Ulfa baasuu

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 8 фев 2025
  • Dhiibbaa Ulfa baasuun Fiduufi haala qabatamaa biyya keenya keessa jiru

Комментарии •

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 2 года назад +6

    Ulfa basuu fi sagagaluu irraa isin haa baraaru.
    Dr.galatoomi.

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls #SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka_Orokooo wal haa gargaarru!#

    • @Yesuskaraadhadhugaadhas
      @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад

      Ameeen 🤲😭🙇🤷

  • @faniyanasir3944
    @faniyanasir3944 2 года назад +1

    Baaga naagan nuuf dhuftan dr keenya gorsaa garridha galatooma

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 года назад +3

    Baga nagan dhufta Dr kanaa umuriin kaa hadhartu galatoomi 🙏

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @mdomar9645
    @mdomar9645 2 года назад +1

    Bagaa nagadhan dhuftee yaa dr Kenya qali

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад +6

    Yesuus ☝️ koo hundinuu ulffina keetin naf haa ta'u salphina narraa ' nurraa qabi 🤷🙇🤲😢

  • @GeexineshHaile
    @GeexineshHaile Месяц назад

    Dr dubatin tokko ega ulfa baaste ji,a meeqati marsa lagu argu dandeessi gaaffii

  • @Firo-z8m
    @Firo-z8m Год назад

    Dr Nafyad Atti ulfaa bastee
    Hin betaa

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 2 года назад +4

    Dr kenyaa Dubai dhuftee uttuu siin hin argiin debitee mittii 😌
    Nuuf jiradhu
    Uttumaa gudifatanii wayyaa lubuu ajeesuraa akkaa kotii dhugaa waaqaayyoo

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @Yesuskaraadhadhugaadhas
      @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад

      Masii koo dhugaa keeti 💞💗

  • @FenanKasem
    @FenanKasem Год назад +1

    Egasi boda Mal fudhachu qabna qoricha uffata micun ni baha galatom dr

  • @zamzam-ze9lb
    @zamzam-ze9lb 2 года назад +2

    Gallaatomaa jabaadhaa raabbiii isni haa gargaruuu waan baay'ee isnii baranee❤️💚❤️💯💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @RamiSabbe
    @RamiSabbe Год назад

    Dr.akkami naga keti gafin si gafadha jedhe kara ke dhufe ani ama ergi erume waga gaha jira hama hara ulfahu hin dadenye

  • @sofiya9885
    @sofiya9885 Год назад +2

    Please dr.. gafi koo naa debisi sii dawale sii argachu dandene jarsafi jartin woli fudhani ilmo takka malle hin qabdu garuu taa iraa baha ji.a 6ykn4ykn7 gaha ira baha garu mani yalla jarsa ketifi sii dhigni woli dide jedhame qorsa fudhadhu jedhanin mee kanarati qorsi isin fudhatu hagami fayada akasuma yero ulfayu barbafe hunda qorsi kenamufi qabata moo kama jelqaba fudhate taa please 🙏 please 🙏 naa debisi

    • @obsetube-n2q
      @obsetube-n2q Год назад

      lakofasaa isaa na eragii mee nani barabdaa gafin qabaa my. Sister kan Dr. Na eragii ❤❤❤❤

  • @redwanabdunasir2256
    @redwanabdunasir2256 2 года назад +2

    Hi Dr! Gaafiin siif qaba innis miidhaa dubartiin liilme waggaa 3f ulfa ittisu kayyachuun qabu maali? Galatoomi Dr.

  • @MakiMed-m3y
    @MakiMed-m3y 6 месяцев назад

    Dr bagaa nagaan dhuftee

  • @tarreemedia
    @tarreemedia 2 года назад +6

    Thanks dock! It's amazing announcement for our society!

