sagaleen kuniyyuu kan namicha kanaatii garuu? afaan kana danda'uun rakoo hin qabuu garuu alaabaan inni uffate kun meeshaa qulqullaa'oo manni amantaa keenyaa itti fayyadamtu keessaa isa kamiidha?
Dhuga isiin jedh maati Waaqayyoo mati koo keessa nam tokkoolee orromif malee namni beeku jiru garuu Abbaa koo akkan na jedhe Ani hin dhagawu na jedh anil Abbaa Gabii qabadhe bara 2006 NAMI bira Nam 3ti Gabi immach tuuree
Surasaa Fayyadamtuu malee si dhagefataanii Atii Saree natii fakkatee Amaa hin xarinii dhiqaa Mila Miratab hin gessuu Qoy mee Unsabiskirab si godhaa inafuu iraa Malan baradhaati ijolleen keenya unsubscribe godhaa homa isiin hin Fayyaduu kun
Dhugaadha ebbifamaa barsisaa keenyaa baraa taajjajjiilaa kessaani sinif haa ebbisuu 🙏🙏🙏 Garu Miherat aba yero ways afaan oromoo yoo dubbatu arge gafanan bayyee hin danda'uu jedhe hin ture
Dhuguma dhugaati waaqayyoo sagalee jirenyaa isiin haa dhagechisu ibbifama obboleessa koo waaqayyoo yeroo qaba 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻 ameen ameen ameen ameen
Dhuguma jetee obolesa Kenya Duran echaa olkawaten ❤❤❤
Barsiisa keenyaa Waaqayyoo SagaleeJireenya Isina ha Dhagesisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ani amaahara sehe😢😢❤
Ammalee hangaa dhumatti isiina haa dhabuu Barsiisa keenyaa 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Ameen waqaayyoo sagaalee jireenyaa isin haa dhagessisu
Dhugaa kedhaa umanii kenyaa afanii kanaa dhagahuu dhaburaa kanii ka'ee manaa amantaa iraa fagatanii❤❤❤❤❤
Barataa Kolleejjii Q. Sillaasee waggaa 5ffaa yeroo turetti, naannoo bara 1996/7 Bataskaana Soorgaa Madaanaalamii Naqamteetti akka barsiisu afferamee, afaan oromoon barsiisuu dhiisuusaa caalaa qarshii natti xiqqaate jechuun jeequmsa guddaa uumeetu kan deeme! Sareedha! D/n Birhaanuun ragaadha!!!
Uuuuuuffffff nuf jiradhuu maloo obbolessaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
B/s keenya umrii nuuf dheeradhu 😘😘😘goota tawaahidoo 👏👏
Amen ❤❤❤
Dhugaa keetii ebbiffama ❤❤❤
Dhugaa keeti qali keenyaa tiin❤️❤️
Maloo wani dadahuu hin sehuu ani 😮😮😮😮😮😮😮
❤❤❤❤❤❤❤dhugaa waqayyoon si ya eebisuu❤❤❤
Atii nufii jiradhuu dinaa kenyaa qanesii❤❤❤
Ati akka nama beeka tokkotti yaadi dubadhu as baate doofumaa kee hin agarsiisin barsiise ega barsiise mo ameen jedhiin fudhadhu oduu biraa dhiisi
Dhugaan hin qalatii malee hin cituu🙏🙏🙏🙏🎤🎤🎤🎤⛪️⛪️⛪️⛪️
Waqayyoo goftaan sagaalee jiirenyaa sii dhagesisuu barsisaa kenyaa ebbiifaama dhugaa jetee🙏🙏🙏
Jarri wangoo gogaa hoolaa uffattu dha yoomuu siniif hin galu firfaariin hin gowwomiinaa 😂😂😂
dhugakedhaa🥰🥰🥰🥰🥰
Well,said❤
🎉🎉🎉👍👍👍🙏
Yaa Obboleessa koo Rabbiitu uummata kanaaf haqqii isaa baasef, Abshir! Dhuga dhokatte Waaqatu qote baase. Gaaffii isa hafe Gooftaan qoratee murteessa. Waaqni hin arifatu.
