Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Baayyee waan nutti toleef yeroo dhiyootti Kan hafan nu hojjadhaa barsiisaa faayinaaliitu nutti gahe
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jirahirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Hoji keessaantti guddaa gammaannee jiraa bayyee nuf galatoma jechaa finally nuttii ga'a waan jiruuf booqqoona 4.5fi.6 osoo nuuf arifatan hojetaan nuutti tole
Faayinaallii buti dhihaachaa waan jiruuf nuu ariifachuu yaalaa =nutti toleera!
(Nutti)
galatooma barsiisaa/keenya baruumsi.keessan dhugaa dubbachuf baayyee na fayyade ammas torbee dhufuu finally waan qabnu yoo isiini dandaahame osoo amma tokko nuf deemtani galatooma!!
Bayyee gaariidha jabbadhu bro
Guddaa nu galatoomi 🙏🙏🙏 itti nuu fufaa💓
Galtomi isaa itti anu daftani nuf hojidha Please 🙏
Wow guddoo namaatti tola jabaadha
Baay'ee nati tola! GALATOOMAA! Nuuf jiraadha😍🔥🥰Qormaataaf guyyaan qabnu baay'ee xiqqoo wanta ta'eef daftanii kana hafee osoo nuuf hojjetani gaariidha.
Bayyee gudda namatti tola guddaa waaqayyoo isin haa eebbisu, amayyuu nu jabaadha.❤
Wow go ahead we are with you that's good job
thanks Ayubiyee
Baay'ee nutti toltaniirtuu jabaadhaa
hin bareeda jabbadha!!!
Abshira bro isiin namni kenya akka fayaadamu telegram Dareerati SHARE gochu hin dagatina Yeroo dhiho kessaattin isiinif xumura
Jabaadhu boona koo
Very thnk
Way baay'een gammade br Ibsaa HUSNNBSS way barsiisaa kiyya akkam nagaa keessani way nuu jabaadhaa itti nuu fufaa
Nuuf Jabaadhaa dhugaa
Aboo fayya ta'i jabaa namaa
Power point essa argan barsisa
Bayyee garii dha jabadhuu
Galata guddaa nuu biraa qabdu,unit 4 lesson 2 egaalera?
Eebbifamaa Dhugaa Baayyee Namatti Tola
Talent man
ati jabaa uummata oromooti...uummanni oromoo seenaasaa akka beekuuf gaheekee bahachaa jirta.jabaadhu itti fufi. kan biraa barnoota garagaraa irratti afaan noromoon tutorial n kennamu akka walii galatti rakkoo guddaa qaba atilee kana ni hubatta jedheen yaada.kanaafuu youtube gubbaarratti afaan oromoon akkuma kanaa dabalataan hojjetamuu qaba jedheen yaada
ok brother Galaatomi guyyoota muraasa kessatti parti hafeef nu Ega Walliif SHARE gochu hin dagaatinaAmaas irra debiidhan Galaatomi Yaada bareeda nuf qoddeef ok bro
Guddaa nuuf galatoomii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ itti nuuf fufi si eegaa Jirra
Guddaa galatoomi;! Bro.koo.
Baayyee nu bonsitee jabaadhu
Wow galatommii ! yeroo yerootti nu ........
Akkasumaas yoo rabbi siif laaffise geography chapter 3 irraa nuuf jalqabi. Numaatu waliif firaa harargee koo.
thank you for your favour
PPT yoo nuf ergitaan siif danda'ama?
Thank you
Leson 2 eeggaa jirra
Hedduu Galatoomaa ❤❤❤
Waw namatti tola
heddu galatooma barsiisoota keenya barnoota kan birootillee osoo nuutti dabaltanii numa feena jabaadha ?
Baay'ee Gaaridha.Mee Ppt cha nuuf ergi please Barsiisaa keenya.
nice insight!💪
guddaa bareeda telegram eessaraa argannaa?
Good job
Thanks Bro
Nurraa turtega murii guuto 4 5 6 please yeroo gabaaba keysattii nuuf hojjedhu
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
Bayye namatii Tolla Dhugaa waqayoo
Kabajamoo barsiisaa keenya barnoonni kee kan duraa baayee nu fayyadee jira faaynaaliif yeroo muraasa waan qabnuuf torbaan lama keessatti hanga dandeetten hunda nubiraan akka geessu kabajaan sigaafanna.
