Artist Kadiir Martuu Haasaha Jaal Sanyii fi Jaal Shurrubbeen taasisanirratti yaada kennate.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 11 дек 2024

Комментарии • 407

  • @Gana-lr2gk
    @Gana-lr2gk 2 дня назад +21

    ❤❤❤❤❤❤kadir nama dhugaa
    Waqayyoon Billisummaa oromo siya agarsiisu Leencaa ko

  • @ShimelisGemechu-r2d
    @ShimelisGemechu-r2d 6 часов назад

    kadir the man of this season. dhugaa waaqaa beekaa beekumsa guddaa qabudha ati. you are academic person, God bless you,uffee garaa na ciibsite dhiiiiiiiiiiiiirooooookoo jiraaaadhu
    I never forget you!!!

  • @Muklisaabdulkeyum
    @Muklisaabdulkeyum 2 дня назад +8

    Dhugadha kadir dhuga banta wallahii akkakee kana Namnii dubbii bekuu ❤❤❤❤❤❤ umrii nuf dherodhaa

  • @oasakarorsa9270
    @oasakarorsa9270 День назад +5

    Kadir Martuu dhiira garaan boora'ee jijjiirama akka sabaatti fiduuf hirriba dhabu. Garuu gantuu fi warri waa hin beekne, hin yaadne, hin hubanne danqaa taatee dhiphina sabaa xumura dhabsiifti.

  • @fatumabintislam9064
    @fatumabintislam9064 2 дня назад +5

    Mashaallah dhiiraa jechuun yoo dhalaata akka kee kanaa mashaallah haadha sii deetee garaan hin dhukkuubiin ishaallaah namni yoo dhugaa dubaate nama akka keefi jawaariitti rabbiin sii haa eeguu fayyaate gutuu siifii haa kenuu miiraa keessaa galtee mataa ofii hin jeqiin yeroo kee qabsooftti biyyaa teettiifi ❤❤❤❤❤❤

  • @YasribAbabiyaa
    @YasribAbabiyaa 2 дня назад +7

    Dhugaa ketii kadir kenyaa galatomii ❤❤❤❤❤❤ sanyiin gatudhaa sanyiin saree dhaa bitate galee

  • @drbaariyow3010
    @drbaariyow3010 День назад +2

    Kadir oromota dhalota ammaa oli demuti jiru kessaa umata oromo akka qabasoti kakani tasise sii qofa lencaa kena bilisuma osso hin rabbii sii ajesini❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa dubata jari

  • @gadagada8149
    @gadagada8149 2 дня назад +2

    Dhugaa jattee yaa gootichaa kenyaa ati gootaa qofaa miti hayyuu fi gammnnaa gameessa sabaa kadiir kenyaa heduu sijaalan ati nuf jiraadhu.
    Dhugaan kanuma ati dubatee kana achi hin jiru.❤❤❤❤

  • @DawudAbdusalam
    @DawudAbdusalam День назад +3

    ❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉🎉🎉dhiiruma akka kadir kana duraaf duuba beeku maa fa nuufhinbayyane laata. Umurii kee nuuf ha dheeratu iccitiin kanatu oromoo diigu isa kana bal'isee hinyaadu ana qofatu ani baanaan ana tu siif beeka

  • @bilalurgesa5271
    @bilalurgesa5271 2 дня назад +4

    Umrii dheeraa naaf jiraadhuu Leenca sanyii Jeneraal Jaarraa Abbaa gadaa !!!

  • @BdrehAhmad
    @BdrehAhmad 2 дня назад +3

    Waayii kadirii kaa akka keetii rabii na haa keenuu lencaa dhugaa❤

  • @firaolfirdisa-lk1el
    @firaolfirdisa-lk1el 2 дня назад +4

    😢😢😢😢 Ani dhugaa namichuma kanaa yooman maal godhee naaf wayyaa?innoo guyyuu dhufee lapheekoo jaalalaan cabsaa....kadookoo 😔😔😔
    Waaniin jedhuu hin qabuu, hundaafuu rabbi ati amanattuu nagaa kee naafaa eeguu❤

  • @Dino-q7q
    @Dino-q7q 2 дня назад +4

    Thank you artist Kadiir Mattuu ! You are a true hero and brave man. 🙏🙏♥️♥️♥️💚💚💚♥️♥️♥️💚💚💚♥️♥️♥️💚💚💚♥️♥️♥️💚💚💚❤❤❤

  • @KaadiirAbrahim
    @KaadiirAbrahim 2 дня назад +5

    Dhuga ketii leecca koo nuff jiiraadhu amale dhiiga ko ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️

