Wow, what a blessing spiritual song it is!! It's an anointed spiritual seed that nourishes the faith of everyone's soul. It should be planted in each & every single person's mind and heart, to be honest. May God, the mighty bless you and all that is yours, in Jesus name, Amen!!!!!!!!!!!
waqayyoo sii haa eebbisuu marumman koo kessaa farfatee obboletii kanna jabbadhu wanummaa yeroo wajin demuu waqayyoo sifii keenneee eebbifami kuunii ergaa dhugatii .faaruudhan RAJII DUBACHA jirtii ameeeeeen aleluuyyaa
Harca'aa nyaanaa...harca'aa kaannaa tasgabbii hin qabnuu.....siin habaraaramnuu!!!!! Amen!
Who is listening this song in 2023 like me?😊
Meeee
waaqayyo maqaan saa haa eebbifamu inni abdii dhugaa dhalanamaaf kennu amnamaa dha ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen
Such a beautiful & meaningful message. May Allah bless & protect our people our land. ❤️
I get hope when listen this song....beyesusim
Ebbiffama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
nuuf amayyuu abdinjira ameeeeeeeeeen abbakoo inni waqaraa dachadaachan siha ebisu ayyanasaa sif hadabaalu dhaltuu motumaa waqaayyoo ta.i
Waaqayyo si haa eebbisu. Rahel, ganaa ganaa kan kana caalu sirraa eegna. Jabaadhu!
ooh aja'iba Far erga guda qaba ameennn abdiin jira...ameennnn..ameennnn..ameeennnnn..ameennnn..ebbifamiii dachaa.bari ke hundi waqayoon Kan ebifame hata'uu ebifamii
Wowow nufii amayuu abdin jiraa bayeen itii arefamee ebifamii darbii demii ayyan isaa sifii haa dabalamu
Waaqqayyo si haa eebbisu.Inni Abdii keenya ta'e immoo Waaqayyo haa ulfaatu
Raa'elee keenyaa Deebinee ni Ijaaramna" Nuuf ammayyuu Abdiin jira Eebbifami Sanyiikoo
Baay'ee eebbofani Rahi koo
Farsa aja'ibaa dha❤❤❤❤❤❤❤
wooooow waaqayoo hojirra jira maqaansaa haa ebifamu baayee namati tola dhugaa ebifami dachaa oboleti koo
Raheel gooftaan si ha ebbisuu farfaanaa kanaan bayyeen ebbifamee ayyaana isaa sif ha bayyisuu
Ameen Ameen daacha eebbifami .yoomile waqayyo abbdi qabana
I love it so much we are love it, so much 💞💞💞🎉❤❤
Ameen Ameen Ameen....Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu giiftiiko❤
Hunduu eebbifamaa!
WAAQAYYO GOOFTAN GUDDISEE SI HAA EBBISU.
Waaqayyo Waaqa abboota keenya...ati har'as Waaqa keenya
EELAAMEE......AMEEN AMEEN
Yeroo hundumaa faarsaa hafuura namaa haaressee...eebbaaf Nama qopheessudha. Waaqayyo si haa eebbisu!
Eeyyee, Waaqayyoof wanti dadhabamu hin jiru!! Kanaaf warri isa amanattan garaan keessan hin raafamin, jabaadhaa.Ayyaanni Gooftaa keenyaa Yesuus kiristoos hunduma keenyaa wajjin haa ta'u
Ameeeee""ebifamii siin haa bararamnuu yesuuse koo (abdii jiraa📖👈)
Waaqayyo isin haa eebbisu! Jabaadhaa! hojii baay'ee gaarii hojjettan.
Waaqtolaadhaanis Baay'ee galatoomi jennaan ediitaricha.
Eebbifami Tame. Waaqtolaanis galata kee dhaga'eera. Atis galatoomi siin jedheera.
Waaqayyo Baay'ee sihaaeebbisu bareedduu keenya. Waaqayyo inni siin nuuf kenne maqaan isaa barabaraan haa eebbifamu!
Eebbifami baay'ee namatti tola! Ameen abdiin jira.
Waaqayyo dachaa dachaa ayyana isaa siif haa dabaluu ebbifami
Eyyee Ammayyu nuf abdiin jiraa, r. Kennan kan bade barbaduu, kan cabee wal'annuu dachaa sif haa bay'atu. Uuf. . Loomii baaca Saudi Arabia
ameen ameen abdin naaf jira dhugaadha eebbifam
Amen haleluya anaaf ammayu abdin jira
Ameeen Ameeen Ebbiffammi dachaani eyyee ni abidini jiraa haleluuyaa!!!!
AMEN 🙏🏾. OUR GOD IS ALWAYS A GOD OF HOPE AND NEW BEGINNING! Team Rahel remain blessed ❤
Ammeen ammeee ebifami kabajamtu kenyaaa❤❤❤❤❤❤❤
rahel waaqayyoo sii haa eebbisu
wowow abdin jira abdin jira ameeeeee ameeeeeee ameeeeee ameeeeeen ebbifami sa ebisu gooftan dachaa dabale dadabale
Ameen Ameen Ebifamii Anaaf Amayuu Abdiin Jiraa
Ameeeen, ammallee eebbi isaaf siif ha baay'atu
Irra deddeebi'ee laalus quufuun dadhabe; Hojii of eeggannoo fi dadhabbi guddadhaan hojjetamedha; kanaaf akkas bareeda, mi'aas! Gooftaan isin haa eebbisu! Hojii garaa nama ciibsu waan hojjattaniif gareen production kanaa hunduu eebbifamaa!!!!!!
