Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Jabaadhaa, Garuu akkataa itti ibsitan irratti irra jireessa jechoota itti fayyadama irratti of-eeggannoo osoo gootanii caala bareedadha. namoota afaan oromoo malee hin beekneef guutuu ergaa yaada kennaamuu hubachuurratti ni rakkisa. akkasuma dhaloonni (ol adeemtonni) kana akka ka'umsaatti fayyadamu waan ta'eef osoo irratti hojjettanii kan jedhu yaada kooti. Fkn jechootni armaan gadii afaan oromoon jecha of danda'e waan qabaniif osoo itti fayyadamtanii. finishing , cut, character, prop, set, just, surprise, intinii (Amharic), pause, creativity, part, totally, may be, balance, stage, exaggeration, performance, even, more, communication fi kkf.... danuu irra deddeebiidhaan dubbattu. kan biraa ida'ama qabxii irratti illee story, movement, facial expression, exaggeration, gesture, total (afaan oromoo isaa) biratti barreessa. jabaadhaa kun ka'umsa waan ta;'eef akka irratti hojjettanii fi caala gabbistan abdiin qaba.
Jabaadha team hunduu hojii gaarii agarsiisaa jirtu, Isin Abdii Aartii oromooti
Abbootiin murtii baayyee gaariidha asumaan waan jedhaMiira keessa galaa sirriitti gaafa koomentii kennitan itti jijjiiramaa yoos aartiin kun baayyee guddataa galatoomaa Maaloo sirriitti itti fufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waan isin (Abbooti seeeraa) dudubbattan oguma keessan waan ta'eef naaf hin galu. Garuu, ijoolleen hundi isaaniiyyuu na bashannansiisu
Jabaadhaa dhugaa❤
Jabadha arti oromoo gudisaa jirtu 😍😍😍😍😍
Nuu Jabaadhaa !!!!!!!!
Guyyaa hojiin bututaa oolee, tasuma isin ilaaluu jalqabe. Waan abbootiin seeraa kaasan kana hin beeku, ani garuu hundisaanii na gammachiisaa turani. The last one is on the next level.
Jabaadha❤❤❤❤
My HomeHome of Talent and creativity
Dhugaa waan baay'ee gaariidha jabaadha
Hojii ajaa'ibaati! Jabaadhaa, jaalannee jirra!!
Perfect ❤️❤️❤️
Wow baayyeen isiinitti gamadee
Kuni hojii Seexanaati abboo
🥰🥰🥰👌👌👌👌👌
Baayye namatti tola nutille abdi guddan qabna❤❤❤❤
Jabaadhaa ❤🙏
🔥🔥🔥🔥
Jabaadhaa❤
WOOW IJOOLLEE KEENYA🥰
Ani bayyeen feel godhe😘😘😅
Hojii baayyee jajjabeefamuu qabuudha 😮
leeeenchoooo
confidence hin qaban warri seera qabxii walfakkaataa kennu haasaa walfakkaataa haasa'u
Waan aja'ibaatti
Nam Jabaa
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤🎉
Tokkoffaadha❤❤
😂😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😂😂😂😂
💪💪❤️💚❤️
Wow hama iyyi artin oromoo haa. Guddati😂😂
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂kolfan du'e foon harree sanarratti
Ijolee malif Hama kana ifatuu mee waqa baay'ee nama arsituuu Mal jechudhaa
😂😂😂😂😂soretiin fon haree nyateemo
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhaa, Garuu akkataa itti ibsitan irratti irra jireessa jechoota itti fayyadama irratti of-eeggannoo osoo gootanii caala bareedadha. namoota afaan oromoo malee hin beekneef guutuu ergaa yaada kennaamuu hubachuurratti ni rakkisa. akkasuma dhaloonni (ol adeemtonni) kana akka ka'umsaatti fayyadamu waan ta'eef osoo irratti hojjettanii kan jedhu yaada kooti. Fkn jechootni armaan gadii afaan oromoon jecha of danda'e waan qabaniif osoo itti fayyadamtanii.
finishing , cut, character, prop, set, just, surprise, intinii (Amharic), pause,
creativity, part, totally, may be, balance, stage, exaggeration, performance, even,
more, communication fi kkf.... danuu irra deddeebiidhaan dubbattu.
kan biraa ida'ama qabxii irratti illee story, movement, facial expression, exaggeration, gesture, total (afaan oromoo isaa) biratti barreessa. jabaadhaa kun ka'umsa waan ta;'eef akka irratti hojjettanii fi caala gabbistan abdiin qaba.
Jabaadha team hunduu hojii gaarii agarsiisaa jirtu, Isin Abdii Aartii oromooti
Abbootiin murtii baayyee gaariidha asumaan waan jedha
Miira keessa galaa sirriitti gaafa koomentii kennitan itti jijjiiramaa yoos aartiin kun baayyee guddataa galatoomaa
Maaloo sirriitti itti fufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waan isin (Abbooti seeeraa) dudubbattan oguma keessan waan ta'eef naaf hin galu. Garuu, ijoolleen hundi isaaniiyyuu na bashannansiisu
Jabaadhaa dhugaa❤
Jabadha arti oromoo gudisaa jirtu 😍😍😍😍😍
Nuu Jabaadhaa !!!!!!!!
Guyyaa hojiin bututaa oolee, tasuma isin ilaaluu jalqabe. Waan abbootiin seeraa kaasan kana hin beeku, ani garuu hundisaanii na gammachiisaa turani. The last one is on the next level.
Jabaadha❤❤❤❤
My Home
Home of Talent and creativity
Dhugaa waan baay'ee gaariidha jabaadha
Hojii ajaa'ibaati! Jabaadhaa, jaalannee jirra!!
Perfect ❤️❤️❤️
Wow baayyeen isiinitti gamadee
Kuni hojii Seexanaati abboo
🥰🥰🥰👌👌👌👌👌
Baayye namatti tola nutille abdi guddan qabna❤❤❤❤
Jabaadhaa ❤🙏
🔥🔥🔥🔥
Jabaadhaa❤
WOOW IJOOLLEE KEENYA🥰
Ani bayyeen feel godhe😘😘😅
Hojii baayyee jajjabeefamuu qabuudha 😮
leeeenchoooo
confidence hin qaban warri seera qabxii walfakkaataa kennu haasaa walfakkaataa haasa'u
Waan aja'ibaatti
Nam Jabaa
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤🎉
Tokkoffaadha❤❤
😂😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😂😂😂😂
💪💪❤️💚❤️
Wow hama iyyi artin oromoo haa. Guddati😂😂
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂kolfan du'e foon harree sanarratti
Ijolee malif Hama kana ifatuu mee waqa baay'ee nama arsituuu Mal jechudhaa
😂😂😂😂😂soretiin fon haree nyateemo
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
My Home
Home of Talent and creativity
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