I'm very proud of you my dear brother your English very easy bless you bagumaa oromoo taatee hedduun sitti gammaddee halumaa kanan itti fufii garuu oso kallatiin zoom irraan sii arganee kana cala nuuf gala ati namaa kamuu calaa hala namaa galuun barsistaa nuuf jiradhuu my bro 😍😍😍
I'm very proud of you my dear brother your English very easy bless you bagumaa oromoo taatee hedduun sitti gammaddee halumaa kanan itti fufii garuu oso kallatiin zoom irraan sii arganee kana cala nuuf gala ati namaa kamuu calaa hala namaa galuun barsistaa nuuf jiradhuu my bro 😍😍😍
Bara haarawa 2024 kana keessa barumsa Zoomiin barachuu turre kan addaan citeeture haarawatti nieegalla inshaAllah. 🕰️🎓📚
Ani barachuu fedha zoomiin maloo
Anillee zoomiin barachuuf feedhiin qaba akkamitti barachuuf danda'a
Lake
Adaraa barachu baribada rumiran akaminii dadah naf himaa😢🙏🙏🙏♥️♥️
jabadhu
Baruumsa keysan kana. Barachuunbarbaada
Dhuga dubachuuf bayyeen gamadee barnoota kana akkanati argachuu koof✅
Mashallah barumsii ke hedu bareda akunumaan itti fufii hedun gamade
Rabbi Sii ha gargaruu wan Gaarii dha
Afanii oromotinii mallii jechudhaa nafii baressa mee
maasha allah! Rabbiin jezaakhayriin siif haa kaffalu.
Tailor =makisafi jenaan
Bayee tokko bareedaa barumsii kessan isin hordofaa jirraa jabadha barnota akkana kana afaan arabaatin hordofaa ture yeroo dheraa
Nice a teacher God bless you
Akkuma ini jedhee amarifaan jetee bee dhifama garu❤❤😂
I´ll doktor
Jaabadhuu akaanuumaatii itiifuufi hawaasa faaduujiirta mashaallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashallah mashallah mashallah itti fufii adara ❤bayyesaa natti toleem wly❤
Assaalamu'aleeykum warahmaatullaahii wabarakatuhuu
Masha Allaah rabbiin sirraa haa jaalatuu galatoomi halumaa kan ittii fufii siini janaa wan garitii jirata
Bayye nama gamachisa jabadhu ❤❤❤
Bayyee tolltaa dhugaa rabii 🤙🤙🤙🤝🤝👌👌🤙🤙🤝❤❤❤❤❤
Bayee bayee Isa galatooma ❤❤
Baayyee namatti dhugaa barsiisummaan baayyee gaariidha
Baayyee galatoomi biro❤❤❤❤❤
Mashalla mashalla tabarak all jabadhu siyi duka jirah
Jabadhuu wanii garii hojechutii jirtaa ♥️♥️♥️♥️
Maashallah akkamitti akkan baru jedhun ture yaabo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Very good bro
Thanks bro
Ini nama ufaata hodhuu jechudha afaan oromiifaan
Teacher baayyee baayyee guddaa galatoomi
Mashaa Allaah Raabbiin Sirraa Haa jaalatu yaa obbooleessa qaali
Barsiisaa ajaa'ibaati wallaahii ❤
Barnoota Barnoota Barnoota....bayyee bayyee bayyee galatomii
dhugaa galatomaa bayyee irraa barachaan jiraa
Jabaadhu itti fufi💯❤️👍
Baay'ee gaarii barumsi kee akka gaariitti namaaf gala. Galatoomii
Jabaadhu bro wanfayidaqabu fidde❤️💯
He'll call you .
She'll call you .
He'll be happy.
