Fatiya dilan gowadha attii abse mala godhe pirank wanu jiru haya hin arin please 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Abse fi Bira heduu arasitee keessa safu biran akka male si mifate fatiya please 🙏🙏🙏🙏🙏pirank jate itti hin arin haya rabbi ja'i irra kuttifa please 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 amma dhifa ja'in anu hedu sittii arree haya hedduu isa jalala Ani obalesani keessan ❤❤❤❤❤ by bya
Murtii san murtessu Sirrii (Likki) hin goone sister jerjerte garu nuti wan camera duraati argina male ga ta camera duubaa rakkoo jirtu isintu beeka beyta.
An akka yada kiyya wly fatiya ni jerjerte wa hunda tas gabbiin laali miira kessa galte jarjarte media irratti baasuf hin yaalin 𝙨𝙞𝙨𝙩 𝑝𝑙𝑠 Akmi ja'i Addaan baafadhu tas gabbiin isani wajjis haasawi akkasi dadhabdu as bahu qabda ture . Hy 𝙨𝙞 fi ifrah, fa'iza, Abse ,birra 𝙬𝙖𝙡𝙞𝙩𝙩𝙞 Aartani akm ga sila 𝑛𝑜 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑟𝑟𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑜𝑙𝑢 𝑤𝑎𝑙𝑖 𝑑𝑒𝑏𝑖𝑦𝑎 𝑝𝑙𝑠🙏🙏
Malii tolifon jachaa olun hin yo bachisee ho garuu kun hinafadhaa absee ni jalatee mo malii fudhaa isa ma siaa arsaa asto furula sira mulataa dhisii midiyaratii akana hin godhatuu
Wlhi dhugaa namaa arsita fatiya ani akkake dubarti ture garu nama dhira akkana hin godhu ture fatiyan hamtu dhuguman jalachun ture fatiya ati garu nama bada ufffffffffffffffff aabsen miskina Wlhi dhisi yabo akka wan simale namni hin jirreti dhadata hin dalagu mare mal jachudha tilifona ke yaro meqa sigafte ati nama muslimami Hmtu
Viidiyoo warabee dhifamaa sii gaftee silki silkii jadhaa hin oli absee mashallaa homaa takka hin balesin dhifamaa jedhee atii silki silki yeroo 100 iraa debitee
Odu afufti boo auzubilahi
Dhuga jete
Fatiya dilan gowadha attii abse mala godhe pirank wanu jiru haya hin arin please 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Abse fi Bira heduu arasitee keessa safu biran akka male si mifate fatiya please 🙏🙏🙏🙏🙏pirank jate itti hin arin haya rabbi ja'i irra kuttifa please 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 amma dhifa ja'in anu hedu sittii arree haya hedduu isa jalala Ani obalesani keessan ❤❤❤❤❤ by bya
Wcs wr wb obbollewan muslima rabbif jechan isin jalladha obolleti tiyya pirankin wama jiruu dhifama godhiid tafadallii sana
Aboo dhifama godhiif anillen ya sikadhadhe dhifama nuuf godhiif👃👃👃👃👃👃👃👃👃👃👃👃👃👃pilec dhifama
Intal islaamni akkanaa mitii Rabbiin keenya SUBHAANA wanta'aalaa akkana jadhe wal jibbitanii duyda walittin galinaa isin hundinuu ilmaan Aadami
Gowwaafi waqanii waan qabee hin dhisu jette Oromoo 😄
Yero hundaa silkii jechatumaa oltaa garuu abseen irra dedebi'ee dhifamaa naa sii balesee jechuunii jechaa Hayyuutii garuu yaadnii kee yadaa siritii mitii sereeyfadhuu. Absee obsaa fi jajjabinaa sif haa kenuu
Ilmaa namaa jechun namaa wan sitti dhufee namaf irra darbuu dandauuu jaeee
Intaloo atii amala hin qabduu ofiraa si fagesuu qabdii ijooleen tunii atii nama badadha nulee amma siraa gorraa
Fatiya dhifama hin beytu shaww sirra gorre amala tolfadhu murteyfate atti baduuuuu ish ish 👎 Mal if setee
Dhugaa keeti
itala tana gorasaa samunuu hinidaleduu pls fatii musiteshefa dhaqii mee 🙏 😢 😭 😫 ♥ 😑 nama piraki wala godhuu hini garatuu Amala kana sirefadhuu namara kopaa sibasaa Yositee galatomii qashaxi
Aatii.arii.maa.gudataa.dhugaa.abseeni.siraa.namaa.abshalaa.ijoleen.balee.baredaa.atii.malii.yeroo.maraa.akkumaa.loltetii.siraa.bareduu.dhugaa.ofii.sireesii.hammaa.dandetin.
