nagga faya jirtaa doktor doktor gafii qabaa gafini ko yadaa natii bayisa galgala hini rafuu caluma jedhe yadaa watii jirure wani na dhibisuu hini jiruu jiruu bareda kesa jira garuu na yachisa fumata saa
Dr keenyaa galatoomii garu anii dhiibbii kiintaarootii qaba akkamumaa jeetaan naa dhiigaa turuuree anii immoo mana madamin jiraa arabaa achiin mana yaalaan deemee kireemii naaf keenanii garu ommaa furmaataa naaf hin ta nee 😢😢😢😢😢
Dr naga waqayoo sifin yaa bayaatuu mee dhukubaa dugda naa dhukubaa mana yala demeeni muscle cramps kan naani jedhani mee qayichi isaa malidha?? Naafi immi mee itoo naara jiraa
Dr.Nafyad Jabaa Ofii! umrii dheerraasaa nuuf jiraadhu gorsa fayyaa keenyaaf ta'uu kan kan fakkaatu afaan Oromiffaan barachuun nuuf ayyaantummaadha jabaadhu itti nuuf fufi Dr.🙏
Dr. Dhugummatti mana barumsa osoo deemne manuma keenya teenyee barumsa fayyaa isin irraa barachaa jirra. Kanaaf galata guddatu isiniif Mala. Umrii dheeraa nuuf jiraadhu....
Dr.Nafyad nati dhufee barii
Annaa bayyee na dhitaye jirra hergaa na qabbee waggaa kudhanna garruu manna yalla demee hin bekku
😢😢
Rabbiin sihaa afiyuu
Galatomaa doctor kenyaa 🙏🙏
Maallo docotor annii hergaa na qabbe bayye turee jirraa annii biyyaa arbba jiraa maalan godha bayyen dhiphadhe jirraa
Ullfaadhuuuu Dr ko Jabaadhuu iti nufufii🥰🥰🥰🥰💗
Galatoomi Dr. Nafyad kenyaa bayyee siif jalannaa ❤❤❤
Akkam jirtaa Dr nafi dhebe ijaa daba Akkam fayidadhee umma mitii guyyaa kessa naa jala dabee ijaa ko tokko garuu ama furmataa barbadaa jira Akkam akkaa godhuu nati hi.mi
Dr. Dawa duguudaa fi naannaawa dugudaa Nuf himii
Badhasaa
Gudaa
Qabdaa
Ebifaamii
Abaa
Cabsaa
Keenyaa❤❤❤❤🎉🎉❤ 17:04
Thank you Dr
Moola Dr lakkoosa keesan bareede akkamii argadha
Galatomii Dr kenyaa
Nagenyi sif haa ta'uu docotor akkam jirtuu .gafin qaba ture .kan jiradhu biyya hamabatti garuu lukini koo lachuu garaa jilbatii naha bokoka .mana yala demenina hirian vitamin d male himitu hin jiru jedhu .garuu ana moo bokokatuma jira mali godhu?
Nuf jiradhuu dr kenyaa waggaa 1000
Dr akkamii nagaa keetti maloo qoricha Shimbiroo naa himi
Thankyou Dr.
Galatooma Dr.🙏🙏🙏🙏
Dr namaa jabaa 🎉🎉🎉
Harmee koo baa'yee rakkachaa jiruu dhibee kanaa😢😢 Guddaa galatooma Dr kenyaa
Garatoomaa Dr , anallee baayyee na dhibaa jiraa dhugaadha😢😢😢
Galtoomi Dr Nafii
Nagaani sinf haata'u Dr talbaani dhibee sukarattifi yoo dhuguma qoricha yoo ta'e wan bekatani nufii qoda akkamitti fayyaa damna turtii hamamitti akkaa itti fayadamnu wajiin 🙏
Cogarafi qoricha baso wojin
❤ thanks
Dr qalii Galatomaa ❤❤
Welcome
Galatoomi gudda Dr.Nafyad waan baredadha
Galatomiii anu hin qaba ture mana yala dhaqe of walane amma 😢😢
Subahanalhaa😢😢
Dr. Dhukkubaa kanaa akkamitti sirriitti hubanne beeknaa
Dr kennaa annaa dhufuu
Guddaa Galatoomi Dr 🙏🙏🙏
Translate to English
Dhugaa keeti ani kana hunda argee ture galatoomi Dr❤❤❤
akamitii uf yaluu dandenaa dr
Dr maalo akkamtti dafqa bobaa jalaa hir'isuu ykn ballessuu dandeenya video nuuf hojedhu
❤❤❤❤❤❤
jabaadhu d,r keenya baayee galatomi 5:11
Dr dawa mudhii tifi jilba naf him pls😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dr ebbifami
Dotorii adaraa natii mii wantii harkaa namaa qabuu malii busaa lafekotii dadhabee kesumaa qubaa harkatii ejetaa milakotii
Dr dhukkubni kun bukkeetti bahuu dandaha moo?
