Waan ajaa’ibaa viidiyoo uumama namaa gadameessa keessaa agarsiisu jalqabaa hanga dhumaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 261

  • @weynishet7857
    @weynishet7857 Год назад +8

    Hojii isaa dinqisisaaf Waaqayyoof gaalannii haa ta'u ❤

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 Год назад +4

    Qoyii dhirrii arsaa malii kanfaala shamaaraa malee
    Guddaa nuuf galaatoomii waan yaada keetiif ebbifaami Waaqayyoo sii haa ebbiisuu Ameeen!!💗💞🥰🙏🙏🙏

  • @MuneeraMuneera-tm6nh
    @MuneeraMuneera-tm6nh Год назад +3

    Subhan allahaa🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️yaa rabbii koo Alahamedurillahaa wollahii bayyee namaa dhibaa

  • @MakiyaaQaabatoo-v9c
    @MakiyaaQaabatoo-v9c 5 месяцев назад

    Maashaaladha Dr kena urmii nuu dheradhaa❤❤❤❤

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Год назад +3

    Yaa hojii rabii kanaa ❤❤❤❤❤ dhugaa namaa. Garamaa Galatomii. Dr jabadhuu Akumatii itii fufii yero biratifii wantaa. Harawaa nubonsuu nufiidee dhuftaa jenee sii eganamoo naf kenyaa gaanii nutii dhuftee matii. Harme kefaa waliin Akka kana duraa santii noboharsimoo. Ishee micayoo nama ulfesitee. Harmen maloo hin bo.iin dhalakoo dhenan sunii yoon yadadhulee 😢😢❤❤❤❤❤❤❤ garalafetii enyuu kanii harmen madalamuu. Dachee kanaraa ❤❤❤❤❤❤❤

    • @kwtkwt6841
      @kwtkwt6841 Год назад +1

      Galatoomi barnota Ajaibatti dhugaa hojiin waqayyoo

  • @UsA-mn3jd
    @UsA-mn3jd Год назад

    Dr dhugaa baayyee nama ajaiba ojii goofta atis ebbifami

  • @tadduunagasaa9979
    @tadduunagasaa9979 Год назад

    Thanks Dr kenyaa nuuf bulii

  • @sukariabdualrahman2519
    @sukariabdualrahman2519 Год назад

    ❤❤❤❤❤❤ Dr Jabaaduu bayee namati toolaa❤❤❤❤❤

  • @deboradebora3543
    @deboradebora3543 Год назад

    Hojiin waaqayyoo gooftaa guuddaadhaa ullfiinifi gaalaan isaaf haa baayyaatuu 🤲🤲🤲🤲🤲

  • @halimahalima3854
    @halimahalima3854 Год назад

    Subaan allhaa raabiin quran isaa kessatii nuuf himee jiraa Dor thank you balinaa argatuu yoo quran dubistee

  • @SisayichelekebaChelekeba
    @SisayichelekebaChelekeba Год назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Ameeeeeeeeeeeeeen Galii waqayoo haa tahuuu Ameeeeereeeeen Dr

  • @jamelanaser7400
    @jamelanaser7400 Год назад +1

    Suballaa❤❤❤jabadhuu drkenyaa barsisa bayilojii kutaa 7fii 8 na yadachisee wly

  • @Hawa-vr2pj
    @Hawa-vr2pj Год назад

    Suubbana allah al-lazimii rabiii danda'aaadhaa waan takkaa issaa hin dhibuuu alhadulillah alhaduliilah

  • @waqayootikisekotianihomahi9215

    Ebifami guda ogguman issa sif yaa dabalamu ❤❤❤

  • @buzunashdadhi4143
    @buzunashdadhi4143 Год назад

    Dr naa kofalchiftee hojiin rabii rajiidha isaaf safuu

  • @chaltutube9428
    @chaltutube9428 Год назад

    😅😅😅😅😅😅😅🥰😅😅dhugaa waan ajaa,ibaati galatoomi Dr keenyaa

  • @oromiyyaabiyyaakoo5583
    @oromiyyaabiyyaakoo5583 Год назад

    ❤❤❤❤❤❤😮🎉🎉🎉waqayyoo hojini issaa dinqidhaa🙏🏻🙏🏻🙇‍♀️thanks dr❤❤❤❤

  • @negatuanuresa3080
    @negatuanuresa3080 Год назад

    Hojii waqqayyooti kuni isaaf yaa galatuu isaa hundumaa gochuu danda'uuf Dr. Atille ebbifamii baruumsaa guddaadhaa dhugaa

  • @gemechumegersa3488
    @gemechumegersa3488 Год назад

    wow Dr. baay'ee nama dinqa thanks so much.
    Osoman jedhuu Dr. barumsa kee caalaati qoosaan kee fi jechoonni ati fayyadamte heddu na bohaarsee jira.
    Specially iddoo Abbabaa Biqilaa jette sanatti. anyways keep it up!