Dhuga kunii hinafadha jamaa bira dhugaketi simale hin jiru namni walin dalagan🤣🤣🤣
Dhugaa akkas fakkata 🤣🤣
Maaliif ittii aratree inii obolleessa kiyyaa homa woliin hin qabanuu hin jenee😀
yaa obboolletti tennaa bayyee araru hin bayyisin atti pleace nama bayyee si kabbajannu atti nuf hojjidhaf bayyee sammu kee hin dhiphisin pleace pleace👌👌👌
Kkkkkkkk 🤣🤣fatiyaa addaa atii sammuu hin qabduu kuni hinfadhaa malee wanii biratii mitii
Fatiyan hin hinafte waalahi absee sii jaallaati fudhii😃😃😃😃😃😃😃😃😃
Kan biro waan darbee kakaasaa hin oliin prink siin Jechuuti jiraa barii bee mucaanii
Nama Jechuun nama badii offii ufiit beeke dhifama nama gaafatee ittii lalaai
As.wr.wb Akkami nagaya.faya jirtu Abse jabadhu isin hedu Arti Rabbin hagargaru heduart ynsi namagalu
Welcome❤ ijlle jalalaa jabadha isn cinaa jirra oro huddii👌🌿💛💔🧡
Jirta Abdi kotu me
@@NURIYATUBE ok jabdha wan bayye dalagu jirtnii mati isnif tahe
Dhifama Walin wa si gaafadhu??
Murtii san murtessu Sirrii (Likki) hin goone sister jerjerte garu nuti wan camera duraati argina male ga ta camera duubaa rakkoo jirtu isintu beeka beyta.
Yaa fatiyaa mucaa miskinaa kannaa mattaa dhukubsettee dhissii
Fatiiyyaa mashaallaah
Vidiyo isiin warabdan nu dabara jira jijjira vidiyoma youtube irratti fee'ufi jeetan homa fayyada qabne hin fiidinaa ariiii keessaan keessuman fixadhaa yoo homa akkantiin deedebitan namati hin tolu
Fatiya just give him a break your so love 🤩
😄😄😄😄
Fatiyaa ati amalaa hin qabduu sirefadhuu garuu gizee atii itii artee akaa hadhaa manaa ifiti sif dhipataa abseen ati hin betuu garuu akanii garii mitii dhifamaa hagamaa takaa si kadhatee tan silki tis tanalee pirakii ilee
Atii smu akamii Qadaa birii betu gowaa Kkkkkkk
Fatihaa etii herumii obsetii duraan jalaalee keen seaa turee
Intaaloo atii maatan kee faayyaa sii qabuu
Fatiyaa garuu bayee dogongoraa jirtaa dogogorte jirtaa uf madali itii yadii dubadhu wan dubatu hala kanaan hordoftotaa kes uf hin jibisisin
Fatiyaa attii muslimaa mitti
Awoo ilmoo miskiinaa
Yoo fuudhee marree mirga isatii omg
Atii silaa nii fetaa
Fatiyaa ati malif artaa? Namni you tube dalagu obsa qabachu qaba?
