Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Wayii waaqoo you are so special person❤❤❤
Ani dhugaa Rabbii Waaqoon nama beekamaa fi cimaa dha hooti akkamitti ijoollee wajjin gad-deebi'ee wal-lola jedheen isatti aaraan ture. waan hajaa'ibaati.
Really i like it lencos comment
Mucaa Waaqoo oh my god dandeeyti rabbiin siif kennee dhugaa❤
Wow Waaqoon har'a maalta'ee jedhee baa'ee cinqamaan ture,Praankii gaarii,galatoomii Waaqoo
Waqoo Wow Aja'ibaa Dhugaa Pirankii Adda Jabaadha hojii kessaan hojii addati
❤❤❤❤❤❤
Wow maloo bayyeen rifadheen ture Ani dhugaa nu jabadhaa ❤❤❤❤❤❤
Woooow ijjollee oromookoo nuuf jabbadhaa.
wow ani duraa baayyee areenituuree abbani murtii jechaa akkasi hin fayyadamuu jedhenni garuu baayyeedhumaani praankii ta'ee ani illee. woooooooooooooooooooooooow 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ani akka pirankii ta'ee durumman baree dhugaa😂😂
Waaqoo❤ really really l love you .nuuf jiraadhu nama guddaa keenya (jechaan dhabeem dhugaa)
Pirankii Ajayiibadhaa dhuga nan boyee dhuga rabii dura osso hin bekiin dhuga rabii😅😅😅❤❤❤❤
dhugaa baay'ee na aja'ibee jabaadhaa❤❤
Garuu utuun hanga dhumaatti hin ilaalee ta'ee Waaqoo qofa utuu hin taanee Maqaasaa iyyuu gurraaf dhaga'uu hin barbaaduun turee. Yeroo Magarsaan boo'e anis boo'era. Garaa na nyaatees. Hafteefi Leencoo namootan baay'ee isin dinqisiifadhu dhugaa isaa dubbachuuf. Gulantaa qabxii ittiin laatan jaaladhus garuu irraa deebi'amee ilaalamuufi qaba tureen yaada koodha.Yaadoota leencoo kaasee keessaYeroo bilbila sana xumuree miira biraan eega turee Manguddoo (Tilahun) irraa, garuu dogoggora godheera bakka sanatti, Magarsaan matan isaa Abbaa isaa Miidhamee bilbila giphii kawwate achitti miira biraan eegan turee, sunis.....Waaqoo si dinqisiifadheera Abbootii murtii qofa utuu hin taane ummatas akkas gochuu keetii. Asuman Dibaabee Hir-Koo wal arginaUtuu hin baratin yaada ammaan kan kennee gaafa baradhee Abbaa Murtii hin ta'u ree yaa firaa?Galatooma akkam akkan sin jaaladhu ❤🙏
❤😂😂😂
❤❤
Dhugaa waqaayoo aniisi akkaasi ture inumaa nufi godhee waqoni 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
itti fufi....😂
Midiya Ani biyya faranji ykn polandi jiradhe Dawwadhu kana qofa jabadha🎉🎉🎉❤ bum bum isin jaladha❤
Kaa biroo hoo?
Wowowowowo wan aja'ibaatii
Anii bayyeen rifaadhee dhugaa omg 😲 ❤❤Wawwoo jajjabootaa koo❤
Artii oromo akka guddatuu ammanera galattoma 🙏❤️🙏👏👏👏
Ani dhugaa taanaan diraamaa hirkoo mitii, waan hirkoon keessatti haasa'e ilaaluu mitii nama na biratti kana booda bane akka diinaattan ilaala jedheen ture.Tariimmoo acting itti agarsiisee, tarii seenaa isa xuqu haasaa'ee, yoon dhugaa tahe maal jedheen itti araarama?Anaaf sammuu koo!Jaalladheera! Yaada abbootii murteedhaaf:Jabaadhaa hojii gaariitti jirtu. Isin nama guddoodha!Ammallee waan gaarii isinirraa eegna!Yaada xiqqooshee:-Akka Ameerikaan Taalent shoowuu tahaa!Figdaaniima neegativa keessa cibillix hinjedhinaa!
