Baraahamma bara baraatti eebbifama faarffannaa kana guyyaa ijoolleen kun jojjetanii kaasee haga har'aatti nan dhaggeeffa dha hin quufudhaggeeffadhe dhaloota eebbifamo barakeessan gutuu waqayoonfaarsaa
Eebbifaamaa baayee namaa tolu Ammasi farfatoni akkana nufi ha bayatan Kan nuti Tirri dhiitan nuti hin dhufin Jabadhaa halli kessani hunduu Nama tola dhugaa waaqayyoo Nan soberee saba waaqayyoo??
Ameen ameen ameen eebbifama dhugaa goftan isaa isiniif haa dabalu darba demma
waaqii itti dabalee isin haa eebbisu anin faaru kana haga dhagayeetii quufuu dadhabe eebbifamaa
Hanga guyyaa dhufa isaatti akka faarfattaniif waaqayyo isin haa gargaaru
AMAZING!!!....HOGGANAA KOO, BULCHIINSA KOO..YESUUS ATI!!! Ameen!!WAAQAYYO AYYAANAA IRRATTI AYYAANA ISINIIF HAA BAAYYISU!
Kun ka'umsa mul'ataan onnatee, humnaan finiinee ADDUNYAA MARA DHUUNFATU, ERGAA DHALOOTAAF DHALOOTAAN BOCAME!! Onnee koorraan isin eebbisa! DAANGAA MALEE ERGAA KANAA FI ISA HAFES DHALOOTAAN QAQQABSIISAA!! @ Hika, Solan, Ayu and Daro! LOve and Respect you all!!
Ameen ameen ijjoolle waaqqayyoo. isin haa eebbiissuu duubii waangeellaa addunyaaf labasaa hundaatii dhaggeesisa
Wwwwwwwwwwwwewww ameeeeeeeeeeen qonqa alichilmi gin daseyilali tabaraku
Baraahamma bara baraatti eebbifama faarffannaa kana guyyaa ijoolleen kun jojjetanii kaasee haga har'aatti nan dhaggeeffa dha hin quufudhaggeeffadhe dhaloota eebbifamo barakeessan gutuu waqayoonfaarsaa
Waaqayyo dachaa isin haa eebbisu. May God bless you abundantly . Children of God. I am blessed by this song. Quufuun dadhabe,dhugaa dha.
Ameen ameen gooftaan dachaa dachaa isiin haa ebbisuu ebbifamaa
Waaqayyoo ammaayyu dabale daballee isin haa eebbissu. farfaanna keessani bbb ittii eebbifamme. Jalaalli fi araaarri waaqayyoo hangaa barbarraatti sii wojjin haa tahu. Ammaayyu eebbiffamma
Hin jiruu dhugaadhaa qixeen yesuus ebbifamaa ijollee waqaa
Uufffee yessuus koo dachaa sinaa eebbisuu waqayyoo🤲🤲🙏💞💞💞💞💞💞💞
waqaayyoo gudaa isin haa ebisuu ebbifama jabadha hanga dhumati warra dhabatan ta'a
Ebbifama am
ijjoollee GOOFTAA guddaa eebbiffamaa baabbee, hiikaa, daroo, ayyuu bara keessaan hundaa nyaaphaa keessan rabbii lafaati haa dhidhiittu eebbiffamaa ijoollee kakuu guddaadha mul'aadha ulfaadha.
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen eebbifama gooftaa baraf jireenyaa keessan haa eebbisuu eebbifama kanuman calati darbaa deemaa maqaa iyaasusin👏👏
Tejtu Abdisaa Acalu
Tejtu Abdisaa
Ef
gane krhfklh
Tejtu Abdisaa the first game
Waaqayyo ayyaanasaa isiniif ha baay'isu.Eenyummaan gooftaa keenya Yesuus Kiristoos bara baraan ol jedhee ha mul'atu.
Hin quufamtan galanni keessan mootummaa waaqarraa hata'u.
Ebifamaa Ammen Ammen dhugaa dha hin jiru kan akkaa waqqayyòo Eyaaus gofta dha 💓💓💓💓💓💓☝️☝️
WOW Ijoollee gooftaa eebbifamaa!!
itti eebbifamneerra
I saatti Anaf goote Danuu sana yaadadheeni g ooftaan siin ha ebbisuu!!!
Ameeeeeeeni Ameeeeeeeni Ameeeeeeeni Ameeeeeeeni Ameeeeeeeni Ameeeeeeeni waqaa kenyaa dhugaa dha kanaan kaa kee y injiruu yesusi koo
Ebifamaa matii waqayyoo
Waaqayyoon isin haa eebbisu.
