ForX PODCAST: " Eenyutu Kijiba?"

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 окт 2024
  • ForX PODCAST: " Eenyutu Kijiba?"

Комментарии • 290

  • @Ruqiyamuhammad5467
    @Ruqiyamuhammad5467 2 месяца назад +32

    Anatu like godhe dura namni akka kiyati isan jallatan like godha ❤❤❤❤❤❤❤

    • @ayshaaysha-rn6zf
      @ayshaaysha-rn6zf 2 месяца назад

      𝐃𝐡𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐤𝐢𝐣𝐢𝐛𝐛𝐚😂😂

  • @EeEe-y5h
    @EeEe-y5h 19 дней назад

    Galatooma gaaruu jaalalaa keessati dhiiraatu sobaa walayi 👍👍👍❤️❤️❤️

  • @maadiidaawud8087
    @maadiidaawud8087 2 месяца назад +1

    Ummata qaalii warra ForX jaalatamtoota hedduu isin hordofa ni mi'ooftu.❤

  • @liyyuunaatlane
    @liyyuunaatlane 2 месяца назад +1

    Dubartin hin jalaati garuu achi demtee jenaan baqa hin deituu kun dhugadhaa❤❤

    • @WorkiiGezu
      @WorkiiGezu Месяц назад

      Yes garu amma deemtuti wan hedduu dandessii garu gaafa wantii soba ykn akkasuma laphee ishe caabsu hedduumat garaa ishee kutaate wan deemtufi dubbaati deebii'un ni ulfaata😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Kijiba seerrii ni dhorkaa osoo deemnee kurreejilbaatiif injifannoo hawaasaa ykn Namni wsl miidhaa Argituu /arginuu Dubbattu seeratu dursaa Ustaz Ustaz Jamal Abbasoo/Garaa nama kolfisisaa

  • @NaailiAlwaan
    @NaailiAlwaan 2 месяца назад +1

    Mashaala

  • @Hawwiimohammed
    @Hawwiimohammed 2 месяца назад +2

    Wlh muudaanoo kotii kunii dubartii cimtuu jechuun tan nama issii dhisee deemee kolfitee gaggeessituudhaa❤❤❤❤

    • @sumaya5765
      @sumaya5765 2 месяца назад

      Hawi ati naa tee 😂😂dhuga ketii lubiye ko ❤

  • @Fatiya-yd2ml
    @Fatiya-yd2ml 2 месяца назад +7

    Comment kana like fi sher godhuun birraa biraan gaha yaada sagantaa keessaan kanaaf qaba innis maali yo jettaan Abba Mana fi haadha Mana 3 ykn 4 fiddani sagantaa akka afaan Amaaratin innitawawwaqallen jedhu San afaan oromootin osoo nu dhiheessitani bayyee nama booharsas namoonnis bayyee dawwatu akka yoo isinif tahe like godha ❤❤❤❤❤

  • @SudeysiiAbdalla
    @SudeysiiAbdalla 2 месяца назад +1

    Forx heddeu jaaladha nuu galatoomaa dastu isaaq birra as we wb yaandan qaba qara jaalalarrati ❤ ibsachuf

  • @Hawwiimohammed
    @Hawwiimohammed 2 месяца назад +2

    Sobaa jireenyaa nama balleessuu Kan sobaa dhiiiraaa❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤❤Maatii Sobanii aaraarsuu haqaAbbaa/haadhatii garuu diinaaf lollis ifaa osoo deemnee hayyootaaf kolfa karaa dhufee kijiba tigrai

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 месяца назад

    Ka soban Aduunyaa jigsuu dhiirraa dhaala miskin😢😢😅 dhiirraatuu caala sobaa uuuff

  • @Kaalid_km_hf
    @Kaalid_km_hf 2 месяца назад

    Dubartii malee dhiirti human sobdu walumaa galattuu dhiirti kijiba keessatti dubartii hin geessu garuu....😂😂❤❤❤❤😅