Waw❤❤❤❤❤❤❤❤
Dansaadha. Continue more jajjabaadha🎉
Murteesitoota sadanu maal isiniif godhuu danda'a waaqni isin wajjiin haa jiraatu❤❤❤❤❤
Dhugaa yeroo isin iddoo dheekamsa waaqoo qofa gadhiiftan jecha waaqon jedhu san dhaga'uu jibben yeroo meeqa scroll godhee darbaan ture Silaa hojii waaqoo baayyeen jibban ture wwwww amazing 😍😍😍😍😍
Baayyeen aaree ture 😍Wow✌
I really loved it!
Bay,ee gallattommii hundaa isa nuf agarsissuu ketif ta,uus jabadhuu❤❤❤❤❤❤
jabaadhaa! kana malee waan jedhu hin qabu
Wowow wan baay'ee namatii toludhaa dhugaa I love you
Amazed . Jalaadheera dhugaa jabaadha ❤
Hedduu rifadhen ture Garu the amazing character ❤❤❤
Woww waqoo😊 mucaan isa abbaa gofare waaqo bira ta'e irraa naqabe😢❤
Wayoo waqaa hojii kee dhugaa bayee diqisifadhee ❤❤❤dhugaa duraa bay'ee rifadhe turee😁😁😁😁
Wawwoo ❤❤❤❤
Baay'ee na ajaa'ibe, miiraan keessa taa'ee dhaggeeffachaa turee fi dhumarrattimmoo piraank tahee argame; dhugaa dubbachuuf Waaqoon nama addaa Aartiin Oromoo irratti wal haguugeedha. Galatoomi Waaqoo waan miira keessa na galchiteef!
Dhugaa dubbachuuf ani umnakoon oliin osoon waaqoo jaalladhuun jibbeen oole pirank isammoo ajaayibsiifadhee dhiisun dadhabe❤❤❤
Dhugaadha waaqo maalumaa si godhuu???You're king of acting and actors 😮😮😮Maal siinan jedha jechaan dhabeem
Ajaa'iba addaati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ergaan waaqo argee harumaan jibee olee bagaan dafee hin mufaatin ❤❤❤
Ittii bassii mikicha ❤❤❤❤
Bakkaa waaqoni jiruu kolafumaa galaatomii dhugaa sii jallaanaa❤❤❤❤
Waan addaa!!!
Wow ❤❤❤❤
Ijolee oromoo jajabesaa hojii garii hojachaa jirtuu jabadhaa
Wayyooooooo waqo malumaa sii godhuu si'iin
Bo'ee. Kolfee dhugaa Waaqayyoo waqoo hojii kee baredaa
Dhugaa baayyee baayyeen Frank ta'ee.😂😂😂❤❤
Waaqoo dhugaa baay'ee namatti tola jabaadhaa
Wow waan ajaa'iiba ❤
Imiman naa qabee. hojii kee dhugumaa balchaa safoo😂😂😂😂😂❤❤❤
Dhugaa rabbii sirrittii na argataniWaqqon yeroo dhekkamu akkummaa Nama achii jiruti nahee beqa uuuuuuu park ajayibadha garuu baye na nasiftani 😇😇😂😂
Waaqoo dhugaa Waaqayyoo ati nama addaati, jiraadhu
Ati nama mitti
O my God 👏👏👏👏👏
Ajaa'iba !!
Baayyeeman jaalladhe ani nuuf jiraadhaa❤
Amazing! Durattti ijoolleedhuma waaqoo hanga kana aarsan arguufan jarjaraa tureBtw ijoollee abbaa lataa acting academy ajaahibsiifadheera Naamusa qabeeyyiidha.Osoo bakka biraa tahee haga kana namni tahee ilaalu waan juru hin sehu Waaqoo ka'aanii dabaddabu😂
EebbifaamaErgaa guddadha
Wayyoo laalaamee qoosaa Waaqoo kana
Wow pirank aja'ibaati .baga dhugaa hin tahin.
Wow waqoo jabaa namaa
WOW geat
Dhugaa waqaayyoo garaa nama nyataa😢😢 mucuchii❤
@AbdiDibaba argeraa Baay'ee namtii tolaa 🥰
Dhugaa drama hirkoo hin ilaalu jedhee murteesse garuu prank ta'e baay'ee rifadhee ture😅😅😅❤❤❤
Wooow baayyee bareeda
Dhugaa kabajaatu isiniif mala🤝
Wow dhugaadha shakkeen ture!
