Rattaa Shifarraa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 30 окт 2024

Комментарии • 209

  • @asmeraasmera238
    @asmeraasmera238 Год назад +1

    Uuuff yaa siirba kana Yeeroon Ani daai,maan dhagahee .Garruu Amass Addisi godheen dhageeffada. Seena bara sanin yadadha.💔💔💔❤️❤️❤️

  • @abdinkoorabbii8700
    @abdinkoorabbii8700 7 лет назад +4

    wowwwwwwwwwww shubbisa salaalee gara na boreessa biyyaa koo yaade. yaadan dhufe salaalee gahe. jabadhu itti fufi sanyii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍God bless you u guy

  • @nardosnardos7174
    @nardosnardos7174 6 лет назад +2

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 uuuuufffffff Akkam akkana jaladhuu sirbaa kana!! Jabadhuu raataa hojii gaariidha kana caala hojjechuf immoo jajjabadhu Adda keenyaa haalan kan ibsee si'iidha.Akkati midhagduu yaa hoodha qamisi seena garaan banee nati tatee atisii.uuuuuufffffff

  • @firehiwotiove9563
    @firehiwotiove9563 8 лет назад +1

    wowo sirrban baay'ee jaaladhu garaa natii kaase biyya naa yaadachise.siin jaaladha sabbona kenyaa

  • @adugnagosa1345
    @adugnagosa1345 6 лет назад +2

    Wwwwwwwwwwww baay'ee namatti tola nuu jiraadhu sabboona keenya garuu maalif achumaan badde ammas si eegna

  • @DesasyGudeta
    @DesasyGudeta 9 лет назад +2

    wowwwwwwwwww
    I like so much song This one Thank u very much brother

  • @DesasyGudeta
    @DesasyGudeta 9 лет назад

    wowwwwwwwwwwakka namati tolaa nuf jiraadhuu sabboonaa keenyaa
    ebbifami baay'ee nu boharsitee jirtaa qomoo koo

  • @Miminugusee-o8h
    @Miminugusee-o8h 2 месяца назад

    ♥️♥️♥️ baay'een nammatii tolaa 🙏👏👏w👏 🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏

  • @tiguestlahoud3309
    @tiguestlahoud3309 8 лет назад +1

    Wow Guddaa Galatoomi Ni Baratama Sanyii Ofii

  • @Taaddeeintalaashawasalalee924
    @Taaddeeintalaashawasalalee924 4 года назад

    Wawwwww Sirbaa Kana Bayy'een Jaaladha Ijolumaa Koo Iraa Egalee Ammas Love Love

  • @sifaniimacaafitulamaaintal7572
    @sifaniimacaafitulamaaintal7572 6 лет назад +2

    sirbaa kanaa yeroo ijalumaa kotini dhagee aniyuu gudadhee arasii dhagaeraa nani gamadee

  • @haftesisay5618
    @haftesisay5618 5 лет назад +1

    Woooow yoo sirban akkanatti shaamaa qofa hurgufuun fayiida hin qabu

  • @lenchoweri4533
    @lenchoweri4533 6 лет назад +3

    woooooowwwww salalee keenyaa lammii OROMOO fi OROMIYAA JIRRAAAAAAAA

  • @zahizahi943
    @zahizahi943 7 лет назад

    wowwwww bayye gariidha wayyoo ragada salaale hedduu namatii tolaaaaaaaaa uuuuuuffffff yaa shawaa tiyya

  • @caltuusalale4693
    @caltuusalale4693 8 лет назад +2

    akkasii kunoo sanyii Taddee Biruu naaf jiradhuuu oromumaa kenyaan akkatii bunosituu ijolee biyaa koo💛💛💛💛💖💖💖💓

  • @feenuuyoutubewaalifyaaduu199
    @feenuuyoutubewaalifyaaduu199 4 года назад

    Lammi oromo sin yaa jirachisu w/yyoon bara baran sirbi Lee bayyee bareda v.v.l💕💕💕💕💕ve your music😍😍😍😍

  • @maseretsisaaymoukachar5171
    @maseretsisaaymoukachar5171 5 лет назад

    wowowowowowow siraba Ratta shiifara bay.e nama gamchisaa 💜💜💜💜🌹🌹👍👍👍💐💐💐💐🌹🌹🌹🌹🌹💪

  • @bareduushawaabareduushawaa3317
    @bareduushawaabareduushawaa3317 8 лет назад

    wow bayee namatii tolaa sirbaa kee dhagefadha yomiyuu hinqufuu nuf jiradhuu

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 10 лет назад +7

    This music remind me all my childhood memories when I was working as daily laborer in state farm in early 80s during my school summer break time. I remember one beautiful salale countryside girl whom I could not remember her name now used to sing this type of music. Really it brought me all those good days memory of my tender age and reminds me all my child hood old friends of Gedeb Hasaasa , I never stop loving my birth place gadaba asasaa.