  • @NamooMisba-x5i
    @NamooMisba-x5i 2 месяца назад +2

    Adunyaa fi akkirattu kijiban dhiraa

  • @rahamakadamatuudini5530
    @rahamakadamatuudini5530 2 месяца назад

    dhugaa rabbii dhirotaa sobaa Anii sababaa sobaa dhiraa meqaa bilokii godhee Amaa namanii huduu wanumaa naa sobuu natii fakataa 😢❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤ Eegumsaa iccittii Gzx Nural hudaatv lafaa lafee laftis riqicha as wrwrwb gzx Fast track record of yaadadhaa!!!!!
    Maashaa'Allah jkl note barre

  • @offitaiijiiiradhu
    @offitaiijiiiradhu 2 месяца назад +1

    Lamanuu hin kijibuu shamaraniss dhirinis ❤❤❤❤😂😂

  • @MaammeeKo
    @MaammeeKo 2 месяца назад

    Innaa kijiba isii keessa fakkeessuu isii takkittummaan harma jige xuxmaajaan ol qabdee joolle joollee gootu sunuu namaaf gaha👌

    • @fufuilu1212
      @fufuilu1212 2 месяца назад

      🙄🙄🙄😡😡❌😤🤔

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤❤araraa/dhiifamaa isin jaallaannaa sababa Ijjis waraanaaf qabeenyaa barnootaa wal'ansaa Fayyaa dhageettee beektaa Fox Fox injifannoo Ogeeyyiin

  • @Maliine-93
    @Maliine-93 Месяц назад +1

    Dhugaa dubachudhaa heddu hedu namnii kijiibu dhalla

  • @Maliine-93
    @Maliine-93 Месяц назад +1

    Wly jalalla keessatii namnii dhalla irra sobu hin jiru biira qalii

  • @qabsisha430
    @qabsisha430 2 месяца назад +1

    Welcome dastuu ykn Ashiite gaazixeessitu tana irra ፍቅር naqabe dhugaa waaqa😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    Eegumsaa taa'ee Mootummaan qabeenyaa kanaaf dafaa dhorkaa Osoo murtteesinee❤
    Amantiin ni eegaa Alhamdulillah

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤❤ Beekumsii Eegumsaa Mootiidhaa Kan Gurriis Eegumsaa Qalbii Jaallaattuu Haadha dubartiin Qajeeltuu ijaarsa
    Kan Onneen yaadaa jallaatuu Alhamdulillah Obboleettii
    Kan Qaama jallaatuu Haadha manaa/amantiin Bira geenyee yaarabbii teettuus Eegumsaa nu sochii onnee Gaaddisaa ummataaf Haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb/yooyyaa Bultiinis waraanaaf gurruma/riqicha wawrwbjkl gololchaa imimmaanii taatii

  • @ObsaaAbdi-me3hh
    @ObsaaAbdi-me3hh 15 дней назад

    Akaa Adunyaati kamttu kijibaan bekama Enyu janaan dubariidha malif janaan ho dhugaa iti himan kijibaa seeti tanaafi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤ Eegumsaa iccittii Ogeeyyiin fayyaa Sobni ni jiraa
    Kanaaf Daguun Pro Sammuu Sammuu keessatti yaannis waraanaa qabeenyaa hawaasaa wal'ansaa fayaa sababa wal rukutee wal /miidhee ittii dhufaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤ Eegumsaa wal sobuun gola daguu keessatt qubni qeensii reefs
    Namni wal sobee wal lolaa lolaa!!
    Galatoomii hayyuun/nnii nu yaadachiiftan
    Bulfadhaa ❤❤❤❤ Heerumnii amiiiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin

  • @MaariyaMaxamed-i1d
    @MaariyaMaxamed-i1d 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤ 28:17

  • @sadehsadeh4365
    @sadehsadeh4365 2 месяца назад +2

    Mashaa allhaa ❤❤❤

  • @Abdusse_Tube
    @Abdusse_Tube 2 месяца назад

    Shamarrantuu calaa kijibaa
    Garuu caaltuun hedduu takka
    Bektii gadii fagenyaan dhugaa isaa