Wow 🤩🤩
Ani immo lalee osoo hin xumurini bayye hare waqoo amala akka qaba jedhe yade bayee namti tola jabadha ❤❤❤❤❤❤😅
Wow baay'ee waan ajaa'ibaati
Waaqo❤❤❤❤
Dhugaa dubbachuuf yaaduun iyyuu baayyee natti ulfata waaqoo ojii kee nyaadhu😂😂😂😂❤❤❤❤❤
bayee nama tolaa jabadhaa
Wooow dhugaa baay'ee namatti tola duruma shakkeen ture..kun osoo prank ta'uu baate baay'ee waaqootti nama baay'eetu mufata jedheen yaada😂😂😂😂❤❤❤❤❤Galatoomaa nu bohaarsitani❤❤
Waaqo abo ati nama addaati
Ajayibaa ❤❤❤
Don’t give up
Dura areen tureGaruu dhumarra jaalladheera❤
woow baayyee itt bohaare dhugaa
Woow waaqa ati nama addaati
Wawo wawo 😂😂bayee barddaa birank ajabatii❤❤❤❤❤❤❤❤
Just Wow!!!
Dhugaa waan addaati
What a show😅😅😅😢❤
Ilaaleera.! Garuu kaayyoo sana gooteef utuu yaada guduunfaa kennitee irra gatii qabaata. warri hubatu ni hubata kan hin hubannees jira. Ulfaadhaa.!
Kun miira Abboota murtii fi kan namoota kaanii hubachuu barbaadee prank godhe
Pirank akkaaa ta, ee hin baaree waayooo hooji kee nyaadhuu😢😢😢😢😢😮😮😮😮😊😊
wwowoowo naaaaaaaaaaaaa tamchee dhugaaa pirnkichi
Dhugumaa prank nuu gootee dhugaa waaqayyoo 😁😁😁😁😁😁
Waqofii maggaarsaa ummaa rajjii gotaa wayyii pirnkii waqonii akkaa akkasii hin gonnee naniin ammanaa😂😂😂❤❤❤❤
Wayyoo Leencattiikoo Habtuukoo............
OMG 😂😂😳😂😂😳😂 hojii keessan nyaadhaa dhugaa baay'ee aareen ture waaqootti!hojii ajaaibaati!addatti leencoon feeliingiin isaa na kolfisiise.hunda keenyatu prank ta'e! Jabaadhaa maaloo!
Ulfadha amazing
Ani aarii guddaan waaqootti aaree ture gudiidha dhumarra garuu anumaan prank gootan fayyaa ta'aa🥰🤣🤣🤣
😂😂😂😂 wayoo waqoo ❤❤😂😂
Woww❤❤❤
Aniiyyuu Akka Dansatti prankii Ta'ee😂👏👏👏
Anaan baay'ee garaa naa nyaate fanaan bohee dhugaa seheen😢😢😢
Bayyee garidha ❤❤❤😂😂😂
Nan fajaje dhugaa waaqayyoo Ajab😂😂❤❤❤
Waaqoo, Waaqatu si baase! Si jibbeen oole.
Waqoo Dhugaa nama jabbadha
Akkasi kunoo!❤
Bagumaa phirak ta ee bayee riifadhaa turee waqii😂❤
Wayii waaqoo you are so special person❤❤❤
Ani dhugaa Rabbii Waaqoon nama beekamaa fi cimaa dha hooti akkamitti ijoollee wajjin gad-deebi'ee wal-lola jedheen isatti aaraan ture. waan hajaa'ibaati.
Really i like it lencos comment
Mucaa Waaqoo oh my god dandeeyti rabbiin siif kennee dhugaa❤
Wow Waaqoon har'a maalta'ee jedhee baa'ee cinqamaan ture,Praankii gaarii,galatoomii Waaqoo
Waqoo Wow Aja'ibaa Dhugaa Pirankii Adda Jabaadha hojii kessaan hojii addati
❤❤❤❤❤❤
Wow maloo bayyeen rifadheen ture Ani dhugaa nu jabadhaa ❤❤❤❤❤❤
Woooow ijjollee oromookoo nuuf jabbadhaa.
wow ani duraa baayyee areenituuree abbani murtii jechaa akkasi hin fayyadamuu jedhenni garuu baayyeedhumaani praankii ta'ee ani illee. woooooooooooooooooooooooow 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ani akka pirankii ta'ee durumman baree dhugaa😂😂
Waaqoo❤ really really l love you .nuuf jiraadhu nama guddaa keenya (jechaan dhabeem dhugaa)
Pirankii Ajayiibadhaa dhuga nan boyee dhuga rabii dura osso hin bekiin dhuga rabii😅😅😅❤❤❤❤
dhugaa baay'ee na aja'ibee jabaadhaa❤❤
Garuu utuun hanga dhumaatti hin ilaalee ta'ee Waaqoo qofa utuu hin taanee Maqaasaa iyyuu gurraaf dhaga'uu hin barbaaduun turee.
