- Видео 114
- Просмотров 595 917
GOROFF Media
Кения
Добавлен 16 окт 2016
On this channel, we share educational and entertaining videos and vlogs sometimes. You won't regret subscribing and following us. Stay tuned for authentic content coming to you every week.
GOROFF Media
The always progressing one...
GOROFF Media
The always progressing one...
ANSITTIMA | Jaarraa Goollisaa (New Oromo Music) 2024
Sirba khana kheessatti waan hedduu qalbiin tiyya na jaalattu maqaa dhahee waan isii dubbaddhe. Ta ardha qofaanitii gaafa arriin jaarrumaa natti ejjitelle an guddoo jaaladdhu. Waan maacchitan sehaa me caqasaa.
GOROFF Media Production
The always progressing one...
GOROFF Media Production
The always progressing one...
Просмотров: 7 586
Видео
DOKHONKORA | GOROFF Media
Просмотров 41111 месяцев назад
Waan afaan khiyyaa bahe kheessaa tokko ta anin guddoo dhugeeffaddhu, "Anin yo fuloo bahee guutuu fi boolla na malee guutamtu beekhe la wa baraddhe ufiin jedha" jedhee jeccha khana. Akkii waan kanaan baratan ammoo akka wahitti gaman. Yo wahitti gamte ammoo marroon atin dokhonkortu, wa akka irraa gorsitulleen muummee hin qabdu. Fiidiyoo tana kheessalletti waan hedduu haasomnee me caqasaa. Horaa b...
Baafamii An Herregaddhu | Jaarraa Goollisaa 2020
Просмотров 1,3 тыс.Год назад
Sirba “Baafamii An Herregaddhu” jedhu gabaabaa xuunniccha khanalle jidduu sun kheessa, July 30, bara 2020, ardaa qara jirruu godaannee aaressa qubannee duuba kha mihii gamisii lafaan bahe, haga hafuura baafannu dhahe. Jeccha gabaabaa diqqaa. Ammoo Faranjiin "Words of Declaration" jettiinii, wannii namii akkas dubbatu jecchii lamaa sadiilleen waan guddoo. Horaa bulaa deebanaa!
LIFE | GOROFF Media
Просмотров 397Год назад
I tried doing this one episode in English and hope it is not terrible for my first time. Thank you! GOROFF Media Production The always progressing one...
Eent Qolcha? | GOROFF Media 2024
Просмотров 1,1 тыс.Год назад
Yo guyyaa fi halkan wali morkan eent qolcha? Yo bokkaa fi lolaan wali morkan ho? Yo namii jiruu fi kha ganda jiru wali morke ho? Durii jaarsii dureessaa, namaa-sahalle guddaa qaba. Ijoollee isaa kheessaa isiin lama, gurbaa isaa guddaa fi kha sunii maandhaa tokko guddoo wali morkiti jedhan. Ijoolleen tun eegii didiqqootuu akkanuma wali qoxxisaa, waliin morkaa gugurdatte jedhan. Yo ilaada haatu e...
Ya ballanne - Jaarraa Goollisaa | New Oromo Music 2024
Просмотров 5 тыс.Год назад
Daraaraa fedhaa cirreessileen, at immoo tolaan nu fayyiftee Jaalalloo muummee duhaan duuballetti daarii jireennaa nuu ballifte jenneen. GOROFF Media Production 2024
Khurfoo Jilaa | GOROFF Media
Просмотров 2,4 тыс.Год назад
Geerrii mo raaga jettetti wali gaafatti jaallowwan tun lamaan. Fiidiyoo diqqayyoo tana me daawwaddhaa. GOROFF Media Prduction 2023
Boorana Jaaladdhee 3ssoo - Jaarraa Goollisaa | New Oromo Music 2023
Просмотров 46 тыс.Год назад
Sirba “Boorana Jaalaaddhee” jedhu asiin dura tokkeessoo fi lammeessoo midhaassee, isan namii hedduun caqaftan. Duuba sirba sun kha sadeessoo laayyuu midhaasse. Khunin ammoo kha muummeeti. Kha qara daawwattanille galata argaddhaa horaa bulaa deebanaa! Soogidoon Booqee buutee Culkii sooddaa buqqifta Warra garaansaanii culkii Boorana Dirree dubbifta Diirree Waaqatti diriirsee Liiban Waaqatti Wayyo...
