I approach you, I walk with you, I am selected the right way with Jesus, I am rewarded love Jesus ...... the song like that. Thank you family of god. I love Eritrean especially Professor Asmarome Legessie like my father.
wow! farfannaa kee kana baayee baayeen jaaladha Waaqati baayee ol nama buuta hafuraa dhugaa of keessa qaba eebbifamii ayyanaa kana caala siif haa dabalamu god bless you Sole
hamaan na hin argatuu siinan eegamaa barruun kee na hin buufnee siinan eegama!! surely spiritual song that i am touched in it! God bless you!! Praise the lord!!
hamman na hin argatuu siin eegamaa ameen ameen dhageefadhee dhageefadhe quufu hin dandeenye farfannaa ayyanaa Waqayyoo of keessa qabudha gooftan si haa ebbisu dabalee dadabalee kana caalatti ayyanni siif haa baayatuu
Waaaaw, what would I say, 'ol-guddata!' MAY THE LORD BLESS YOU ALL in ALL, AND MAGNIFY YOUR LABOR AS YOU DO THE WORK OF THE KINGDOM, IN THE NAME OF JESUS! Powerful, Artful, Stylish one!
Solomon! God bless you! May God Almighty Pours his Holy Spirit again to your songs and life! Don't listen those who admire you ! Stick to the voice of your God! You will serve him for long !!!!
አንድም ኦሮምኛ ቃል አላውቅም፣ ነገር ግን በጣም ከምወዳቸው መዝሙሮች ውስጥ አንዱ ይሄ ነው፡፡
ጌታ ይባርክህ! *AMEN*
Tebarkhal wndme ...yhen link bemachan be lelochm song tebarek
ruclips.net/video/RBDSeBeDtD0/видео.html
🎉
Soleeko Waaqayyo dhuma bara jireenyakee haa eebbisu! Ayyaanasaa siif haadabalu aboo. Gad hindhiisin Goofticha!!!!
Sol #Ayyaanni waaqayyoo dachaa sii haa baay'atu faarfannaakee kanaan jireenyikoo hedduu eebbifame Nuu guddadhu📖
Uuuuuffffffeee amayuu dacha sif haa robbu ayani isaa ammeen ammeen (yesus badhasakoo
Si anaf kenan koo
Madda fayina koo
Sii anaf nagankoo
Uuufffffee dhugadha dhagefadhee qufun dadhabee nuf ebbifami soolz💚❤💚
I am Eritrean and i dont even know what he says but i love the song , I really enjoyed it...
God bless you in Jesus Name ...
just your are bought by the blood of Jesus so that
tnx ma dear the same sprit is in us. yhe peace of holy gost be with you..
@@solomonadugnaofficial487 farfnaa laphee namaa tuqudhaa Ebbifamii dachaa dachaa
I approach you, I walk with you, I am selected the right way with Jesus,
I am rewarded love Jesus ...... the song like that. Thank you family of god. I love Eritrean especially Professor Asmarome Legessie like my father.
I am Kenyan but this song Woow!!
Namaa Akka dawitti dibaatichaa ganafaa dibamee dhalootaa keessaa anii suman aragee dhugaa ituuman fayem kanumanuu ufeeeeeeeeeee malii sii jedhaa mitii ebifamii kayiiiiiii jabadhuu
Isay 60 =19
Ebifamiiiii
Keessa koo jirtaa barabdee sii dhabnee haleluyaaaaaaaaaaaaa
amaaa
Ameeeeeeen Ameeeeeeen ililililililililil ililililililililil ililililililililil ililililililililil ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii dachaa dhumafii xumuraa hin qabanne darabi demi maqa iyesustin Ameeeeeeen
Uuuuuuuuuuffffffff farfaanaa iliiliilliillii iliiliilliillii iliiliilliillii 🙏🙏♥️🙏🙏♥️🙏🙏♥️🙏 Ebbiiffami Sol🎉🎉🎉
waaqayyoo inni ayyaana kana siif kenne ammayyuu barabaraan sii haa eebbisu. Ameen
Amen Amen Amen waaqayyo si haa eebbiisuu eebbiifamii dachaan salon faarfanna kuni hedduu nan ebbiiseera eebbiifamii dachaan
Farfaanna kana bayeen jalladha Gallata argatu yesusi muca kakuu 👏👏👏👏👏 Gotani isin haa ebbisuu Solomon Kenya 👏👏👏👏👏👏👏
Ebifamii sol darfanaa kana bayyeen jaldhaa ebifamiii😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲
Kan na basuu si fildhera anii 100%100 nuf jiradhuu
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen"!!!!!!!!!!!Ufeeeeeeeeeeeekaa" goftaan koo dachaa baraf jireenya kee hundumati si haebbisuu ebbifami 💟💟💟💟💟💟🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
Eebbifamii maqaa yesusin dachaadhan keessa ko jirtaa yesus kooo abba koo uuuffee ameeen ameeen ulfadhuu abbakoo bara baran
❤❤❤❤❤ Ebbiifamaa waqayyoo Goftaan baraaf jireenyaa keessaan haa Ebbiisuu 🙏🙏
Wowwwwowwwo solll waqayooo Abaa sii yaa Ebisuu dhugaa farafanaa bay'ee namatii toluu Ayannii waqayoof sif yaa dabalamuuu dhugaaa!
