Isasin arra saayinsin reefuu qorattani bira keessan nabin Kenya Muhammad saw wagaa 1444 dura nugoorsani alhamdulillaa garuu yaadakeef galatomi sijaallanna
Dr galatomi gaafin qaba ani ergin marfe isaa ulfaa dhorku kan irree kan waggaa 3 galfadhe ture ergii yeroo isaa fixee waggaa 3 ta'ee waluma galati waggaa 6 na keessaa ta'ee kanaf amma dhukubii ji'as nati hin dhufuu mana akimi demufimoo nan sodadhe ani biyya alan jira amma yon madamii koti hime na shakitii kanaf jedhen sodadhe dr rakkoo mali qaba mee yaa dr koo
Dr kenyaa arbaa qabaamoo dhugaa baarisinikee bayee natii tolaa nuu jabadhuu
Thanks Dr.Nafyad
Mee ann yeroo tokko nahosisa qamanikaa ofoma naa dhisetu ture natidebia sanyiikoo mee furumatasi malii👏😍
Fayyaa irraa gaafachuun safuu miti.
Dr akka dafee siif deebisu abdiin qaba.
Baayyeen si dinqisiifadha!!
Gallaatomaa jabaadhaa raabbiii isni haa gargaruuu Dr Nafyad ❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯
Jabaadhu Dr Keenya
Alhamdulilaahi nuuti muslimin salaataf yeroo hundaa dhiqannaa
اَلْحَمْدُلِلّٰه
qodaaa kan hin dhiqaanee enyuu argiteee reeee qosheeeee
Kaan akaa kesan ajahuu hin jiruu haree Abaa isin hin bekne moksi
Ebbifama Dr Thank you
Dr. Ebbifamaa dhugaa waaqayyo sin haa ebbisu fayyaan ofii faaya ❤❤❤❤
Tenkiyu somach Dr
Bagaa nagaa dhuftee Dr galatomi barusaa bayee nama nu barbachisuu nufi. qabate dhuftee
Dr keenyaa Ebbiifaamaa nuuf jiraadhaa❤
Thanks Dr.
Nutii umani musilimaa alhamidulilh guyatii yeroo shani dhiqanaa saayisi duraa qur'an nu barisisee rabii kenyaa akasuma erigama kenyaa nabii Muhammad saallallaa aleeyhii wosalamii nu barisisaani
Kkkkk🐜🐜🐜🐜
Alhamdulilaah Alaa Nimatil Islam sallaallaahu Aleeyhi wossallam sallaallaahu Aleeyhi wossallam
Welcome dr nafyad
Dr bay ee bay ee Galatoomii Galatoomii nuf jiraadhuu💓💓💓💓💓
Jabaadhu baayyee sikabaja Dr
Nuufii jiraadhuu. Yoomile. Damaa koo💞💞
Wawwwww❤❤❤❤❤❤bayye namati ebbifami🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎉
Nuufi jiraachuu yoomile Damaa koo Caamsaa kooo 👍👍👍👍
Yaa waaqayyoo atti fayyaa guutuu atti nuuf kenni durii gizee shishiin uffatan kuni hin jiru sureetu Fidee ta,u hin olu maloo maati naaf ta, a waal yaa gargaaru
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
🎉❤❤❤❤Dhuga ketii Dr barumsa baredaa 🎉
Dr dhugaa gudda galatomaaa barnoni kesani bayee nati tolaa jabadhaaaaaaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👏👏👏
Jabadhuu yaada Nuuf laateef ulfaadha
Jabadhuu d.r
Garuu Maalif in kaftu
Welcome 😍😍
Jechaa ijole mattii naf tayyaa
Galatoomi
Thank you Dr🙏
Bayyee Galatomi dr🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Guddaa galatoomi Dr keenya 🧡
Dr.baayy'ee galaatomi barumsa bareeda nuf dabarsitan jabadha haaluma kanan ittii fufaa isiin hordofaa jiraa dhiiraa fi dhalaa taanee.