He'll go to America
She,ll go to London
Walcome my teacher thank you very much 👍✅
Galtoomi MashaaAllah jabaadhu itti fufi
Galatooma hedduu,,haaluma kanaan itti nuuf fufaa
Wow mashaa allah baay'ee namati tola galtoomii
Hedduu galatoomaa
Dhugaa dubbachuuf yeroo channel kana arguu baayyee gammaddee❤ galatomii obboleessa ❤❤❤❤nuuf jiraadhu
Maasha Allah baayee galatoomi
Wwaa Galatomii sanyii kenya😍
Nama huccu hudhu jechuun akka naannoo tokko tokkotti shammaane jedhamee beekama.dhiifama Galatooma
Galatoomi yaada keetiif
Thanks teacher
Galatoomii waan gaariidha ittii fuufi❤❤❤
She was sick
She was hairdresser
He was butcher
She was grocery.
Galatooma Barsisa keenya🥰🥰
Wwwwwww mashalah.allah ❤❤❤❤❤
Nama uffata hodhu jechun ykn Shammanee jedhsma iddo garitti
Barnoonnikee baayyee.namaa gala eebbifami
Mashallaah tabarakallah halumaa kanaa itti nu fufaa zoom nu barsisaa adaraa
Insha Allah
Maaashaa'allaa tabaarakallaa.
Akka gaaritti namaa galchita.
Fkn ajaa'ibaas namaa kennita qalamni kee haa mirgu hamtuun si hin argin keeyriin / wonti gaarii si hin darbin!!
Tole galatoomi! Haalli itti barumsa barsiiftu hedduu namatti tola.
She's going
Www mashaall sutatii barsisftaa namtii tolaa meree lakofsa kee
Jabaadhaa itti nuuf fufaa
Makin safi jechudha
Akkaf fayya barumsi ke bayye nama gala👍
Baye bareda barsifta❤
Galatoomi bro barnoota gaaridhaa jabaadhuu
Nama. Ufaataa. Hodhuu Jeedhamaa
Maashaa allaah maashaa allaah maashaa allaah 🥰♥️ jabbadhaa
Mee namni baree suu hin beeyne akkamiti Bara Yuu danda'a
Akkamiti bareessaa baratan?
wa.me/message/KAJWPMGLBUVJL1
Asirratti nadubbisi
wa.me/message/KAJWPMGLBUVJL1
Asirratti nadubbisi
Wow very thank you my brother
Kafaana odhu
Baayee namati tolla jaabadhu ❤❤❤❤
Good
baay'gaariidha jabaadhu
Barachunii Barbara wanii natti tolefii
Thank you my teacher ❤❤
❤
❤
He's going
She's working
Wwwwww bayee galatoomaa
Bb
How are you teacher
❤❤❤❤❤bayyedinqii siisa❤
Akkam jirtu naguma. Zuumidhan hin baratamaa jira yoo kan baratamu ta,e Nan baradha anille
i am learning from this
Baay'egaaridha❤❤❤
Barsiisa ani zumii gubbaatti barachuu fedhaa
Thank you teacher
Wwwww barumsa gudda irra argadhee jabadhuu
Nama uftaa Hodhu jechus
Nii dandamaa
Please gareerra nagalcha zoomiin barachuu fedhaa nadubisaa
Wwwwww galatomii bayee
Wow
bayye gaaridha
Please 🙏 zoom akkmin argachuu dandaa'a bro
He is to learn
Wow😘
She's coking
isheen itoo hojjacha jirti
Thank you so much for you teach me ❤ and my Ex is he's reading and she's reading
He's going
hedduu galatoomi
Bayyee namatti tolla dhugaa Rabbii garuu live irraa senete yeroo osso irratti gotte nama barbadu gallamessite baredaa
Welcome ❤ thank u so much
Itiii fufiii barsisaa kiyy❤❤
Bay.ee garidha jabbadhu
👍👍👉👍
mashaallah ❤
Galatoomi
Si qunamu fedha
He's working
She's eating
Thanks very much my bro 🙏😍
❤❤🌹
Jabadhu