  • @AfandiiAbdii-n9h
    @AfandiiAbdii-n9h 2 дня назад +7

    yes dhugaa jiruu kanumh kadir kechaa nuf jiradhuu 👍💯♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🫶

  • @ShallamaaDhufeeraa
    @ShallamaaDhufeeraa 2 дня назад +3

    Dhugaa haasa'a kadir dhageefadhe hin beeku galatoomi itti himi yoo gurra irra jiraate

  • @SafaniAbjhadi
    @SafaniAbjhadi День назад +2

    Dhuga keti ❤ Rabi umri dhera si haknu gota Aka Hace hudesa 😢 dhuga jitudha kuni jabdhu hamle

  • @gessisakusa3623
    @gessisakusa3623 2 дня назад +2

    Galatoomi Kadir Martuu!
    Yaada gaarii ibsite.
    Garuu gantootaaf hin galu.

  • @marsitube9662
    @marsitube9662 День назад +3

    Dhuga kee jette kadir Koo rabbi umurii kee ha dheerressu ❤❤

    • @basirahmmad4163
      @basirahmmad4163 День назад +1

      saah Dhugaa keetii kadir Rabbiin umirii sii haa Dheresuu👉☝️😢💓💓💓💓❤❤💖💕💕💕💕💔💔

  • @MuhammedMuhammed-mb1zc
    @MuhammedMuhammed-mb1zc 2 дня назад +15

    Oromo uttuu akkaa kaddiri kannaa qabbatee qattaa billisomeete rabbin sihadheguu kadir marttuf haccee wayyoo wayyoo gotta koo qallii namaa heddu sijallana oromon ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ShumeDeyass
    @ShumeDeyass 2 дня назад +2

    Ummri dheertu jiradhuu,… Hassawa qeeqan illmmanamma Qajjechuu Hasswa Danbobba,
    Fayyathai Kaddir Keenya !!

  • @AhmedDadar-he2hm
    @AhmedDadar-he2hm 2 дня назад +4

    Dhugaa kettii kadir kenyaa
    itti mudii 💪💪💪👈

  • @bilisabaasa
    @bilisabaasa 2 дня назад +9

    Yes yes yes yes yes yes yes yes yes ❤❤❤kaadir.

  • @DUNIYAAOROMOO
    @DUNIYAAOROMOO 2 дня назад +4

    Dhugaan Jiru kanaa kadir keenyaa ♥️♥️♥️

  • @Talebisaa
    @Talebisaa День назад +1

    Dhugaan kee siif amullatu yaa goota keenya lubbuun kee otuu jirtuu rabbi bilissummaa argi itti cabsi "addaggeen safuu in beektu addarra dhaaban male" jedhe gootichi onneen ibiddaa Haceen Koo.

  • @RamadanKedir-g3s
    @RamadanKedir-g3s 11 часов назад

    Dhugaa ketii lencaa ko kan akkaa ketii kumatamani osso qabanee silaa bilsaa banee raa❤❤

  • @MosisaAbona
    @MosisaAbona 17 часов назад

    Kadiyyee dhugaa keetii atii wanumaa balleessitee jedhamuu haasaa kee kana keessattii tokkoo hin agaree brokoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gamachutasfaye4955
    @gamachutasfaye4955 2 дня назад +2

    Kadir jiraadhu qaalii Oromoo Yakka ofii dalagan nama biraatti haquu yaaluun jaraa cubbuu dha, dhugaan Oromoo siif gale Oromoo maraaf rabbi ifa haa godhun jedha!

  • @TasneemAbuawwad-l3x
    @TasneemAbuawwad-l3x День назад +2

    Naaf ta'e dubbin kadir umurii dheradhuu dhugaa kessa koo naa duubbate❤❤❤❤

  • @familyoro6275
    @familyoro6275 8 часов назад

    Dhugaa keti wly kadir❤❤❤❤❤❤❤

  • @BahiluB
    @BahiluB День назад +2

    Dhugaa Kee Jete Kadir Koo Gotaa Sanyii Dhirraa❤❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @FraolAbreham-dv2dy
    @FraolAbreham-dv2dy 2 дня назад +4

    ❤❤❤Goota koo nu jiraadhuu qallii namaaaa

  • @belyanjemal5144
    @belyanjemal5144 2 дня назад +4

    Kadirbar dhiira obbileessa haceeti jiraadhu gurbaa

  • @AAa-ee9zt
    @AAa-ee9zt День назад +2

    Goota dhugaa kadiir martuu nuuf jiraadhu omrii dheeradhaa oromon Marti si jallanna

  • @IskeeAbraashaa
    @IskeeAbraashaa День назад

    Wly. Kadiir martuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
    Nuuf jiraadhu umrii tee rabbi nuuf haa dheereesu. Kadiir keenya.

