Maatii Kiristiyana Kutaa 1ffaa | Lub. Tamasgeen Gimee

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 янв 2025

Комментарии • 32

  • @YeshiDaro
    @YeshiDaro 2 месяца назад +1

    Ameeeeeeen ebbifamaa waqayyo ayyan kana calu hubana kana calu isinif yaa baayisu goftan mana kessaan yaa ebbifamu❤❤❤❤

  • @mathiasmengesha6883
    @mathiasmengesha6883 Год назад +4

    Luba Tamasgeen Giimee..
    Nama waaqayyoo hojii guddaa ittin hojjeetu… baayyeen isin jaalladha nuuf jiraadha. Can’t wait…

  • @Jesusmyglory
    @Jesusmyglory Год назад

    Waaqayyoo Bara keessan haa eebbisuu nama waaqayyoo bara kana keessa gaahelli ulfina dhabe kiristaanoota hedduu biraati 😢😢❤❤❤❤

  • @dametube267
    @dametube267 9 месяцев назад +1

    Umurii dheeraa nuf jiraadha luba koo isinin jaaladha. Hojii kana hojjechuudhan namoonni nun gahaa jirtan thank you so much itti fufaa

  • @twarejtwarej9966
    @twarejtwarej9966 18 дней назад

    ❤❤❤Gooftaan issin haa ebbisuu nuf jiraadhaa

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii 5 месяцев назад

    Uuuuuuffee Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen
    Waaqayoo isinifihaa ebisuu ebifaamaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @DawliAbboo
    @DawliAbboo 2 месяца назад

    Ebbifama waqayoo sini aebbisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @gadissaababetaressa8418
    @gadissaababetaressa8418 6 месяцев назад

    Waaqayyoo baraa keesan fii Umurii dheraa siif haa kenu Ebbiifamaa Ebbiifamaa

  • @lenseragasa2327
    @lenseragasa2327 6 месяцев назад

    Waaqayyoo baraa keesan fii jirenyaa keesa Aebbiisuu Ebbiifamaa Ebbiifamaa 🙏🙏🥰🙏🥰❤️ 🥰 🥰🥰

  • @GalaneeTareessa
    @GalaneeTareessa 2 дня назад

    Ameeeen ameeeeen ameeeeen eebbifamaa dachaa ❤❤🙏🙏🙏🙏🙏❤️

  • @TEGEGNAYANA-gq4kq
    @TEGEGNAYANA-gq4kq 4 месяца назад

    Waaqayyo isin ha'eebbisuu Lubko !!

  • @bijigatemesgen2619
    @bijigatemesgen2619 6 месяцев назад

    Waaqayyo Isin haa eebbisu Luba keenyaa

  • @DossoChaliwegari
    @DossoChaliwegari 8 месяцев назад

    Eebbifamaa waaqayyo sini haa eebbisu Qes Tamasgeen !!!

  • @ChaltuArarso-m2b
    @ChaltuArarso-m2b 4 месяца назад

    Ebbifama ❤

  • @GetgamGam
    @GetgamGam 4 месяца назад

    Ebbifama luba kakuu hara

  • @waaqqayyoogaariidhaa903
    @waaqqayyoogaariidhaa903 5 месяцев назад

    Ameen
    Ebbifamaa ❤❤❤

  • @YohanisBenti-s5v
    @YohanisBenti-s5v 3 месяца назад

    Waaqayyo dachaa sin haa eebbisu

  • @bikilafiromsa4605
    @bikilafiromsa4605 11 месяцев назад

    luba kenyaa waaqayyoo baraakessaa nufkeenee ebbifamaa

  • @samirasamira9355
    @samirasamira9355 11 дней назад

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen ❤❤❤❤❤

  • @asteer966
    @asteer966 5 месяцев назад

    Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeeen ebbifamaa ebbifamaa nama waaqayoo ebbifamaa

  • @senagedarame
    @senagedarame 7 месяцев назад

    Ebbifama Ebbifama ❤❤❤❤

  • @GetgamGam
    @GetgamGam 5 месяцев назад

    Ebbifama

  • @ayyaantuuayyaantuu4826
    @ayyaantuuayyaantuu4826 7 месяцев назад +1

    Yaa Waaqayyo dubbii sagalee keef galanni bara baraan isaaf haa ta'u....!Amantoonni waldaa kana keessatti luba eebbifamoo kanarraa barattan dhugaadha isin baay'ee carra qabootadha.bara fakkeessitoonni waldaatti galanii dubbii waaqayyoo barsiisna jedhanii dhaloota jallina barsiisanii cubbuu shaakalchiisan keessatti nama dhugaan galeef luba Tamasgeenfaa eebba godhee isiniif kennuusaaf gooftaatti gammadaa,galateeffadhaas.Abbaa keenya luba Tamasgeenfaa Waaqayyo baraaf jireenya keessan kaayyoof karoora keessan abjuuf mul'ata keessan haa eebbisu eebba Abrahaam yaaqoob isiyaaqiin isinaa eebbisu gufuu tajaajila keessanii haa buqqisu mormitoota afuuraaf foon keessanii hiddaaf hundeetti haa buqqisu umurii dheeraa nuu jiraadhaa,galgalli keessan haa bareedu ulfaadhaa guddaa!ogummaaf hubannaa ajaa'ibaatu isin keessaan madda waawwooo waaqa keenya isa jiraataaf galanni guddaan haa ta'u eebbifamaa sabni martuu!luba kanammoo jabeeffadhaa Amantoonni warqiin harkaa qaban sibila jedha oromoon.akkuma isaan waaqayyoon gadiitti jiruuf jireenya keessaniif furmaata isiniif himan isinis isaaniifis yaadaafi,lubni kun maal barbaadu jedhaati gaafadhaati furmaata ta'aafi.amantoonni hedduun rakkina tajaajiltoota isaanii gaafatanii hamma danda'ametti bira dhaabachuu hin barbaadani,gaafa isaan rakkinaan marfamanii ykn gufatanii kufan jecha badaa/arrabaan itti duulu malee ba'aa nama sanaa baachuu hin barbaadani kunimmoo gaarii miti Waaqayyo nuhaa gargaaru jabaadhaa eebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @dengudengu6938
    @dengudengu6938 Год назад +1

    Ebbifama Ebbifama Ebbifama

  • @LaliseLamaTolera
    @LaliseLamaTolera 9 месяцев назад

    Wow ❤❤❤❤

  • @abdimulatu-b9l
    @abdimulatu-b9l Год назад

    ❤Ebbifamaa guddaa!

  • @meskeremmeskerem9048
    @meskeremmeskerem9048 Год назад

    Ameeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaaa❤❤

  • @biraneedisasa9104
    @biraneedisasa9104 7 месяцев назад

    Ameen Ameen Ameen🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🏾🙏🏾

  • @NatiEjeta
    @NatiEjeta Год назад +1

    😍

  • @SBNG-c9o
    @SBNG-c9o Год назад +1

    🥰😍🤣🙏🙏

  • @abdimulatu-b9l
    @abdimulatu-b9l Год назад

    WAAQNI ISIN HAA EEBBISU GUDDAA MEE PASTERIIK0 BARA GAA'ELLI MANCA'EE SAALA WAL FAKKAATAAN GAA'ELA GEGGEEFFATAA JIRAN KANA MEE ISIN KANARRATTI MAAL YAADA QABDU?