  • @BaharAbbas-ut8mk
    @BaharAbbas-ut8mk 2 месяца назад

    Dubartii Dubartii Dhugaa waa'ee khijibaa fi Fakkeessuurratti Dubartii mo numa dhiisuu wayya . Dubartiin oso jaalalaan waliin jirtani arra fuudhaaf gaafannan achumatti jaalala Obbolummaatti jijjiirti.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    Mootummaan dugdaa ni Mooyaa dhibeedha Allahu akbur

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 2 месяца назад

    Wan isin dhuga hn beynef ,dubaartotni ,

  • @UrgessaHussein
    @UrgessaHussein 2 месяца назад

    Miyyo Magalli sun sirri hasaa'u jirti ❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    Mootummaan didiif Bellamaa Bultiinis jeequmsaa Biyyaafa

  • @ZemzemAbdi-x1x
    @ZemzemAbdi-x1x 2 месяца назад +4

    Rabbiin Mekapin Baredaa hin janne

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    Fudhannee jechama
    Kijiba waa hojjachuuf
    Kijibaa waa balleessuf sobaan yaadduurraa Daily opportunity for true democracy love for information as wrwrwb Giifti duree Caaltuu Amaan baga Rabbiin waliin isin gayee gzx Birraa Jamaal gurriis Eegumsaa Dastuu

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 2 месяца назад

    Dhiraatuu baayiinaan kijibaa shaamaraa toko jalaatee jaartii goodhaatee biyaa arabaatii ergee waan isheen hoojetee ergitenimoo dubaartii kaan biraa fudhee egaa qaabenyaasheetiin😢😢😢😢😢

  • @AamedNajjaash
    @AamedNajjaash 2 месяца назад

    Isindawan yoomillee jabadhaa

  • @HayatiiDabalaa
    @HayatiiDabalaa 2 месяца назад +7

    #Welcome baga nagayan dhuftaan bayeen isin jaaladhaa Silan Cairo jiradhe isin wajin hojachuun fedhaa amma dhufun fedhaa na simadhaa😊

  • @farhadafis2547
    @farhadafis2547 2 месяца назад

    Yani kesan bareda garu moo nama isinif murtesu dhabadani male ta,e 😂❤

  • @emanahmed6851
    @emanahmed6851 2 месяца назад

    I love how they edited the video and quality of their video ❤❤

  • @urjisaliso
    @urjisaliso 2 месяца назад

    Dhalatuu kijiibaa wallhi❤❤❤

  • @Muraadahmad-h7e
    @Muraadahmad-h7e 2 месяца назад

    Jaalala keessatti dhiiraatu soba

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    Eegumsaa Rabbiin si haajaallatuu jettaan Caalii As wrwrwb Beekumsii Eegumsaa

  • @Abduljabbaarnormaal
    @Abduljabbaarnormaal 2 месяца назад +1

    Welcome 🙏

  • @WorkiiGezu
    @WorkiiGezu Месяц назад

    Galatoma dhugaati namti tola qoosa taphaani keessani namti tola bumsaaa heddu keessa baratuu. >Jaalala jechuni hedduu ulfaati garu bara kana namumti amanamu hin jiruu ishen dhaalas inni dhiiraas tokkuma sobatu hedduumate biyyaa lafarati akkami akka goonu waalale m furmaata jedhaa💔

  • @Rumana408
    @Rumana408 2 месяца назад

    Dhirà sobaa dhugan 😮

  • @TofiqYusuf-n7f
    @TofiqYusuf-n7f 2 месяца назад

    Safullee tahu waanin gaafa joollee dhaga'e takka akkana ja,an dubartii kijiba gurra guuti muka----------guuti ja,an kanaafu kijibaan dhiira dubartii teenya miskiina WLH😂😂😂😂😂

  • @HananMahmoud-q6w
    @HananMahmoud-q6w 2 месяца назад

    Dubartiinis osuma kijibduu Irra hedduu dhiiraatu kijiba

  • @EYOBa-q8n
    @EYOBa-q8n 2 месяца назад

    Jarri dhiira kun ammayyuu sababa kijibni dafee irratti hin beekkamneef jara shmrni amansiisa jiruum😋😁