Abshira bro Isin namni kenya akka fayaadamu telegram Dareerati SHARE gochu hin dagatina Yeroo dhiho kessaattin isiinif xumura
Yaroo chapteri gadi dhiisan parti akka hin hedduumeessine bikkaa lama nuuf godha
Galatoomi bro
Telegram irratti ppt nuu ergaa
Unit 4 nuf fixi qormat qabna
Galatoomi leencakoooo
Gaariidha galatoma
Atii abdii barataa keenyaaf abdiidhaa
Itti fufii kan itti aanu dafiiiiiiiiiiii
Nuuf jiraadhu haaluma kanaan itti fufi mataa dhiiraa
Galatomi bro
Bayyee galtomii
Amharic speaking adirgew kechalk b/c note betam harrie hono sale gin min waga alw ch 5 yiseralen
❤❤❤❤❤❤
Baayee Si galateeffanna unit 5 ariitiidhaan itti nuu fufi
Hedduu galatomi kan itti anus akkasuma nuf hojjadhu✔️✔️✔️✔️
Galatoomi baayyee
Maaloo barsii grade 12 osoo nuuf eegaltanii?
Kittaba haraya amma kana nuf dallagi ka bro
Maaloo module Remedial irratti Nuu haajadhu
Bayyee galtomii.
Isinis nuuf jajabaadha.....boqonnaa isa itti anus nuuf.....
Gaariidha
Kan ittii anuus si eyna
Okay my brotherWaaliif share godha namoota invite godhaOk Yeroo dhihotin Isiinif xumura
@ebsatawileducationcenter Alright be hurry we are waiting you
haluma kanan itti nu fufaa bay'e isin jalana baay'ee nu bonsitani jirtu.
Jaabadhu guudaa gaalatoomii
please to share telegram page?
Please 🙏
Please kan itti anuu chapter 4-7
Abshiira Dhala koo Yeroo dhihoo kessattin COVER issinif godhe xumura Issiin waalif SHARE gochu hin dagaatina namni kenyaa haa fayyaadamu amuuma SHARE LIKE godha waal biraan gaha kessaatu Telegram class irratti waaliif dadabarsa ok bro
Hamma danda'ametti kutaalee itti itti aananis nuuf hojjedhu galatoomi
@@murtigutomedia hayyee jabaa keenyaa share gochuun dirqama keenyadha
Malo malo malo itti arifadha final gahufi unit 4----------Baye galatooma *222222222222
Bnath be amargnam sraln
በጣም አርፈ ነበር እና በአማርኛ
Maaf kallattimaan itti hin seenne
Itti fufii nutis dhiyanne itti
thanks bro
don't forget SHARE to your friends
Okay akka ajaibatii share goona
hi
Party irraa hafanis itti dabali.
kan remedial ergaameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
Baayyee waan nutti toleef yeroo dhiyootti Kan hafan nu hojjadhaa barsiisaa faayinaaliitu nutti gahe
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Hoji keessaantti guddaa gammaannee jiraa bayyee nuf galatoma jechaa finally nuttii ga'a waan jiruuf booqqoona 4.5fi.6 osoo nuuf arifatan hojetaan nuutti tole
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Faayinaallii buti dhihaachaa waan jiruuf nuu ariifachuu yaalaa =nutti toleera!
(Nutti)
galatooma barsiisaa/keenya baruumsi.keessan dhugaa dubbachuf baayyee na fayyade ammas torbee dhufuu finally waan qabnu yoo isiini dandaahame osoo amma tokko nuf deemtani galatooma!!
Bayyee gaariidha jabbadhu bro
Guddaa nu galatoomi 🙏🙏🙏 itti nuu fufaa💓
Galtomi isaa itti anu daftani nuf hojidha Please 🙏
Wow guddoo namaatti tola jabaadha
Baay'ee nati tola! GALATOOMAA! Nuuf jiraadha😍🔥🥰
Qormaataaf guyyaan qabnu baay'ee xiqqoo wanta ta'eef daftanii kana hafee osoo nuuf hojjetani gaariidha.
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Bayyee gudda namatti tola guddaa waaqayyoo isin haa eebbisu, amayyuu nu jabaadha.❤
Wow go ahead we are with you that's good job
thanks Ayubiyee
Baay'ee nutti toltaniirtuu jabaadhaa
hin bareeda jabbadha!!!
Abshira bro isiin namni kenya akka fayaadamu telegram Dareerati SHARE gochu hin dagatina Yeroo dhiho kessaattin isiinif xumura
Jabaadhu boona koo
Very thnk
Way baay'een gammade br Ibsaa HUSNNBSS way barsiisaa kiyya akkam nagaa keessani way nuu jabaadhaa itti nuu fufaa
Nuuf Jabaadhaa dhugaa
Aboo fayya ta'i jabaa namaa
Power point essa argan barsisa
Bayyee garii dha jabadhuu
Galata guddaa nuu biraa qabdu,unit 4 lesson 2 egaalera?