Uuuuuuuufffeeeeee ebbifama itti boqodhera
Wow ebbaaf ta'aa darbaa demaa homtuu isin hin dhabiin
jiraadha. daran waan haara mullata haaran isiniraa eegna
dhageefadhen qufuu dhadhabe goftaan isiin haa ebisuu
Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.
Ebifamaa waqayyo guddaa isiin haa ebisuu
Eebbifaamaa baayee namaa tolu Ammasi farfatoni akkana nufi ha bayatan
Kan nuti Tirri dhiitan nuti hin dhufin
Jabadhaa halli kessani hunduu Nama tola dhugaa waaqayyoo
Nan soberee saba waaqayyoo??
Faarfannaa Afaan oromoo Haaraa wowwwwwebifama
uuuuffffee waqaayyoo isina ebbisuu
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ebifaamaa dachaa maqa iyeesusi obotakoo
farfannatti hafaa farfannannis isiinitti haa hafuu solaakoo god bless ol of u
Uuufffeeekaaa alkam namatii tolaa dhugaa ebbifaaamaa dachaan 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💖💖💖💖💖💕💕💕💕💕👏👏👏👏🤝🤝
Uuuuff gooftan siin haa eebbisuu
ameen ameeeeeeeen ebbifamaa isa inni jajamuu ebbifamaa
heeeeefffffeee ebifamaa ijolee kakuu ergan kesaan duaa damaksaa kana calaa ayyaanii waqayoo fi suraan waqayyoo isinif yaabayaatu darbademaa❤❤
Berutira
Ameeeeeeeeee ebifamaa dacha dachaa sabaa waqayyoo darba demaa homtuu sii hin qabiin
wooooow maati waaqayyoo god bless all of u!!!!!!!!!!
wowwww eeebbifamaa ijoolee kakuuu darbaa dema kana caalaa ayyanni isaa siinif ha dabalamu
Waaqayyoon gooftan dabale daballee si ha eebbisu
Waqqayyon bayisee isin haa ebisu
hamaa dhumaa jabesee isiin haa dhabuu
Waaqayyo waaqarraa eebba isinitti haa roobsu!
Amazing 👏 🙀 😯
Walaloo faarfannaa kanaa kunooti itti eebbifamaa.
utuu ani hin umamiin garaa haadha koo keessa jalqabdeeti
kunuunsaa na fidde na nuffitee hin beektuu dadhabdee
iyya koo birmaatte gadda koo hirmaatte si argadhee
jajuu kee hin hirrisu gaarummaa ati naaf goote dagadhee /2/
kanaaf ani galata fidee dhufeera dura kee
kattaa jabaa gargaaraa amanamaa hin jiru akki kee /2/
golgaa naaf ta'ee manni kee heee
naaf mijateen arge barruu kee hee /2/
hin jiruu qixxeen kee hee
hin jiruu dorgomaan kee hee
jechoonni kukkulamee guddummaa kee hin ibsuu uuu
farfannaan qooqa gaarii gatii olmaa kee hin deebisuu
natti tole boqonnaan nagaan fannoo kee jalaa ooo
siif kennera eenyummaa koo hundumaa sit naaf caalaa aaa
olaantummaa siif kenneera ofirratti iiii
hoogganaa koo bulchiinsa koo ooo yesuus ati
jechoonni kukkulamee guddummaa kee hin ibsuu uuu
farfannaan qooqa gaarii gatii olmaa kee hin deebisuu
natti tole boqonnaan nagaan fannoo kee jalaa ooo
siif kenneera eenyummaa koo hundumaa sit naaf caalaa aaa
olaantummaa siif kenneera ofirratti iiii
hoogganaa koo bulchiinsa koo oo yesuus ati/2
qabadheen dhufa kaasuutti galata guuttadheen
isa naa goote danuu sana yaadadheen /3/
gargaarsi kee gaachana kooti anaaf taateti
tola warra si waammatanis ija guutte na dhaabdee /3/
si'ii inni jajamuu si'i inni
si'ii inni olkaafamu si'i inni /2/
jajami jajama koo
ol ol kaafami abbaa oolmaa koo
si'ii inni jajamuu
si'ii inni ol kaafamu
Ebbifama
Ebbifama dachaa
Gooftaan dachaa isin haa eebbisu
Faarsaa ajaa’ibaati
eebbifammaa waaqayyoo ammaayyu ayyaanas dachaa dachaa siinif haa dabaalu.
