FiB: Maatii Waggoota 10 booda Sirna Cidhaa Miidhagaaf hawwataa godhatan !

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 9 окт 2024
  • Gola Maatii (June 16, 2021) Finfinnee

Комментарии • 389

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 2 года назад

    Wwwwwwooo baayee namaa gammachaa galii gaarii siif haa ta u♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @tsehayregassa6853
    @tsehayregassa6853 3 года назад +10

    ዋዉ ስታምሩ ሁለት ቆንጆዎሽ እግዚአብሔር አሁንም ፍቅራችሁን ያጽናላችሁ ረጅም እድሜና ሙሉ ማንነትን ያድልልን !!

  • @sameraabdulla9003
    @sameraabdulla9003 3 года назад +11

    Yaa rabbi koo bultii koos akkatii naaf midhagsiii🤲🤩🤩🤩🤩

  • @alamituajamaalamituajama7634
    @alamituajamaalamituajama7634 2 года назад

    Wawuuuuuuu bayyeeee namati toltuuu wqy umuriii dhera isinfi haaa kennuu ebbifamaa💯👈❤❤❤🙏🙏🙏

  • @qeerroostudio8541
    @qeerroostudio8541 3 года назад +37

    ❤️❤️. OROMOO jechuun akana
    Wari safuu cabsaa jirtan : mee kanarraa
    Maall baratu???

    • @masiinkaniyasuus2684
      @masiinkaniyasuus2684 3 года назад

      Kottuu matii naf ta'ii

    • @qalloowarratuulamaashaggar1477
      @qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад +1

      Maatii jaalalli keessati margee kan jedha warra kan warri safuu caabsa yoo jiraatan kan yoo dhaggeeffatan ni gabbuu barumsa guddaa👌

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад +1

      Qerroo mati naaf tahi sanyiiko

    • @ELSAGADOTUBE
      @ELSAGADOTUBE 3 года назад

      Sanyi koo mati naf ta.ime

    • @ELSAGADOTUBE
      @ELSAGADOTUBE 3 года назад

      @@qalloowarratuulamaashaggar1477 mati naf ta.ime

  • @alamitubest8210
    @alamitubest8210 3 года назад +1

    Wowowowowowowowowowooo waqayoo amalee jalalaa dhumaa qabanee isinif yaa kenuu 🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿 bayee bayee namatii tolaa barumasaa Garii isiniraa baranaa nuf jiradhaa Orm koo ❤️💚❤️💚❤️💚❤️

  • @anisoromoodha6144
    @anisoromoodha6144 3 года назад +10

    Dhugaa jaalala akkasii nufillee haa kennu waaqayyoo umurii dheeraa bara kessaan hundaa akkasuman haa bareechu 😘

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад

      Leyaam kottu maati natahii

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 3 года назад

      Kotume mati walif tana

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 года назад

      @@lalisejaleta5423 siif tahera yoo irra kaasu baatanif ati bor naaf tahi lubbu

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 3 года назад

      @@saboontutube881 tole lube ko dhuga hin dahadhu mati sifan taa boru duras sif taera hin kasan male nabsuko

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 3 года назад

      @@saboontutube881 atis sher naf godhi iryota ketif anis akasuma gadha wali jajabefana jajabeko

  • @addisetana66
    @addisetana66 3 года назад +2

    Congratulations, You had a great Wife ! Proud of Oromumaa

  • @safeyah0075
    @safeyah0075 3 года назад +2

    Rabbin jaalalaa akkana nuf haa kennu inshaa.allah isinis umrii dheeradha jalaala kessan isinif.haa dabalu rabbin

  • @gffgvygvv531
    @gffgvygvv531 3 года назад

    Waqayyoo amalee jalala kesaan yaa cimasuu umurii dheradhaa bay'ee namatii tolatuu

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 года назад +3

    Wowww Akkam namati tolaa dhugaa waaqayyoo wallin urmii isinnin haa dheerreesuu ❤️🥰💘❣️✅

  • @jimmagibeegamaa5041
    @jimmagibeegamaa5041 3 года назад +1

    Rabbi waliin umrii dheera isiniif hakennu jiraadhaa dhugumaan isin barsiisaadha Ergaa guddaa ummata baldhaadhaaf dabarsitaniittu gaaila waggaa 10 boodaa ajaaiba!!