  • @Robayassen
    @Robayassen 2 месяца назад

    Deeem jesba rabbiin mekappii dibadha bareeda jaee ufata bana malee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    Sobdee Mooyuu danddeettuu
    Garuu sobdee Arrabsuu danddettaa

  • @NamooMisba-x5i
    @NamooMisba-x5i 2 месяца назад +2

    Isan Kan mana hulla tokko hin qabne mana nama villa agarsisani kun kan abba kiya makkinaa nama Kan radatti dalagaan Kan abba kiyatti naman ja.an namnii isanira kijibu jira ururttu janan nutti maqa isani fi afan isani walalee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤Eegumsaa Bulchiinsa lafaatiin Busaarin basaasa minikiin
    Plan lafaan ergimee Arsii Dida'aafi Roobeen ittisaa amma protectect BiranuuNagga kkkkk

  • @Ziyadoroman
    @Ziyadoroman 2 месяца назад

    Barra malif jartii itrfii hin gonee🎉

  • @خديجةيوسفانور
    @خديجةيوسفانور Месяц назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂ماشاء الله تبارك الله ❤❤namati toltan walahi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nama buharsaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️😍😍😍😍

  • @Salaah20
    @Salaah20 2 месяца назад +1

    Shamaran ni sobaa❤❤❤

  • @sadamteha9623
    @sadamteha9623 2 месяца назад +2

    Tap copy link share godha ijoollee😂😂😂

  • @Makiishow1222
    @Makiishow1222 2 месяца назад +5

    Dhugaa dhiraa irraa kijibaa

  • @AdamSaid-sq7gq
    @AdamSaid-sq7gq 2 месяца назад +1

    Dhalan dhugaa feti

  • @MameKing-vj9tl
    @MameKing-vj9tl 2 месяца назад +1

    Hundii kessaan walqixaa kijibdaan kolkoloo 😅

  • @riyadhassen-my4pf
    @riyadhassen-my4pf 2 месяца назад +1

    Dhiirtii sossoba jaalatti male kijiba hin jaalattuu .dubartiin kijiba malee sossoba hin jaallattuu .

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад

    ❤❤❤❤ Beekumsii Eegumsaa kanumaa Gaaddisaa Alhamdulillah yaadii argii eenyutu kijibaa? Make design plaanirraa jirtii kanaaf daguun buunee

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 2 месяца назад

    Osoon isiin dhaggeeffadhuu yeroo natti dabarsitanii jirta awoo hojji teessan nyaadha 😂😂

  • @muradesultan8455
    @muradesultan8455 2 месяца назад

    hhhhh dhugaa namatti tola jabaadha.

  • @Abdiijima-mf8ir
    @Abdiijima-mf8ir 2 месяца назад +1

    Dubartiitu ira kijiba dhuga rabbii malifi yoo jetan kan ituu ilmo lama mana qabuu durbuman qaba jedhe kan kijiibu enyu promaxi dha jimnijarayu😂😂😂

  • @LammiiSharaf
    @LammiiSharaf 2 месяца назад

    Dhiiratu kijiba

  • @LensaMohammed-e4f
    @LensaMohammed-e4f 2 месяца назад

    Dhiiraa soba

  • @obsaashow2922
    @obsaashow2922 2 месяца назад +4

    Jaalala keessati dhiiraatu
    sobaa

  • @zaitunarak9833
    @zaitunarak9833 2 месяца назад

    Dhiratuu kijibaa❤❤

  • @fooziidaawuuddaawuud3243
    @fooziidaawuuddaawuud3243 2 месяца назад +1

    Dhiira

  • @ayshahayshah4490
    @ayshahayshah4490 2 месяца назад

    Dhira kijiba dhugaa rabbi 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @SandaJamac
    @SandaJamac 2 месяца назад +4

    ❤❤❤❤❤dhugaa ketii dastu fi caltuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰✅️✅️✅️✅️✅️✅️🇧🇫🇧🇫🇧🇫

  • @Jawar11
    @Jawar11 2 месяца назад

    Dubartiin 80/100 dhirtii 30/100

  • @KaremaKaremaa-uv6vo
    @KaremaKaremaa-uv6vo Месяц назад

    ❤❤❤❤❤

  • @Nahimaamohamad
    @Nahimaamohamad 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AhimedOro
    @AhimedOro 13 дней назад