ክብርና ምስጋና ይሁን ለጌታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ ይሁን ጌታ ኢየሱስ ይባርካችሁ ቅዱሳን ሁሁሁሁሁሁሁሁፉፉፉፉፉፉፉ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏
Mattii naaf ta.iimee
Ebbifami humurii dargagumaa ketii filannoo garii murtesitaa keessaa koo jirtaa na marsitetaa Haleluya
It’s 2023 and still this song hits
2024
''keessa koo jirtaa''!!! ... jaalallekoo sittan aara galfadhee...I can’t stop listening this song GOD BLESS YOU MY BRATHER
Bls u too ma dear
here is my another song enjoy with it! Just click the link.
ruclips.net/video/RBDSeBeDtD0/видео.html
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕💖
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen dachaa ebbifamaa namaa waaqayyoo salmonii jajjabachaa ayyani waaqayyoo isnif yaa ta'uu
Ameen ameen ebbifami dachaa dachaan waaqayyoo baraa fi jireenyaa keessaan haa ebbisuu
AMENNNNNNNNNNNNNNN SII MALEE NAFI HIN TATA'UU ATI OLI OLINAFI JIDIII SAA EBBISUU DHUGAA KETIE!!
Dhuguma, ka nu baasu Isa filanne, namaani? Kha maani gadi dhiifnu? Kha eennuuni jijjiirru? Isa male hinbaasiftu! Eebifami bro @solomonadugna. ❤
Wow Bayyee nati Tolee itinis Ebbifamera waqayyoo ayyana isaa dabalee sif habayisuu nama waqayyoo ebbifami dacha dacha
Sol Farfaanna kee yeroon Dhageffadhuu kessii koo na boqota GOftaan Ayyana isaa siif haabayisuu!!
Uuuuffeeeee uuuuuuuuufffeeee ebifamii Kan naa basuu Sii filadheraam anii ayyaniisaa dachaan isinf haa bayyatuuu 💔💔💔💔📖💒🙏🙏
Eebbifami Waaqayyo Gopofatan bara kee hundda haa dhuunfatu.
"Yesuus Badhaasa, kennaa, abdii,madda nagaa,gaafa fayyinna koo"!!!, I really Loved it!.
Stay blessed!!!!, God bless you more!
Nuu Guddadhaa!.
keessaakoo jirtaa
yesuus ganfaa fayyinaa koo
solii Waqaayoo si haa ebbiisuuu sirraa hin fudhatamiin sif haa baayaatuu ayyaannii dhumaa hin qabnee Ebbiiffaami
Amaaan Ameeeen ameeen uuffee
Sitti siqaa anoo sii faanaa demaaa
jaallalee koo gad jedhee siif bittaama
kan naa baasu sii filaadhera anii
gadi si dhissuu sii jijjiruu umaani uuffekaa ebbaaf ta'ii bar kee guttuu solee mucaa ebbifamaa farfannaa kee das naama jedhaa
Kesssa jarta jessuu, kendas kesemusu jarta
Ebifamii sool farfanaa kana bayyeen jaldhaa ebifamiii waqyyoo si haa ebisuuuu❤❤🤲🤲🤲🤲
wow! farfannaa kee kana baayee baayeen jaaladha Waaqati baayee ol nama buuta hafuraa dhugaa of keessa qaba eebbifamii ayyanaa kana caala siif haa dabalamu god bless you Sole
"sittan si siqa anoo si faanan deema" Yesuus..... Eebbifami!
