What a cultural display. What a feast. Beautiful is the so rich Oromo culture from all Oromo Gosas. This is an amazingly entertaining Oromo culture from Sikko Maddo. Colorful display of the rich Oromo culture as well meaningful and rich lyrics. A must-watch for all. Waan Ofi malee hin baaredaani -- beauty is within your culture, custom, tradition, way of life, and more.
Wawuuu...uuuuuphaaaaaa...isinii...jalanaa..arisii...
www baayye bareeda jabaadhu atis naatuqi
Dhugaadha dhugaa siigaler
Waanofii malee hiin baredanii
Dadhabbii yeroo dheeraa booda bifa akkas miidhagaa taheen isin biraan geenyeerra itti bohaaraa ...
Sirba aadaa keenya bareedaadha. Boonii qaalii namaa jabaadhu....
Boni sirba bareedadhaa jabaadhuu!
Waan ofii malee hin bareedanii ! Ergaa gaarii dha ! Jabaadha sabo koo
Hojii aadaa bareedudha jabaadha
Jabaadhu Boonii si bira jirraa! ❤❤❤
Ifaajee ati goote af-gaafii Faanaa irratti goote dhagahee baayyee garaa na nyaatte. Falfaltuun haa cabduu jabaadhu bilillee teenna!
Arsitii qashxee too💚💚💚💚🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Eeyyen Waan ofii malee hin bareedan
Jabaadhaa Of tayuun waan hunda caala.
waan ofii malls hinbarreedan oromoo tiyya IJA irra hafaa:
Heduu namaatti tola jabaadhu
Sirbaa baredadhaa jabadhaa
Boonikoo jabaadhuu
Jabaadhuu gaarii yaad Nan jedhan maqaa koo hedduu nattii tolee jiraa foon koo
Hojii bareeda Jabaadha
Jabaadhu
Boonii kun ka ajaaibaat wooooooow ❤❤❤everything is perfect i am proud of my culture.ምርጥ ሥራ ነዉ ቦኒ ቆንጆ።
Wow that's great 👍👍👍👍👍👍
Tiisoolee
Jajjaabaattuukoo
Arsii koo nuufi jiradhaa
Bayye nama tola jabadhuu nuufi ibroo tirri
wow
Wanofii malee hin baredanii
Obsineee jeennaan maal seetanii
Boontiyyee tiyya jabduu tiyya naaf jiraadhu haadhookoo sin jaaladha😘😘😘😘baayyee bareeddan ❤️❤️❤️
Kuno siituqe atis naatuqi
Wel.come.arsi.too😍😍😍😍😍😍
Hojii bareeda
👌 👏 😍 👍 🥰 ☺ bayyee garidhaa lammi ko jabadhaa
Ijollee Lixa oromia fi kiba oromia ❤️❤️❤️
Hojii bareedaa fi ergaa qabuudha. Jabaadhu!
Arsii koo
Ashamaa jaroo
Akka gaarii jirtan; Aada'aan isin haa bulchuu, waan gaarii hojjattan.
'nu qeeqa'aarta' naan hin jedhinaa malee, asirratti qabxii hedduu kaasuu yoo baadhellee, waanuma takkittii jedhaa na hoffolchaa....
... sirbi aadaa teenna, yadaloonillee tama Arsi'iiti. Kun osoo ta'ee jiruu wolaloo babbareedaan dhuftanii yadaloo irratti dadhabbiin mudhatte. tanaafuu keessattuu... Boonii Jabeessa'aa "waan kana akkuma viidiyoon akka bareedu dhamaate weedduunillee akka bareeddu haalaan osoo shaakaltee-shaakalchiiftee, yoo bilchaatetti dhiyanaa dhiyeessitee" jechumaafii na hoffolchi.
Arsoomni qorsooma
Waan ofii jabaadhu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowow
wow, boonii keenyaa, baayyee bareeda! Xumuraan ga'uuf wareegama kaffalte nan beeka. Jabaadhu!!!
#oromo_music #jawaar #qabsoo #ethiopian_music #sirba #aadaa #youtube #facebook #art #2020 #2021 #2022
Boonii Jabaadhu qaali ❤
Arsoomaa Qorsomaa tiyaa bagaa
Waan ufii maale hin baredaanii 🥰🥰🥰
Dansaadha
Bonisha jabadhu hoji bayye baredadha
Wwwwwwwww nuf jiradha
Wowww bareeda jajjabadha
Ee dhugaadha waan ofii male hinbareedani❤️💚❤️😭😭💝
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯
Dhugaa keessaan Oromoon Aaddaa ofii maale hin barreduu
Booni jabadhu giftiikoo
Im so proud to be Arsi but first and foremost I'm proud to be Oromo❤
Bareedduukoo
Sher sher jaalan koo?
Sirbaa Bareeda fi Ergaa heddu Of kessa qabuudha jabaadha
Www good
Wow baay.ee namatti tola Booni jabaadhu dhalee koo
Woow hojiii ajaibaattiii jabadhu pls kana ol issin irraa eegnaa 🥰🥰❤️❤️❤️🙏🙏
Excellent job
Wooow Hedduu nama Toollaa
Arsii too love❤💚❤💯✅
Hojii bareedaa!
Waan ofii malee hin bareedani ❣
Wow wow wow my shikoo Mando tiyyaa
homa itti hin hafne ! 👏👏👏👌😍
Aa.aris.tiiyaa
Wow❤❤
Arisin imon weyane fdadha gala yoo fetan 🤩😌🙏🙏 mirga qabdhuu nuti ilman waloo yo tehe yoromo yontane amruma nuweya nun jekina
Kkkkkkk mali jechuu
Waaw what a beautiful culture.....oromo arsii
waan ofii malee hin bareedan
Dhugaa jette baay, ee isiin Jalaanna
❤❤❤❤
Jabaadhu Haadhoo Tiyya
Wow
Dhugaa
Jabaadhu ...bareedadha
😗😗😗😗
Wawooo wanofii malee hin bareedani
Jabaadhu hojii bareedaadha!
Arsii too😘
🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️
Wow baay'ee namati tola!
Congratulations 🎈🎉🎊
Oromo arsii
Amazing ❤❤❤. I love it
💗💗💗💗💗💗🎉🎉🎉
Wwwooowww
Boonii bareedduu❤
Ethiopia
Tev
Wwwwwww Adaa ko
Love it muzic too more and more
Naaf debisii
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Good job!
Jabadhuu
Sirba bareeda!!
Oromomtoota waqayyon bareereche t sinume
Wowww
What a cultural display. What a feast. Beautiful is the so rich Oromo culture from all Oromo Gosas. This is an amazingly entertaining Oromo culture from Sikko Maddo. Colorful display of the rich Oromo culture as well meaningful and rich lyrics. A must-watch for all.
Waan Ofi malee hin baaredaani -- beauty is within your culture, custom, tradition, way of life, and more.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yes sir that is correct👍🏾
Exactly this is perfect🎉🎉🎉
Job well done!!!
Atisii matri nafitii
If you all Oromo from Oromiyaa ❤️💚❤️💯❤️💚❤️
Wow arsitii koo❤❤❤❤
Best ofvbest