Gammee koo galatoomi Nama ani baay'ee kabajuu fi jaaladhu nuuf qopheessuu keetiif. Obsaanin eeggataa jira. Dr. Gammachiis gorsi fi murteen inni murteessu galaa jireenyaa namaaf ta'a. Nama akkanaa qabaachuu kootti nan boona. Mana barnootaa isaa argeen hedduu na ajaa'ibsiisaa ture. Beekumsaafi qabeenya qofaa miti sodaa Gooftaallee ni qaba. Rabbi umurii isaa nuuf haa dheeressu.
I would like to express my appreciation to Dr Gemechis Buba's investment and success on Education in Oromia. We have to get out of victim mentality and start changing the next generation. I praise God for such visionary people.
Dr Gemechis is a great person working harder. Doing great jobs. We have great Respect. He clearly understand what need to be done and doing what is important for the nation. Be Blessed Dr Gemechis!!!
Thank you for inviting Dr. Gemechis. He is a great thinker whom I love and respect. I am so excited and motivated. I have learned many things especially about time and planning from your interview.
Congratulations to Cambridge school Ethiopia and the founder beloved dr. Gemechis, thank you so much I n everything you have done and doing, I have learned with you during the Covid 19 shut down time, so grateful for that. More blessings ❤
i'm a muslim but i love it dr i respect you
❤❤❤❤waaqayyoo is haa ebifaamuu
Phenxee tahii😂
@@shemsegtufa2370 dr nama barumsa irratti hojjetudha barumsa immoo muslimni hin baratu moo?
So what you Muslim 😏😏😏
@@seenaamuccaatawahido8513 what’s your problem? He is and so do I
Nama Oromoon qabu❤ Nama karaa hunda Guutuu!
Gammee koo galatoomi Nama ani baay'ee kabajuu fi jaaladhu nuuf qopheessuu keetiif. Obsaanin eeggataa jira. Dr. Gammachiis gorsi fi murteen inni murteessu galaa jireenyaa namaaf ta'a. Nama akkanaa qabaachuu kootti nan boona. Mana barnootaa isaa argeen hedduu na ajaa'ibsiisaa ture. Beekumsaafi qabeenya qofaa miti sodaa Gooftaallee ni qaba. Rabbi umurii isaa nuuf haa dheeressu.
Wow... borus irra deebi'een ilaala ani. Dr. Gammachis our legends! ❤❤❤
Dr gammachis Walisoos koota please ❤🥰🥰🥰🙏🏽
Nama jabaa🤞
Jabaadhu Gamme🙏
Baay'een Gammade Eebbifamaa Dr Gammachisiifi Gammadaatti umuri nuuf Dheeradha🙏🙏🙏🙏
Nama guddaa nama Waaqayyo eebbise nama jaalalaa kennaa Waaqayyo Eebbisee nuuf kenne Dr gamme nuuf Jiraadhaa 🥰🥰🥰🥰
Game atillee ulfaadhu jabaadhu ❤️🥰
የተወደድክ ዶ/ር ገመቹ ደስታ ❤❤❤ተባረክ
Dr. Game is legend man! I learn many things from him! He is a man of visionary
Rabbiin umrii dhertuu isiin haa kenuu insha'Allah Dr nufii jiradhaa umrii dhertuu insha'Allah ❤❤❤❤❤
Hojii Boonsaaf milkaawaa hojjechaa jirtuuf Waaqayyoo eebba irratti eebba siif haa dabalu , Dr Gammachiis. Qopheessitee kan nuuf dhiyeeste obbolessi keenyas eebbifamii!🙏🏾
Dk Game waaqayyo goftaan baayise sihaebisu hafura sirra bufate dachaan biyya keenya irratti haadhangalaasu amen.
Nama jaabba walahi Dr.Gemachis long life rabbin ummrii dhirtuu sif haa kanuu 🙏👏👏
Wantii nama gammachiisuu hundumarraayyuu nama waqaayyoo tahuudhaa
I would like to express my appreciation to Dr Gemechis Buba's investment and success on Education in Oromia. We have to get out of victim mentality and start changing the next generation. I praise God for such visionary people.
Dr ❤best man dhugaa bayyee nama si dhagefadha ❤bayyee na jajabessa
My favor big person Dr. Gamme thanks for your this amazing interview ❤❤❤
Word is God❤! Thank you Dr Gemechis big respect and love May God bless you. Thank you Risaa media your excellency Gemeda.❤🙏🙏!!
Dr Gemechis is a great person working harder. Doing great jobs. We have great Respect. He clearly understand what need to be done and doing what is important for the nation. Be Blessed Dr Gemechis!!!
