'Barnoota Baratanii Qoramu, Jireenya Garuu Qoramanii Baru'| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Dr. Tolashii Tashoomaa jedhamu torban dabre Yunivarsiitii Jimmaa irraa gosa barnootaa Anaalitikaal Keemistriin digrii sadaffaa yokaan PhD argachuun eebbifaman. Muuxannoo barnootaa fi jireenyaa irratti Jaallanneen Dr Tolashii haasoofsiiftee jirti.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии • 2