    • @tsadaluuluv2618
      @tsadaluuluv2618 9 лет назад

      wow wow wow aadda saalee bayyee bareeda iti fu

    • @tutad4710
      @tutad4710 8 лет назад +1

      +Tsadaluu luv sii aferen jira muziqa kana naa dhagefadhu yaa lammi tiya sin jaladha£ TURUNGO TAA DDASA saudira😃😃

    • @tsadaluuluv2618
      @tsadaluuluv2618 8 лет назад

      +‫م خالد‬‎ wow wow galatomi lammiikoo bayee sii galatefadha nufi jiradhu😘😘sirbaa biyaa kiyaati bayee jaalladha kanafi sirbaa haacaaluu hundeessa sii afere anisi lammiikoo maali jiraa kan jeedhu maal jiraa cacasee na nyaate jiraa kan jeedhu galatomi

    • @ashetygamchu7843
      @ashetygamchu7843 2 года назад

      🥰

    • @gelanaadugna7808
      @gelanaadugna7808 Месяц назад

      🎉🎉🎉🎉

  • @mahatyaa3041
    @mahatyaa3041 6 лет назад

    woooooooooooowwwww Rattaa sabboonaa ilma oromoo umrii dheeraa siif yaa latuu sirbii kee bay.ee bay.ee namattii tola jabaadhuu♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @alraee4278
    @alraee4278 6 лет назад +1

    Wwwwwwa qoomoo koo jabadhuu........
    intallaa gininch.

  • @nigistbirhanu8722
    @nigistbirhanu8722 8 лет назад

    wwwoooo jabadhuu sanyii salelee koo maa badee itii fufii Nigisit jorndaani iraa

    • @nigistbirhanu8722
      @nigistbirhanu8722 8 лет назад

      ok jabadhuu kaa itii fufii nuu sii egaa jiraa sabonaa oromoo hin badni kaa nigisti birhanu jrondin iraa

    • @nigistbirhanu8722
      @nigistbirhanu8722 8 лет назад

      ok jabadhuu kaa itii fufii nuu sii egaa jiraa sabonaa oromoo hin badni kaa nigisti birhanu jrondin iraa

    • @nigistbirhanu8722
      @nigistbirhanu8722 8 лет назад

      ok jabadhuu kaa itii fufii nuu sii egaa jiraa sabonaa oromoo hin badni kaa nigisti birhanu jrondin iraa

    • @nigistbirhanu8722
      @nigistbirhanu8722 8 лет назад

      ok jabadhuu kaa itii fufii nuu sii egaa jiraa sabonaa oromoo hin badni kaa nigisti birhanu jrondin iraa

  • @hawiinkoobilisumadha2784
    @hawiinkoobilisumadha2784 7 лет назад +2

    sirbaa kee dhagefadhee yomiyuu qufuu jirdhaa ijole biyya koo

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Fannoo gurriis dubbii dhagahi falls to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii karaa beeknee garaan diinaa jechama Acaaluu keessummaa Allahu akbur Samiifi dachiidha fagaatee

  • @abuaminaa8570
    @abuaminaa8570 8 лет назад +1

    Wawoo akkana male ijoole salalee music kee kani bayee garaa nama nyatudha dhugaa kuni siriti adda biyyaa kenya mulisaa

  • @burtekanalamu8240
    @burtekanalamu8240 8 лет назад +1

    sirbi kee bayyee namati tolaa👍👍👍👍waoooooo

  • @saanyiitaadeebiiruu1427
    @saanyiitaadeebiiruu1427 9 лет назад +8

    uffffffff siribi kun garaa namati kaasa
    adaa ykn shuubiisa saalalee inni dhugaa kan