Ulfaadhu Dr naraati muldhatee jira manaa yalaa demmun yalaama😭😭
Nuuf jiraadhu Dr
Doktori bayyee galotomaa nutii kan biyyaa ormaa jiruu waa bayee baranee 😂🎉🎉🎉❤❤❤❤
Doctor me lakkoofsa keessan naaf Maxansa obboleessa koo Najalaa dhukkuba Akka isin Biraa dhufee yaalamuu Barbadaa Ani Biyya ormaa jiraa 😭😭
Galatamaa wallahii aii guyyaa sadii agree dhigaa 😢😢😢😢 Yaa rabbii kiyyaa naraa fudhii😢😢😢
Galatomaa dr 😢
Ebifam❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Anatu Qaba Nayaalta Nindhufa Bakka jirtutti?
nagga faya jirtaa doktor
doktor gafii qabaa gafini ko
yadaa natii bayisa galgala hini rafuu caluma jedhe yadaa watii jirure wani na dhibisuu hini jiruu jiruu bareda kesa jira garuu na yachisa fumata saa
Dr wantii akkaa dhitoo sun kintarotidhamo
Dr baye galatomii gafi waga 5 naf debiste ebifami🙏🙏
Dr maaloo 🙏🙏 akkamitti dafqa booba jalaa hir'isuu ykn balleessuu dandeenya video nuuf hojedhu
Wel.come
Dr galaatomii❤❤❤❤
Dr keenyaa galatoomii garu anii dhiibbii kiintaarootii qaba akkamumaa jeetaan naa dhiigaa turuuree anii immoo mana madamin jiraa arabaa achiin mana yaalaan deemee kireemii naaf keenanii garu ommaa furmaataa naaf hin ta nee 😢😢😢😢😢
Dr naga waqayoo sifin yaa bayaatuu mee dhukubaa dugda naa dhukubaa mana yala demeeni muscle cramps kan naani jedhani mee qayichi isaa malidha?? Naafi immi mee itoo naara jiraa
😢😢😢❤❤❤❤ nuuf jiradhu qalli nama
👍❤❤❤
🙏🙏galatoomi
Galatomii Dr
Nyaatni fayiberii guddaa qaban eenyu fa,i ?nuuf tareesaa mee
😢😢😢❤❤❤
We'll come Dtr❤
Dr dhuga mana ficani irraa satti lama fa irraa ta😂
Dhugaa keetii
Ma hasawaa bayiftaa qorichaa himudha
Galatomii dr nuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kamilaa nagayaa
❤❤❤
Narratti dhitahee inni Suni dhoohe bifaa malaatin baati 4f narra yaa,a turee Ammas ittii fufaa jiraa maalumaa mee naaf himuu daandeechuu Dr.??malaan kunis fooli qabaa.
❤Udee hin jedhamuu ????
❤❤
Bro dhukkuboota hidhii nama addeessu
Yaanii kee heduu takka naf tee galatimii umrii naf dheradhuu
❤❤❤❤❤❤❤😢
😭😭
Dr mee naa dhukkuba Mata mal🤕
Hedduu gltm
Daawwataa Kee jalqabaa video kanaa
IBS irrattii nuu hojjedhu
11111111❤
Egee irratti dhiita'uun qofti kintaroori ta'uu ni danda'aa yoo maalatoo bira qabatiib
𝐃𝐫 𝐥𝐨𝐤𝐤𝐨𝐟𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧
Thank you Dr
Galatomii Dr
❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