Thank you for inviting Dr. Gemechis. He is a great thinker whom I love and respect. I am so excited and motivated. I have learned many things especially about time and planning from your interview.
Thank you Game, for this great interview with great man.
Thank you so much ☺️ nama bayyee jaalanu nuuf Aferuu keessanf ❤❤❤🎉😊
Ana waa'ee birrii/qarshii utuu hin taanee waa'ee dhalootaatu na nyaachisa. Eebbifami Dr. Gammeekoo si jaallanna.
Wowww bayyee ebbifamaa waqayyoo baraa keessan haa ebbisuu ebbifamaaa🥰🥰🥰❤
Dr Game is prosperous and rich in every aspect, and wise. Love and respect 🙏
Thank you Gemeda, happy birthday too.
Wow wow wow... dhugaa Rabbiiti gaaffiifi deebii baay'ee bareedaa, kanan baay'ee itti gammadedha. Gammee nuuf jabaadhu!!!
Wowowowowowo Ebbifaamma nama waaqayyoo urumii dheraa nuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr. Gemechis is our gentle man❤
Dhageeffadhee akkamitti akkan quufu hin beeku dhugaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waaqayyo ammas dabalee daddabalee jireenya keessan haa eebbisu, really you are a role model and life motivator to all of us!
Dr Gammachiis nama eebbifamaa
Dhugaa dubbachuuf waan guddaan irraa baradhe; Dr.Gammachiis nama jabaa akkasii qabattee dhiyaachuu keef galatoomi Gammee atis.
Keep your work up!
Dr.Gammachiis hedduu isin jaallanna, isin kabajna . Haa ta’u malee , dhimma barnoota n walqabsiisee yaadannoo isin Dambi Dollo especially mana barumsaa BESS waliin qabdan guddaadha. Mee haa ta’u dhimma babal'isuu manneetii barnoota keessan isin hundessitaniin walqabate biyya bu'uura barnoota isin badhaaste kanaaf hoo yaada akkamii qabdu.... mana barumsaa dhiibbaa uumuu danda'u 1n utuu gara Dambi Doolloo seentani hawwii kooti
Galatooma
Nama Bekumsaa hoojetuu Dr Gamee
Big lessons you are sharing....thanks so much...❤❤❤❤
Dr Gammachis D.Buubaa Waaqayyo bara keessan haa eebbisu, ammayyu itti fufi milka’i Jabaa keenyaa.❤️❤️❤️
Dr. Gammeen kennaa keenya dhugaa dubbachuuf heart fully'n jaalladha. Jabaa keenyaa nuu jiraadhu.
Dhugadhaa ebbifamaa hubanaa jabaa qabaduu uuuuffffffiiiii
Congratulations to Cambridge school Ethiopia and the founder beloved dr. Gemechis, thank you so much I n everything you have done and doing, I have learned with you during the Covid 19 shut down time, so grateful for that. More blessings ❤
Nama Eebbifamaa Dr Gammachuu
Nuuf jiraadhaa sin jaalladha Dr Gamee atis Nuuf jiraadhu Gamee ❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Dr Gammee jecha hin qabu, eebbifami!
Eebbifamii Dr Gammachis waaqayyoo si eebbisuu bara keeti guutuu Eebbifamii
Jabaadhu Gammada Ilimaa sabaa ❤️💚❤️
❤️💚❤️🫶🏾🫶🏾🫶🏾
Great interview.Thank you Gammadaa for inviting Dr Gemechis.He is a positive minded person with great mentality!
Dr gammee waqayyoo kanaa caalaatti dachaa siin haa ebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr gamachuu nama anii bayyee jalladhuu long life
Exactly Dr. GEMACHIS apritae u
Game overtime I really like your show
Thanks Dr for your impower our people
👏👏
Eebbifamii Dr jiradhuu
Waaqayyo bara keessan hundumaa haa ebbisu dhugaa oggummaf hubbana kana caalu isiinif haa baay isu
Nama jabaa waaqayyo ebbise isiin 👍🙏
Naasisee Baaroo Tumsaa suura ishee argee jaallate Dr. Gammachis
Waaqayyoo Uumurii Dheeraa Sifa Keenuu Hamman Sin Argiin Waaqayyoo Baraa Jiraatan Keessaa Ayyana Isaa Isinitti Hin hir'iiauun Dr❤ Gamada Show Waaqayyoo Isina Eebisuu Gaalatoma❤
❤❤❤ebaa adunyaati Dr. Gammachis heduun isini jaaladhaa
Ebbifam dhuga nama jabaa oromoo wan nuuf dhesitanif ulfadha
Wow🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gamaddaa thank you for inviting Dr I learned from him huge things especially about time useing keep up it!!