  • @naasirtunii
    @naasirtunii День назад +3

    wallayi kadir martuu naaf jiradhuu qaalii nama itti himi

  • @AbrihmYusuuf
    @AbrihmYusuuf 2 дня назад +4

    Dhugaa ketii kadir muartu martuu siimalee gadaa❤❤❤❤

  • @Oromooromiy1256
    @Oromooromiy1256 2 дня назад +3

    Baaba kaadir maartu ati ququllu bishaan taallilha ququlluu uduu hunduu akkuma kee kaana tee oromo hunduu maali qaabaa baaba kaadir maartu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @adunyaguyasa9044
    @adunyaguyasa9044 День назад

    Issan ganaa warraa afaniyuu ficisisuu dhugaa kee dubachaa jirtaa lencaa oromoo❤❤❤

  • @JemulyDutchman
    @JemulyDutchman День назад

    Boombii hayyuu oromoo
    Akkana dhiira gaafa xiiqii
    Dhiira sabaaf dhiigu
    Dhiiraa tokkummaa eeguu irratti jiruu isaa dhiisee sabaaf jiraate ❤❤❤❤❤

  • @FatiyaaAyisha
    @FatiyaaAyisha 2 дня назад +4

    Nufii,jiradhuu,dhugaratii,hunduftaa

  • @wintamount4202
    @wintamount4202 День назад

    Gurbaan dhugaa rabbi nama!!!!!
    Ati leencaa ❤❤❤❤❤❤

  • @MohammadAliyyii-w8t
    @MohammadAliyyii-w8t 2 дня назад +3

    Kabiir martuu siifii warrior halees tokkuma gantuun gantuma

  • @AbdurahamaanHabiib
    @AbdurahamaanHabiib День назад

    Maashaa Allaah Kadiri maartu dhugaa jettee gotta keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kebederegassa4399
    @kebederegassa4399 2 дня назад +2

    Jiraadhu Kadirokooo,Namni haqa beeku akkanatti itti hima

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 2 дня назад +2

    Dhugaa siihaa dubiisu kanumaa calaa waqaayyo dhugaa jiirtuu kanumaa 100&100 dhugaa jiirtu kanumaa

  • @MurteessaaDhugaasaa-js1nm
    @MurteessaaDhugaasaa-js1nm День назад

    Abboo Leenca🎉Kadirii Kiyyaa jiraadhu👍

  • @Tiyyaa.oromoo
    @Tiyyaa.oromoo 2 дня назад +2

    Dhugaa ketii qalii sababbaa bayee naa gadisisaa hasaa jaraa😢😢😢😢😢😢

  • @DachasAbdallaa-e8t
    @DachasAbdallaa-e8t 2 дня назад +5

    Dhuga keti❤💚❤ilma jarraa

  • @giftibintnuraba6745
    @giftibintnuraba6745 День назад

    Sher ittii godhaa Jaal gantuu saanii😅hayyuu akkaa itti dubbaatu bakkaa Goota koo kadir keenyaa nufii jiraadhuu Galatoomii dhugaa ittii himii hacee Koo Oromoo gummaa keele osoo baasin Waggaa 4😢😢😢

  • @TofikAbdurehman-cv7iz
    @TofikAbdurehman-cv7iz День назад

    ❤❤❤❤❤dhugaa jirtu dubbate artist kedir galataa sin mala qaxale koo

  • @LibanHalake-n9z
    @LibanHalake-n9z День назад

    Abbo rabbii dhugaa atin irati dhalatee irati gudatee oromuma Kee birri fi yeroni jijiru dide tana rabbii adunyafi akiraa boqonaa sifi haa kenuti rabin akira mana ofi siffi ha qophesuti ani wani sin jedhu hin qabuu

  • @IgSr-uj8lz
    @IgSr-uj8lz 2 дня назад +3

    Lubbuu ufii egatuuf oduu gadii naqaa biyee haa nyatuu inii

  • @Yahya-s2f
    @Yahya-s2f 2 дня назад +4

    Kadir koo ati goota dhugaa ti jabaadhu

  • @JabuuYonis
    @JabuuYonis 9 часов назад

    Kadir umrii nuuf dheeradhu🥰🥰🥰

  • @AhmediinRashiid-s1w
    @AhmediinRashiid-s1w 2 дня назад +2

    Dhugaa kettii lecaa koo ❤❤❤❤❤

  • @ZarituDaraje-fs5qp
    @ZarituDaraje-fs5qp 2 дня назад +1

    Dhugaketii kadirii kenyaa qalii nama jaalii borufaa ,jalii mohiifaa warekamuu isanumaa kanatii kesaa qabaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

