Haadhi Gooftaas Achi Turte!! // Lallaba Afuuraa - Atiroonoosii // B/saa Mulugeetaa Ayyaaleew (Dn)

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 фев 2025

Комментарии • 64

  • @MyryMyrh
    @MyryMyrh 12 дней назад +3

    Elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele waqayyoo sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu ebifami Bara jirenyaa kee mana Isaa keessa sii haa qusatuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💞💞💞💞💞💞😍😍😍😍😍😍😍😘😘❤️❤️❤️❤️❤️😍💞💞💞💞💞💗💗💗

  • @Anafsiwak
    @Anafsiwak 11 дней назад +1

    Waaqayyoon sagalee jireenyaa sin haa dhageessisu barsiisa‼️❤✝️🙏🤲

  • @دسناالصالح
    @دسناالصالح 12 дней назад +2

    Waqayo sagalee jireenya isina ageesisu baraa jireenya keessan yaa eebbisuu❤❤❤❤❤❤

  • @AyenalemGutaa
    @AyenalemGutaa 13 дней назад +2

    waqayoon sagalee jirenyaa isiin haa dhagesisuu

  • @mztube3621
    @mztube3621 13 дней назад +2

    Waaqayyoon siin yaa eebbisu maal barumsi akkas mi'aawu❤❤❤

  • @lomitola
    @lomitola 12 дней назад +2

    Kaadhanaa haadha keenyaa hundaa keenyaa wajjin haa ta'uu
    Yaa qulqulleeti ilmii kee cubuu keenyaa akka nuf dhisuuf
    Nuf kadhadhuu
    Barsisa keenyaa eebbii giftii keenyaa ararsumaan ishee ama dhumati sina jabessuu dhumaa keessan haa barechuu eebbifama

  • @FenetMotuma
    @FenetMotuma 13 дней назад +2

    Sagalee jireenyaa sin haa dhageechisu eebbifamaa

  • @Askalamaramii1
    @Askalamaramii1 12 дней назад +1

    Waaqayyo sagalee Jireenyaa isiin haa dhaggeessiisuu ebbiiffaama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @habtamujote
    @habtamujote 12 дней назад +2

    Waaqayyoo Sagalee Jireenyaa Isiin Haa Dhageesisuu

  • @ToleraWondimu-nf2id
    @ToleraWondimu-nf2id 12 дней назад +1

    Waaqayyo bara tajaajilaa keessan isiniif haa Eebbisu barsiisaa keenya!

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam4968 8 дней назад +1

    Waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa saa dhagesisuu barsisaa keenyaa Ebbifamii

  • @ShawuuTolaa-t1h
    @ShawuuTolaa-t1h 11 дней назад +1

    s͟a͟g͟a͟l͟e͟ ji͟r͟e͟n͟y͟a͟a͟ s͟i͟n͟a͟a͟ d͟h͟a͟g͟e͟s͟s͟u͟u͟ b͟a͟r͟i͟s͟i͟s͟a͟a͟🙏🙏🙏💜

  • @AlmaazAlmuu
    @AlmaazAlmuu 11 дней назад +1

    Dhuguummaatti waqaayyoo gooftaan sagalee jireenya isiin haa dhageessisuu nuus nama lapheetti qabaanne qalbii ittiin jijjiiratu nuu haa taasisuu ebbifaama barsiisaa keenya 🥰🥰🙏

  • @tatinew2073
    @tatinew2073 3 дня назад

    Ameen Ameen Ameen waqayyoo sagalee jirenyaa isini haa dhagechisu 🙏

  • @mershazelekebekele8292
    @mershazelekebekele8292 14 дней назад +3

    BARSIISAA HAATII WAAQAYYOO KADHANNAA ISHEETIN SIIN FAANA YAA TAATU

  • @ZannabwarqiBashaadaa
    @ZannabwarqiBashaadaa 13 дней назад +2

    Ameen Ameen Ameen eebba guddaa argadha barsiisa keenya! 🙏🙏🙏
    Yaadni koommoo baruumsa keennamu kana sa'aatii isaa/ daqiiqaa 20-30 gadi nuuf buusuf yaala.
    Garuu dhiifama yoon dogoggoreef ammo!