  • @nigistbirhanu8722
    @nigistbirhanu8722 8 лет назад +1

    ok jabadhuu nuu sii egaa ijaa sabonaa oromo Nigisit jorndaani iraa

    • @uaeadua
      @uaeadua 7 лет назад

      nigist birhanu gofaa

    • @uaeadua
      @uaeadua 7 лет назад

      Radio oromo

  • @esamqasim623
    @esamqasim623 3 месяца назад

    ❤❤❤uuuuuuuuuffffffffff namanti tollaa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤

  • @birhanebir1578
    @birhanebir1578 5 лет назад +1

    Wowwww bayyee namati tolaa 👌👌👌👌👍👍👍👍

  • @sifansifan4338
    @sifansifan4338 6 лет назад +1

    Sirbi kee bayyee namati tolaa jabba dhu😍😘😅

  • @sarlat7088
    @sarlat7088 6 лет назад

    Baayee namati tola jabadhuu bonaa salallee 😍😍😍😍💘💘💘👌

  • @tiruneshkebede2529
    @tiruneshkebede2529 2 года назад

    Wa wa salelee koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯

  • @birkedabele213
    @birkedabele213 6 лет назад +3

    Maaalaa tuu faakaataa
    Offii ni jeenaa biyaa
    Baanee waara keenyyaa
    Gaanee maala jedhaa
    Gara na keesaa ni

  • @Irkoo1
    @Irkoo1 7 лет назад +6

    Sirba salaalee keessaa kan hamma kanaa sirriitti sirbame hinagarre. Sagaleefi akkaatan isaa akkuma ummanni sirbutti, hinballeessine. Jiraadhu!

    • @chawusosa2599
      @chawusosa2599 7 лет назад

      Galmo Gole woowwwww☝👍👍👍💟💟💟💟💟

    • @astergazhani1252
      @astergazhani1252 7 лет назад

      Galmo Go
      wwwwwwwwAaniGaariBiyatiNaayadcfteYoomSiirbaKeeiiDaagefdhiaHooji
      hoojhcuudaadbeeGaaltoomii

    • @tregeocell6916
      @tregeocell6916 6 лет назад

      Teshme

    • @addisedeo9470
      @addisedeo9470 5 лет назад

      qamadii nama jabadhuu sanyii tadee biiruu

    • @a7bementeke778
      @a7bementeke778 5 лет назад

      Leca oromo Rata koo jabadhu baye Namati tola

  • @samoromiyaa4166
    @samoromiyaa4166 8 лет назад +2

    Wawawawawaw Wawawawawaw biyyaa ko yadee jabadhu Ratu kenyaa

    • @msetop7437
      @msetop7437 8 лет назад

      wwwowuuu

    • @chawusosa2599
      @chawusosa2599 7 лет назад

      Ms Etop wowwwawww❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍☝👍👍👍👍👍

    • @janojihano7061
      @janojihano7061 7 лет назад

      sam Oromiyaa ormiyaa

    • @janojihano7061
      @janojihano7061 7 лет назад

      sam Oromiyaa o

  • @comefiromisa6046
    @comefiromisa6046 6 лет назад +1

    jabadhuuuuuuuuuuuuuu.lubbuuu.sanyiii.kooooo

  • @addisedeo9470
    @addisedeo9470 5 лет назад +1

    jabadhuu bayyee namtii tolaa

  • @RouaidaSalloum-ht9jj
    @RouaidaSalloum-ht9jj 6 месяцев назад

    wwwwwwwwwwww bayyee namatii tollaa jabadhuu

  • @qalenjinakero2801
    @qalenjinakero2801 10 лет назад +4

    Lovely song thanks a lot! !!

  • @toleabebetole593
    @toleabebetole593 8 лет назад +2

    uuuuuuuffffffff biyya koo naa yaddachifte nuf jabadhuu sabonaa kenyaa

  • @freedomtakalegn3619
    @freedomtakalegn3619 10 лет назад

    Bayyee gariidha jabadhu sirbii kee!!!!!!!