Ok dr Dabidollo Nan jaaladha jetani itti yaada achitii ijaaruu
Nama jabaa oromoon qabuudhaa ❤❤❤
Eebbifamaa 👏 👏 👏
Nama Akka lubbu koo jalladhuti jalladhu Dr Gammachisi Dasta
Exactly exciting interview. Oho, we need wisdom. And the wisdom is Christ 🙏
gaaffilee barbaachisoo gaafatte gamme,
Dr hayyuu Oromoo,nuuf jabaadhu❤
Waaqayyo isin haa Eebbisu DR Keenya!!!!!!!!!!!!!!!!!!! Atis Akkuma Akkuma Dr Myles Mounraw haasaankee nama jijjiira
Dr kabajaa umurii dheeraa nuf jiraadhaa abbaa jechoota ❤❤❤❤
Ulfaadha 🙏 baay'ee natti Tole. Jabaadhu Gamme ❤
Dhugaa Dr ❤❤❤ yeroon Dubai jirun qaaman arge nama akkaan jabaa oromoon qabdu dha Dr Gammee ❤ big respect
❤❤❤❤❤ waqayoo sin yaa ebbisuu
Wow. Amazing interview. Gammee atis obsaan osoo yaada isaa addaan hinkutin interview gochuukeef galatoomi. Waan baayee irraa baradhe.
Dr Gemechis is a Brilliant oromo's Hero, i love him
Luba Dr. Gammachiis barsiisaa keenya baay'ee nama nuti jaalannu❤
Nama waqayoo ebbifamaa umurii dheraa nuuf jiradhaa
Arraa dhugaa nama jaabba fidee jaabadhuu❤❤❤❤
Wwwooo smart man
Jechuuman dhabaaf Dr Gammachis Nuuf jiraadhaa Eebbifaamaa Gammadaa show baay'ee galatoomii dhugaa.
Wow...namabaye'eejalattamaa❤❤❤❤❤🇪🇹
Dr. Gamchis nam jabaa
What an eliquent person, God bless you !!
Nama cimaa oromoon qabu dr Gamachis nuuf jiraadhaa
Ebifammaa❤❤❤❤❤
🙏🙏🙏🙏
Eebbifama dhugaa❤
Wow i learn a lot from this i really appreciate you thank you doctor may allah bless you and your family wish you long life ❤❤❤❤❤❤
Gooftaan baraaf jireenya keessan haa eebbisu Eebbifamaa❤❤❤🎉🎉
Dr. Haasaa kee yeroon dhagahu yeroo hunda jijjiiramaaafan onnadha. Haasaa qofaa utuu hin ta'in nama hojjetee mirkaneessaa nama barsiisuudha ati. Waaqayyo inni ogummaa kanaan si guute,sammuu kees akkasitti bane ulfina haa argatu. Ammallee namoota hundumaa akka qaqqabutti barnoota kee miidiyaalee garagaraa irratti nuuf qoodi!
I respect you Dr Gamachu!
Gaffii keessa ture ara.aa furame hojetoni wangela Gammadaa show irrati maalif in aferaman jedhe gaffiko ture galaatoma nuf fidu keessanif ngn kota❤
🎉🎉BESS is Best
Dr gamee fi gamee ñuf jiraadhaa ❤❤
Dr gammachiis I love you ❤❤🎉🎉
You are our legends Love Dr Gamme
Woow waaqayyoo isin haa eebbisu umurii keessaan haa dheerresu ❤
Nama waaqayyo saba keenyaf kennee tokkoo Dr gammee kanadha❤❤❤❤ nuuf jiradhuu waggaa 10000
Thanks the legend man for advaice
Ani Dr Gammachiis irraa waan baay’ee baradha namni isaan jalaa ta’ee barate barumsaa guddaa argata dhugaa gorsaanis ta’ee gamaa wangeelattins waan hundumaan waaqayyoo isaa badhasseera Eebbiifama Dr gammmada atis Eebbiifami waan gaarii hojjeta jirta
Rayyaa abba maccas as irraatti nuuf affeeri gammada
af gaaffii ajaa‘ibaa ture. Dubbii Dr Gammachiis irraa barumsa hedduu arganneerra. Galatoomaa
Yaada ajaa,ibaati galatomaa ❤💚❤🥰🥰🙏🏽🙏🏽
❤️💚❤️🫶🏾🫶🏾🫶🏾
Dhugaa dubaachuuf bayyee namaa gamaachiisa❤❤
Galattomaa sin lachuu ❤❤❤❤ wan bayyee baradhee
Goftaa Umuri Keessan Nuf haa dheesseesu G ❤ $ G❤