  • @AlemTolesa
    @AlemTolesa 10 месяцев назад

    WWWWWWWWWWWWWWW bayee namatii,tola,dhugaa ebbifamaa

  • @demetura5227
    @demetura5227 3 года назад +1

    God bless your marriage. I really like this show. She looks like artist Selame

  • @fayoalemeri2119
    @fayoalemeri2119 3 года назад

    Umrii dheradhaa wajjiin jiradhaa fayyaa gutuu rabbiin issiin ha kenuu

  • @gedefakebede
    @gedefakebede 3 года назад +1

    dhugaa dubbachuuf yaadannoon kun hiika addaa anaaf qaba! waaqayyoo ammayyuu isin haa eebbisuu

  • @fayizailiyasomntube6977
    @fayizailiyasomntube6977 3 года назад

    Wowowo bareeduwwaani tennaa wojjiin turaa umrii dheeradha hamtuun jidduu tessaani hin seeniini
    💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘

  • @sifanisiifanii2922
    @sifanisiifanii2922 3 года назад +1

    Bayye bayye namti tola umurii 1000 walin jiradha💞

  • @muhmmadabdalla2830
    @muhmmadabdalla2830 3 года назад

    Wajjinuuf turaa wajjinuuf horaabulaa bagageessan
    👍👍👍❤❤💚💚❤❤

  • @sarasarah4906
    @sarasarah4906 3 года назад

    Jaarsiikee gatti qabu ykn waataa maatii isaafi barbachisuu waani guutuufi ijooleekee dhistee hin batuu namani kani rakkatu dhiirsaa isaasi damaa isaasi dhisee biyaa ba,aa ok lubbuu

  • @girllady9079
    @girllady9079 3 года назад

    Bayyee bàredanii ijaa efb hafaa sanyii ofii

  • @bontuboru2097
    @bontuboru2097 Год назад

    Uuffee Waaqayyoo 1k Isiin Ha Jiraachiisuu!!!! Maatii Jaalalaa

  • @feyrouth9177
    @feyrouth9177 3 года назад +1

    Video ciidha keessani maloo gadii nuf lakkisa 😍😍😍youtube irratti

  • @abaabooabaaboo6518
    @abaabooabaaboo6518 3 года назад

    wowo wqyo umrii kessan wajiin haa dheeressuu

  • @arabyaha768
    @arabyaha768 3 года назад

    Horaa bulaa oromo koo 💕💕💕💕💕💕🥰🥰🥰🥰

  • @ibsagirmaofficial.8141
    @ibsagirmaofficial.8141 3 года назад +1

    wow umurii dheeraa naaf jiraadha sanyiikoo.

  • @saada7114
    @saada7114 3 года назад

    Rabbin ija hamtu isinirraa haa qabu walif isin hadhisu ❤️❤️❤️

  • @abebaararsa8171
    @abebaararsa8171 3 года назад

    Waaawww ebbifamaa waqayyoo isin haa ebbisuu

  • @fiqademokonon5517
    @fiqademokonon5517 3 года назад

    Dhugaa Waqayyo bayyee Namtii tolee hwi keyyaa waqayyo Nufiiyaa gutu 🙏🙏🙄

  • @uaeu3800
    @uaeu3800 3 года назад

    baay'ee namatii tolaa dhuga umurii dheradha

  • @kwtkwt5420
    @kwtkwt5420 3 года назад

    Rabbii danalee jalala isiniif haa kennuu

  • @astermakkonin5331
    @astermakkonin5331 3 года назад

    Wowow waqayyoo kana caalati isinaa ebbisuu ebbifaama bayyee namati toltu dhugaa

  • @lensaabaqqala365
    @lensaabaqqala365 3 года назад

    Fib gudda Galatoma Ani immo yeron Wagga digdamaffa kabajajadhu isinan wama kkkk❤️

