Hace ko baga dhaladhee waggaa 23 du.a heedduus argeera firrii kos namni heedduu jaallaadhuus du.eera kan akka keti na du.i na gube keessaa ko midhee jiruu😭😭😭😭 gubanee yaa lammii ko mali malii ya rabbii guma gotaa keenyaa atuma basii😭😭😭😭
Biyyee sitti ha salphatu maal jedhen akka bareesuu na cinqii motii koo haccee koo anii akka kiyyatii amma bodda si argachu hin dendenyu garuu hijole kee akka sif gudisu rabbii sif godhadha
I don't think he's refering to a girl in this song ....he talks about separation from his life relatives and freinds for it ...then he mentions his confusion "gaariif hamenya kee walii isaan wallaale" ...i think he's talking about his life and struggles as an artist the song goes " u're killing me over and over again...how many times do i have to die? ...in how many ways are you going to keep killing me?" .....he's an incredible artist that gave his life to the art ...he did not just sing he lived his songs .....I wish Ethiopia and the whole Africa will someday learn to appreciate people like Hachalu not murder them!!
perfect! I too have been confusing with this immense and dramatically organized and arranged words. By the way it seems that the song is talking about girl, love or relationship but it is completely not! This is what an art mean, who Hachalu mean.........legend never die! Respect
Haqaa kee rabbiin hin gagatin dhignii kankee jiggee hin hafuu dhaloonnii gumaa kan hin baasaa inshallaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💚❤💚
Uufff hacuu koo umrii koo siif gubbadha 😭😭😭😭😭😭😭😭
Our legend i didn't beleive still today.
Dhiigni kee dhiiga kooti
Diinni kees diina kooti.
Hacee ko😢😢😢😢😢😢😢ammayyuu si daggannee dhugaas nattii fakkatuu anaa wareegamni kee rabbii tokkichii guuma kee haa baasu2025 Jan 17 😢😢😢😢
Bar meqaan sif duha ani sii yadeem maaloo😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔
Sirrbotta issa keysaa kan bayye bayyissee jaldha ayyii Hacce 😭😭😭
love you hacee!!! i can't believe that it has been 1 year since you passed
I don't know what you say Hacce. I always cry when I listen your music.
Hero!!!
ትርጉሙን ሳላውቅ አለቅሳለሁ ድምፁ ይማርካል አንተን የገደሉ ዘር ማንዘራቸው የቁም ስቃይ ይስጣቸው 😭😭😭😭😭😭😭
Amen
Hacce koo 😭😭😭 nama du.u hin qabanetu du.ee sii dhabun bayye ulfata ❤
Yaa umataa oromo ujjolle hacce akka gudatuu muziqaa haccee akka gudatuu godhaa commeti baressuu hin dagatinaa❤️❤️❤️
Ati nuufjiratenuuf dutee eee nuuti gumaa 😭keetu baafachuu daadhabnee gubaachaa jiraa ahaa yaa oromoo koo wareegamuun haace bilissummaa issiin haa ta'u .yaa abiyi goowwaa qaroo nuu jamsitee😭😭
Sif yaa badu Hacuu koo Anaa nyaatuu dhiiraa tiyya hee garaan gubatee yaa saba koo😭😭😭😭
Like hin jiruu oromoo koo maalif garuu
Haccee koo si yaadee eessa si arginaree wal dhabne
Hadha ketti fii abba kee hadha mana ketti hijole ketti firra ketti jajjabina ha kenufii rabbi isan ha jabeesuu
Hijole kee rabbi sif ha guddisu
My favourite from the land of Queen Sheba.. Happy New Year
Hace ko baga dhaladhee waggaa 23 du.a heedduus argeera firrii kos namni heedduu jaallaadhuus du.eera kan akka keti na du.i na gube keessaa ko midhee jiruu😭😭😭😭 gubanee yaa lammii ko mali malii ya rabbii guma gotaa keenyaa atuma basii😭😭😭😭
Anaan hacee rabii dhugaa kee hin gaatin 😢😢😢
Seenaan bara baraan si yaadata ,goota namaa !
Ufiii xarii dheraa boda argadhe yutubii kanaa maqaa isatini daladalu bayatee uuuuuufiii haceee kiyyaa gubanee❤❤❤❤❤❤❤❤
Haccee❤❤ we love you forever❤😢 ♾️♾️♾️
❤maloo qashtii ilma oromoo deeb,ii koottuuff 😭
Gotnii umriin isaa gababaadha senaan isaa dheradhaa senaa sii hin dagatuu urjii koo 💔💔😭😭😭
Oromoko me Ace like sirritti itti robsame
Jirachu batuus onnekenya kessa is aqabna yomillen .
