malo mee gogili dursaa banee sitigin nadidee jenana mana bilbila gesee kana bodee bilbila hudaa isaa iraa wan jiruu hudaa balesi kan bodee gogili kan duraa iratii galchitee bantee galchii banii jedhani sana bodee mana galii kanan dursaa itin bane yeron yalu dogogora qaba banuu didee mee yoo bektee furmata naf himii bro🙏🙏🙏
Masha Allah tabarakallah rabbiin umrii kee haa dheresuu
maashaa.allaah hedduu galatoomi habiibii kiyya warreen viidiyoon nutti dheerate jedhan itti hin dhiphatin warreen barumsa barbaadan obsaan sihordafuu qaban sa.aa1 ol yootahellee
Dhiffama hojjiin mattii naffii tayyii
Dhugaa jetee anii kan video dalaguuf nama hin beknee wan bekuu qodaf jechaa garuu worii kaan himachaa ooluu
galatomii♥♥
Royo qalii namaa umurii nuf dheradhuu bekumsaa eratii bekumasaa sif hadabaluu 💗💗💗💗💗
Maashaa Allaah maashaa Allaah Galattomii Sanyii ko waan bayyee sirra barree
Riyoo kenyaa galatoomii nuu jiradhuu umurii HARRAGESSA siif hawwaa jabadhuu jajjabee❤💚❤
Jabaadhu maasha Allah
AS wr wb wallahii Hedun sii jaladha barnonii ke siritii nama Galla gallatomii ✔
Bainoni kee hedu nama gala hedu galtomi sijalana sanyikoo
Well come masha alaha jabadhuu brother
Wwwww ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️dhugaa eduu sii ajayibsifadhaa ani
Bagaa naaf baratan or koo♥
Jabaadhu video akuma jiratuti iti fufii
Galatomii 👍👍👍👍👍👍👍👍👍 garuu hin jarajarinii yoo nubarasifatuu sutaa tasagabahii akkaa siraa hubanuu halumaa kananii itii fufii baranotaa kee 👍👍
ok
Galatomi bro akamiti lakofsa ithopiaa akamiti ittigalfana
Woowww mashaa Allah taabarakallah Galatomii sanyii koo barnotaa baredaa nu barsisaa jirtaa
Well come
Wow baayyee namati tola itii fufii 👍👍
Anaa dhufuu bagaa nagaan dhufitee sanyii koo wawoo barrumsaa bayyee namatii toluu guddaa Galatomii jabadhuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Wly heddu takka nuf jiradhu sanyii ko🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Akjamitti akka sagalee bilbilaa waraabanii dhaggeeffatn nu barsiisi maaloo jechuun koo , isa namni nuuf bilbilus isa namaa bilbillus , sagalee waraabnee booda dhaggeeffachuuf . jabaadhu itti fufi si jaallanna riho
gafii bareduunyaa aniis app qopheessee jiraa waan yadaa jiruu♥♥
Galtomii jabadhuu attii bayyee sii jalan
Rabbi siyaa jalatu♥
ANAA DHUFUU Riyo Dhugaa guddaa galatoomi 🙏😍
Jirudhuu wanii bayee siraa baradhee bayyee galatomii
As wr wb rihooo shafii obls kiyaa kaa akiraa rabbii jedhii nadebisii fb kiyaa afan igilifaa malee oromo postii namaa dubbiisuu dhadhabee akkaminin qayaradha afan oromottii adaraa rabbii si eggadhaa akka na debiftuu☝️☝️☝️☝️
wl wr wb Faecbook kee barefama afaan biratiin barefamuu karaa oromoo siif jijjiruu didee hadho koo??????