  • @bayiseyoutube7462
    @bayiseyoutube7462 3 года назад +1

    Wowow bayye aja'ibsifadhe galatoma warri fib

  • @RiyaadAbdoo
    @RiyaadAbdoo 3 года назад +1

    Baaye baye gaaridha

  • @asterbirhanu5101
    @asterbirhanu5101 3 года назад

    EBBIFFAMAA baayy'ee namatii tolaa dhugaa 😍😍😍😍

  • @chaltufeyisa4202
    @chaltufeyisa4202 3 года назад +1

    waaqayyoo Kanumaa Calaa jalaala jechaan haa bayisuu Anfis kaan Akkaa kechaan naf haa kenuu

  • @rozaalove9409
    @rozaalove9409 3 года назад +1

    God bless

  • @ashanafitakalign443
    @ashanafitakalign443 2 года назад

    WARRII FIB GALATOOMAA JECHAA NAMATTII TOLTU WARRI CIDHAA

  • @ofiniboontuusikoomandoo7521
    @ofiniboontuusikoomandoo7521 3 года назад

    Rabbii amri dheeraa woliini turaaa ❤💚❤🙏

    • @ELSAGADOTUBE
      @ELSAGADOTUBE 3 года назад

      Ofin bontu koo matinaf ta.ime

  • @martiitube7979
    @martiitube7979 3 года назад +1

    Mashaa Allah baay'ee bareedduu

  • @maseteyechala7686
    @maseteyechala7686 3 года назад

    Wwwwwww bayee dasii nama jedha🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @sinbookiyyaa103
    @sinbookiyyaa103 3 года назад

    Waawu dhugaa 🥰🥰🥰

  • @muumee529
    @muumee529 3 года назад

    Wwwwwww maal kun maatiin eebbifamaan kun. Dhuguma warqiitu warqii liqqimse. 2n keessan iyyuu kan itti akaawanifii kan itti baasanidha. Jireenyi maatii kanaa kitaabaan barraahee bagaaf ooluu qaba. Maatiin kun yoo argatan ykn yoo dhaban kan jaalalli isaanii hin sochoone, jaalala akka tulluu achumaa kan mullatu. Dhabuufi argachuun kan hin oo,isne, dhabuun kan hin qorrisiifne. Jaalala sirrii jechuun isa kana. Akkattan ibsun dhabe. Waaqayyo bara baraan isin haa eebisu. Haati warraakee bifa ishee utuu hin taane amala isheetiin warqiidha. Ati immoo diyaamandiidha.

  • @aishahaishah2809
    @aishahaishah2809 3 года назад +1

    Mashaa allaah mashaa allaah tabarkalaah ❤❤❤

  • @alemitesfa1181
    @alemitesfa1181 3 года назад

    Namaa itti tolaa waqayyoo waliin umurii dheeraa isiin haa kennuu

    • @motitube9293
      @motitube9293 3 года назад

      kottu maatii naf tahii qommo koo

  • @koketTomas
    @koketTomas 3 года назад +2

    Wooww! maloo akkam bareddu🥰🥰
    waaqayyo bara kessan haa Eebbissu.yaa goftaakoo nufis bultii akkana nuuf kenni isa birr fidi manan ijara jedhu nurra qabii.🤐

  • @chaltudawe2957
    @chaltudawe2957 3 года назад

    Hedduu namatti tola dhugaa rabbii wajjiin waaraa

  • @tigistdubai219
    @tigistdubai219 3 года назад

    I wish more more serpires for you

  • @mahidaramsalu3132
    @mahidaramsalu3132 2 года назад

    Sirna gaa'elaa keessan haareffachuu keessan irraa barnoota gaarii argadheera muuxannoo bareedaa naaf laattaniittu daandii milka'ina keessani nan hawwa Injiiner haadha manaa gaaruu Waaqayyoo siif kenneera Gooftaan itti haa galateeffamu.