Yeroo Magarsaan boo'e anis boo'era. Garaa na nyaatees.
Hafteefi Leencoo namootan baay'ee isin dinqisiifadhu dhugaa isaa dubbachuuf.
Gulantaa qabxii ittiin laatan jaaladhus garuu irraa deebi'amee ilaalamuufi qaba tureen yaada koodha.
Yaadoota leencoo kaasee keessa
Yeroo bilbila sana xumuree miira biraan eega turee Manguddoo (Tilahun) irraa, garuu dogoggora godheera bakka sanatti,
Magarsaan matan isaa Abbaa isaa Miidhamee bilbila giphii kawwate achitti miira biraan eegan turee, sunis.....
Waaqoo si dinqisiifadheera Abbootii murtii qofa utuu hin taane ummatas akkas gochuu keetii. Asuman Dibaabee Hir-Koo wal argina
Utuu hin baratin yaada ammaan kan kennee gaafa baradhee Abbaa Murtii hin ta'u ree yaa firaa?
Galatooma akkam akkan sin jaaladhu ❤🙏
❤😂😂😂
❤❤
Dhugaa waqaayoo aniisi akkaasi ture inumaa nufi godhee waqoni 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
itti fufi....😂
Midiya Ani biyya faranji ykn polandi jiradhe Dawwadhu kana qofa jabadha🎉🎉🎉❤ bum bum isin jaladha❤
Kaa biroo hoo?
Wowowowowo wan aja'ibaatii
Anii bayyeen rifaadhee dhugaa omg 😲 ❤❤
Wawwoo jajjabootaa koo❤
Artii oromo akka guddatuu ammanera galattoma 🙏❤️🙏👏👏👏
Ani dhugaa taanaan diraamaa hirkoo mitii, waan hirkoon keessatti haasa'e ilaaluu mitii nama na biratti kana booda bane akka diinaattan ilaala jedheen ture.
Tariimmoo acting itti agarsiisee, tarii seenaa isa xuqu haasaa'ee, yoon dhugaa tahe maal jedheen itti araarama?
Anaaf sammuu koo!
Jaalladheera!
Yaada abbootii murteedhaaf:
Jabaadhaa hojii gaariitti jirtu. Isin nama guddoodha!Ammallee waan gaarii isinirraa eegna!
Yaada xiqqooshee:-
Akka Ameerikaan Taalent shoowuu tahaa!
Figdaaniima neegativa keessa cibillix hinjedhinaa!
Waw❤❤❤❤❤❤❤❤
Dansaadha. Continue more jajjabaadha🎉
Murteesitoota sadanu maal isiniif godhuu danda'a waaqni isin wajjiin haa jiraatu❤❤❤❤❤
Dhugaa yeroo isin iddoo dheekamsa waaqoo qofa gadhiiftan jecha waaqon jedhu san dhaga'uu jibben yeroo meeqa scroll godhee darbaan ture Silaa hojii waaqoo baayyeen jibban ture wwwww amazing 😍😍😍😍😍
Baayyeen aaree ture 😍
Wow✌
I really loved it!
Bay,ee gallattommii hundaa isa nuf agarsissuu ketif ta,uus jabadhuu❤❤❤❤❤❤
jabaadhaa! kana malee waan jedhu hin qabu
Wowow wan baay'ee namatii toludhaa dhugaa I love you
Amazed . Jalaadheera dhugaa jabaadha ❤
Hedduu rifadhen ture Garu the amazing character ❤❤❤
Woww waqoo😊 mucaan isa abbaa gofare waaqo bira ta'e irraa naqabe😢❤
Wayoo waqaa hojii kee dhugaa bayee diqisifadhee ❤❤❤dhugaa duraa bay'ee rifadhe turee😁😁😁😁
Wawwoo ❤❤❤❤
Baay'ee na ajaa'ibe, miiraan keessa taa'ee dhaggeeffachaa turee fi dhumarrattimmoo piraank tahee argame; dhugaa dubbachuuf Waaqoon nama addaa Aartiin Oromoo irratti wal haguugeedha.