  • @kebenenuguse8438
    @kebenenuguse8438 5 лет назад

    Bay,ee bay,ee namati tola jabadhu

  • @magarsaadgadaa4428
    @magarsaadgadaa4428 3 года назад

    yaaaaa kororimmee toooooooo!!!!!
    yaadannoo

  • @NaolTadasa
    @NaolTadasa 5 месяцев назад

    Kororimee too 👌👌👌👌

  • @hanamengistu1611
    @hanamengistu1611 11 лет назад +2

    aadaa salaalee isa dhugaa kan mullisuu dha. i like it

    • @yerosan5532
      @yerosan5532 6 лет назад +1

      Uuuuuuuuuuuuuuuffffffffffffffffffff giddin biyyaa ormaatituu yinuma nuu barsiste. Waanti hin baratamne hin jiruuuu sabona oromoo baharen irraa 💝💟💝💟💝💟💝

  • @leliselelise6297
    @leliselelise6297 9 лет назад

    Bayeee garidhaa sirbii kee jabadhuu

  • @zainamakahkeh
    @zainamakahkeh 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @gishubedanne8364
    @gishubedanne8364 4 года назад

    Sirba kee garanams balisa jabadhu

  • @oromiyyabiyyakoo1541
    @oromiyyabiyyakoo1541 10 месяцев назад

    I love you my oromoo ❤❤❤❤❤

  • @AmaalooLaggasaa-ti8ok
    @AmaalooLaggasaa-ti8ok Год назад

    Ijoollee naaf fakkeenyaa ta,ee keessaa rattaa

  • @biranesarbisa2717
    @biranesarbisa2717 6 лет назад +3

    Sirbi kee gara nama balleesa nuuf jiradhu Lubbuu koo

  • @obsekabbadaobse531
    @obsekabbadaobse531 4 года назад +1

    Wwwwwwww oromiyyaa tiyyaa jaabadha

  • @birkedabele213
    @birkedabele213 6 лет назад

    Naa nufudhu gaalii
    Yiisaa waaayaaa
    Koobaa ni ta.a hin

  • @nabiyat1655
    @nabiyat1655 2 месяца назад

    ❤❤❤yaa sirbaa kana

  • @tatekabebemamo2498
    @tatekabebemamo2498 3 года назад +1

    Yakororimee too!!!

  • @birkedabele213
    @birkedabele213 6 лет назад +1

    Guuyaa sibara naa ola
    Alakaana ni raakini koo

  • @lusiiadunya7249
    @lusiiadunya7249 6 лет назад

    Baayyee namatti tola jabadhu

  • @فلسطينيةوافتخر-ط6ز

    uuuuuhiiii muziqaa kanaa dhagefananii qalbii dhabè dhugaa qalbinii tiyyaa jalalee koo biraa garanii koo matii biraa demanii jiruu malinanani manaa madamii hojadhaa ree ĺataa uuuuuuuujfiiii yaa mataa kooooo yaa kabbee koo dhagefadhuu mee anaa kubedhaa ykn dinqituu

  • @ii-ei2gj
    @ii-ei2gj 8 лет назад +2

    uuuuuuuuff.Garahanii karahaa biyahaa namahaa imalahaa🙏🙏🙏🙏

  • @mahatyaa3041
    @mahatyaa3041 6 лет назад

    wooooooooooooooowwww bay.ee namatti tola.♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♡♥♥♡♡♡♡♡♥♥♥♥♥

  • @rolaiskandar9510
    @rolaiskandar9510 8 лет назад

    bayee natii tolee sirbiikee👍👍👍👍

  • @DagnAbebe
    @DagnAbebe 4 месяца назад

    ❤❤❤

  • @farsondebele1379
    @farsondebele1379 8 лет назад +4

    Qaqqalloo ijoolle salaale!

  • @alemeyaalemeyamanegesetu2725
    @alemeyaalemeyamanegesetu2725 7 лет назад

    ዋው የእናቴን ትዝእታ hadaa koo sejaleda

  • @amazkebede3124
    @amazkebede3124 6 лет назад

    Wwwwwwoooow bayee namatii tolaa lammiikoo

  • @werghigigg4126
    @werghigigg4126 9 лет назад +1

    sii jalnaa sabonaa kenyaa biyaa ormaa ira

  • @takeman1177
    @takeman1177 Год назад

    Muuziqaan baayee jaaladhuu muuziqaan kun

  • @werghigigg4126
    @werghigigg4126 9 лет назад +1

    jabdhuu sabonaa ormdhaa

  • @Miminugusee-o8h
    @Miminugusee-o8h 2 месяца назад

    🎉🎉🎉

  • @Mercy1916
    @Mercy1916 3 года назад

    Desss Yelali betammm Kelasweee

  • @samiraawalaliyas3001
    @samiraawalaliyas3001 8 лет назад

    wow sirbaa bayyee namati toludha galatooma

  • @rabbitokkchadureettiijamaa7894
    @rabbitokkchadureettiijamaa7894 7 лет назад +1