FAGOO - Jaarraa Goollisaa (Boficial Music) 2023
Просмотров 19 тыс.Год назад
Kharaan namaa maree maree fagaatullee Garaan namaa nama madaayee jabaatullee Namii jabaalleen jabaa hin qabu jabaan hiyoo Garaan fagoolleen fagoo hin jiru fagoon dhiyoo Sirba khana kheessatti waan akka akkaa dubbaddhe. Namii caqase waan tokkoo lama kheessumatti arga. Itti dhiyaaddha warra kheenna. Horaa bulaa! GOROFF Media Production The always progressing one...
Weedduu Warra Muuyyattee | GOROFF Media
Просмотров 6 тыс.Год назад
Caqasaa meh warra kheenna. Tun ta warrii muuyyattee dhaate. Guyyaa moggaatii Aaddaa Barree, ta August 1
Ma Utaalta | GOROFF Media
Просмотров 766Год назад
MA UTAALTA? Ebelu ma utaalaa malee saatiin ma utaaltii namuu nama gaafataa? Nama qabanille inteessisanii, buna fa danfisaniifii intakhaalanii, saatii ammoo eenti dandayee waadera? Aduu eenti me diqqoo tokko nu eegi aajaa hin obbaafatin ta boritti dabarsuu hin dandeenne qabnaa jecchuun dandaha? Atoo ibsee guddoo akka aduu midhaaffatanii halakanilleen guyyaa jedhanii hojjacchaa bulanilleen guyyaa...
Sadeenuu Hamtuu | GOROFF Media
Просмотров 1,3 тыс.Год назад
1. Namii jannii jannooma isaa suniin wa dabsatee mirgaan gala. Yo eboo hin sodaatu. Yo gunnaa-ganamaa isaa womaaniti. Nama beelaa fi dheebuulle obsu. Kha duha tuffatee akka Hacaaluu Hundeessaa ila kheessa laalee, “Hi, akkam jirta?” jedhuunilleen kanuma. Nama janna cufa laali adaba isaa. Qaawa namii isaan sablisuun cufa hoddhee ufirraa jaaree akkasiin mataa oli qabata. Atoo fuula gumii duratti d...
Dhumasoo | GOROFF Media
Просмотров 735Год назад
Nama ufoo, nama sabdii, nama dharticcha, nama nama tuffatu, kha ammoo waan atin adaba isaa hamaamaa sun irratti gartu hin seene takkaa gartee? Nama akkasiitiin dhumasoo jedhi! Dhumasoo deemtu. Ammoo namii wannii innii baracchuu male tokko akka adaba namaa laalanii hubatan. Sumaa irra jirtii qalbii namaa qori. Yo hubatte, yo namii sun amala gararroo tanatti maqaa dhaddhahe qabaate, yo garii obsi...
Lakkoolee Sagalee Wali Saamtu | GOROFF Media
Просмотров 238Год назад
Lakkoolee Sagalee Wali Saamtu | GOROFF Media
BOORANA-Gosa Balchaa an beekhu | GOROFF Media
Просмотров 984Год назад
BOORANA-Gosa Balchaa an beekhu | GOROFF Media
Nageellee Booranaa on the Radio | GOROFF Media
Просмотров 418Год назад
Nageellee Booranaa on the Radio | GOROFF Media
Emancipation - Balchooma 2022 Movie Trailer
Просмотров 1 тыс.Год назад
Emancipation - Balchooma 2022 Movie Trailer
Aabba Huqqaa Garsee; Waan Bonaa | GOROFF Media
Просмотров 1,1 тыс.Год назад
Aabba Huqqaa Garsee; Waan Bonaa | GOROFF Media
Iyyeessa-Jaarraa Goollisaa (Boficial Music) 2023
Просмотров 8 тыс.2 года назад
Iyyeessa-Jaarraa Goollisaa (Boficial Music) 2023
Fokkuufii Malte- Jaarraa Goollisaa (Boficial Music) 2017
Просмотров 2,5 тыс.2 года назад
Fokkuufii Malte- Jaarraa Goollisaa (Boficial Music) 2017