    • @lemutube9058
      @lemutube9058 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      @@lemutube9058 pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @shougali5623
      @shougali5623 Год назад

      Anii da imma ji.aa 10 qabaa harmaa otoo hasisuu baraa demee garuu otoo homaa fayyadami abba mana koo wajjiin bulaa ture amma torbee lamaa tii homa qabu dudii natii dhufuu waani akka anani yeroo tokka tokko argaa ulfi yoo marmarame guyyaa meeqatii amma candaa jiraa naa gargaraa mee dokotorii dhifamaa

  • @AbabaAboma
    @AbabaAboma 3 месяца назад

    Baay'ee baay'een isiin galateefaadham dhugaa rabbii

  • @FardoussaFardoussa-d5f
    @FardoussaFardoussa-d5f 2 месяца назад

    Plz Lakkosa kee naaf barresi mee keessan sii dubbisun Barbara 👍

  • @Bonto-c5k
    @Bonto-c5k Год назад

    Dr,yeroo bay'ee barumsa gahaa sirraa argadhaa jabadhu gaffikanaa naaf debisi Marsaan laguu yo malta'ehoo yerosa malee dafe dafe dhufaa?

  • @RahmaR-r3m
    @RahmaR-r3m Год назад +1

    Dawwan ulfaa basuu maalii??

  • @zeyitunatuna2755
    @zeyitunatuna2755 Год назад

    Akkam jiratu Dr gaafiin qaba please naaf deebisa 🙏 gaafiin kiyya ani erga ilmo argadhe baati 5n ilmaa koo gara baqaqsani yaalutiin argadhe ammas mana yaalaa dhaqe Yoon laalamu ilmo baati 2 garaa qabada Naan jedhan Ani baasu fedhe mani yaalaa na dhowe Dr Yoon dhiise madaa koo irrtti miidhaa hin fidu plc naaf deebisa mee

  • @sandysandy1397
    @sandysandy1397 7 месяцев назад

    Wow bayye galatom ❤ nafiyadi

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 2 года назад +1

    Jabadhuu doctoraa kenaa barumsaa garii nuf dabarsitee galatomii 💯💯💯💝

  • @hamdanalmandoos3978
    @hamdanalmandoos3978 Год назад

    Dr galatomi jecha dhifamaa wajini Ani yero Mara dhala godhacha bayeeeeee yala garu naf milkau na baha

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 2 года назад

    Dhugaa ketii Dr Kenaa Nufii jiradhuu

  • @beeyti8804
    @beeyti8804 2 года назад +2

    Doctor gaffin kiyya xuurrin laagu yeero daabarsa ykn guyya Duran itti dhuufu saani haanaqisa naamati dhuufu rakkon iss maali gaalatomi

  • @beliabelia
    @beliabelia 5 месяцев назад

    Wel come doctor gorsaa gaarii nuuf kenitanii❤❤❤

  • @aminakader5745
    @aminakader5745 2 года назад +1

    DR bagaa nagaan dhufte

  • @halima1294
    @halima1294 2 года назад +1

    Gaaltomii Dr kenyaa 👍👍👍

  • @yohanisfekede605
    @yohanisfekede605 2 года назад

    galatoomi Dr
    Barnoonni ati hawwaasa keenyaaf kennaa jirtuu kan baayye barbaachisaa ta'eedha. asumaan garuu kan jechuu barbaadu yeroo tokko tokkommoo barnoota clinical ta'e kan barattoota keenya university jiran fayyadus kanneen akka S/S, Mx, Tx utuu itti nuuf dabaltee baayyee nu fayyada jedheen yaada.

  • @zeynabadadacha9381
    @zeynabadadacha9381 Год назад

    Thank you Dr bay,ee si jalanaa

  • @AbdulahiMusxafaa
    @AbdulahiMusxafaa 7 месяцев назад +1

    Dr shakni yoo kininii nyatan maa rakko qabbaa naa debisii mee osso hin yalamnii

  • @MentalHealthMedia1
    @MentalHealthMedia1 2 года назад +2

    Galatoomi,Dr.Barnoota baay'ee barbaachisaa ta'ee dha!

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @MimmiMimmi-e2t
    @MimmiMimmi-e2t 6 месяцев назад

    Dr hoggaa tokkoo kessatii yeroo sadii basun midhaa akkamii qabaa

  • @abdesaazeyadi6422
    @abdesaazeyadi6422 2 года назад

    Jaabadhuu doktor kuni barnoota gaarii dha dhalootaa keef geehee olaana hojjata jirta

  • @michuudhugaa622
    @michuudhugaa622 2 года назад

    Wel Come Dr kenaa bagaa Nagayyaan dhuftee

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls #SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka_Orokooo wal haa gargaarru!#

  • @ambarinaga6881
    @ambarinaga6881 2 года назад +2

    galaatomii dr keenyaa barumsa guddadha

    • @qobelamu8580
      @qobelamu8580 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @ikraamtube2
    @ikraamtube2 2 года назад

    Jabadhaau 😍❤️😍😍❤️😍❤️❤️❤️you tube hariya mati nutaha mana keesi dhuftan jirra

  • @Oromiyaamagariitubiyyako
    @Oromiyaamagariitubiyyako 2 года назад +2

    What is the difference between stillbirth and stillborn?