    mucanii anti midhagee 🙌🙌🙌🙋🙋🙅🙅🙅🙅🙅L❤LOVE ❤❤❤YOU ❤❤OROMOO LOOK ❤❤

  • @derartoch2262
    @derartoch2262 5 лет назад

    Wooww rabii si jirachisuu

  • @meseretwandu2382
    @meseretwandu2382 10 лет назад +2

    Bayee namati tolaa

  • @aishakaidi2496
    @aishakaidi2496 6 лет назад +2

    Wwwwwaaaaooo👏👏👏😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🤙

  • @mastuu.susinaa9787
    @mastuu.susinaa9787 10 месяцев назад

    Lovely wwwwwww❤❤❤❤

  • @melatalemu7402
    @melatalemu7402 7 лет назад +4

    ውውውውድድድድድድ የሀገሬ ልጅ

  • @naanneetyoutube4013
    @naanneetyoutube4013 4 года назад

    Waaawuuu akkatti bareeeduuuuuu

  • @masaratidhakaba7676
    @masaratidhakaba7676 4 года назад

    BaayeeBaredaa💋

  • @layacell5512
    @layacell5512 7 лет назад +5

    wowwwwwwwwwwww lammii koo atii naf jiradhuu bayee nati tolee ♥♥♥♥♥♥

    • @garijiiyknbooleefinfinnee1408
      @garijiiyknbooleefinfinnee1408 7 лет назад

      Laya Cell lubuuuuu bareeeedduuuuu sanyii oromo sirbaa mucaa biyyaa keessaa kaana sii afeeraa #zaneyeeeeee wayiiii ijooleee salaleeeee sini jaladhaaaaa dammaa damuuuuuuu tooo uuuuuuummmmmphaaaaaaa

    • @layacell5512
      @layacell5512 7 лет назад

      OROMO SHAWAA lubuuuuuuuuuuuuuuuuu tiyyaaaaa wayooooo yaa sanyiii dhugaa atiii bayeee natii toltaa dhugaa rabbii caliiiiiiiiiiiii tiyyaa sabaniikotisii sii jalataa nuu ijooleen salaleee fi Abooo bayee wali jalataaa walitii lelisaa oneen isanii wali kesaa ani bayee bayee bayee sii jaladheeeeee dhugaa rabbii atii atii sanyiii gotaa dhugaati ani ijoolee biyaa keti mucayoo tokkon bayee wali jalanee garuu ama addaan banee jiraa hayiiii yaa jiruu biyaa ormaa kan maloooo caliiiiiii tiyyaa tiruuuu koo bayeee sii jaladhaaaaaa atii uuuuuuuuuuuuuuuuummmaaphaaaaaaa yaa wanna ofii atii bakka atii jiritutii jalalaafi gamachun sii haa bayisuuu waaqayooon atii naf jiradhuuu kabajamiiiiii I LOVE YOUUU may SWEET SISITER♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♣♣♣♣

    • @garijiiyknbooleefinfinnee1408
      @garijiiyknbooleefinfinnee1408 7 лет назад

      Laya Cell​ lubuuuuu hiiiii bareeeedduuuuu koo homaa mitii qashitii tiyyaa anuu bayeen sii jaladhaa#zaneyeeeee toooooo naaf jiradhuuu sanyii gotaa ijooleee salaleeeee abshirii qashitiii wali arguu dandeesuu yeroo biyyatii deebitee galatoomii sanyii oromo♥♥♥♥♥♥ me to love you

    • @layacell5512
      @layacell5512 7 лет назад

      OROMO SHAWAA hiiiiii caliiiiiiiiiiiii tiyyaa onee tiyyaa atii jira jirataa qalii sanyii ofii yaa nama quluqulluu ani bayee bayee bayee sii jaladhaaa siin kabajahaa atii nafi bichadhaa jiradhuuuuuu tiruuuuuu tiyyaaa wayiiii caliiiii tiyyaa esatan argaa jeteti ree hin arguu nuu ergaa addan banee ogaa 6 tahee kinoo isheen amaa naa irafatee jirtii hadhaa mucaa fi mucyoo tahuu hin diduu amaa kkkkkk ani garuu siin wala argufii bayeeen hawaa jira dhugaa rabbiii idoonitii sii baresuu dhabee jira maloo caliiiii nuu nama qilesaa bicharati wali hawee dhisumitii garuuu atii naf jiradhuuuuuuu lubuuuuuuu tiyyaa