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖❤️❤️💕
Sool waaqayyoo sii haa eebbisu . Hubannaa fi ogummaa dachaa, dachaa++++++++++ siif haa dabaluu ammallee gooftaan. EEBBIFAMII !!!!!
Uuuuufffff dhugaa bagaa gooftaa ayyaana kan siifi keenee yeroo hunda dhageefadhe fariseelee qufuu hin dadeenyee ebifamii dacha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
barri kessan haa eebbifamu.bayyen isin jaaladha.
Nule baayyee sii jalan
Wangelatii nuf jabadhuu
Baruma baran farfadhuu
SALMWWWWWWWoooooAmeeeeee
Ebbifami nulee bayyee si jaalan mucaa kakuu nufi jiraadhu
Haama dhumati cimi dhabadhu. Muca goofta ayyanisa sifi haa dabalamu
Ameeeeen ebifaami waqayoon sitan boqee waqayoo
Waqayyoo sii ha ebisuu muca kaku jabadhuu dibata siifi haa dabaluu Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Ayaleluyaa
Wawwuuuuu hedduu nati tole jiraa farfannaan kuni malooo uuuffffff ebbifamii mucaa waqayyooo ammayuu ×3 sifaa dabalamuu ayyaani gooftaa
hamaan na hin argatuu siinan eegamaa barruun kee na hin buufnee siinan eegama!! surely spiritual song that i am touched in it! God bless you!! Praise the lord!!
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖❤️❤️❤️💕
Waaqayyoo si haa ebbisuu Farfannaa Baayee nama ebbisuu dha Ayyaani dachaa sif haa baayatuu ❤❤🙏🙏🙏🙏
hamman na hin argatuu siin eegamaa ameen ameen dhageefadhee dhageefadhe quufu hin dandeenye farfannaa ayyanaa Waqayyoo of keessa qabudha gooftan si haa ebbisu dabalee dadabalee kana caalatti ayyanni siif haa baayatuu
Faarfannaa kanatti baay'ee eebbifameera obboleessakoo barrike haa eebbifamu
Ameeeeeeeeen! Gooftaan baa'isee isin haa'ebbisu. Dhgaadha, Gooftaan jijjirraaf hin oolu, qixxaataas hinqau. Amen!!!!!!!!!!
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️
Gaafaan faarffanaa kana dhaggeefadhu garaa kootuu na pabbanaa.a Kan na baasuu iyyesusiin pofa filaadheera sooliiyee koo barri jireenya kee hundumtuu mapaa iyyesusin sif haa ebbifamuu waapayoo Mucaa kaku si godhatera🎵🎵🎵🎵🎵🤲🤲🤲🤲🥁🥁🥁🥁🥁🎧🎻📢🎺🎸🇪🇹♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Uuuuffffff waaqayyoo gooftaan sii haa ebbissu farfannaa keetiin waaqayyoodhaf galata galchaan jira.
Kan naa baasuu si filadhera anii yesus ameeen
Uuuuffffeeeee ebbiifaamii dachaa dachaan ayyaanni isaa sif yaa dabaalamu nama waqqaayyoo dhugaa baay'ee nama boqoochisa farsaan kee 💞💞🙏🙏🙏🙏
ameeen ameeen halelluya waaqayyoon baraf jirenya kee gutu haa ebbisu !!!!!!
Uuuuuuuuuuufffffeeeeeee Ayyaanni kun dachadachaa sirraatti haata'u bara kee hundumaa eebbifami
Amen Amen Amen waqayyoo barafi jirenya kee ha Ebisuu
Ebbifaamiii dachaaa maaqa yesus mucaa kakuu
Kanii naa basuu sii filadheraa anii gaddii sii dhissuu sii filadheraa anii Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeen ebbifamii obbolesaaa koo !!!!!!!