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Eebbifamaa Dhugaa Baayyee Namatti Tola
Talent man
ati jabaa uummata oromooti...uummanni oromoo seenaasaa akka beekuuf gaheekee bahachaa jirta.jabaadhu itti fufi.
kan biraa barnoota garagaraa irratti afaan noromoon tutorial n kennamu akka walii galatti rakkoo guddaa qaba atilee kana ni hubatta jedheen yaada.kanaafuu youtube gubbaarratti afaan oromoon akkuma kanaa dabalataan hojjetamuu qaba jedheen yaada
ok brother Galaatomi
guyyoota muraasa kessatti parti hafeef nu Ega Walliif SHARE gochu hin dagaatina
Amaas irra debiidhan Galaatomi Yaada bareeda nuf qoddeef ok bro
Guddaa nuuf galatoomii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ itti nuuf fufi si eegaa Jirra
Guddaa galatoomi;! Bro.koo.
Baayyee nu bonsitee jabaadhu
Wow galatommii ! yeroo yerootti nu ........
Akkasumaas yoo rabbi siif laaffise geography chapter 3 irraa nuuf jalqabi. Numaatu waliif firaa harargee koo.
thank you for your favour
PPT yoo nuf ergitaan siif danda'ama?
Thank you
Leson 2 eeggaa jirra
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Hedduu Galatoomaa ❤❤❤
Waw namatti tola
heddu galatooma barsiisoota keenya barnoota kan birootillee osoo nuutti dabaltanii numa feena jabaadha ?
Baay'ee Gaaridha.
Mee Ppt cha nuuf ergi please Barsiisaa keenya.
nice insight!
💪
guddaa bareeda telegram eessaraa argannaa?
Good job
Thanks Bro
Nurraa turtega murii guuto 4 5 6 please yeroo gabaaba keysattii nuuf hojjedhu
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
Bayye namatii Tolla Dhugaa waqayoo
Kabajamoo barsiisaa keenya barnoonni kee kan duraa baayee nu fayyadee jira faaynaaliif yeroo muraasa waan qabnuuf torbaan lama keessatti hanga dandeetten hunda nubiraan akka geessu kabajaan sigaafanna.
Abshira bro
Isin namni kenya akka fayaadamu telegram Dareerati SHARE gochu hin dagatina Yeroo dhiho kessaattin isiinif xumura
Yaroo chapteri gadi dhiisan parti akka hin hedduumeessine bikkaa lama nuuf godha
Galatoomi bro
Telegram irratti ppt nuu ergaa
Unit 4 nuf fixi qormat qabna
Galatoomi leencakoooo
Gaariidha galatoma
Atii abdii barataa keenyaaf abdiidhaa
Itti fufii kan itti aanu dafiiiiiiiiiiii
Nuuf jiraadhu haaluma kanaan itti fufi mataa dhiiraa
Galatomi bro
Bayyee galtomii
Amharic speaking adirgew kechalk b/c note betam harrie hono sale gin min waga alw ch 5 yiseralen
❤❤❤❤❤❤
Baayee Si galateeffanna unit 5 ariitiidhaan itti nuu fufi
Hedduu galatomi kan itti anus akkasuma nuf hojjadhu✔️✔️✔️✔️
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Galatoomi baayyee
Maaloo barsii grade 12 osoo nuuf eegaltanii?
Kittaba haraya amma kana nuf dallagi ka bro
Maaloo module Remedial irratti Nuu haajadhu
Bayyee galtomii.
Isinis nuuf jajabaadha.....boqonnaa isa itti anus nuuf.....
Gaariidha
Kan ittii anuus si eyna
Okay my brother
Waaliif share godha namoota invite godha
Ok
Yeroo dhihotin Isiinif xumura
@ebsatawileducationcenter Alright be hurry we are waiting you
haluma kanan itti nu fufaa bay'e isin jalana baay'ee nu bonsitani jirtu.
Jaabadhu guudaa gaalatoomii
please to share telegram page?
Please 🙏
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
Please kan itti anuu chapter 4-7
Abshiira Dhala koo Yeroo dhihoo kessattin COVER issinif godhe xumura
Issiin waalif SHARE gochu hin dagaatina namni kenyaa haa fayyaadamu amuuma SHARE LIKE godha waal biraan gaha kessaatu Telegram class irratti waaliif dadabarsa ok bro
Hamma danda'ametti kutaalee itti itti aananis nuuf hojjedhu galatoomi
ARRAF BOORUU gidduuti naa egaadha oboleeyan kiyya waan bareeda isiinif Qindessen dhufaa jira
hirriiyyoota kessanif SHARE gochu hin dagatina telegram dareerati ykn class telegram gubaatti namni kenya haa fayyadamu
@@murtigutomedia hayyee jabaa keenyaa share gochuun dirqama keenyadha
Malo malo malo itti arifadha final gahufi unit 4----------
Baye galatooma *222222222222