  • @fiqirtetube6798
    @fiqirtetube6798 13 дней назад +2

    Nuuf jaabadhaa dhugummaa dhugatti hojii addaatti akkanumatii ittii nuuf fufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lamessa12
    @lamessa12 14 дней назад +4

    Waaqayyoo kana caalaa kennaa isaa siniif haa baay'isu B/saa, #Eebbifamaa🥰🥰🥰

  • @BurtukeeAlamuu
    @BurtukeeAlamuu 14 дней назад

    Ameen ameen ameen ameen waqayoo gofaatan sagaalee jirenya siin Haa dhaageechisuu dhugumaa dhugaati Eebbiiffamaa Eebbiiffamaa Eebbiiffamaa

  • @AshenafiSisay-s5x
    @AshenafiSisay-s5x 14 дней назад +2

    Haadhi keenya Qulqulleetti Dubree Maariyaam araarsummaa isheetiin jireenya keenya nu haa eebbistu!. Ameen!

  • @AstraHeh
    @AstraHeh 13 дней назад +1

    Sagale jirenyaa sin haa dhagechisu

  • @BuzeeBuzee-kr9ne
    @BuzeeBuzee-kr9ne 9 дней назад +1

    Ameen Ameen Ameen Waqayoo sagalee jireenyaa sii Yaa dhageesiuu Barisisa kenyaa🙏

  • @AyenalemGutaa
    @AyenalemGutaa 13 дней назад +1

    🙏🙏🙏

  • @gutemagobena3226
    @gutemagobena3226 9 дней назад +1

    Waaqayyo sagalee jireenyaa isin haa dhageessisu barsiisa keenyaa

  • @FsjwjHshs
    @FsjwjHshs 9 дней назад +1

    Ameeen aameeen ameeen 🌹🌹🌹🌹🌹

  • @FekaduWodajo-sc7bz
    @FekaduWodajo-sc7bz 10 дней назад +1

    Waaqayyoo sagalee jireenyaa sin yaa dhaggesisuu

  • @fiqirtetube6798
    @fiqirtetube6798 13 дней назад +2

    Waaqayyo goftaa sagaalee jirenyaa isiin dhagesisuu barsisaa kenyaa jiraadhaa

  • @BarakaBaraka-sz2bd
    @BarakaBaraka-sz2bd 14 дней назад +2

    Amen Amen Amen 💖💖💖

  • @SiseeTolasaa
    @SiseeTolasaa 14 дней назад +4

    Yaa Dubroo mariyaam nuti kanaaf si jalannaa
    Calisnne mitii karraa kee arganne fayyinaa
    Kadhanaa isheen hin guttaa hirruu kenyaa
    Ilmaa ishee wajin har'as jirtii Giidduu kenyaa
    Maqaa ishee wamannee bakkaa Yannee genyaa
    Hadhaa Gooftaa Iyyasuus kootuu garraa kenyaa....
    Kabajjamoo Barsiisaa kenyaa dhugummaa dhuggaatii waqayyoo goftaan sagallee jirenyaa isaan haa dhagesisuu silseen jalqabaa keesaan osoo tanee dhumaa kesaan siinf haa barechuu!
    Oggummaa isaan manaa isaa kessaa sin haa Turussuu waaqayyoo goftaan keenya
    Maatiin Midiyaa soortiyaa ulfadhaa
    Akkaa nutii barranuu nuu tasiisttaan
    Kenaa qabdaa iraa osoo hin Abifattiinn
    Hundaa nuf lattaann
    Gaattii lubbuu sinif haa tasiisuu Silaseen umumaan
    Nuf jiraadhaa!
    Abdii borruu ta'aa muladhaa🥰🥰🥰