Ebifamii obolleessa koo ❤❤❤❤❤❤
Amenamenamen ❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉
Dhugaa ketii basisaa kenyaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤
Dhugaa Jetee❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Ammeen Ammeen Ammeen Ebifami B/s
Waqayoo.goftaan.sagalee.jirenyaa.si.haa.dhagesisu..barsisaa.kenyaa....
Baahir Daaritti qopheessaa ture, Afaanicha waantufffataniif ,ergaa sirna bittootaa waandabarsaniif fi yoo Afaanicha dubbatan gad aantummaan waan itti dhagaahamuuf didaa turan amma dubbiin cimnaan waa'ee Afaanii dubbachuu jalqaban. Dhugaan bultee mul'atti jabaadhu ati.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤😢😢😮😊
Hareen siii dhaa isaa osoo hin tanee
Ikoo 🤗🤗🤗🤗
❤❤❤❤❤❤nuf.jiradhu
harree haadharw miretab ira gadii bu.ii hiriyyakee mit inn buko😮😮😮
Matatam miratabitti galii galtu
@AddisBehiru-ip2xl haga isa gahuu hin dandeesuu angoo hin qabduu itti inafuu hin dadhabduu ayizogn 😁😳
@AddisBehiru-ip2xl haga isa gahuu hin dandeesuu angoo hin qabduu itti inafuu hin dadhabduu ayizogn 😁😳
❤❤❤❤❤❤❤❤
ሳሬ ሐጠራው ጄድን
sagalee jireenyaa sihaa dhageessisuu .yaada gaarii akkaanaa yoo kennituu namattii toltaa yeroo baayyee kan darbee dhiisnee kan fuulduraa haa gaariin uummata osoo barsiisnee .walqeequrraa wal gargaarutu furmaata waan ta,eefi .ortodoksii tokko taasisaa wal qooqqooduun haa hafuu.
jeechi kee dhugaa. garuu deebii gabaabutti har'a galeeffi duubiin
Dhugaa dha umani orthodox badinyaa barumis dhabun garaa amanata biraa demaa 😢😢😢😢
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eci😢 wali qequn kun mali???
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waaqayyoo sagalee jireenya sihaa dhagesisuu
Wal qequnii malf barabchisee😢😢
🤲🏻🤲🏻💒✝️🧎🏻♀️🧎🏻♀️🧎🏻♀️ 🙏🙏🙏💓AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓
Sodaa namaatiif jedhaniitu afaan oromoo ukkaamsu, .
caffe donsa "ummanni nannicha afaan oromo danda'a garuu, tajajilli jiru amarifaan qofa maaloo nunis nu dhaqaba
Kan waggaa meqaa hardhaa haraa gotee as batee malii lakii subscribe view barbadeenii hin jetuu Sobduu tish kolkolee 😊
yoo barsisee dura eessa ture amma maaf barsisee jetu yoo dhiise maaf dhiise jetu yoomuma dhiiftu siyaasa kana sinisuu safuu😢
b/saa m/AB nuuf jiraadha❤
Zaaranya zimii jeedhi kolkolee
Ebifami. Waqayyo.mana.issa.kessati.siha.qusaatu.
Osoo ittiin hin barsiisin itti qeequu jalqabaniim lkkkkkkkkkk
Dhuga jette garuu dhifamaa wajjin kan darbe darbe ammayyu erga dubbattani kallesa essa turtan jechuun ni ulfata dhisa bira darba hundi kenya cunqursa akkasi kessa darbine afaan amara malee dubbisu hin dandessu jedhamne baayyee boo'a turre sababa sanan afaan amariffa barachuu jalqabne amma immo waaqayyo deebii nuuf laate essattiyyu afaan dandenyuun barachu fi dubbachu dandenyera glt waaqayyo ammas libbona nuuf haa kennu mana isaa kessa nuu haa bulchu obbolesa kiyya atis nuuf ebbifami
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
F,tuu salam waqayoo sagale jirenya sii dhage hisu.....nuns kaantu kesaa kenya nyaachaa ture,
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Qaalii namaa ati nuuf jiraadhu. Dhiisaa jarri akkanumaan iyyiti
Huuf galatoomi oboleesakoi ana keessaa dubbatee oromoon ammayyuu rafeeraa qooqqa issattin wan geelaa dhaga'uu qabaa !