  • @qqqq1250
    @qqqq1250 2 года назад

    Dr dhugaa keeti jetee jabadhuu

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @zerihunfekadu7526
    @zerihunfekadu7526 2 года назад

    Dr 'Gaaffin qaba:biyyaa keenyan alatti, namootni saala jijjirraatan baay'een akka jiran beekama dha, warri dhiraa garaa dubaartitti of jijjiraan ulfaa'u hin danda'uu?

  • @GulumaEshetu
    @GulumaEshetu 4 месяца назад

    Yeroo ulfa dugdaan ciisun midhaa qaba?

  • @DestaTolosa
    @DestaTolosa 5 месяцев назад

    Osoon bahin yoo hafe malgodhu qabnaa d.r

  • @gelanesenbetu8741
    @gelanesenbetu8741 2 года назад

    Dr please gaffii kana naa debisii shayii yoo bayiisanii dhugaan nama qalisaa moo nama furdisaa

  • @fatimahmmm2611
    @fatimahmmm2611 2 года назад

    kaaufiin bahuu maali godan yerroo heduu ulfaa naahimii mee

  • @bayisaregasa9991
    @bayisaregasa9991 2 года назад

    Dr.Galattoomii baay,ee si,i jaalannaa bro,,garuu moo gaafii si,ii gaafadhuun qaba,,lakk kee naf ergii mee????????????

  • @MakuraAbasimal
    @MakuraAbasimal 9 месяцев назад

    Dr adaara nafdebiisi yoo uttuma durbumaanjiraanu baasaniho durbumani inbadaa

  • @kamiltube7
    @kamiltube7 2 года назад +3

    Qoricha akkami fayyadamneti ofirra basna

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @Yesuskaraadhadhugaadhas
      @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад

      Hin baasiin guddisi malee

  • @mesikebechannel2
    @mesikebechannel2 2 года назад

    Galatomi Dr Nayad barumsaa gaari nuuf dabarsite

  • @moneraer7749
    @moneraer7749 2 года назад +1

    Dr biyoota qileensi hoo'u keesati wanti akkasi ni muudata sababii qileensaa tahaa tarii?

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @danaaldana3182
    @danaaldana3182 2 года назад +1

    Thank you dr 👍🥰

  • @SmilingBamboo-wg9yv
    @SmilingBamboo-wg9yv 4 месяца назад

    Qarichi kun biyaa birati ergamu dadama Dr malo

  • @alfiakawo7018
    @alfiakawo7018 2 года назад +1

    DR Galatoomi hedduu 👍👍👍

    • @lemutube9058
      @lemutube9058 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @ZiYooEntertainment
    @ZiYooEntertainment 2 года назад +3

    Kabajamtoota hordoftoota Channel kanaa video kan dursee kan like godhe ana maatii naa godhadhaa Abbaan channel tiis thanks ✌️

    • @qobelamu8580
      @qobelamu8580 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @Bontu-p1r
      @Bontu-p1r 4 месяца назад

      Gudda galatooma Dr goorsaf baruumsa garii nuuf laattef🙏

  • @AbdulhakimHamda
    @AbdulhakimHamda Год назад

    Kaan Laguna gutumaan gututi itti dhufnee yaali ISSA akkami

  • @biree4802
    @biree4802 Год назад

    Dr,Ebifamaa ❤❤❤❤

  • @qen1921
    @qen1921 Год назад

    Doctor.baay.ee.sii.baarbaden.ture.maalif.yoojette.moo
    Mucaan.leenjisa.sirba.sana.bilbilasa.naakenuu.hindaandesa.dubai.irraati.pls