@@RiyoShafi hogga namnii wa afan oromatiin postii godhe ingilifan naa fidaa dubbisuu hin handahu
@@RiyoShafi arrumaa vidiyoo na hojjadhuu rabbin sihaa laffisuu😢
@@caltuufaree6586 anillee akkuma nan barbaada yoo arabiffaan waa gadhiise ingiliffatti jijjira
@@hayaatjundii2873 wallahiii anillen dadhabe
Wahuummaa kannaa sii gafaadhaa je,etiin sii barabada jiiraa bayee takaa naf gallatomii
Baga argate
Eduu galatoomi bro koo nufi jiradhu bilbilaa koo wani bayyee sirefdhe itti fufu hadhoo koo 🥰
Hedduu galtoomi 💘💘💝💝💖💖❤❤❤❤🧡🧡💙💙💔💔
👍 🆗 Riyo jabadhuu
Riyo shafi nuf jiraadhu
Wk wr wb mashaa Allah jkr
Riyoo step hordofee sirreffachuuf jeheen naan diider right gochuu❤️💚❤️
Heedu galatoomii yeroo heedun sii hoordoofaa waa heeduun baradhee an sirraa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💔💔💔💔💔💔💔💔💔❤️💚❤️🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Isin gamaduun snii gamaduudha♥♥
Well com
Mesiritii sieginaa bayenii sihoridofaa riyoo gafini sigafadhee nanafi hidebifinee akata yutube nufi warabii
ruclips.net/video/rilzmysZO-s/видео.html
bar worabe jira liki xuqi
Nuuf jiraadhu Sanyii Ofii 🙏💌💌💌
jiradhaa♥♥
Galaatoomi Habibi koo Jajjabadhu Barsisa koo Nuf jiraadhuu
Wowowo badhaasa ijoollee oromo
dhugaa jabadhuu cimma nama
♥
MashaA allh
Jabaadhu jabaa koo
Anaa dhufuu bagaa naganii dhuftee qalii namaa 🙏😍
You Tube iraati nuuf maxaansuu keetifuu galata gudaa qabda galatoomi sanyi tiyaa💖💖💖👌👈
Mucaa mashallhaa bayye tokko galatoom dhifama nafii debiis imoo koo yeroo suraa iraa godhu hin muraa gababsee
Gutuu eraa siif gochuu didee? Mee kiyaa erattilalee siif debisaa obsaan naegadhu hadhoo
@@RiyoShafi adara nattii himi me dafii akkamiin fb afan oromotii jijiradha ingilifa malee postii nama dubbisuu hin danda huu 😭😭
Eyyee tolee galatoom jabaadhu jiraadhu wan bayye siraa baraa jiraa rabbii umurii sii haa dhereesuu
Karaa Miseger kotu
Isaa duraa akkamiit akkan cufuu naaf himee maaloo sanyii koo dhifaama waliin
bar akataa Era Remove gotan himee jiraa yoo arguu batee nan dalaga video
As wr wb jabdhuu
barnotaa kee bayee bardadh💌💌💌💌💌💌💌💌
Dhiffama hojjiin mattii naffii tayyii
wl wr wb galatomii abba koo♥♥
As wr wb galtomaa Rabbi jasaa isn haa Kafalu
amiiin
Sagale isa geddudhan dhufu qannsi malo
Galtomi ❤️
Dhiifama wojjiin yoo namnii fbc kiyyaa Na wojjiin fayyaadama jiraate Akkamitin of keessa basaa
Mashaallaa mashaallaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
shukuran habib
Waqaayyoo gooftaan isiin yaa ebbiisuuuu
Eebbiiffami gudaa
Sagale koo barefamati akkamitii jijira mee nuf himmii
Bareeda jabadhuu
AS WR WB BARNOONIKEE HEEDU NAtoolle
Jabdhu sanyii
Mashaa alhaa
Walayii.qalamni.kee.hin.goggin.obboollesa.koo.galatomii.jabadhuu
Was waw
Aswrwb wow barumsaketi bayen gamada heddu galatomi qaali ko
wl wr wb ♥♥♥♥
Yabo rabbii jadhii kiyaa duran banadhaa amaa bakii qulfii san hin jirtuu wan takkatuu iraa dhufee passport fb fi hudii hin jirtuu wanin pilastorii irraa gadii bufadhee akkanumatii jalaa haqamaa demaa yabo akkan ittii tolfadhuu dhifamaa wajin naf himii yaa obalessa kiyyaa heduu takkan ciqamutii jiraa
mashallaa
Galatomii riyo shafii qalii oromo
Maalo kan koo didee madami koo itii hidhate jirtii 😭😭😭😭😭😭😭
Of jala basi
Galatomi wan bayye sirra baradhee ani ❤
Naaf jiradhu♥
Asalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Masha Allaah Rabbiin Umriisihaa dheeresuu 💪👍👍👍👍💯💯💯💯
amiiiiiin♥♥
Riyo akmiti aka pasrdi imeli nama jala bade aka2 wana kaniti siriti ifa gote jirta ani garu barefamtu jala jira vid hunuda jala garu hini agare
Akkanatti camera nurati hidhame ofira ittisina
Waleykumuasalmii waramaatullahii wabaraakatuuhuu
Galatoomi nafsu jabaadhu ammalle waan heddu sirra baradhe 🥰🥰
Wow 😍😍gudda galatoomii sanyii koo ❤❤❤❤
♥♥♥♥♥♥
Jalala sira na qabe
Obsee
Welcome 💞💞💞💞💕💕
As wr wb gafii kan akka naa debiftuu abdii qabaa tik tok naf banamuu didee naf debisii galatomii
Riyo shafi Gaaffii xiqqo takka qaba akkata video yeroo warbdee akka barreedina qabun tolchuu dandeesuu naf him
As wr wb Gafii qabaa kodiii You Tube koo Wanii itibanee wolalee????