dhugaa kee inni hara eessa dhufe daabboo barbaada deemabar namnii akkanaa hattudha
Akkaasumattii cimii Abbitti keenyaa Waaqayyoo saa cimsu!!?
Ittii gabbaaniruu dhiifamaa goneefiiraa waaqayyoo dhiifamaa jalataa barsissaan kenale ammaraa afaan oroomotin haa barsissani dhammisaa kena
Natikooo
Nuu hin arabisini
እውነት ነው እነሱ ሲሉ ቅዱስ ሌላው ሲል እርኩስ
Ani Duukaa buutuu Yesuus Kiristoosi(phenxeedha)
dhugaa kee jete osoo sabnii Oromoo Afaan isaattin wangellii motummaa Waaqayyoo itti lallaabamerra ta'a silaa namni amantaa Ortoodoksii tewahidoo hin gadhiisan turee,
Siiyaasnii Waldaa Ortoodoksii keessaa jiru saba tokko ol-kaasee saba Oromoo kan hamilee cabsuudha baga hubaatan ammas Yeeyyii isiin keessa jiru irratti dammaaqa wangeela motummaa Waaqayyoo laallabaa.
Jechaa yeroo Waldaa Ortoodoksii keessa ture naa arsaa ture Jira ''ለኦሮሞ መች ድቁና አነስ'' nuun jechaa turan
Lubbnii amara, Qesiin amara, phaaphasiin amara kanaaf Haacucaa baay'etuu jiraa
Abbaa Gabi yeroo Gabi itti imma dhu nam birra itti naf imma sab kan baye bade dhuga waaqa dubadh uuuuuuuuu ummani man atma keessa yaay dhumee
Amma Wal kasasuun hin barbaachisuu hundi keenyi iyyuu lubbuu baduuf yoo yadne garii natti fakkataa
Kirstaanni waliif birmata malee wal irratti hin ka'u
Ammas obbolessa koo Ani maalan hojjedhe malee wa'ee namaa dhisi
fkn farfataa firaa'olfaa fudhu bara sanatti illee orimiffaan tajaajilaa turan
Kiristaanni qorumsa malee hin jiraatu waan fedhee yoon sin jedhan danda'u qabda
Amma vidiyoo kun maal barsisa jettee yaadda
Amma hoji maata mana kiristaanaa akkas dida irratti baasuun hin barbaachisu
Eeyyen hanqinni tajaajilli afaan oromoo jira obbolessa keenya kan dagaagsuuf immoo cichanii hojjechuu dha malee maalinni kun soshaal midiyaa irra bahaani galata barbaaduun
Obbolessa koo huba ija kee kessaa oso hin baasin harka namatti hin qabiin
Amma mihert abiin afaan oromoo dubbatee jettee vidiyoo hojjechuun dhuguma sinan jedha galata barbacha ; nuti kaleessa akkas jennee mal godha kuni
Yeroo ammaa kana hojileen babbareedoo tajaajila afaan oromoo waliin walqabatee ni jiru sana hirmaachudha malee kun amma maal barsiisa jettee vidiyoo akkasii hojjeta
Adaraa ammas yeroonsaa yeroo itti ummata barsiisan malee erga bishaan hin kaasneen galata barbaadun gaarii natti fakkaatuu
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐞𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐢 𝐬𝐢𝐣𝐚𝐦𝐚𝐫 𝐦𝐮𝐜𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐮𝐧 𝐲𝐤𝐧 𝐧𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐧𝐪𝐢𝐧𝐚 𝐛𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚 𝐢𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐥𝐚𝐩𝐡𝐞𝐞 𝐚𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐦𝐮𝐮𝐬𝐞 𝐢𝐬𝐚 𝐠𝐮𝐫𝐚𝐜𝐡𝐢𝐜𝐡𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐞𝐧𝐞 𝐡𝐢𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐟 𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐮
Yoom baratee kun immo
OMg
Wanti nama tokko bay'ee wanta xiyefanna itti keninuuf hin jiru barsisonni barsisaan bay'eedha.
