Inni ulaagaa cabsee si jaallatee fi walaloo fi yeedaloo foolii yesuus urgaa'u si keessatti dhangalaase abbaan kennaa waaqayyo haa kabajamu!! Dameekoo waaqayyo kana caalaa ayyaana dachaa siif haa baayyatu!!!! uuffee........si jaallanna!!! love and respect!!!!
Good job children 👏 your createre has no limit. Jump and worship him the way you fillies. Thank you for making as joyfully through him in a semart way 🙌🙏👍🙏
Darbaa demah homtu sin hin qabin ebifama🙏🙏🙏🙏❤️❤️🎉🎉🎉🎉
Waaqumti isin haa eebbisu
Gabaabina kootiif hojjaa naaf taanaanan toorarra ijaajja
Galatoomi yesuus
Ameen ameen waqayyoo isaanii haa eebbisu obbollaakoo baraa baraan itti fufaa farfachuuu kessanni !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
galatoma guddasa goftan isin ha eebbisu
Goota isa jiraataa farfanna!
Inni du'a ajjeesee ofiif jirata
Goota goota caalu akka isaa essaa arganna
Gootonni baay'een du'aan mo'ataman
Du'a mo'atee kan jiraate Iyyesusidha inni
Amazing preaching (kan ijaratee yomii argee akkati mana nama ijartuu dhugaa ergaa cimaa qabaa farsichii dhugaa ebifamaa.
Bayye bayyee nati talerraa farfanna laphee nama fudha waqqayyoo isinnaa hagrgaruu itt fifaa jabbadhaa
Inni ulaagaa cabsee si jaallatee fi walaloo fi yeedaloo foolii yesuus urgaa'u si keessatti dhangalaase abbaan kennaa waaqayyo haa kabajamu!! Dameekoo waaqayyo kana caalaa ayyaana dachaa siif haa baayyatu!!!! uuffee........si jaallanna!!!
love and respect!!!!
uuuuuuufffeeee ebbifamaa ebbifamii ayyanichi sii haa dabalamuu qachee yesus
Ameen tiksee dadhabaaf lubbuu laatu kan ofirra nama jaalatu
Faarsaan kun baayee laphee nama seena dachaa dachaa eebbifami dameee
Waaqayyoo Isin haa eebbisu,umurii nuuf dheeradhaa!!!!!!
Eebbifamaa.Dame guutummaatti as nuuf baasimee damma afaankee keessa kaa'ame sana."Garaankoo sin komatu....baayyeen jaalladha
Bayee gardha
Waaqayyo dabale daddabalee ayyaana isaa isiniif haa bayyisu.
A profoundly composed articulate and deeply spiritual song. May the Lord bless you all for evermore!
Bayye namati tola Dhageffadhe qufuun dadhabee ebbiffama Ijoolle keenya
Good job children 👏 your createre has no limit. Jump and worship him the way you fillies. Thank you for making as joyfully through him in a semart way 🙌🙏👍🙏
Ituma fuufi waaqayyoo has so eebisuu
Eebbifama dhugaa bayyee namati tolee
Ameeeeeen Ameeeeen ebbifami daachaa
Ebifama dachaa
Bless you my brother namaa jaallatamaa❤❤❤Eebbaan Ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
damee bayyee si jallaannaa ebbifaamaa
ስወደው ይኔን መዝሙር ኤቢፈማ
Damee-keenyaa-saa-Ebbisuu-Gaftoon-keenyaa-ebbiifamaa-baraa baraan-nuuf-jiraadhuu-faraarfanaa-kan-bayyee-jaalaana
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen Ebbiiffamaa🙏🙏🙏🙏🙏
Waaqayyo isin haa'eebbisu! Ibsituun duruu sagalee akkas bareedu nu dhoksitee teechii?! Faarfannaa baayyee gaariidha!
Eebbifama baayeeeeee❤❤❤❤❤ is insane jaalladha
Gaddiisa Adu caala gaddisi isaa eebbaaffami
Waaqayyoo isin haa eebbisu
Ameeeeeeeeen!
Are you able to add the lyrics in English please?
Ebbifema
Ameen Ameen Ameen ebifamaa/waaqayoo/dachadaachadhaan/isiniyaaebisuu
Lovely worship
Ameeeeeeen ameeeeeeen
Ameeeeeeen ameeeeeen
Uuuuuuufi ebifamaaaaa
Eebbifamaa ❤️❤️❤️
Wan dinqiidhaa dhugaa
very touching song,blessings!
Batanii abaaboo gamachuu
Ameeeeeeeeeeen dhugaadha
Fakkaatiikoti fuulliko.. Eebbifami
አሜንንን አሜንንን አሜንንን አሜንንን አሜንንን
Ammmeen dhuga
EBIFAMAA MAAQA GOFTAA YESUSIN AYYANNI WAAQAYYO KANA CALAA SINIF HAA BAYATUU UU UUUUUUFFFFFF EEEEEEE!!!
baayee namatii tola dame kenyaa
Ameen,Ameen Ameen,ebifaama👍🙏🙏🙏🙏🌹🥰🥰🥰❤️❤️❤️🎤
7j..d&nii jj,.?
J. Yet hmm hgi67766fuvvj. J jitter f buy hmm t
Eebbifamaa!!!!!!!!!!
Ebbifamaa ebifamaa
Ameen Ebifami
Ameen,Ameen Ameen,ebifaama👍🙏🙏🙏🙏🌹🥰🥰🥰❤️❤️❤️
Ameeen eebbiffamma
Uuuuuuuuuuuuuuuuufiiiii simaleeeeeee
Eebbifami
❤
Finnaly found this song
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤I
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
🙏🙏🙏🎉🎉🎉🎉🎉🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏ameeeeeeeeen
Ammmmmmee ❤❤❤❤❤❤
Ameen ameen❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ameeeeeeèen
Ameen eebbifami
Eebbifamaa
I like it
Ameen Ameen Eebbifamaa❤❤
😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮000000000000000000000000000000000000000000000000000 kana nyaatta
Ameen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeeen😭😭😭😭😭😭📖☝️👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Beutyful voice 🦻🙏
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen Hililililililililililililil Hililililililililililililil Hililililililililililililil Hililililililililililililil Hililililililililililililil
ኦሮሞ ውስጤ ነው
❤️❤️❤️💔💔💔💘💘💘🤌👌🫶🫶
Eebbifamaa
❤❤❤❤