Maali beeka morma fi rifeensa babbanachuun dhalaan tun sheeyxanarra hamtuu yaasin waan akkanatin hin ashoofin tiyaan wallen si jaalatti sanu qaanyi hin qabdu ngyn ummu kanus wajjin wali deebii ilmaan keeysan babbereda kana guddifadhaa
Abu kanus amma bodaa dubartii waliin vedio hojjatuu dhisii gaarimitii atis nama duran haadha manaa ofii waliin vedio hojjatuu baree bodaa of dagattanii ilman ketiif kabaja kee ka nama hedduu biraa qabdan kanafis dhabii rabbii sheyxanaa gara malee isinirra haa qabuu gababsii abba kanuus si jalanna si kabajnaa ati abbaa jabaa ilman ofitiif lafee duydaa tahee sirra wan hedduu barataa jirraa sanifuu asumatti dhabii lallaqataa dubartii walinii kana gaarii mitii🙏
Anaatu dura laalee like natti roobsaa galatoomaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Like siif godhe waan dura laalteef
@@muazabdallah4857 galatoomi lubbu
@@muazabdallah4857 maati naaf tahi anileen siif taha
Namani akkami kiyaa Yasin fi umu jaltan lik godhaf ❤
Ani Nahin galchuu yaa Ummuu kanus😅😅😅😅😅
😂😂😂Hojii kee nyadhu
😂😂😂😂si galcha 😂
Hojii kee nyadhu jaded
😂😂😂😂
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Kkkkkk yasiin hujii kenyadhuu😂😂😂❤❤❤❤🎉🎉
As wr wb yasin jabadhu garu video kanarati wanini sin jachu barbaduu wan hadha kanus onee isii keesati mufachisuu hin dalagin sanifuu akka har'a irra dhabatee wan kalesaa hin dagatiin Rabin akka ja'e hagaa wali mufatan jarjaarun dura yaroo bareduu dabarsitan hin iranfatina tun nasiha tiyaa siif hedun isiin jaladha hedunkabaja
dhufun udan biraa dhuftii qosan dhuga biraa dhuftii jete oromon wan akana dhisa
❤
#YNA_ORO_TUBE #Roras_Tube #Jafetube #Nura_Records #rache_entertainment #marrushow #Ummu_Kaanus #Forxentertainment #Yosangetahun #Jalojuice #oromomusic #andualemgosa #donkeykong #tseries #comedy #baalagizee #abufalah #comedy #roblox #entertainment #reaction
Pirankii keessaa watu watu jiraaa wly ni mulatii
Sababa pirankii wa meqatu badutii jiraa dhisii ilmaan kee gudifadhu ya yasiin umaa kanus sababa duniyaaf jatee ilmaan kee facaftee yasinif ardii baliftef walayii dhalan sheyxaana bodaa dalagaf walitii dhufnee ja'anii wan biraa keysaa galan
yaa yaasin kiyya mucoo kan jaalladheera.
😂😂😂😂😂😂bodaa dhuga hin godhinaa😅😅😅😅😂😂
Maali beeka morma fi rifeensa babbanachuun dhalaan tun sheeyxanarra hamtuu yaasin waan akkanatin hin ashoofin tiyaan wallen si jaalatti sanu qaanyi hin qabdu ngyn ummu kanus wajjin wali deebii ilmaan keeysan babbereda kana guddifadhaa
Sii fete jirti yaasin tiyyan bekaf zigan goti malee
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 hadha mana cinqufii prank akkana daleydaa bro😂😂😂😂😂
mucaa kana baay'een jaalladhe yaa yaasin kiyyaa.
𝐌𝐚𝐥 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮 𝐲𝐚𝐬𝐞𝐧 𝐰𝐚𝐧 𝐚𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐬𝐚𝐚😂😂❤❤
Qoy Miiciyyon ijaa keessaa malif Akkanaatii ilalttiii Yasin Naf Debisiii mee Aja,ibaa wly Nii fetiii Akam😄
Afaan kenyaa qalii afaanitii afaan bira maf hasoytaan nibeknaa afaan lachuutuhii kenyuman dubbadha😊
Yasin ati yeroo mara soban maa kakatta!!
mucaan kun laafteetti yaa yaasin kiyyaa. anuu jaalladhe dhugaa.