Welcome Dr kenyaa qallii
Dr waan naraa kiisee tokko Nama biraatti himachuun naatti ulfaatee garuu sinin Gafachuudha na barbachisera innifa gaffii kan natti Ta'ee waggaa darbeen heerume Guraa ja'aa 3 sadii Qofaan Wajjin jiraadhee deebi'een biyyaa arabaa deemee ergaan deeme turee Foon akka Qubaa Harkaa dheeraatu karaa Qamaa saala koo gadii ba'ee Yeroon argee baay'een Nahee Ammaa Ji'aa 9 Guuteera ergaan ofirrati argee takka ni Dherata takkamoo Debii'ee Glababbataa garuu nan dhukkuubuu Baay'een yaadda'ee jiraa maal akka ta'een beeku maloo Dr Yaada qabdaan kanarati naf deebisaa Dhifaama Wajjiin Jabaa keenyaa❤
Dr daawa isa naaf himi mee
Well come dr🥰
Galatomii Dr kenyaa maloo gafii wayyii qabaa qamnii koo bayyee naa hosisaa yoni hoqee naa dhigaa maloo maltu furmataa😭😭😭😭😭😭
Well come Dr nafyad 😍😍
Sabontu ko mati ko ta.i mee
Welcome dr
❤❤❤❤❤❤❤❤thank you so much
Gaaltomii. Dr. N f💓💓💓💕💕
Anaa dhufuu Dr kenyaa kabajamaa
Ana qama jala kunii naa baqaqe bayyee naa dhukubba naa Hosisaa Akkamiii 😭😭😭😭😭😭
Uuuuuu
Very good 👍👍
Galatoomi yaa abbaa cabsaa qashtii💛
Walte mati naf ta ii mee
@@sifaanorotube9416 tolee siif taeraa
@DAWA TUBE tolee sif taeraa
Dr Xuri laguu ,yoo fooli kenne , Rakkoo maali
Galataomi Dr kenya
Dr nafyad nuuf jiraadha
Dr kenya guda galatoma jecha mee malatoon dhukuba onee akkam? Namni qabame jiru dhibe kanan maal gochuu qaba ?
Wel came Dr keenya
Galatmi ❤❤❤❤
Nufii jiradhuu brokoo
Ebbifami Dr
Baayyee galatoomaa!! DR
wanti akkanaa safuu akka tahetti beekan namni hedduun.
Garuu waan akkaan barbaachisaati ☺😍
Murrte mati ko ta.i me qali ko
@@sifaanorotube9416 tole siifan
Na eegi qaalii
Barumsaa bareedaa namatti tola dhugaa wqy bara keessaan haa Ebbisuu Ebbiffamaa
Wel come Dr 😌😌
Very GOOD Dr galatomi
Galatomaa dr kenyaa
Dr kiyyaa amma nadhukkuba na hoksisaa yeroon hoquu na dhigaa akkam godhuu😭😭
Lemuniif ashaboon dhiqaadhuu hayaatii
@@imaanwallagga9464 🤔🤣
Lomii fi bishaan ho, atii ashaboo naqii daqiqa murasaf keessa turii sii dhisii baredu koo😌😌
Anis akkasuma wlhi rakadhee😢😢😢😢
Jaabadhuu Abbaa Caabsaa❤
Mela mati ko ta.ii me qali ko
Isasin arra saayinsin reefuu qorattani bira keessan nabin Kenya Muhammad saw wagaa 1444 dura nugoorsani alhamdulillaa garuu yaadakeef galatomi sijaallanna
Marsaan laguu dubariti tokko irraa osoo jiruu wal qunamati salaa gaffa guyyaa sadafti yoo rawaate ulfa,uu dandeessi dr
Dr nufii jiradhuu
Galatomi qalikenyaa bayyee sinjaladha 👏👏👏
Doktorbilbilaksan
Well come Dr N
Abdiin mati ko ta ii me
Mee samunaa akamititii fayadamuu gosaa samuna nu himii
Maati naaf ta, ii
Gudaa galatomii Dr 💕
Dr, baayee galatoomii ♥️♥️♥️
Wowowowowowow very good ☺️
❤❤❤❤
Dr Nafyad getu baayy.ee namati Tolita anni garuu biyyaa arbaa Jordan jira Kitabbaa kee Barbadee turee argachuu dadeenye
Anaa haa dhufu
Dhugaa Gallatimii❤
Excellent news about this great job and how you do this to help me out with this 😀👍
Mati naf tayyii qali
@@DrHanii tolee jabadhuu....