Gooftaan baraf jirenyakee haa ebbisuu solomon ayyanisaa dacha siifhaa bayatuu addunyaf ebba tahii
Eebbii dhumaaf jalqabaa hin qabnee siratii yaa dhagalyuuuuuuuu kanumaa caallaa waaqayon ulaa farfaan siratii yaa banu ebifamii dachadhan dhugumaa jetee kan nama baassuu iyasusu qofadhaa ebifamii dachadhan
Ameeeeeeee ameeeeeen ameeen eebbifamii 🙋🙌🙌🙏🙏🙏
warroni akka sirba biyyaa lafaati farfachaa jiraan hubaannoo guddaa si iraa argatuu jedhee yaada baraa kee guttuu gooftaan si haa eebbiissuu akkumaa kanan iti fufi ulfaadhuu muccaa kakkuu ❤❤❤❤❤❤👍☝☝☝☝☝☝☝☝☝🌍
Wow farruu bayee tokko kessa koo naaf qabanesudha ,,,,,guddaa nuuf ebbiiffam sol
Amen amen ebifami waqayyo si haa ebisu ayyana isaa sif haa baayisuu
Waaqayyoo isin haa eebbisu! Ayyaanasaa isiniif haa baay'isu.
Ameeeen Ameeen kesako jirta waqayonko si sa ebisuuuu solo amas ayanasa sif habayisuuu lecichi yuhudaaaaa
Ameeeen ameeen ammeeen barrii jirenyii keesan waqayo siina ebbisu ebbifammaa🌲🙏🙏
Uuuuuuuuffffffeeeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifami dachaa maqaa Yesuusitin saami gooftaan yesuus si haa ebbisuu ammas dachaa dachaa siif haa dabalamuu kenaan oli waaqa!!!!!❤❤❤❤🎹🎹🎺🎻🎻🎷🎶🎧👏👏👏👏📚📚📚📚📚🎤🎤🎤🎤🎤
Waaqayyo si haa eebbisu! Gooftaan ayyaana isaa siif haa dabalu!
Ameeeeeeeeeeeeeeeee ebifamii dhugaa Kan akka waaqayyoo hin jiruu bayee namati tolaa jabadhaa
Ani peenxeedha!!! Farfattoota fresh boodde kana yaate dhufte immoo farfannaa ishee caalaa tibiiti ishee caala! DASTA NFA BAACAANFA kabaanfayyuu hayyaana waaqayyoo keessa seenani ofii isaani keessa ba'anii farfaatu....kanaafis miilli isaani fagoo deeme! Warra amma garuu osoo clip tokko hinbaasiin tibitiishee lafti hinbaatu......!!!!!!!!!!!!!!1
Faarfannaa connectionii waaqayyoo wajjin walitti nama hidhu.eebbifami,ammayyuu gaafadhuu fudhu
harki gooftaa keenyaa waan hundumaan guutuudha.
Haleluyaa uuuuuuuuffffffffeeekaa Ammeenn ebbifami muca kakuu Ayyaan waqaayyoo kanuma calaa sifi haa dabalamu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏😍😍💞💞
even if i can't understand afan oromoo....i loved it...stay blessed sol!! God bless you!!
Bls u too ma dear
here is my another song enjoy with it! Just click the link.
ruclips.net/video/RBDSeBeDtD0/видео.html
Sooli Waaqayyo sii wajjin jira. Dhugaaf taanaan faarfannaa ati faarfatte baay'eesaatti keessikoo boqonnaa argateera. Gooftaan koo si haa eebbisu. Ayyaannisaa dabalamee siif haa baay'ifamu...
LOVE IT SO AMAZING. Waaqayyoon sin ha eebisu❤❤💋💋💋💋💙💙💙
ruclips.net/channel/UCpuLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg
subscribe በማድረግ እዛ ላይ የሚለቀቀው ለ መዝሙር የሚጠቀሙ ትምህርቶች እና አዳዲስ መዝሙሮች እንከታተል የተባረኩ
Uuuuuuufffeeee kana naa basuu sii filadharaa anni Ameeen Ameeen ebifamii mucaa kakuu 🎧🎵🎵🎶🎶🎻🎻🎻🎺🎺🎤🎤🎸
Wow really I loved it. Guddaa Eebbifami Sol...Ammas kanumaan caalatti hubannaan isaa jireenyakee haa dhuunfatu.
Keessa koo jirtaa naa dhunfaatertaa barbadee sii hin dhabnee naa marsiteetaa ebbifaami dhugaa darbii ce'ii barii jirenyaa kee kan ebba haa ta'u
Yes, Jesus, your Holy Spirit lives inside me!
Ebbifami dacha dacha ameen kan itti siqan gooftaa duwwadha dhugaa keeti sal kenya ameen ameen ❤❤
ebifamii i couldn't stop listening starting from midnight
baayyee galatoomi farsaan kee na gammachiiseera!!!!!!!!!!!!!