  • @GetiGeti-p6p
    @GetiGeti-p6p Год назад

    Bagaa nagaa dhuftaa

  • @lalootube1736
    @lalootube1736 2 года назад +3

    Jabaa keenyaa jabaadhuu😍❤❤

    • @BedatuTube
      @BedatuTube 2 года назад

      @lALOO TUBE kottu maatii naf ta'i bareedduukoo

    • @lemutube9058
      @lemutube9058 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @BedatuTube
      @BedatuTube 2 года назад +1

      @@lemutube9058 tole atis koottu maati naf ta'i

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @sabakotube7003
      @sabakotube7003 2 года назад

      matii naaf ta'ii gifti koo

  • @ጠጄዩቱብ
    @ጠጄዩቱብ 2 года назад +2

    እናመሰግናለን ጥሩ ትምህርት ነው

    • @lemutube9058
      @lemutube9058 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @qobelamu8580
      @qobelamu8580 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      @@qobelamu8580 pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @fatmaa7773
    @fatmaa7773 2 года назад

    Dr/bilbilaa kee barabadaa yadaraa naafu ergi?

    • @gemechuaman5522
      @gemechuaman5522 2 года назад

      Ulfa Gadameessan alaatiif maaltu nama saaxila Dr.

  • @mahamnedhussein759
    @mahamnedhussein759 2 года назад

    Jabadhu jabaa akka koo

  • @zedjama2432
    @zedjama2432 2 года назад

    Shukuran Dr Nafiyad

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @yaarabbinawakkalami5229
    @yaarabbinawakkalami5229 2 года назад

    Ulfaa basukan keessatti namoni qorichi bichadhi basii jiruu dhisaani jiruu kun amami quliqlile ba'e bode rakko hin fidu ?

  • @AbdiKesim-p2p
    @AbdiKesim-p2p Год назад

    Dr gorsi Kee heddu Gaaridha

  • @tigstgammdi2636
    @tigstgammdi2636 2 года назад +1

    Jabaa kenyaa Dr

    • @ZiYooEntertainment
      @ZiYooEntertainment 2 года назад

      Pp😭😭

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Orokoo wal haa gargaarru!!!!!

  • @kowsarmohammeda5648
    @kowsarmohammeda5648 2 года назад +2

    Dr keenyaa Galtomaa

    • @qobelamu8580
      @qobelamu8580 2 года назад

      ruclips.net/channel/UCsdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A mati naf ta'i

  • @masi9406
    @masi9406 2 года назад

    Plz lakkosa kee naaf barresi mee keessan sii dubbisun barbadee

  • @MatewosUtura
    @MatewosUtura 2 месяца назад

    Nuuf jiraadhu

  • @RamiSabbe
    @RamiSabbe Год назад

    Dr naga kesani gafi isin gafadha jedhe gara keessani dhufe ani erga erume waga dhafi dema jira ama hara hulfu hin dadenye gafi ko nafi debisa ama umuri ko 19 😂😂😂

  • @genogetiso92
    @genogetiso92 2 года назад

    Galatomii Doctor Gorsaa bareeda,

  • @alhmdullha4058
    @alhmdullha4058 2 года назад

    Dr adara LKN kee akamiin argadha gafiin qabaa wa.ee faaya iraa

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @GetiGeti-p6p
    @GetiGeti-p6p Год назад

    Doktor gafin. Qaba Ani erumee gafaan ucaan garti na hafuu koo baruu mana yalaa demeen ordofii jalqabee gafa na ilalani ati mucaa lamataa debitee ulfaa.u irrati inrakaata dhigaa kee keessati sotalayii wan jedhaamutu argaamee kana bodee ulfii yeroo malee siraa bahaa kanf ulfaa lamata debitee ulfa.uf qorichaa fuudhuu nan jedhan qorichii bayyee widii turee fudhachuu in dandenyaa ama mucaa lamafa ulfa.un barbada garu isa mani yalaa qorichaa sana fudhaachu banan lamafa yoo ulfoftee sira baha nan jedhan sana sodaadhe me ati kanarati akaa ogesaa fayaati tokkoti falaa naf ka.i

  • @boontuu2763
    @boontuu2763 Год назад

    Dr maaloo lakkoofsa keessan naa ergaa😢

  • @yaarabbinawakkalami5229
    @yaarabbinawakkalami5229 2 года назад +1

    Yaa rabbi na wakkalimi

  • @DestaTolosa
    @DestaTolosa 8 месяцев назад

    Mala addatin akkamti basuu ulfaa Dc

  • @GebitaBedane-kq4uw
    @GebitaBedane-kq4uw Год назад

    Nagaa jirtaa akkamii

  • @asiyajimmit7893
    @asiyajimmit7893 2 года назад

    Galatoomi Abba cabsa ko nuf jiradhu atii

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад +1

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @shafiisaamuzamil5486
    @shafiisaamuzamil5486 2 года назад +2

