INOBSA - Jaarraa Goollisaa (Boficial Music) 2022

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 8 фев 2025
  • Nama sila yaadaan gargaaruu fedhu
    Kha fulaa tiyyatti hin rakkanne
    Bira taahee yaaddoon biratti na ijjeefte
    Iixaddhee harkii na hin dhaqqamne
    Sun qaralle inobsa indaddhamne
    An amalle inobsa indaddhabu
    Inuma obsa
    Sirba khana kheessatti akka jiruu namaa kheessatti wannii heddun nama dhibdu, akka herregii garaa namaa hedduun namaa hin guutamne, ammoo obsii waan dansaa dubbaddha.
    GOROFF Media
    The always progressing one...

Комментарии • 48