HISTORY OF ETHIOPIA AND THE HORN UNIT THREE LESSON ONE EMERGENCE OF STATE

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 20 сен 2024
  • HISTORY OF ETHIOPIA AND THE HORN
    UNIT THREE
    LESSON ONE: EMERGENCE OF STATE
    MURTI GUTO ACADEMY
    By Ebsa Tawil

Комментарии • 40

  • @shiferawmls6789
    @shiferawmls6789 Год назад +1

    Aboo Yaa warra murtii guto academy rabbii guddaan sin haa Eebbisu nuuf jabaadhaa.
    Ani afaan kootin barnoota akkas bareedu sinirraa argachuu kootitti baayyeen gammade.
    Jajjabee qaqqaalii teenya jabaadhaa ❤❤❤

  • @osaamahaji2880
    @osaamahaji2880 3 месяца назад

    Wow teacher umrii dheeraaf gammachuun rabbin si haa badhaasu
    Maashakh 🎉

  • @hailekeno
    @hailekeno Год назад +2

    jabaadha sini waliin jirra. hojii baayyee namati toludha haalli barsiisa keessanis baayyee namatti tola itti nuuf fufa

  • @osaamahaji2880
    @osaamahaji2880 3 месяца назад

    Jabaadhu nuuf jiraadhu murto guuto keenna

  • @shiferawmls6789
    @shiferawmls6789 Год назад +1

    Maaloo barnoota department fayyaa hoo qabduu qaqqaaliiwwan teenya🎉

  • @BirhanuDita-i4b
    @BirhanuDita-i4b 9 месяцев назад +1

    Thanky my bro l many knowleg from this vido

  • @Sisaay-uw1lr
    @Sisaay-uw1lr 4 месяца назад +1

    Ulfaadha dhugaa baay'ee isiinin boona jirra

  • @galgalohuka1581
    @galgalohuka1581 10 месяцев назад +1

    Thank you Very much our teacher

  • @MohammednurSiraj
    @MohammednurSiraj Год назад

    Hedduu Galatoomaa❤❤❤

  • @efaoli6975
    @efaoli6975 Год назад +1

    thank you a million for your best lesson. may lord bless you. go ahead.

    • @ebsatawileducationcenter
      @ebsatawileducationcenter  Год назад

      Thanks, Bro, for your interesting comments.
      don't forget to invite new member to Murti Guto Academy

  • @mahammadabdi8207
    @mahammadabdi8207 Год назад +2

    Jabaadhu galatoomi.gaafiin qabaa gaafiin tiyaas dafii hunda dafii nuuf ol baasi

    • @ebsatawileducationcenter
      @ebsatawileducationcenter  Год назад

      Abshir Bro ko isiiniis waliif share telegram dareerati godha namni keenya haa fayyadamuu

  • @EbisaShibiru-ys4yk
    @EbisaShibiru-ys4yk 3 месяца назад +1

    Hayyee jirtu mitii warri murti guto academy? Tole namatti tola hojiin keessan irraa fayyadamaa jirra garuu unit 3 part 3 maaliif hin jiru nuuf lakkisimee qormaataaf barbaanne.

    • @ebsatawileducationcenter
      @ebsatawileducationcenter  3 месяца назад

      Nii jira Maqaa mata dureetin search godhii
      Argaachu fi dhabu kee naaf barreessi. tole

  • @kenesamari529
    @kenesamari529 Год назад +2

    guddaa galatooma

    • @ebsatawileducationcenter
      @ebsatawileducationcenter  Год назад

      Thanks 👍 bro
      Telegram dareerati waaliif share gochu hin dagatina
      Namni kenya haa fayyadamanu
      Waaliif share godha

  • @kumrottube1048
    @kumrottube1048 Год назад +1

    good work keep it up

  • @FandishAbduraman
    @FandishAbduraman 20 дней назад

    History new grade 12 unit 3

  • @buleedullachaa7208
    @buleedullachaa7208 Год назад +2

    Baayee Damsadha part hafte Nudhaqasis

  • @lenchomachesa3029
    @lenchomachesa3029 Год назад +1

    It is good continue it

  • @sewalemalemirew
    @sewalemalemirew Год назад +1

    BB hojii gaariidhaa galatoomaa galannii kessaan bilissuummaa haa tatuu

  • @MustefaMuhaammad
    @MustefaMuhaammad 8 месяцев назад

    Baratoonii Remediali Sii Eega jira

  • @FaizShakirNure
    @FaizShakirNure Год назад +1

    Nice

  • @AyanoMoje-by1gk
    @AyanoMoje-by1gk Год назад

    Nuf jabbaadhu barnoonni Kee namatti tola.

  • @eyoblg6580
    @eyoblg6580 Год назад +2

    Parti itti anu nuf gadhiisa please 🙏🙏

  • @MunHussen
    @MunHussen Год назад

    History greade 11

  • @henk-ln3wa5rk2u
    @henk-ln3wa5rk2u 7 месяцев назад

    Entrepreneurship irtis nuf hojadha

  • @aemeromedia
    @aemeromedia Год назад

    nice information!
    💪

  • @AkliluAbebe-u3i
    @AkliluAbebe-u3i Год назад

    Hulunem chapter beamhargn lemin ayeseram

  • @mekdesabebe8267
    @mekdesabebe8267 Год назад

    Qormata faa nu hojjadha

  • @gracelifeword5559
    @gracelifeword5559 Год назад +1

    Murti guto hooji kessanif gaalatomaa jeecha garru mid exami torbe tokko boodee qooromuuf jeecha jira yoo daandesaan daafati chapter 3 kaana nuuf hoojedha plsss

  • @سعيد-ح3ج3ع
    @سعيد-ح3ج3ع Год назад

    Please be amaharic siraln.

  • @BikilaMitiku-en3mq
    @BikilaMitiku-en3mq Год назад +1

    barnoota keemistrii kutaa 9-12 irratti hojjechuun barbaada si wajjin