    • @AlmazDamisu-g8y
      @AlmazDamisu-g8y 14 дней назад +2

      Abboo waaqayyoon harka kana bareessee haa eebbiisuu 🥰🥰🥰

  • @FekaduWodajo-sc7bz
    @FekaduWodajo-sc7bz 10 дней назад +1

    Karaa satelate nuuf koota

  • @SarahLahbati-m1r
    @SarahLahbati-m1r 13 дней назад +2

    dhugma dhugaaattii waqayyoo Gooftaan sagalee jireenyaa

  • @AlmazDamisu-g8y
    @AlmazDamisu-g8y 14 дней назад +2

    Dhuguma dhugaatti waaqayyo gooftan sagalee jireenyaa sin haa dhageessisuu mana isaa keessatti sin haa qusatu jalqaba osoo hin taane dhuma keessan siniif ha bareechuu waaqayyoon jireenyaa keessan haa eebbisuu Silaasen Gatii Lubbuu isiniif haa taasisuu umurii nuuf dheeradhaa barsiisaa keenya
    Waaqayyon miidiyaa sootoriyaa waan baay,ee irraa baraachaa jirraa kanuma caalatti nuuf haa guddisuu 😍😍😍

  • @MistaMista-h5d
    @MistaMista-h5d 13 дней назад +1

    Ebifamiiaa barasisii kenyaa Waqayoo kanaa calaa dabalee icitt isaa dhokataa isifii yaaa ebsuuuuuu

  • @LensaMitiku
    @LensaMitiku 13 дней назад +1

    Saagalee jirenya sadhagee sisuu

  • @DerejeBogale-cv5hj
    @DerejeBogale-cv5hj 13 дней назад +1

    Waaqayyoo Sagalee Jireenyaa Isiin haa dhageesisuu .Eebbifaama.Jabaadhaa!

  • @AsmareeFeyisa
    @AsmareeFeyisa 14 дней назад +2

    Ebbifamaa bs keenya Sagalee jireenyaa sin ya dhagesisuu ❤❤❤

  • @Gannii-p9z
    @Gannii-p9z 14 дней назад +2

    Ameeen Ameeen Ameeen🙏🙏🙏

  • @AsmareeFeyisa
    @AsmareeFeyisa 14 дней назад +2

    Anaa yaa dhufuu bs keenya ❤❤❤❤

  • @jabesamekonon
    @jabesamekonon 13 дней назад +1

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰waaqayyo sagalee jireenyaa isinaa dhageessissu barsiisaa, waan hedduu irraa baranneerra. akkasumatti itti nuuf fufaa

  • @FsjwjHshs
    @FsjwjHshs 9 дней назад

    Naagaa galaata waaqayoo ❤❤❤❤

  • @TadaloMn
    @TadaloMn 12 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AYYaantuu945
    @AYYaantuu945 11 дней назад +1

    Barsiisaa koo❤❤❤

  • @MaammooGirmaa-z9b
    @MaammooGirmaa-z9b 5 дней назад

    barumsii keessaan baayyee namtti tola akkanumaattii jabbadhatuu ittii nuuf fufa galataa guddaan isinif qaba

  • @HhmobileHhmobile-vy3yv
    @HhmobileHhmobile-vy3yv 14 дней назад +2

    ❤❤❤❤

  • @SiseeTolasaa
    @SiseeTolasaa 14 дней назад +1

    Nagaa galtaa waqayyoo bagaa nagaan dhuftaan barsiisaa kenyaa!

  • @TamiratZewdu
    @TamiratZewdu 13 дней назад +1

    BAGA ITTIN NU GAHEE

  • @MistaMista-h5d
    @MistaMista-h5d 13 дней назад +1

    😍😍😍💖💖⛪⛪💖

  • @FsjwjHshs
    @FsjwjHshs 9 дней назад

    🤲🤲🤲🤲

  • @atsadeteklehayimanot
    @atsadeteklehayimanot 9 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @senaa-o9s
    @senaa-o9s 11 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AsmareeFeyisa
    @AsmareeFeyisa 14 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤

  • @apologiststube3142
    @apologiststube3142 11 дней назад +1

    ❤❤

  • @eyerusalemfiyesa6566
    @eyerusalemfiyesa6566 13 дней назад +1

    ❤❤❤❤

  • @AnnoyedBowtieCat-vt5bq
    @AnnoyedBowtieCat-vt5bq 12 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤

  • @tejitugutema1394
    @tejitugutema1394 10 дней назад +1

    ❤❤❤

  • @HdhDhhdh-y3d
    @HdhDhhdh-y3d 10 дней назад +1

    ❤❤❤❤

  • @AmaruEtho1234
    @AmaruEtho1234 9 дней назад +1

    ❤❤❤