Waaqqayyo issin haa ebiisuu
woow, stay blessed
children of God....You are christ Army!!!!!
waaqayyoo ayyaanaa isaa sinif haa baayisuu...
eebbifama ijoollee keenyaa
Ebbifamaa amen hinjiru dorgomaan isaa
Waaqayyoo isiin haa ebisuu
Hinjiru qixen ke ebifamaa
waaqayyoo isiin ha
eebbisu.
Dhageefadheen qufuudhadhabemaloo farsa kessaan ebbifamaaaaaà
Eebbifami
AMEEN
Waaqayyo sin haa eebbisu !
Eebbifamtoota koo!!!
Ameeeeeeeen waaqayyoo isini ebbisuuu
Amen amen amen amen ebbifammaa dachan!😍😘😘❤❤❤
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii
Hin Jiru Akkii Kee
Hin Jiruu Durgaman Akkii Kee
Hin Jiruu Gargaraa Akkii
Uuuuuuuuffffffffffffffff eeee
waaqani isii haa eebisuuuuu bara keessan
ammmnniii
Good bless you my brother or sister thanks
Kana caala eebbifama dachaa
Tsige Aseffa waaqayyoo is bebbissuu ammeen dachaa bebbiffama 🎵🎶🎸🎧🎤🎵👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Eebbifamaa dachaaa dirbii
Ameeeen Ameeeen Ebifamaa ijollee waaqayyoo
Ebbifamaa!!!
amen amen amen Eebbifama!----
It's good music
ijollee bachiikoo
Eebbfami dacha dacha ameen ameen ameen ameen ameen ameen 🙏🙏📖📖📖📖❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💛💛💛💛
God is good I love you god please given for me
Warri comment gochuun yaada kessan nuuf qooddan martinuu eebbifamaa
Golgaa naf manni Kee ameeeeeeeeeeeeen ebbiffamma
wowowowwowo amzing song god bless you
Ameen!! ameen!! ameen!!! Ebbifamaa
Waqaayoo isinini hebbissuu
Namni yesuusiin jireenya isaa irratti moosise kufee hin hafu
ameeee ebifamaaaa
Bari hunda keessanuyyuu haa Eebifamu !!!
baayyee jaaladheera keesumattuu gara jalqaba
. yaadni an kennu garuu isaa beatiin isaa ariifatufi slow walfaana hojjechuu keessan natti hin tolle, paartiin slow sun baayyee namatti tola isa irrattimmoo kadhannaaf nama kakaasa,kanaaf gara fulduraatti farf. bareedaa slow isaa akka isin hojjettan abdiin qaba.
ebbifami halan
Dubichii dhimaaa baaseerra ulfinisa kAn waaqayyoo , ebbiffaama ijolllee isin jallanA
Ameeeeeeeeeeeee Ameeeeeeeeeeeen Ebifamaa Waaqayyoon isini haa Ebissuu Ebifamaa sabba goofata
Waaqayyo bara kessaan ha ebisu jalatamtoota ijoolee goofta
Hin jiru akike dorgamankee ammmeeen ebifaamaaa
Amen Amen
God bless u!!!!!!!
Lokoo koottumee maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii 💓📞
Ebifama. God bless you all.
koottumee maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii 💓📞
Uuuu'uuuu'uuu yaa shamarran bara kanaa uuuuufffff waqayyon sodaadhaa maaaaloooooooo farfannan keessan gatii hin qabu akkataan dhiyaanna keessan mana caaffaraa fakkaata. 🤔🤔🤔🤔 👉📖👉👀👉👂
1qor, 11: 5, 1phex, 3: 3---4
ebbiifama
God Bless All Of You !!!!!!
Nebi koottumee maatii nuuf ta'ikaa Qomoo ofii 💓📞
Ameeeeeeee
Ammeee
Ililililililiiiiiiiiiiiiiiiiii💜💜💜💜
Ameen🙇♂️🙇♂️🙇♂️
Ammmmmeeen Ammmmmeeen love of god
Abfma 🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏
Ameeeeeeeeeeeee Ameeeeeeeeeeeen Ebifamaa
Amen eebifmaa
Ameeen ameeen ebbifamaa
Ebbifamaaaa
yo Waqaayyoo.tiksee.kooti ishoo ofii mudhisudha shamaran ufanii kesanii mallii kunii safudhaa mana waqatitii