Eebbifamuun hafuura baafannaa kee haa ta'u!
Gara fuulduraatti yoo danda'amee akkamitti akka hojjenne TV Mo'aa irratti agarsiisuu yaalla.
I rely liked every word and every second of this video! God bless u!
Ameeeeeeeeeeeeen haleluyyaa yesus goftadhaa sii haa ebbissu
Ammee waaqayyoo sii Eebbisuu Abdiin jirraa
So inspiring! Simbo qabeettii koo, ammayyuu ayyaanni siif haa baay'atu!
Ameen ameen ameen ebiffamii dachaa mucaa kakkuu barikkee haa ebiffamuu 💕💕💕💕💖💖💖🌷🌷🌷🌷💖💖💖💕💕💕💕
I have no clue what you saying but I'm so touched, blessed God bless you sister. Give us more!
Ameeeeen ebifamii hadhoo koo uuuuffeeee ilililililililililil ililili ebifamii oboletii kenyaa ebifamii dachaa
Ameen ammaa iyyuu Abdin Jiraa Iyesus biraa
Amee uuuuufff ebifamaa namaa waqaayyoo hayani waqaayyoo sifihatuu
Waaqayyoo isin haa eebbisu
Wow, what a blessing spiritual song it is!! It's an anointed spiritual seed that nourishes the faith of everyone's soul. It should be planted in each & every single person's mind and heart, to be honest. May God, the mighty bless you and all that is yours, in Jesus name, Amen!!!!!!!!!!!
eebbiifami richooooooo mucaa waqqayyoo
Ameeen Abdiin jira gooftan sa eebbiissuu
Ameeeeeeen ebbifami maqaa iyasusin 😭😭😭😭😭ammayu abdiin jiraa
Ameen eeyyye abdiin jiraa ebbifami!
Baayyee namatti tola guddaa eebbifami.
Ebbiiffaammii baay'ee bayeee namatii tola
dhaggeefadhee quufuun dadhabe ,,EEBBIFAMI
Wow !!!! Be Blessed Waaqayyoo si haa eebbisu!!
Waqayon sii haebisuu❤❤❤❤
Abdiin jiraa,ebbifamii guddaa
Woooooowwwwwww ebbifamiii dacha_ dachaan_ waqayoon goftan siaebisu ebifami guda guda galatomi 😘😘
Ammeeen ebbifaamii amma iyyu abdiin jira!!
Ameeeen ebifamii eyye nuuf amaayu abdiin jiraa
Waaqayyo siyaa eebbisu
Waaqayyoo si yaa ebiisu jabaadhu
woww ebbifami richo
Waqayoo sii haa ebisuu
Ameen uuuu wqy sihaa eebbisuu guddaa...
meelaalaa Tesfaye
AMMEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEN AMMEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEN HALELUYYAA ABDIIN JIRAA AMMAYYUU MUCAA KUKUU DACHAAN EBBIFAMII
uuuuffff goftan sii haa ebbisuuu ebbbifami
Who is listening this song in 2024
Ameen eebbifaami
farsaa baayyee namatti tolu eebbifamii
Ameeeen ebifamii abdiin jiraa
Ebbifamii mucaa kakuu
Ilaamee ammaayyuu Abdiin Jira
Eebbifamii
Amee
Ameen
Ameeeen
Jiiradhuu much kaakuu
ammayyuu abdin jira ! God bless you!
farfanichi garidha, surre uffate kaan farfatu garu-----------------------------
Ameeeeeeeeen ammmmmaaaaaayyyyyyyyyyyyyyyuiuuuuuuuuuu abdiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin jiraaaaaaaaaaaaaaaa
Eebbifami Rahel
Ammeen Ammeeen Ammmeeen Ebiffamii
raeel koo waqaayyoo siha ebisu dachaa waraa isilamaatin immoo caal jedha jedhin
Me too I love it even in 2023❤❤❤❤❤❤
Amazing! God bless you!
Ebifaamii jabduu køø
Ameeeeeeen
Aeeeeeeeeen
Amayyuu abdiin
Jiraa eebbifamii
POWERFUL SONG SISTER GOD BLESS YOU MORE AND MORE!!!
Si haa
eebbisu!
Waqaayyoo si ha ebbisuuu
ameeeeeeeeeeeeeeennnnnnn
ameeeeeeeeeeeeeeeeeeennnnnnnn
nuuf abdiin jira
wow! ebbifamii
kun kadhana cimaadhan hojetame kanaaf adda ta'ee waaqayyo ayyana isaa siif haa baayisu
Ameni ebifaamaaa
AYYAANNI KUN SIRRAA HIN FUDHATAMIIN.NAMA EEBBAA TA'I.
In love with song❤
specially ending but its little i wish it is full🤗
ameen eebifamii. ayyaana kana ammaayu dachaa siif ha dabaluu waaqni Isiraa'el.
Maalo fatfanna kan dhaagefadhu qufuun dadhabee ebbifammi recho
God bless u sis,I can see the anointing of god all over u
Eebbifami dacha dacha
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Eebbifamii dacha dachaan
ILAAMEE ILAAMEE ILAAMEE..... . ABDIIN JIRA