Dhifama yaro meqa sigafate aka dubrti teyi🤣🤣🤣
Sah birraa hanbassaa firratti hin baasinaa
Intaala atii gowwaa amala dhabeetii wayitii deemi nura anaa malee namnii hin jiruu maa jetaa subscribe kiyya sirra deefadhe
fatiya ati nama akamiti garu akanai shidhegu
Kkkkkkkkk kolofaa diee wolyii fatiyaa hin bekka jette hin wolalinii
Sii fetii mucatiin absee
Prank jedhamee mitti wanii Akkassii RUclips irraa hin fiddina shemidha kunii
Kkkkk attii ajahiba qaba mali namni akkana malif ifgogootaa🤭
Wolayii atii abshalaa fakkataa malee wolaltuu macarashadhaa sanuu wani jabaa kamii piranki fudhufi yoo jedhee Rabbii sii haa lafisuu jetee hin cadhiftuu yoo wadaa wolii qabatanii sii madalufii jechuu dandaa atii garuu dhifama yoo jedhaa akkaa daimanii womaa takkatii qacee qabtee yeroo 100 hasoftaa yaa fatiyaa ofii siresii mee obsee ilalii abseeni yoo jalalee kee ta.ee malee jarsaa kee natii hin fakkatuu
❤❤❤❤🥰🥰⚘⚘
Fatii Akkantii mataa hin jaabatiin sanyii offii
Ega prank godhun dila kana walitti isin bufte firra dhiisa prank godhu male maltu wal lola fide ni dabara walahi
Ijolleee youtube dalagduu keessaa taa hangaa tanaa amalaa hin qabannee argee hin bekuu icciiiii
Rabbi sii haa Qajelchuu wolihi mucatii nanaa Anii Qaraa Bayee tokko sii jaladhaa Amaa sii jibee jiraa Argaa kee
Anu aksi arga fatiya
Ofa gudifti
Fatiya Rbbin sihaqajlchuu
Kkkkkkk haay jarsa sa si bilbiltu jatanii
An akka yada kiyya wly fatiya ni jerjerte wa hunda tas gabbiin laali miira kessa galte jarjarte media irratti baasuf hin yaalin 𝙨𝙞𝙨𝙩 𝑝𝑙𝑠 Akmi ja'i Addaan baafadhu tas gabbiin isani wajjis haasawi akkasi dadhabdu as bahu qabda ture .
Hy 𝙨𝙞 fi ifrah, fa'iza, Abse ,birra 𝙬𝙖𝙡𝙞𝙩𝙩𝙞 Aartani akm ga sila 𝑛𝑜 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑟𝑟𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑜𝑙𝑢 𝑤𝑎𝑙𝑖 𝑑𝑒𝑏𝑖𝑦𝑎 𝑝𝑙𝑠🙏🙏
Bishan kannitefi ittin himttuu silkki difamagattef prank wan dhugatti yoo godhee.malli
Yutubatotaa ta.anii kanatii dalataa ufuu akka namanii sii jibuu hin tanii fatiyaa hin lolalii pirak egaa jedhee oboleetii tiyaa wolahii arsee miskanaa fatii sirayii
Obse jaarsaa keetii moo maallif akkatii artaa
fati piraki sinjeedhame pirakii mal qaba silla yofuudhehuu
Mashall mashall mashall mashall love love love
Obasii kotu me gara
Ati kanaa dhiibara kettee lolaa oltaa Ummani kanaa oliyyuu dalagaa olaa 🤔🤔🤔ajibaa
Fatiyaa Atii wly Mataan kee si hin jaduu wly Malii kan wan hin jiree himaa oltuu hin qafatuu xiqoolee
Fatiyaa adaba godhadhu🙄ijooleen baale adaba qabna Adabadhu😳
Fatiyaa.Heduu baduudha ati malif Akabatti Aarta?Namni waliin Hojjatu wan fedhe jedhee waliin dalaga ..malif yo jette.Kuni dalagaadha wan tayeef
Anii isiin lachuu waa isiin gorsuu barbaada haga wallalumma kiyya suniis maalii yoo jettan brinkin isinirra hin deemuu
Ummata badawii 😂
Ya fatiya fudhasati sin galchu giza akas dubatu hinafa cimadha dhifama sigafate miti malif dhifama hingonef giza 100 silki silki jeta dhira tokkonis sobdu hinjedhamu hinqafaru piranki sinjedhe miti maf oftulta hundumatu piranki wolirati dalaga kan kana calu Abse abshir namni isi qofa miti