    • @anianumakanuma8197
      @anianumakanuma8197 2 дня назад

      @@ZarituDaraje-fs5qp zaritu koottu amma wajjiin bosona gallaa kk

  • @MotiEtefa-p8f
    @MotiEtefa-p8f 2 дня назад +2

    Nuf jraadhuu goots sanyii Acaluu

  • @MadinaKadir-x2w
    @MadinaKadir-x2w 2 дня назад +2

    Dhugaa keeti kaduu leenca fakii namaa❤❤❤❤❤❤

  • @Taaddee
    @Taaddee 2 дня назад +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤kadir Maruu utuu lama nuuf ta'eerà ta'ee

  • @ZarituDaraje-fs5qp
    @ZarituDaraje-fs5qp 2 дня назад +2

    Dhugaketii gumaa hacee osoo hin basiin galanii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @abdulwahidaliyyii
    @abdulwahidaliyyii 17 часов назад +1

    kadir kenya duba ega ebolleyyan ta'anii warrii bosona kun enyun lolanii enyuf qabsaa'anii maal bosonaa godhaan😢😢😢

  • @ShiferaMerga
    @ShiferaMerga 2 дня назад +2

    ❤dhugaadha dubbiin jirtuu kanuuma.❤

  • @SulxanSulxan-t8p
    @SulxanSulxan-t8p День назад +1

    Dhugaan jiruu kanumaa qarshiif bitamtee hardhaa akkaa waan oromoof jettee galtee taatii

  • @QabaleeQabalee
    @QabaleeQabalee День назад +1

    Amshrii qallii namaa kadrii kenaa😢😢🎉🎉

  • @habtamugiduma2577
    @habtamugiduma2577 9 часов назад

    Hunda dursa Jaallan keenya nagaan rabbii hunda keessaniif haa ta'u OROMOO fi OROMIYAAN isin qabdi dhugaa dubbachuuf saba kanaaf jettanii hundi keessanuu kaleessa hidda mukaa nyaattanii waan dhugdan dhabdanii gatii baayyee baastanii isin gootota dhugaa OROMIYAAN qabdu abdii sabaati Garuu, ani akka wallaala kootti amma wal waraansa jiru kanaan hagam deemuu dandeenya an akka kiyyatti waraanni oromoon ittiin dhaadatu bakka fedheyyuu yoo jiraate hawwii kooti amma garuu haadhootu wal ajjeesa haadhuma keenyatu boowaa maraataa oola durba keenyatu salphata saba keenyatu saba keessaa duubatti hafa kanaafoo falli maali yookaan wal waraansa dhiisaa achumatti nagaa nuu ta'aa jiraadhaa yookaan ammoo walii galaa wali hin tuffatiinaa yoo isin wal tuffattan OROMOOTU tuffatama ee bada Garaa tiyya maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo wal dhagaya wal hin qoodiinaa kaleessa walumaan waan hedduu taatan gaarii malee badaa walii hin kaasinaa isin lachuu Oromoo ILMOODHA kalaas

  • @gudisawakgari6122
    @gudisawakgari6122 День назад

    Kadooko, ati qofti utuu dubbattee sirraa bareeda.

  • @DamiFurarakosabaa
    @DamiFurarakosabaa 2 дня назад +2

    Natuu isin raaphee 😅😅😅 martuu marataa kiyaa wagaa 1000 jiradhuu

  • @FatiyaaAyisha
    @FatiyaaAyisha 2 дня назад +3

    Dhugaa,jedhee,kadir,kenyaa❤❤❤❤

  • @AbdusamadKadir-r4k
    @AbdusamadKadir-r4k 18 часов назад

    Dhugaan dhugaadha. Hammad yoomii sobanii. Kaleessa haala kanatuu numiidhe.

  • @SusiyeSusiye-p3t
    @SusiyeSusiye-p3t 2 дня назад +2

    Dhuugaa keeti kaadir.❤❤❤❤

  • @ayananemera8982
    @ayananemera8982 2 дня назад +3

    Dhiiraa gafaa xiqqii❤❤❤

  • @ShareefaNew
    @ShareefaNew День назад

    Dhugaa ketii leencaa koo nuff jiradhu male dhiigaa koo❤❤❤❤❤

  • @NegasaKediro
    @NegasaKediro День назад

    Kabajamoo A/Kadiir Rabbiin guddaan isin haa jiraachisu .kijibaa kana baga likkii itti himtan.saamicha geggeessaa ture of saaxilaa jira hattuun kun .