  • @aliyahusen6970
    @aliyahusen6970 Год назад +2

    Rabbii kenaa wani dadhabee hin qabu ☝️☝️☝️

  • @ummuabdallahkajeelatuujann5884
    @ummuabdallahkajeelatuujann5884 Год назад +1

    Subahanallah yaa rabbii atii waa hundaraa qulqulofateee

  • @SoolCaalaa-q6n
    @SoolCaalaa-q6n Год назад

    Yaa Doktor Naafyaad baayyee galatoomi.waan heddu nu barsiisaa jirta.

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 Год назад

    Ebbifamaa Dr.nafyad barumsa addati namni gaafa of tilmaamu akka salphaatti waan dhufe itti fakkaata garuu hojiin waaqayyo dinqiidha akkatti nu uume haa ulfaatu inni

  • @mesi1477
    @mesi1477 Год назад +1

    Baarumsa nuuf laataniif galatoomaa Doctor hojiin waaqayyoo ajaa'ibadha❤🙏

  • @addistadesse8308
    @addistadesse8308 Год назад

    Thank you Dr❤❤

  • @AllahamdulilahRabbiilallaamin
    @AllahamdulilahRabbiilallaamin 8 месяцев назад +1

    Ka atti hara'a akkata umuma keena himtu Rabbin sw wagga 1445duraa Nabiyyi Muhammad sallallahu alleyhi wosallami nuuf himan Qura'ana kessatti

  • @hamliaaoromoo900
    @hamliaaoromoo900 Год назад

    Yarabbii YaaAllaah uuuffffffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @genetihayiluu3810
    @genetihayiluu3810 Год назад

    ❤❤❤❤❤kena waqayyoo guddadhaa galatoomi dr kenyaa

  • @dhugaafjiradhuu8743
    @dhugaafjiradhuu8743 Год назад +1

    Araa kalafaluu kesaan malee nutii of waregine dhalatuu mee enyuutu irraa midhama dr

  • @bekeludufuraa6555
    @bekeludufuraa6555 Год назад

    Wowo bayyee gariidhaa dhugaa waqqaayyoo hojii isaatti wan ta,ee galiin haa fudhatuu❤

  • @hawwiichimdesaa3509
    @hawwiichimdesaa3509 Год назад

    Dr dhugaa atii baguumaa nf jiradhuu wani ani siraa hibaranee hijiruu❤❤

  • @Tgdamena
    @Tgdamena Год назад

    ❤❤❤❤❤❤ dhugaa rabbi atii barsisa gariidha nu jiradhuu.barumsas nu kana nus kofalchisaa jirtaa dr nafyad😂😂 .I love u.ani jordanira

  • @rogayhmaaloomaailtateeroga9716
    @rogayhmaaloomaailtateeroga9716 Год назад +1

    Mashallaa 🤣😍😍😍😍✍️hedduu galatomi dr

  • @DhdhHrgrh-kp2bo
    @DhdhHrgrh-kp2bo Год назад

    Subaaan alaaah hojii rabii gudaati

  • @AsZx-u7v
    @AsZx-u7v 6 месяцев назад

    Icitinii kenya ifaa bahee yaa Dr nufi jiradha❤❤❤😅😅😅😅😅

  • @dinkimeskerem3733
    @dinkimeskerem3733 Год назад +1

    Dhugaa baay'ee namaa galateefachisaa umamaa,rabbii 🙏🙏🙏🙏

  • @Nasima-sk8yr
    @Nasima-sk8yr Год назад

    Wly wan hundaraa hassaa keetii kolfee Drkkkk

  • @Green-j3k
    @Green-j3k 2 месяца назад

    ❤❤❤❤ guddaa galatomii bayyee namatii tolaa👍👍

  • @rawudasayid4515
    @rawudasayid4515 Год назад

    Subhanallaah yaa rabbii koo 😥😥😥😥😥💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @AlmazDamisu-g8y
    @AlmazDamisu-g8y Год назад

