Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Ani Comment madaaltotaafi akkaata isaan ittin ijoollee kana arguu barbaadantu bayyee garaa na ciibse, jabaadhaa!!
Wawawawa Baayee namati tolaa Haqinaa fi ciminaa jiiruu osoo dorgomtonii hundii osoo hin xummuriin hin dubbaatinaa Fakkeenyaaf warri gara dhumaa irraa dorgomaan Qabxii gaarii argaatuuYkn gaafii jijiraa gafaadha Ykn criminal fi lafinaa jiiruu ergaa hundumtii xumuraanii hasaa'a kun yaada kootii
Baayee namatti tola.Waan oromoon qabdu hunda isa osoo dhaabata kanaaf kenani waan cicimaatu isiin keessa ba'a. ❤❤❤
Jabaadha dhugaa waan ija qabuuf, dabalataanis ija baay'e godhachuuf deemutti jirtu.
Jabaadhaa oromoo koo❤❤
Wawwwwooo barumsaa gudaa ebifaama
Wowww Jabadhaa❤❤❤
Leenco fi Habteen Miira keessa hin galiinaa miira keessan dhoksaati jechaan ibsaafii Hin naassisiinaa ijoollota immoo! Ittuma imaa malee
Jabeessa Hojiin koommo yeroo qormaataa eeguu ta'aa jirti😂Isin jaallatamtoota ❤️
Wow dhugaa bayyee namati tolaa jabadhaa
Yadichii Garii dhaa Garuu Afaan Oromoon Dubachuun gariidhaa garuu xiqooo wal makkituu
Jabaadhaa ❤
Worroonni nama hirmaachistan sirrii miti maaliif aartan kolfuu qabdan malee mirrii akkanaa akkamitti namni hirmaata
NA ANZAASISITEETAA Ana imoo na madisisuu hin oliin ...?
😂😂😂😂 Boyichaa Keesaan Itti Fufa Jedhe Mucaan
jabaadhaa
🔥🔥🔥🔥
Owww❤❤❤❤
Wow❤❤❤❤❤
Hin naffa'uu dhiisaa wanta,kana😂😂
Wow
leencoo fii gareewwan isa waliin hojjechaa jirtan dhugaa hedduu namatti tola hojii gaariiitti jirtu jabaadha akka adda hin kunne
💪💪💪
❤❤❤❤❤
Eessattidha bakkii leenjii?
Finfinedha
Walitti qabaatti nama bosisaa kaa maal godhuu
Jabbadhaa❤❤❤❤
Jabaadha ❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤
Ani Comment madaaltotaafi akkaata isaan ittin ijoollee kana arguu barbaadantu bayyee garaa na ciibse, jabaadhaa!!
Wawawawa Baayee namati tolaa
Haqinaa fi ciminaa jiiruu osoo dorgomtonii hundii osoo hin xummuriin hin dubbaatinaa
Fakkeenyaaf warri gara dhumaa irraa dorgomaan Qabxii gaarii argaatuu
Ykn gaafii jijiraa gafaadha
Ykn criminal fi lafinaa jiiruu ergaa hundumtii xumuraanii hasaa'a kun yaada kootii
Baayee namatti tola.
Waan oromoon qabdu hunda isa osoo dhaabata kanaaf kenani waan cicimaatu isiin keessa ba'a. ❤❤❤
Jabaadha dhugaa waan ija qabuuf, dabalataanis ija baay'e godhachuuf deemutti jirtu.
Jabaadhaa oromoo koo❤❤
Wawwwwooo barumsaa gudaa ebifaama
Wowww Jabadhaa❤❤❤
Leenco fi Habteen Miira keessa hin galiinaa miira keessan dhoksaati jechaan ibsaafii
Hin naassisiinaa ijoollota immoo! Ittuma imaa malee
Jabeessa
Hojiin koommo yeroo qormaataa eeguu ta'aa jirti😂
Isin jaallatamtoota ❤️