Amen Amen Amen Eebbifamaa farfaatootaa Afaan Oromoo hundumtuu
Ameeen ebifami kanuma cala waaqayyoo dibatasa sirati Adhaagakasuu
Jiraadhu darbii
Kan na baasuu si faladheera ani ... Yesus badhaasa ko, fayyisaa koo
Waaqayyoo guda dacha sin haa ebisuu farafata Kenya solomn😍😍😍😍
Waaaaw, what would I say, 'ol-guddata!' MAY THE LORD BLESS YOU ALL in ALL, AND MAGNIFY YOUR LABOR AS YOU DO THE WORK OF THE KINGDOM, IN THE NAME OF JESUS! Powerful, Artful, Stylish one!
HIN BAXABAXINA.
Link kana tuka👇
ruclips.net/video/v5H7pLU6Dj0/видео.html
ruclips.net/channel/UCpuLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg
Waantota Faarfannaa wajjin walqabatee baruumsas ta’e Faarfannaa harraa irraa argachuu dandessu share fi subscribe godhi
subscribe በማድረግ እዛ ላይ የሚለቀቀው ለ መዝሙር የሚጠቀሙ ትምህርቶች እና አዳዲስ መዝሙሮች እንከታተል የተባረኩ
Bls u too ma dear
here is my another song enjoy with it! Just click the link.
ruclips.net/video/RBDSeBeDtD0/видео.html
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕💕💕💖💖💖
woww... eebbifami baayyee namatti tola.
Solomon! God bless you! May God Almighty Pours his Holy Spirit again to your songs and life! Don't listen those who admire you ! Stick to the voice of your God! You will serve him for long !!!!
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️💖💖💖💕💕💕
Ebbifami dachaa Obbolee koo! Faarsa lubbuun itti boqottu.
Ayyaanni Gooftaa siif haa baay'atu.
Ammeennnnn. Sii jijiruu homaanii gooftaa. Uuufffee eebifamiiiiiiiiiii
Jiraachuudhaaf carraan siif kennama yeroo dhuma murtaawadha kanaaf waan si hin gaabbisiifne hojjedhuuti darbi
Ameeeeeen Ameeeeeen Eebbifami waaqayyo Saa Eebbisu 📚📖♥️🙏🙏🙏❤️❤️
Harmmeen kee baga si deesse soolii koo thank you jesus🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💖
IT IS AMAZING SONG WHICH IS CHANGE MY LIFE GOD BLEESS YOU I LOVE YOU SOO MUCH AGAIN GOD BLEESS YOU
Ameeeeeeen. Dachaa. Barrikee. Haa. Eebbifamuu. Mucaa. Kakuu
I have a serious experience with this song. This song has reassured me a lot. God bless you...
Ameeeen uuuuufffeeee yesusekoo ulfadhuu bara baraaan abifamii mucaa kaku
Waqayyoo sii haa ebisuu dachaa ayyana isaa dacha dacha siif haa daballuu
Waaqayyo si haa eebbisu. Faarfachuukee addaan hin kutiin!
Solomo keenya baaye eebbifami! Dhugaadha dhiiga Gooftaatiin fayyine, Hallelujah!!
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖
WOWOWOWOWO AMAZING SONG BARBADEE SIN DHABNE ANI EEBBIFAMI SOLIYE BAAYYEE FAARFANNAA LUBBUU NAMATTI HORU NUUF DHIYEESITE
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen dachaa dachaa eebbifama darba deema maqaa yesusitin
Eebbifami nama Waaqayyoo faarfannaa baay'ee keessaa nama haareessudha.
Amen amen amen amen siwaqesaa arikaa koo olikafadhe jalalee koo sitani ara galifadhee amen amen amen ebifamii dachani nama kakuu
Wow amazing song "kan nabaasu sifiladheera anis!" Eebbifamaa
ameen eebbifamii obboolleessa bara jireenyaa hundumaa ameen. hamaa dhumaatti sii haa dhabuu mana isaa ameen....
Uffffeeeeeeee
Dhugaa anis gooftaa koo gadi hin dhiisu
Eebbifami f/S
Dhifamaa dachaadachaaaa
I'm listing non stop what blessing song, Many blessings brother.
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️💖💖💖💕