You Tube koo Akamitii namii Adiii sigodha Adara natimii
Goggle koo Pasipotii qabuu Anii gaaruu sinii odofaa Garuuu Edoo gogilli kesa Pasipotii dhabee
Adraa naimii
Yokanii meesa jaranii Nadubadhu
Sibaeseraa Tokitii zanjii jedhamaa Efb bikoo
Ok era deebiin Na dubisii hin garee dhifama. Wl wr wb
Waww👍👍👍
Hedduu Nuuf Galatoomi
Mashaalaa
Jiraadhu
Naa qolofamuu dide banadhaa qulfiiin isaa googlii koo
Galatomii riyoo kenyaa😘
❤❤❤❤❤❤❤
🥰🥰🥰
Ok
Galtomii bro😍😍😍
♥♥♥
Dhifama RUclips akamiitin banadha riyo shafii qalii kiya nahimii
ok yaroo biraa video hojadha
As wr wb adar dawol ko arbtu nwa hudas kodiin nat cufani akmit ban chu dada obolesko natim
😘😘😘
Galtomii riyoo
Galatomi habibii
malo mee gogili dursaa banee sitigin nadidee jenana mana bilbila gesee kana bodee bilbila hudaa isaa iraa wan jiruu hudaa balesi kan bodee gogili kan duraa iratii galchitee bantee galchii banii jedhani sana bodee mana galii kanan dursaa itin bane yeron yalu dogogora qaba banuu didee mee yoo bektee furmata naf himii bro🙏🙏🙏
Riyo waan naaf hin galetu jiraa mee nadubisii
Bilbilaa koo gutuu xalafani arabni koo akkamiti of eraa cufaa addara yeroon naman dubadhu hin qadaa😭😭😭😭
Nagaa waqayoo sif haa ta'u mee akamitii wasapi lamaa yoo fayadamee tokoo cufachuu dandaa dhifamaa walin natii imii
Adaraa natii imii 🙏🙏
Nii dadessaa tokko eraa Data ykn Wfi cufuu nidadesaa Video asuma kessa jiraa ilalii giftii yoo dhabde nati kotu
@@RiyoShafi gudaa galatomii obolesaa koo garuu naf ifaa in tanee wasapi lamaa fayadamaa tokoo dhoksun barbadee duran fidiyoo kee dawadhen turee nan dagadhee malee galatomii 🙏
thank you
Yaa badii kiyaa anii maaloo diman jiraa komoo dhugaa garuu lkk isichi naa biraa hin jiruu yaa obolesaa kiyaa falikoo malii
Akkm ta. ee 😢
@@RiyoShafi banadhaa qulufichii dhugaa rabii akamin ofiraa gubaa yaa obolesaa kiyaa
As wr wb
Wl wr wb
Akami RUclips banachuu dandhaa
شكرا
Hin godhu
Wafoon yoo badehoo
Bayye galatomi
Marshall galatomi
Kiyaa bakka urjii san banamuu diidee naf himii
As wr wb obolesa kiya iphone pasaqoti walale baka kani ni aragama dafi nahimi me
Adraa obolesaa ko akata zeni birii nyatuu ofiraa chufaniu naf himii 😭🙏🙏🙏
ishii
As wr wb obbolessa kiyya Mee fbn kiyya yeroo hunda yoo an log gedhee deebi.i komanti an namaa barresse komanti haga shanii nagaafata akkamitti ofirraa balleessuu danda.a naaf himi rabbi jedhii😿