  • @yahyatata6259
    @yahyatata6259 3 года назад

    Wooow bayyee namati tolaa jiradhaa anisi waggaa10ffa koti nan harefaadhaa

  • @tdhdfgcfgdhfgfx8275
    @tdhdfgcfgdhfgfx8275 3 года назад

    Baayyeen bareedan horaa bulaa ijarraa hafaa 🌹🌹🌹🌹❤️

  • @addisaddis1440
    @addisaddis1440 3 года назад +3

    Wawww bagaa milkoftan💓💓💓💓👍👍👍👍👍

  • @muna4149
    @muna4149 3 года назад +1

    WAQAYYOO umurrii dheerraa sin haa keenu obbolleewwan koo heedduu Namati tola horaa baayyadha

  • @orotiktokshow7872
    @orotiktokshow7872 3 года назад

    ዋውውው በትዝታ ወደኃላ ወሰድሽን ያምራል ድሬ የፍቅር አገር ❤️

  • @footballhighlight5677
    @footballhighlight5677 3 года назад +7

    ፍትሕ ለወገኖቻችን ‼️ Saudi Arabia stop dehumanizing Ethiopians ‼️

  • @Human-kind-fear-Allah
    @Human-kind-fear-Allah 3 года назад +3

    Mashallah beautiful family 🌺💕💕💕🌺❤️❤️🎊🎊🎉💐💐

  • @hundadandeessu8564
    @hundadandeessu8564 3 года назад +2

    birricha utuu rakkata warra karaarra ta,ani waan nyaatani bulan hin qabnef gargaarssa gootani yaada ebbifama ture sila

  • @DUG_EMPIRE
    @DUG_EMPIRE 3 года назад +2

    Good bless you guys

  • @makeyaaliyyi3446
    @makeyaaliyyi3446 3 года назад

    Mashaallaa alha hora bula

  • @GiftiiOroQueen
    @GiftiiOroQueen 3 года назад

    Motii eebifamm🙏❤️❤️🥰🥰🥰

  • @dinmordinmor2799
    @dinmordinmor2799 3 года назад

    Ilaaleen jira seenaa isaanii waan baayyee irraa baradhe horaa bulaa ammallee

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 3 года назад +1

    Hooray.buulaa.sanyii

  • @lensaabaqqala365
    @lensaabaqqala365 3 года назад

    Wooowwww Mati garu❤️❤️❤️❤️❤️❤️hora bula

  • @sabirsiraj5737
    @sabirsiraj5737 3 года назад

    Jiradhaa nujirraadhaa

  • @Ester-no9yx
    @Ester-no9yx 3 года назад +2

    Nuf jiraadha baayee namati tolatuu ❤❤❤😁😁

  • @rawadarawada7786
    @rawadarawada7786 3 года назад

    Umrii dheertuu isinif hawwina ❤️💯🙏

  • @samarjimaasaqqaa8081
    @samarjimaasaqqaa8081 3 года назад

    Bayee Namati Tollaa

  • @halimaorotube2314
    @halimaorotube2314 3 года назад

    Mashaallaa Mashaallaa baga gammaddan

  • @maramebenti7380
    @maramebenti7380 3 года назад +4

    Umurii dheeraa jiraadha Boontuu anis akkumakee kutaa 7tti jaallatame amma gaa'ila jalqaba hundeeffanneerraa warri fib tv namoota fkn gaa'ilaa ta'an irraa muuxannoo qooduuf ammallee jabaadhaa itti fufaa

  • @mariamatyope2908
    @mariamatyope2908 3 года назад +3

    ደስ ስል አሁንም ፍቂራችሁ ብዝት ይበል

  • @faxumaaabdullahabdalaa9827
    @faxumaaabdullahabdalaa9827 3 года назад

    Jabadhaa wanii ofii

  • @zedted1368
    @zedted1368 3 года назад

    WOWOW 😍😘🙏🙏

  • @ibsaali6284
    @ibsaali6284 3 года назад

    Umrii dhertuu waliif isiin haa dhisuuu

  • @waqaayoolooladhaajabaako66
    @waqaayoolooladhaajabaako66 3 года назад

    Wwwooooww baayyee namatii toolaa dhugaa

  • @Ester-no9yx
    @Ester-no9yx 3 года назад +2

    Eebifama 🙏🙏

  • @tedyadugna5077
    @tedyadugna5077 3 года назад +1

    anaa qophii goola maatii keessaa kaan akkaa kanaa naa gaammaachisee fi ajaa'ibsifaadhee hin jiruu jaalaala waaliif qabaachuu isaaniiti milkaa'innii isaanii nuuf jiraadhaa OROOOOOOO KOOOOOOOO saanyii ofiiiiiiiiiiii