Isiin wal nyaadha nutti isiinif jecha amantaa keessa bannee sababa isiin wal nyaatanif
ammaa baree ta'uu danda'aa hin bekamuu
Qabii afaan kee waree
Jebadu
Har'a ergaa FAANNOO fudhatee waan ka'e fakkaata. Isaanuma kan beektoota Oromoo dhiibee baleessisaa ture.
Nuf jiradhu
Namana mee wanii tokonii sii gafadhaa vidoo wagaa lakofasisa fidee malii hasu ketii mee dhuguma wahee amanataa ketifii quqamata umataa kenyaa amanata isanifii jedhanii arsii shirkatii ajefamanifi sagalee ta'ii wahee afanii ittii debitaa atii garuu amanataa kee calaa afanii kee dursitaa🙄🙄🙄
❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
Ufataa uftee ofiiraa yabasuu duraaa
AMMA KAN KALESSA KASNE HASA'U WAYYA MOO ITTI FUFU WAYYA YAA OBOLESSA KOO WALITTI QUBA QABNUU DHINE LUBBU FAYYISU HIN WAYYU
sagaleen kuniyyuu kan namicha kanaatii garuu? afaan kana danda'uun rakoo hin qabuu garuu alaabaan inni uffate kun meeshaa qulqullaa'oo manni amantaa keenyaa itti fayyadamtu keessaa isa kamiidha?
kani atibaru kabatu ,afani oromo gafi biradha oboleso karabira gafadhu,nami maluma akatajiru baye gadisisa
Dhugaa jette rabbi fuu ebifami dhaqoni ebifami waqayyoo siyaa ebisuu
Dhuga isiin jedh maati Waaqayyoo mati koo keessa nam tokkoolee orromif malee namni beeku jiru garuu Abbaa koo akkan na jedhe Ani hin dhagawu na jedh anil Abbaa Gabii qabadhe bara 2006 NAMI bira Nam 3ti Gabi immach tuuree
Dhugumma jette
Unsabiskirab godhaa Sanbeen Sobduudhaa
Surasaa Fayyadamtuu malee si dhagefataanii Atii Saree natii fakkatee Amaa hin xarinii dhiqaa Mila Miratab hin gessuu
Qoy mee Unsabiskirab si godhaa inafuu iraa Malan baradhaati ijolleen keenya unsubscribe godhaa homa isiin hin Fayyaduu kun
Ijoolleen Miratab Duruu Arraba malee maal beekturee ......... kan Harree Wajjin Oole Akka Harree...........
ammaa wal qeequun maali ree shame on you bro
𝐘𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐞 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐠𝐨𝐫𝐬𝐢 𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐞𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚😢
𝐖𝐚𝐫𝐨𝐨𝐧𝐢 𝐬𝐚𝐠𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐞𝐬𝐢𝐬𝐮 𝐣𝐞𝐭𝐚𝐧𝐢 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧😁😁😁𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐪𝐞𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐭𝐮😅😅
𝐀𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐛𝐚𝐚𝐲𝐲'𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐥𝐚𝐪𝐚 𝐚𝐬𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐞𝐭𝐞 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝟑 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐮 𝐚𝐬𝐨𝐟𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐦𝐚𝐥𝐚𝐪𝐚𝐚𝐟 𝐣𝐞𝐭𝐞 𝐪𝐮𝐛𝐚 𝐨𝐛𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭 𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚😢
❤❤❤❤❤❤❤❤