    Yaa hojii rabbii nama ajaa,iba dhugaa galatoomi Dr 🙏🙏🙏

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 Год назад

    Gaalatooma Dr keenyaa ❤❤❤❤❤🙏

  • @BoonsaaOromoo-p6g
    @BoonsaaOromoo-p6g Год назад

    Galatoomi doktor nafiyaad
    Jajjabadhu sanyii ko

  • @asuabdisho2642
    @asuabdisho2642 6 месяцев назад

    Dhugaa baayee namaa dhibaa 🎉

  • @AsAs-uv7dk
    @AsAs-uv7dk Год назад +1

    Subannaa allah

  • @yadanigetachoo8230
    @yadanigetachoo8230 Год назад

    Wowwwwwwww dhugaa barnotaa bayee hubana namaf kenuu galatomaa dr

  • @samyasamya4438
    @samyasamya4438 Год назад

    Qalii keenyaa nuf jiradhuu galatoomii barumsa keessanif

  • @Qalbesa691
    @Qalbesa691 11 месяцев назад

    Hojjiin Rabbii heduu jabduudhaa atiis galatomii ❤

  • @Nasima-sk8yr
    @Nasima-sk8yr Год назад +1

    SubahanAllah yaa hojjii Rabbii wly

  • @OrkenishQA
    @OrkenishQA 7 месяцев назад

    Hasa,a ketu na ajaibe Dr😂😂❤❤

  • @anisahnurmala5114
    @anisahnurmala5114 Год назад

    Dr keenyaa 😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤

  • @SuudiiRaayyaa-ki3fy
    @SuudiiRaayyaa-ki3fy Год назад

    woww galatomii dhugaa rabbii heduu namatii tollaa hojii rabbii

  • @kametihintalaoromoyoutube9774
    @kametihintalaoromoyoutube9774 Год назад +2

    Subhaan Allah kaaliqaa Yaa Rabbii ☝️

  • @ifaabarii7149
    @ifaabarii7149 Год назад +1

    Subanaalh

  • @anuemam3888
    @anuemam3888 Год назад +1

    Yaa hojii rabbin subahanallah thank you Dr ❤

  • @tayituajema8133
    @tayituajema8133 Год назад

    Nuuf jiraadhu beekaa keenya ❤❤❤❤🙏

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Год назад

    Uuuuuuuuuuuuu. Dr. ❤❤❤ maloo namaa sururaa ramoo fakataa dhugaa

  • @Obse433
    @Obse433 Год назад

    ❤❤❤❤ thank you dr

  • @masartbira81
    @masartbira81 Год назад

    Galtomii Dr 👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰

  • @bayisedibela4202
    @bayisedibela4202 Год назад

    Eyee dhugaa naa dhibaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @wabiihoraa6040
    @wabiihoraa6040 Год назад

    Ebifamii waqaa kolfanii duyee ❤❤❤

  • @laliseeoromiya7532
    @laliseeoromiya7532 Год назад

    Barnonii kee bay'ee namattii tola
    Gaffii kana na deebbisii pls haala oggeesa fayyattin ijjolle dhiraf durbii akkamin ummamuu danda'a natti himmi pls

  • @husen-pk9ry
    @husen-pk9ry Год назад

    Thank very much

  • @sukariabdualrahman2519
    @sukariabdualrahman2519 Год назад +1

    Subahana allaha Yaa Raabii Yaa allaha

  • @tadumola5368
    @tadumola5368 Год назад

    Dr barumsaa keessanif galatoma! garu wanti naaf hin gale jira spirmi dhirraa keessa bahu miliyonna dhibbaa lama ol kunni dhirrati hin ulfatu? Gaffini lamata spirmi kana waarrii dhira essat batani ?