Gubaa garaa hin baane nutti taate hacee😭😭😭😭
My king yene leyu hulem balbachin ❤wusta tinoralek have koooo❤😭
Seenaan jiraata hin du'u Goonni ❤❤❤
uff 😭❤ nu nyaatte ormi
Sarenii sii nyatee hacee koo 😢😢😢😢😢😢😢
Haccee koo uuuuuuuuuuuuuuuuffffff anaa haa nyaatu seenaa sii hin dagatu yommiyyuu atii nuuf qaaliidha haccee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏💔💔💔🐅🐅🐅
Haadhoo koo dhuguma wol dhabnee ree amma 😢😢😭😭💔
Haacuu kooo haacuu koo waayyyooooo haadhoo kooo 😭😭😭😭😭😭😭
😢we lost you 💔
Hachalu 😍
Biyyee sitti ha salphatu maal jedhen akka bareesuu na cinqii motii koo haccee koo anii akka kiyyatii amma bodda si argachu hin dendenyu garuu hijole kee akka sif gudisu rabbii sif godhadha
Hacaaluu koo mali godhu odo kani due gale filano koo inii dura siyii ture 😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭
Si siqabatani si miidhanii
Kan na dinquu dhiigaa keetin siyaasa daldalu isanitu na arsee 💔😭💔
Hacee Onnee saba tenyu wauma ke rafnu wayee dhuma keef dhipane maalli malli Hace😭
I miss you heceee every day no for gete for you lefi 😭❤😘😘
Nama badaa wajjini jiradhuu mana garagarii wayyaa dhugaa jedhee waly😢
Sabaaf jiraattee sabaaf duute😭😭😭🙏
Rest in peace #haacaaluuhundeessaa gotaa koo
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭hacee koo sii nyatanii kaaa 😭😭😭
sena riirmii nyatuu jetee atuu senaa sii yadataa hacee koo ❤
Haccee koo uufii gubadhee
Hacee koo 💔💔💔💔
We dan't forget you hace!💔
Seenan sin dagatuu hacee ❣💚❣💗❣😭😭😭😭😭😭
Kunoo duutefi hacee oromiya keetif😭😭😭😭😭😭😭💔💔😭😭😭😭uuuuuuff
😭😭😭😭😭 bikkaa jirtuttii sittii ha toluu hacee koo💔💔
Nufii lubbuu koo qalii kennitee😭😭😭😭😭
Hacee kooo duutii siif hin maaltu💔😭😭😭😭😭😭
Garaa jabaadheetuma, kunoo weedduu ke dhaggeeffachuu jalqabe - waggaa nurraa si fudhatanitti!
Hacee! Torbii Torban Kuttaayee!
Urgooftuu irra aana kusaayee!
Unattuu laga Amboo - Ambo bishaan aagaa;
Dubbattuu akka Aabboo - Aabbo dhugaa Waaqaa!
Liiban arjoo koo - arjaa akkum liibanii;
Diigan angoo koo - aangaa achum ciisanii!
Hacee seenaa Oromoo - Horo baraan kumaa;
Hacee seenaa Oromoo - Atuu kuma kumaa!!!
hacee koo nu gatee demeteree am uuuuuuufffff 😭😭😭😭
namani dhalatee du'aa hin oluu jedhaani mali odhuu rii obsuudha malii 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔
Uuf yaa goota.maali goona gumaa kee rabbuma haa basuu.akka sii jalanufi biyye siraa kafne sii wojini jiraana.mooti oromo fi oromiyaa
Ayiii anaa ha nyatuu qliiko 😭😭😭😭😭😭💔
Uuuuuuuuffffff maal godhuu lubbuu kee yaa maruuu ❤❤❤❤❤❤❤❤ it,s not defined I love you haceee
Haccee koo uuffff
Maqaa kee boolaa ol jira lencaa koo 🐅
Rest in peace hace koo 😭
Uuuu😭😭😭😭😭😭😭😭💗🥰💛💛🧡
Ayyiiii Aaaaah hacee koo maal goodhu ga re siilas waaqaa komaature jate atu gubbachaa tumaan jirradhaa
Senaan sii yaadataa bara baraan haceekoo Rest in peace
I don't think he's refering to a girl in this song ....he talks about separation from his life relatives and freinds for it ...then he mentions his confusion "gaariif hamenya kee walii isaan wallaale" ...i think he's talking about his life and struggles as an artist the song goes " u're killing me over and over again...how many times do i have to die? ...in how many ways are you going to keep killing me?" .....he's an incredible artist that gave his life to the art ...he did not just sing he lived his songs .....I wish Ethiopia and the whole Africa will someday learn to appreciate people like Hachalu not murder them!!
perfect! I too have been confusing with this immense and dramatically organized and arranged words. By the way it seems that the song is talking about girl, love or relationship but it is completely not! This is what an art mean, who Hachalu mean.........legend never die! Respect
My King Hacce ko 😭😭😭💔💔
Liek godha maloooooooooooo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
hace koo 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Maali yoo gadi dhiiftani Isa haaraa
Rest in peace hacheko young boys motivetor😢
Hacee koo❤❤❤❤❤
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭hacee ko qalii obsa dhabee uuuuuuuu fiiiii gubdhee garko 😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
Uuuufff hacee koo biyoon siti haa salphatu
Haceee leencha qiixe kumaa😭😭😭😭😭😭😭❤💚❤
Beekta anaan anatu silaa jiruu Kee jiraataaaa
hacee leca oromo 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😭😭😭maloo gubanée yaa rabbi
Esa iirtu oromo martii
Rest in peace my legend .
❤❤❤❤❤❤❤
My for ever pain haceko
our LEGEND.....may your soul rest in peace
Uip
❤i wish u was here my hero😢😢😂😂
We wish ❤
nayyan boqqadhu hacce
Haccee.koo😭😭😭😭💔💔💔
Each time
Haceee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭
Haccee koo ❤️ you forever
Hacee kiyaaa💔💔💔💔
Qaalii Oromo💔💔💔
Seenaani siyaadata yoomu ❤
Hacce koo maal gochu dandenya gaddee si galafate
Rest in peace
Hacee.hudesaa
Hacce gota koo etuman guya toko si argin mo wayi gara koo dedahi ka
Anaaf duute koodeekoo 😭😭😭😭😭
nagaan boqodhu Hacee koo uuufff uuuffff uuuufff
My king hacee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥺🥺🥺🥺🥺
Haacee kooooo