Maa hinaftaree yoo fudhee qofteeni maltuu sii dhibee mucaa kunii milkinaa dhugaa tii ofii siresimee hhhh waani jartii isaa taatee mooo kkkk gowaa woyyii ofii sitaa moo kunumaa iraa debiyaa olitaa
Abse Dhugaa Jaalataa Faatiyaa
Gowaadhaa intallii tuun dhugaa maa kanumaa bilbilaa bilbilaa jechaa oltaa bilbilaa dhisii lubbuun nama kan yoo baddee hin deebinee yuu ni badaa dhugaa bayyee nama aarsa yaannii kee garuu dhifamaa caalaa maal akkaa siif godhuu feetaa kan mucaa mataa nyaattuu argaa kee 😳😳😳😳😳🙄
Obsee miskiina amashiir😭💔💔
Sii maaltuu sii marachaa prank kanaa caluu walii godhaa jiraa namnii akkaa sii malee namni jiree ofii fakkeessitee ..ofii sirreessi atuu maali nama ngyaattii ofii streesi jettaa mitii...akkatii siirra fokkatuu osoo agartee jamaa yoo fudhee maaltuu sii galchee ati yeroo meeqA prank godhaa turtee..nama garii wayyii sii sehee ani duraani eddaa marziidhaa
Kuni akkam ta'a qaranaan Hintalaa Maa widdii uf goota saa😏😏🤪🤪🤪
Hayii fatiyaa rabbiinu yoo kadhataan namaafi dhisaa bar
Pirakiin pirakii dhaa okee fatiyaa yadii garuu
Fatiyaa dhifamaa godhifii inaarini
Absee Abshiiir lamata prank hin godhin fatiyaa hin artii
Si jaallate jirtii absee
Fati fail in love
Fatii hedduun sitti aare wallahi
Absee miskinnaa wly Abshiir 😭😭fatiiyaa camera afootti akkaamiti akkaas jettaa sorry 😐
Dhugaa rabii intallii akami akkami gogodhatii subbanallaa waridhira intallaa kana bira hafaa gafasi idde kesani bartii dhirati akkana gogodhatikuni intallii pirankin pirankidha siqofarati hijatamara
Malii tolifon jachaa olun hin yo bachisee ho garuu kun hinafadhaa absee ni jalatee mo malii fudhaa isa ma siaa arsaa asto furula sira mulataa dhisii midiyaratii akana hin godhatuu
Tish ilmi dhira yeroo meeqa dhifama siin jedhe irra darbite loltoota😳
Waan duraa dhifama gotee maal gotaa irraa dedebitee gafata olta tishii gowàa
Obsan aanan goromsaa dhugan
🥰🥰🥰🏃♀️🏃♀️
Difamaa godhiif
Intaala dhiiraa hin arbsiinii taa silkii gift sii kenee dhifama sii gafatee qanfaadhuu safuu
Kkkkkkkkkkkkkk Atii intaloo nanaa
intaaluma akkawani gudifteetu akkasuma gogodhatii barii
Sa tun ta numa akami
maali ati hoggu cufa numa aartaa obsa hin qabduu maali namni akkanaa
Atii qanyii takkalee hin qabduu akamiitii ilmaa dhiratiin nii kijiibdaa jetaa safuu takkalee hin qabduu akkattii if hin akkabadiin
Fatiya abseen.naama.gaaridha.dhifama.godhif
Jabadhu
Hinaafa 😁😁
Fatiyan nama garii fakkata garuu keessikee marziidhaa of ilaalii mucaan kun miskinaa nama nagaati yaanif ilalchisaa
Yoo fudhe maltu sigalch hinfaa dhisii muslmni hihinfuu
Inatal lafitiii afan dharataa yerooo hudaaa niiii haxarafataa sabasakrahib kiyaaa siraaa defadheee
Fatiya ilama dhiiraa 😕😕 Absee miskina abshir ani osoo sii bira jiradhe sii walin dalaga
Malli ait faityaa birakii hi beetuu
Ajaiba qabda wly malii tunii gejjan nama kabajne 😬🤐
Isiinin jaallalleedhaa
Wlhi dhugaa namaa arsita fatiya ani akkake dubarti ture garu nama dhira akkana hin godhu ture fatiyan hamtu dhuguman jalachun ture fatiya ati garu nama bada ufffffffffffffffff aabsen miskina Wlhi dhisi yabo akka wan simale namni hin jirreti dhadata hin dalagu mare mal jachudha tilifona ke yaro meqa sigafte ati nama muslimami Hmtu
🥰🥰🥰😘😘😘😘😘❣❣❣❣💓💓💓💓💓💓💓