  • @jalanejalane-tr7tk
    @jalanejalane-tr7tk Год назад

    Wow ❤❤❤❤❤

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 Год назад

    Kkkkkkkkk yaa. Hojii kee jechaa kee nakolfii siisee Dr Nafii

  • @aminajihad987
    @aminajihad987 Год назад

    Subhaan allaah thank you dr

  • @hananaol8484
    @hananaol8484 Год назад

    Bashanansiisaa wanta naa barsisteef galatoomii seeqqadhera

  • @burki7633
    @burki7633 Год назад

    Thankou🙏

  • @faaxeenuuralislam8376
    @faaxeenuuralislam8376 Год назад +2

    Subhaana Allah Allaahu akbar ☝️

  • @HamziyaHamziya-id1rz
    @HamziyaHamziya-id1rz 7 месяцев назад

    Subahanallah 😢

  • @madinakubsa2550
    @madinakubsa2550 Год назад +1

    Zubanalah yarabbi 😢☝️ ahamdulilaa ahamdulilaa ahamdulilaa faaruin kan rabbit wly rabbiin danda,aadha 😢😢 Allahu akubaar ☝️ alaahu akubaar الله اكبر الله اكبر الله اكبر الله اكبر الله اكبر ☝️

  • @asnakudamise1364
    @asnakudamise1364 Год назад +1

    Watadaroota jete bar dr🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @MuneeraMuneera-tm6nh
    @MuneeraMuneera-tm6nh Год назад

    Llaaliiahaa laalliahaa Muhammad raasslullaha saallahaallaahuu aliyeehii wosaallaam

  • @ganatgabii889
    @ganatgabii889 Год назад

    Thanks good for is bless

  • @MuktaarhuseenMuktaarhuseen
    @MuktaarhuseenMuktaarhuseen Год назад

    ❤❤❤❤😢😢😢😢😢❤❤p❤ galtomii heduu uuuufffuu anii sodadhee yuu😢😢

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 Год назад

    kkkkkkkkkk situ naa kofalachisee Dr😂😂😂😂😂❤❤❤

  • @aleminegesa5477
    @aleminegesa5477 Год назад

    Galatommaa Dr❤

  • @hqjnk9016
    @hqjnk9016 Год назад

    😂❤ Dr Dr thank

  • @lishanalemu4756
    @lishanalemu4756 Год назад

    Thank you doctor

  • @safiasiraj2603
    @safiasiraj2603 Год назад +1

    Heduu dasadhaa hagaa dhumatuu lalee galatomaa 💝💝

  • @gfhj2889
    @gfhj2889 Год назад

    Ayyyiii doktor Anii Siittuu Naa diinqee 😂😂😂❤❤❤

  • @dastaanano9926
    @dastaanano9926 Год назад

    Yaa hojii waqayyoo yaa rabbii galataa kee

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 Год назад

    hojiin waqayyoo dinqidhaa❤❤❤❤

  • @hayatabintzakeri7468
    @hayatabintzakeri7468 Год назад

    Subahana Allah

  • @halfiyaahimad2105
    @halfiyaahimad2105 Год назад

    Thank you very much doctor

  • @mathewosgeneti-qz1mo
    @mathewosgeneti-qz1mo Год назад

    THANK YOU DR

  • @ofbeekaadarraa20022
    @ofbeekaadarraa20022 Год назад

    Dr nafyaad Mee Dhiifamaa waliin Adresske Eessa? Ani biyya Ollaa jiraadha Garu biyyatti Yeron deebi'e Yaallamunbarbaada Waantaheef Sin Argachun fedha Silaa

  • @LetiDesisa
    @LetiDesisa Год назад

    Waaawooo diinqiidhaa hojiin waqaa

  • @zinateshome1852
    @zinateshome1852 Год назад

    Gaalatomi Dr kenya

  • @munirashafi611
    @munirashafi611 Год назад

    Yarbbi hojji kee ☝️☝️☝️😢😢😢😢😢

  • @dasiikiyyaa7578
    @dasiikiyyaa7578 Год назад

    Dr.ebifamii dhugaa

  • @genetgemechu6159
    @genetgemechu6159 Год назад

    Guddaa galatomaa Dr❤❤

  • @rabihcall4412
    @rabihcall4412 Год назад

    Hojii waqa nama ajaaiba

  • @belayche4050
    @belayche4050 Год назад

    Thank you ❤❤❤

  • @Hawa-vr2pj
    @Hawa-vr2pj Год назад

    Subbanallah

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Год назад +1

    Guddaa Galatoomi Yaa Doktora

  • @RozaRoza-o8f
    @RozaRoza-o8f Год назад

    Waqaa hojii kee nyashuu Dr😂😂😂

  • @muslimaamharic794
    @muslimaamharic794 Год назад

    ❤❤❤❤ Masha Allah galatomi atis

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 Год назад

    Hojiin waqayyoo dinqiidha .galalnni isaaf haa ta.uu