    Welcome

    • @ZiYooEntertainment
      @ZiYooEntertainment 2 года назад

      Pp😂

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      @@ZiYooEntertainment pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @MARTIITUBE2
    @MARTIITUBE2 2 года назад +1

    Welcome Dr nafa yadii

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

  • @familylove10138
    @familylove10138 2 года назад +1

    We come dr nafyad kenyaa qalii

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @familylove10138
      @familylove10138 2 года назад +1

      @@IbsituuTube mana kiyaa kotu achit commentii baresii siif debisaa

  • @ZuliiZulii-u7j
    @ZuliiZulii-u7j 7 месяцев назад

    nuuf jiraadhu doctor

  • @selemonkebede4758
    @selemonkebede4758 2 года назад

    Dr. yeroo baay'ee dubartoonni gartuun dhiigasaanii HR negative ykn O- yoo ta'ee kan abbaa manaatin wal hin fakkaanne ulfi ofiif garaatti du'a. Kana akka hin taaneef maaltu godhamuu qaba?

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls #SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka_Orokooo wal haa gargaarru!#

  • @DasiNamomsa
    @DasiNamomsa Год назад

    Dr galatoomaa

  • @BurteLove-u6r
    @BurteLove-u6r 2 месяца назад

    yo opireshini qabate rako fida?

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 2 года назад

    Welcome Dr

  • @saliyaawallaagaa3478
    @saliyaawallaagaa3478 2 года назад

    Dhugaa ketii

  • @hendamuraadmahmud5496
    @hendamuraadmahmud5496 2 года назад

    Haram alhamdulha kan islmaa nu gote waa nu tane nurati harma gote

  • @fatumaadam5686
    @fatumaadam5686 2 года назад

    Thanks

  • @salmayoutube7231
    @salmayoutube7231 2 года назад +1

    Dr koo

  • @nabilali2258
    @nabilali2258 2 года назад +2

    Lakobsa kesan nafa erga

  • @nabilali2258
    @nabilali2258 2 года назад

    Ok galatoma ani akan ulfa tahu barbada

  • @hananumar
    @hananumar 2 года назад

    Halakamini basudanidaya fedhitiyamale furimatanafihim.jalekiyawalini jirachuture garu nadhise fudhee

  • @digodiriba6013
    @digodiriba6013 2 года назад

    Dr ani lakofsa keen dhabe wa,e lagu irrati waa si gafachun barbade turee😢

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад

      pls #SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka_Orokooo wal haa gargaarru

    • @masi9406
      @masi9406 2 года назад

      Lubbuu yoo argaate raate naaf ergii mee lokkofsa isaa pls

  • @bontudejene7198
    @bontudejene7198 2 года назад

    Galatomaa Dr

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 2 года назад

    Galatom doctor ebbifami

  • @ZiineekamalZiineekamal
    @ZiineekamalZiineekamal 6 месяцев назад

  • @alimaalima9548
    @alimaalima9548 9 месяцев назад

    Ulfabaasuubodaa

  • @abdulhakimadem6123
    @abdulhakimadem6123 2 года назад

    Wayee siyphiles infection ira video nuf hojadhu please 🙏

    • @abdulhakimadem6123
      @abdulhakimadem6123 2 года назад

      Yeroo ulfa syphilis infection dhiga ke kessati argame gara ilmo hin darba mo akkami?

  • @Gadisaabdala
    @Gadisaabdala 2 года назад +1

    Welcome💞💚💞Dr

  • @beetlemtaddasa4138
    @beetlemtaddasa4138 2 года назад

    Galatomii Dr kenyaaa

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 года назад +1

      pls SUBSCRIBE naaf godhi qaaliikoo sigaafadhee akkan hin dhabne nan beeka Oroko wal haa gargaarru!!!!!

    • @beetlemtaddasa4138
      @beetlemtaddasa4138 2 года назад

      @@IbsituuTube sii godheera qomo