Ummii Kanusii Miskina Qalichii Kuni Sirriitti Fudhuni Hin Olluu😢😢
Yassin atti akamiti dubartu aji nabiya harkan qaqabta sahiba kee safuwan hin ilaltu
Ijoolee umriin isii xiqqo garuu ❤🎉
😂😂😂❤❤❤❤❤
Yassiin. Matii kee jabeefadhuu. Beraa wallin dalaguu dhiissii
Isiin lachuu jalalaa isiinirraa mulataa😂😂😂❤❤
Abboo hajii kee moo yasin 😂😂😂
Way yassin
Hojii Tesen nyadhaa😂😂😂😂😂😂😂
Ba,yee.isnii.gorsee.bari.mucaan.😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Wal jalatani jiratan isin lachuu❤
As wr wb akkami ngy qabda yasin ummu kanusu Wani akkan dalagamu kesati ifi ergadhu ilman gudifadhu ngy wali bira isini haa fidu
Akka fuudhaf deemu dhageenye jirra garu sossoba jirtaan
Sila umaa kansu tey sindhisu
Yasiin dubii qabdaa intalaa jalaa maa sisiyxaa saa😂🫢🤔
Worrii Fudhii Jettani Fudhama Isini Bukkottaa😢😢
Dhugaa ketii
😂
❤❤❤❤
Utuu anaa tatee jarsako akkatii arger hinafaa du.ee😅😅
yoom didde sobdee muudiiqabatti wlh nadabbare prankichi😢
Kokkolfaa Rabbii Sodaadha jetti 😮😳
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤❤
Badia ra fidate
kkkkkkk
maljechu yassin
❤❤❤❤❤
😅😅😅
Kabjamtot Kenya RUclips kiya sabiskiraib naf godha ❤❤
Safayaa dhisiii Yasin Umuu kanus
Atagebagnim 🤣🤣🤣🤣🤣 Qaanyii teessaan Maal qaba osoo afaan oromoo hasoytani
Ani na galchu ya ummu kanus 😢😢😢😢
Sheyixaana afaan wolin baani maatii nama addaan baasi argaa kee wolaahi
mashaalha rabin nagayan wal isin ha garsisu Y & M❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😮
Hojjii kessaan nyadhaa 😂😂😂😂
Miciyon keysa qabdii akka kokofalti
Emiskinaa 😂😂
Prank biraa irratii nufii dalagii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Kkkkk 😁😁😁
Nibaredi maasha allah
Yaassii italati jalalala isirra qabbate jita
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅😅😅
Intalti malif suukara if raabxi bro
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Tiktok irratti sirbaan dalaydee kalessa areeda san wajjiin yassin sirraa hintolu
Dubartii woliin hin hojatiin lammata 😢😢
Fudhi garu ilmaa kee hin Jalalatuu gaf Jarti ke tatatee😢😢
😂😂😂😂😂😂😂😂Kkkkkkkkkkkkk
😂😂😂😂 Abba kanus hojii kee
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Asalamualekum warahmatuhilhi wabarakatuhu baga nagayan dhufte qaali
😅😅😅😅😅😅😅😅😅
❤😂😂😂
,😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Maluma dhala wajjin akana godhatta nama dabara tish
😂😂😂😂😂😂😂kkkkkkkkkk😂😂
Miciyo tana yoo fudhu batte natu fudha Yasin 😂
Gamachu jirtii waraa isiiti dhaqaadhu
😀😀
Kamera alaati wan gootan walmaridha keysati hn dubbatina
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
In dabbara wlh😢
Yassiin balgatee dhalaa qaqabattaa
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
kkkkkkk😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂😂😂
𝗞𝗸𝗸𝗸𝗸𝗸𝗸𝗸😁😁😁😁😁 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Ilman ketif yaddi bro dubartin ilmo nama hin jalatu
❤❤❤❤🎉🎉🎉
Of eggadhuu dogongoraa guddadha abban ilmaani hadhuma ilmanii wajjiin tolaa jirenyii kanakessati ilmaan ke manaa barumsaa giilli barsiisuu hindandessuu maliif kolfaa bayyifta atii yeroo wan akkana hasawuu atii dubartii tatee isiin enyuu atii enyuu isiin rorifamte sittii tolaa shammarraan of eggadhaa sanuu mudii afaan dillii kun malii
😂😂😂😂
Kkkkkkķkkķ🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kkkkkkklll
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Abu kanus amma bodaa dubartii waliin vedio hojjatuu dhisii gaarimitii atis nama duran haadha manaa ofii waliin vedio hojjatuu baree bodaa of dagattanii ilman ketiif kabaja kee ka nama hedduu biraa qabdan kanafis dhabii rabbii sheyxanaa gara malee isinirra haa qabuu gababsii abba kanuus si jalanna si kabajnaa ati abbaa jabaa ilman ofitiif lafee duydaa tahee sirra wan hedduu barataa jirraa sanifuu asumatti dhabii lallaqataa dubartii walinii kana gaarii mitii🙏
Atii situu bekaa tiyaa gabare moo si dubisuu didee haa fudhuu kaa isinira barediii 😂😂😂😂😂😂😂
Namaa jibisiistaan walahii karaa rabii gadhistaaniitan rabii sinii ha araaramuu
😅😅😅😅😅😅
Kaldin bode dhuga akka tahu bekkaa
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
2:17
😂😂😂😂😂😂😂
Isiin kun manake dalagdimo.yasin akkamitti harkan qaqabda mee😢 mali qosaan akkasi mali