁን በጣም ሀሪፍ ነው ወድሜ
Yes
Nuf jiraadhu🥰🥰🥰
@Abou zikraa أبو زكرا ok ta'e
@Abou zikraa أبو زكرا matii nafii ta.ii
😍
🥰🥰🤔
Yaa sabba koo Yoo walif tumsinee matii walif tahane boru Baka tokko nigenya Histin bu'aa hinqabu kotuu me
🥰🥰🥰🥰🥰
As wr wb riyo dhabadhu
Gaafin qaba fesbuukin
Narratii uguraameti
Baati 1 yeroon gadiin
Bufadha jedhu na
Didee maali rakiinnaa
Maaliiti me naf himi
Wl Wl wb
Gadi siif bu.uu didee?
Moo siif banamuu dide
Dhifama jawala bira turre
E narrati uguraameti
Ka biraatin bana jenaanis
Na dide me naaf himii
@@RiyoShafi e numa didee
Banamuullee
Wow translate ofuma ofirati fidee galatomibaqa obafane duraa amarifan hikaa ture
Yaa sabba koo Yoo walif tumsinee matii walif tahane boru Baka tokko nigenya Histin bu'aa hinqabu kotuu me
Ok
Ws wr wb akkam ngh riyoo keenaa.galatomi barumsaa dansadha.pls pls gafiin sii gafadhee ture fb iratti naaf debissi adara.
Ok Esati nagafatee ??? Siif debisaa
@Abou zikraa أبو زكرا tolee
Anii gafii sii gafadhee karraa tiktokitin malif hin debistuu wan bekturaa
Dhifamaa anii hingaree ykn adda hin baree tanafuu siif debisaa nati himii dhifama
Jowalaa iPhone play store kessa HA Tunne plus jetuu kan dhabee akamittii argachuu dandaa yoo dadesee naf himii Amanaa
Isa mobile 60 irrati hojetuu sani yoo sii galuu dide imkin
Kuwet deemu dandayama
Riyoo mangistii siin jaaladha
1:04 1:06
Obboleessa koo maasha Allah Waan gaarii Barsiisaa jirtaa jabaadhuu
Mee link isaa Dhihoo whastApp Nu Barsiiftee saan link isaa Naaf Ergii Telegram irraa Nii Dhabee