    Kolkollo 😂😂 dhirafii dhallan jalalla kesatii dhirtii hoo dhugaan jalatte waan qabuu itti hin himuu wanii gudaan anii qabuu jalala jetuma dhissa ho anii mana makina qaba isinii jee hin amaniin garru dhallan wani gudaan sobdu 1 anii taka hin herumne 2 surra sanabichatin kate itti ergiti 3 mikapii dibate itti ergiti rakon gudan dhirafi dhalla jedu jiruu gudaan dhiraa dhuga dhalla sobdutu affa baha dhirtiis akasuma 😂😂😂😂😂

  • @Muazboy7704
    @Muazboy7704 2 месяца назад

    Dhiratu kijiba dubartin dhiira kijibdu sobduu,te dhugan onnee kesa isin kayane, option dhala isi malee hedu te qabdu wan jalatuf

  • @AlaamudinMahamad
    @AlaamudinMahamad 2 месяца назад

    As wr wb kansobu shamarrani

  • @MarweeAbdii
    @MarweeAbdii 2 месяца назад

    Wallaay dhiirti buufaadha

  • @FatemaHh-y9i
    @FatemaHh-y9i 2 месяца назад +1

    ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰

  • @Betulaa
    @Betulaa 2 месяца назад

    Dhiraa iraa kijibaa sanuu kijibaa gudaa kan ifa jiruu kijibuu

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 2 месяца назад

    Kiraa maanatuu itti baayaatee jedhaani😂😂😂

  • @ZomayaAhmed
    @ZomayaAhmed 2 месяца назад

    ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @muhaajirsheikhabdisa4496
    @muhaajirsheikhabdisa4496 2 месяца назад

    Bar dubartiin khijibaan
    Nabi yuusuuf hidhee
    Rabbii quraana kheeysatti malli sheeyxaanaa laafaadha khaja e
    Mallii dhalaa jabaadha ja,ee bar
    Mootiin isaan nurraa uumeehu akkas isaaniin ja,e

  • @munalove8571
    @munalove8571 2 месяца назад +2

    Fatihaan maalif cilorocs dhugde jalaaf miti

  • @AlhamudinAbdii
    @AlhamudinAbdii 2 месяца назад

    dhalaa kijibakaa

  • @FuaadSaanii-j4f
    @FuaadSaanii-j4f 2 месяца назад

    Dubartiitu kijibaa

  • @asiyaaloveasiyaa633
    @asiyaaloveasiyaa633 2 месяца назад

    Qophii keessan baredha❤❤❤❤

  • @dachasmusxafa
    @dachasmusxafa 2 месяца назад

    Forx entertainment ❤

  • @NamooMisba-x5i
    @NamooMisba-x5i 2 месяца назад

    Isan Kan mana hulla tokko hin qabne mana nama villa agarsisani kun kan abba kiya makkinaa nama Kan radatti dalagaan Kan abba kiyatti naman ja.an namnii isanira kijibu jira ururttu janan nutti maqa 13:06 13:09 isani fi afan isani walalee

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 2 месяца назад

    Dubartii irraa kijiba dhugaa rabbii 😂

  • @UdbHdb-s2g
    @UdbHdb-s2g 2 месяца назад

    Dhugaa dubachuuf kan sobu bay,ee dhiira

  • @DiineAbraahim
    @DiineAbraahim 2 месяца назад

    Dhaalaa kiijiibaa

  • @RahmaMahamed-k7h
    @RahmaMahamed-k7h 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ibsaamohammad7691
    @ibsaamohammad7691 2 месяца назад +7

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @riyooking9216
    @riyooking9216 2 месяца назад

    sobuun haraami pls sirrittin soba jetti kkkk😂😂😂

  • @KedijaKufa
    @KedijaKufa Месяц назад

    Dubaraatini hin kijibu

  • @AbduKiar-k1q
    @AbduKiar-k1q 2 месяца назад

    Waan shamaran jaalala dhiisanii makiinati amanteef makiina birati suura itti kaane ergina😂😂