    • @garijiiyknbooleefinfinnee1408
      @garijiiyknbooleefinfinnee1408 7 лет назад

      Laya Cell lubuuuuu bareeeedduuuuu oromo hiii sifi jiraa bareedduu koo anisii bayeen sii jaladhaa qashitii tiyyaa dammaa toooooooo#zaneyeeeee abshirii qashitiii tiyyaaa wali agaraa wali hawwinee hin hafiinuu qileessaaratii onee anuu bayeen ijaan sii harguufi barbadaa qashitii tiyyaa naaf bichaa tiyyaa atii naaf lubuu too jiradhuuu umurii bara dheraaa#zaneee too atuu quluquluuu too kuramallaa too kkkkkkkkk wayii turtaan maree waggaa jechuun heduu hojii rabbii hin bekkan wali arguu dandeesuu dammaa damuuuuuuu tooo uuuuuuummmmmphaaaaaaa naaf qofaa jiradhuu oromititii koo lubuu too jechumaan dhabeeee onee tiyyaaa bayeeeeeeeeee bayeeeeeee siii jaladhaaaaa kiyyaa tiyyaa bareedduu toooooo sabootu oromo abdi booruu dammaaaa tiyyaa♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @alamtuintalaashawaa7282
    @alamtuintalaashawaa7282 8 лет назад +3

    galatoomi sirba bareedha😘😘😘😘

  • @naanneetyoutube4013
    @naanneetyoutube4013 4 года назад

    Baaayyeeee bareeeda

  • @glaniadoni7748
    @glaniadoni7748 5 лет назад +1

    😍😍😍😍😍😍💛💛💛💚💚💓💓💓💓💓💚🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💌💌💌💌💌💌💌💌💝💝💋💋💋💋💋💋💋Jabadhuu leca oromoo

  • @tiguestlahoud3309
    @tiguestlahoud3309 8 лет назад +1

    Ni Baratama Dirqamni Nama Baarsisa

  • @seenaalamesaa3020
    @seenaalamesaa3020 2 года назад

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @genetu2424
    @genetu2424 8 лет назад +1

    uuuuuuufffffffff💘💘💘💘💘😙😙😙👈

  • @mekedsbelete7360
    @mekedsbelete7360 7 лет назад +2

    baayyee baredda babareduu ijolee salalee sirbaa bayyee bareduudhaa sabona ilmaa salalee mekdes belete dhalatuu intala shawa salalee berutiraa

  • @mocaoromo4759
    @mocaoromo4759 7 лет назад +1

    dhugaa jete ratta nama dhibdi

  • @mekonnenbeyene6433
    @mekonnenbeyene6433 9 лет назад +1

    yaa eeggannaatoo yaa'eeggannaa egeree

  • @sifaniimacaafitulamaaintal7572
    @sifaniimacaafitulamaaintal7572 6 лет назад

    sirbaa kana bayy'ee jaladha
    dhugaa yeroo joluma kotani yadadha

  • @aishaababa9710
    @aishaababa9710 7 лет назад +1

    wow wwwwowwwww ❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @tesfayesegni2617
    @tesfayesegni2617 2 года назад

    Yaa koroimee too
    jaalalli kee naraase
    halkan qorraan nakaase
    ofeeggnnaa egree

  • @sumayasumaya6179
    @sumayasumaya6179 6 лет назад

    Wwwwwwooo

  • @liliabomsa2175
    @liliabomsa2175 9 лет назад

    Kkkk inumaan baree biyyaa hormaa homa mit Lebanon irraa kkkk

  • @mekdeskasahun1488
    @mekdeskasahun1488 4 года назад +1

    ሰላሌ ሀገሬ ናፈቅሽኝ እኮ

  • @comefiromisa6046
    @comefiromisa6046 6 лет назад

    seafarers.uuufffiiii.baredaaa

  • @ferhiwotasafa2878
    @ferhiwotasafa2878 7 лет назад

    wowww 💔💔💔💔😍😍😍

  • @hayimhayi6169
    @hayimhayi6169 Год назад

    Oromokoo sinjaladha💕💕💕💕💕💕💕

  • @meseretshambel6209
    @meseretshambel6209 8 лет назад +1

    💘💘💘💘💘😘😘😘👈