Galatoomi Waaqoo waan miira keessa na galchiteef!
Dhugaa dubbachuuf ani umnakoon oliin osoon waaqoo jaalladhuun jibbeen oole pirank isammoo ajaayibsiifadhee dhiisun dadhabe❤❤❤
Dhugaadha waaqo maalumaa si godhuu???
You're king of acting and actors 😮😮😮
Maal siinan jedha jechaan dhabeem
Ajaa'iba addaati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ergaan waaqo argee harumaan jibee olee bagaan dafee hin mufaatin ❤❤❤
Ittii bassii mikicha ❤❤❤❤
Bakkaa waaqoni jiruu kolafumaa galaatomii dhugaa sii jallaanaa❤❤❤❤
Waan addaa!!!
Wow ❤❤❤❤
Ijolee oromoo jajabesaa hojii garii hojachaa jirtuu jabadhaa
Wayyooooooo waqo malumaa sii godhuu si'iin
Bo'ee. Kolfee dhugaa Waaqayyoo waqoo hojii kee baredaa
Dhugaa baayyee baayyeen Frank ta'ee.😂😂😂❤❤
Waaqoo dhugaa baay'ee namatti tola jabaadhaa
Wow waan ajaa'iiba ❤
Imiman naa qabee. hojii kee dhugumaa balchaa safoo😂😂😂😂😂❤❤❤
Dhugaa rabbii sirrittii na argatani
Waqqon yeroo dhekkamu akkummaa Nama achii jiruti nahee beqa uuuuuuu park ajayibadha garuu baye na nasiftani 😇😇😂😂
Waaqoo dhugaa Waaqayyoo ati nama addaati, jiraadhu
Ati nama mitti
O my God 👏👏👏👏👏
Ajaa'iba !!
Baayyeeman jaalladhe ani nuuf jiraadhaa❤
Amazing!
Durattti ijoolleedhuma waaqoo hanga kana aarsan arguufan jarjaraa ture
Btw ijoollee abbaa lataa acting academy ajaahibsiifadheera
Naamusa qabeeyyiidha.
Osoo bakka biraa tahee haga kana namni tahee ilaalu waan juru hin sehu
Waaqoo ka'aanii dabaddabu😂
Eebbifaama
Ergaa guddadha
Wayyoo laalaamee qoosaa Waaqoo kana
Wow pirank aja'ibaati .baga dhugaa hin tahin.
Wow waqoo jabaa namaa
WOW geat
Dhugaa waqaayyoo garaa nama nyataa😢😢 mucuchii❤
@AbdiDibaba argeraa Baay'ee namtii tolaa 🥰
Dhugaa drama hirkoo hin ilaalu jedhee murteesse garuu prank ta'e baay'ee rifadhee ture😅😅😅❤❤❤
Wooow baayyee bareeda
Dhugaa kabajaatu isiniif mala🤝
Wow dhugaadha shakkeen ture!
Wow 🤩🤩
Ani immo lalee osoo hin xumurini bayye hare waqoo amala akka qaba jedhe yade bayee namti tola jabadha ❤❤❤❤❤❤😅
Wow baay'ee waan ajaa'ibaati
❤❤❤❤❤❤
Waaqo❤❤❤❤
Dhugaa dubbachuuf yaaduun iyyuu baayyee natti ulfata waaqoo ojii kee nyaadhu😂😂😂😂❤❤❤❤❤
bayee nama tolaa jabadhaa
Wooow dhugaa baay'ee namatti tola duruma shakkeen ture..kun osoo prank ta'uu baate baay'ee waaqootti nama baay'eetu mufata jedheen yaada😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Galatoomaa nu bohaarsitani❤❤
Waaqo abo ati nama addaati
Ajayibaa ❤❤❤
Don’t give up
Dura areen ture
Garuu dhumarra jaalladheera❤
woow baayyee itt bohaare dhugaa
Woow waaqa ati nama addaati
Wawo wawo 😂😂bayee barddaa birank ajabatii❤❤❤❤❤❤❤❤
Just Wow!!!
Dhugaa waan addaati
What a show😅😅😅😢❤
Ilaaleera.!
Garuu kaayyoo sana gooteef utuu yaada guduunfaa kennitee irra gatii qabaata. warri hubatu ni hubata kan hin hubannees jira.
Ulfaadhaa.!