  • @sortii-t6t
    @sortii-t6t 2 дня назад +2

    Dhugaa ketiii lecaa koo❤❤❤❤

  • @fatumahusein263
    @fatumahusein263 2 дня назад +2

    Dhugaa jatte kadir ❤haacee 🤔

  • @HassanGuelleh-o3b
    @HassanGuelleh-o3b 2 дня назад +3

    Dhugaan jirtu tauma❤

  • @ZarituDaraje-fs5qp
    @ZarituDaraje-fs5qp 2 дня назад +2

    Dhugaketii gotaa kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @XayyibMohammedAliyye
    @XayyibMohammedAliyye День назад

    Dhugaa keeti kadiir namni dhugaa dubbachuu keetif galatoomi❤❤❤

  • @DubaiDubai-k9t
    @DubaiDubai-k9t 13 часов назад

    Dhugaa ketii gotaakoo❤❤❤❤❤❤❤❤nujiraadhu

  • @Hajera-p9p
    @Hajera-p9p День назад

    Rabbin umrii siih ha dheerssuu leencaa oromoon ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @MetiiWanij
    @MetiiWanij День назад +1

    Dhugaa keetii afaan isaan qaabaataan ta'u qaabuu 😢😢

  • @shamsukorme879
    @shamsukorme879 День назад +1

    Sirriidha kadoo baqaa galuun isaanii murtee isaanii ergaa ta'e garuu jaleewaan wajjiin qabsaawaa turan akkanatti wa'ee isaanii dubbachuun gaarii miti, !!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @EbrahimMohammed-g8y
    @EbrahimMohammed-g8y 2 дня назад +1

    Goota keenya nuuf jiraadhu❤

  • @AbdurazaqiiJamal-m4y
    @AbdurazaqiiJamal-m4y День назад +1

    Dhugaa ketii kadirii kenaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @DUNIYAAOROMOO
    @DUNIYAAOROMOO 2 дня назад +2

    😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔waayii caraa oromoo

  • @MdhdjEufjb
    @MdhdjEufjb День назад

    Oduun dhugaa harruma dubbatamte mashallah

  • @qalenjinakero5529
    @qalenjinakero5529 День назад

    Kadiir Oromoo nu jiradhu ati Abba dhugaa ti i respect you so much our Great hero really tell them to those enemies

  • @football_lens_
    @football_lens_ 8 часов назад

    kadir martuuti moo kadir marattutii jazbaa suusiin mataa garaagalchee qabsoon ummaata oromoo maraattuun hin hoggaanamtuu

  • @Abduba-m3f
    @Abduba-m3f День назад +1

    Kadir Martu Dhuga Dubante Gamnaa Koo Heendu Galatom

  • @HusseinHamzaa
    @HusseinHamzaa 2 дня назад +2

    dhùgaaa Kadir kenyaa galaalomii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DubaiDubai-k9t
    @DubaiDubai-k9t 13 часов назад

    Dhugaa keti tirukoo wallhii ayyii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Quran.r3
    @Quran.r3 2 дня назад +2

    Dhugaa jette kadir martu ❤❤❤❤

  • @luchoishetu7584
    @luchoishetu7584 2 дня назад +2

    Atii nama addattii kadoo❤❤❤

  • @tamizaeveryo8494
    @tamizaeveryo8494 День назад

    wowo bruhh jabaadhu leenca oroomo otoo akka siif dubbin galee isaanif galeera taa'ee silaa otoo essa geenye

  • @robsaanrobsera4221
    @robsaanrobsera4221 День назад +1

    ❤❤❤

  • @IbrahimmahamadGn
    @IbrahimmahamadGn День назад

    Itti baqeesi tokkicha qixee kumaa lenca
    Lenci dhache umrii na dheradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MuazZakariya
    @MuazZakariya День назад

    Gootaa.dhugaa.kadiir.martuu.nuuff.jiiraadhuu.omrii.dheeradhaa.oromon.marti.si.jallannaaa.qalii.kooo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @hasenshuguxi366
    @hasenshuguxi366 День назад

    Dhugaa keeti Kedir keenyaa umari nufi dheradhuu❤❤❤❤😢

  • @bilqituugaaddisaurgesaa
    @bilqituugaaddisaurgesaa День назад +1

    Dhugaa keessaan jabaa keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