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад

    Wwwooww oromoo koo ammalee waqaayyoo jalaalaa isin gidduuti yaa dabaluu 💋❤💔 ebifamaa 🤲🙏❤ dhugaa waqaayyoo isin ibsuun baay'ee ulfataa💋❤👨‍👩‍👧‍👧👨‍👩‍👧‍👧💔❤😭

  • @sifanyeroosan3214
    @sifanyeroosan3214 3 года назад +2

    Bayyee bayyee namattii tolituu wowowow

  • @makeyaaliyyi3446
    @makeyaaliyyi3446 3 года назад

    Well come fb

  • @talilaboka2345
    @talilaboka2345 3 года назад

    wow nii miidhagdu

  • @dawidawi8475
    @dawidawi8475 3 года назад

    Bagaa siini gahee ❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 3 года назад +2

    Eebbifamaa

  • @feruzjima3625
    @feruzjima3625 3 года назад

    Mashallaa

  • @seenaaoromoo7291
    @seenaaoromoo7291 3 года назад +1

    bayyee namati tolaa amaalee umurii waalin dheradhaa matii bareedaa

  • @abshirhassan6067
    @abshirhassan6067 3 года назад +1

    በእውነተኛ ፍቅር ላይ የተመሠረተእና የተገነባ ትዳር
    የአልላህ እገዛእና በረከት አለው ለልጆቻችሁም ለተመልካቾቻችሁም ምሣሌ የምትሆኑ የታደላችሁ
    ቤተሠብ ናችሁ ከናንተ ፕሮግራም ጋር የቆየሁት በጣም ደስ ብሎኝ ነው ለ25ኛው አብሮ ያብቃን Horra bulla

  • @hijazimestawotbalcha6910
    @hijazimestawotbalcha6910 3 года назад

    Wwwwoooww baay'ee Namaatti Toltuu
    Umurii dheeraa wajiini Jiraadha
    Kanumma Calaa baay'aadha

  • @bowny729
    @bowny729 3 года назад

    video chidha keessanii utuu nuuf qoodanii

  • @negessogebre1538
    @negessogebre1538 3 года назад

    Jireenyi maatii kana maatiwwan birootif barnoota ta'a.

  • @shasheeshowgalaxys9918
    @shasheeshowgalaxys9918 3 года назад

    owowowoooeowow horaa bulaa maatii jalalaaa💕💕💕

  • @tiyyaakiyaa3728
    @tiyyaakiyaa3728 3 года назад

    Baayee namati toltu waqqayyo umurii dheraa waliin isin haa jirachisu fayya ta'a

  • @almseer4914
    @almseer4914 3 года назад

    Ulfadhaa walini jiradhaa

  • @abiyuabate2897
    @abiyuabate2897 3 года назад

    baayyee bareeddu ijarraa hafaa

  • @Mercy1916
    @Mercy1916 3 года назад +2

    ዋውውው ገራሚ ነው ትዳራቹ ይባረክ

    • @AyantuuAsallaa
      @AyantuuAsallaa 3 года назад +1

      Matii nafi ta'ii qomoo koo

    • @Mercy1916
      @Mercy1916 3 года назад

      @@AyantuuAsallaa OK Siss

  • @happthappy7712
    @happthappy7712 3 года назад

    Mashallaa mashallaa mashaallaa mashallaa mashaallaa mashallaa mashaallaa

  • @musaamano1113
    @musaamano1113 3 года назад

    Baay, ee barreedaa Dha halummaa Kani ittii fuufaa.namnii akkaanaa kunii Osoo motummaa garii qabaataanii garii turee garuu maal godhii rabbii nuu haa biliisoomsuu.

  • @faxumaaabdullahabdalaa9827
    @faxumaaabdullahabdalaa9827 3 года назад

    Fib fifiinee irraa galatomiii oboletii koo qalii namaa galatomiii galatomiii

  • @daree1222
    @daree1222 3 года назад

    Hubboo cabaa fi dhirsaa hamaatuu horriiyaa biraa namaa hambisaa jedhaama Kan warraa dhiraas

  • @melatmuluneh1741
    @melatmuluneh1741 3 года назад

    Gamme nuu fidame🙄❤️❤️

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад

    Ebifamaa bayyee namatti toltuu ❤️❤️❤️