@DAWA TUBE tolle jabadhu.... hiriyotaa koos siif taasisa.
Dr dafti naf debiisaa mee
😊😊
dr nafyad an gafii waa ee dhukuba kiilee ciidhanii siti himen turre dawaa issa nattii dr nafyad mal erraa nama qaba
Baga Nagani dhuftani
👍
Dr galatomi gaafin qaba ani ergin marfe isaa ulfaa dhorku kan irree kan waggaa 3 galfadhe ture ergii yeroo isaa fixee waggaa 3 ta'ee waluma galati waggaa 6 na keessaa ta'ee kanaf amma dhukubii ji'as nati hin dhufuu mana akimi demufimoo nan sodadhe ani biyya alan jira amma yon madamii koti hime na shakitii kanaf jedhen sodadhe dr rakkoo mali qaba mee yaa dr koo
Uuuuufff demii basisii kodee garii mitii yadayuu kan waggaa saditii waan ta,ef sii hin fayyaduu
Wel come
Shamara Muslimaa nun hin ilaallatu gorsi kee har'aa, Sababni isaas nuti yeroo fincaannuu fi sagaraa baafnu kan dhiqannu akkuma jirutti ta'ee guyyaatti yeroo 5'n dhiqanna. Amantiin keenyas waa'ee qulqullinaa sirriitti nu barsiisa.
Amantan asii keessaa hin jiruu isinuma kanii akkaa koriphesa ra,ee aja,a demuu
Dokdotirii yoom dubarti musilimaa qofaa jedhe kunii dhiimaa keeti ammaa waliin qabatu saamuu hojajiichiisii waan hundaafuu ati dubarti musilaamaa qofaa jechaa hin jiru doktoriin siinumaa kana aja deemu
Woggota kumata dura nu barsiise eyyen alahmdulillay
@@kokobekokobe1957 kan har'aa inni barsiisu amantin keenna
Galatoomii Dr.
Lakki pantii malee hin rafuuu anii natii qorraa dr pantii malee rafaa hin jedhin🤭🤭🤭🤭
Dr.gaafii qaba mana yaalaa deemee infection fincaanii qabda naanjedhan qorichas fudhataa jira mana keessatti hoo maal fa’aan uf yaaluu danda’a.
Kan biraa yeroo qunamtii saalaa qaamni kiyya nagoga furmaanni isaa maali? Sababa maaliin akkas tauu danda’a
Galatomi doctor bayyee namati tolaa barumsii kessana
اَلْحَمْدُلِلّٰه kan islamumaa naaf kennitee guyyaati yoo xiqqqteeyeeroo shana qulquleefaanaa
Dr malii hasa'a qofa
Weell come
Jabdhaa
❤❤❤❤❤Galtomii
😘😘😘😘
Galatomi Dr. Garuu dura nu barsifteeta bar. In rranfateeyii??
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromooko prank aja.ibaa dawwadhuu ♥️🙏🙏
Galatommii Dr
Akkam Dr nafyad gaafi tokkoon qabu qaama saala kiyyaa bayyee tokkoo na gubaa garuu dhibeen kun erga narratti argamee har'aa guyyaa sadii buleera maaloo rakkoo isaa naaf himi
Nuf jiradhaa🥰🥰🥰
haa dhiqamuu
Like
😢😢😢😢midhaan namaa cuftaa dhugaaa 😅😅😅😅😅
😅😅😅😅😅
hi
Woo woo Dr galatoomi
Ya habibii galatomi
Thankyou D,rbaruumsa bareedaa