Daawit Kabbee Wangeelaa Akkani Gubuu Maaltu isa Tasisee ? viidiyoo Namni Hundinuu ilaaluu qabu .

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 92

  • @LalisaGebeyehu-f4m
    @LalisaGebeyehu-f4m Месяц назад +1

    Wwwww

  • @Habiifayyisa
    @Habiifayyisa Месяц назад +1

    👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  • @SinatayooTafarii
    @SinatayooTafarii Месяц назад

    Uuuuuuuuuufffffffeeeeee waqayoo barafii jirenyaa kesanii haa ebisuu ebifamaa maqaa iyesusunii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍😍😍

  • @WorkiDarsu-ry1ev
    @WorkiDarsu-ry1ev Месяц назад

    Waqayoo bara jirenyaa kesani haa ebisu ebifamaa maqa yesusin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AsefaDamise
    @AsefaDamise Месяц назад +6

    Safuu Yaa obsa waaqayyoo inni akka namaa miti araarrisaa daangaa hin qabu

    • @Yesuskaraadhia
      @Yesuskaraadhia Месяц назад

      Galanni isaaf haa tau waaqayoo keenyaa gara Laafessaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Genet-t5j
    @Genet-t5j Месяц назад

    Waqayyoo kanumaa callaa ayanaa isinif haa bayisu namni nama kararaa bade barbadu hin jiru obollessa ko bagaa gara waqayyoti debite ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @SimaleDirriba
    @SimaleDirriba Месяц назад

    Uuuuuufi waqaayyoo isinif yaa ebisuu maqaa yesus Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Jaajilitooni hasumani sirritti itti yaada dhalotaa itti karaa argisisa 😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mergatoAM
    @mergatoAM Месяц назад

    Waqayyoo bagaa dafe sii dhaqabee ebifamaa oboloni mucaa gorsitani ebifamaa❤❤❤

  • @biraneedandana8911
    @biraneedandana8911 Месяц назад

    Ebbifaamaa❤❤

  • @BekeluMokonon
    @BekeluMokonon Месяц назад +6

    Waqayyoo gooftan koo isiin haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa barbadamaa akkaa lubbuu kan barbadan❤❤❤❤❤❤❤

  • @GiiftiBekan-h4s
    @GiiftiBekan-h4s Месяц назад

    Namumaf jedhetu of midhe waqayoo bagadebifateee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉mati 22:29

  • @Shno-jf3zn
    @Shno-jf3zn Месяц назад

    Waaqayyoo abbaa araaraati kummaf kitili osoo ol gubba jiruu nuu barbachaa dhufe baay'een gammade sabbabni gammachuu koti obboleyyan namaa gorsaan qabachun gariidha obbolesa kanaf wammicha gochuu keessani eebbifamaa 🙌🙌🙌🙌💪💪💪

  • @biliseeDnsnsns-g3o
    @biliseeDnsnsns-g3o Месяц назад +3

    Ebifama ebifama waqayyoo isiin haa ebisuu

  • @HxZnsk-j4r
    @HxZnsk-j4r Месяц назад +1

    Waaauuuuuuuuuu❤❤❤

  • @AnaneeAna
    @AnaneeAna Месяц назад

    Waqaayoo isina eebbisuu eebbifamaa dhugaa hoolaa kararaa jal'atee karaa isaa dhugaati debisuu keessaanif eebbifamaa guddaa maqaa yesusin 🙏🙏🙏👍👍😍😍😍❤❤❤💖💖💖💑

  • @AlmazFurgasa
    @AlmazFurgasa Месяц назад

    wowooo
    bagaa waaqayyoo dafee sii defatee
    obboleesaa kooo
    jabadhu harii bori mitii
    haadhoo koo
    abdii kenyaa jiratadhaa
    abdiin isasii amanamadhaa 👏👏👏💪💪

  • @Olchadha
    @Olchadha Месяц назад +1

    Hamaa iyyuu irraa Debbi'en M/qulqulluu barachuun isaa barbachii

  • @Dani-mk1qy
    @Dani-mk1qy Месяц назад

    Waaqayyoo siin haa ebbisuu warrii mucaa kana barbadanii yadaa hirtaanif Waaqayyoo araraa qabeesaa Barbara haa ebbifamuuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AyyuuAbdiisaa
    @AyyuuAbdiisaa Месяц назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @ShukariShukari-vz1kv
    @ShukariShukari-vz1kv Месяц назад

    Jalqabaratti waaqayyo isa araaraf dhiho jiruuf galanni guddan haa baayatu itti aansudhan namoota waaqayyo obboleessa keenya barbaadani akka inni du,a bara baraa jalaa hooluf kadhattanifi gorsitanii deebiftan waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebisu eebifamaa fedhoko waaqayyo barakee haa eebisu eebifami ayyani siif haa baayatu eebifamaa hundi keessan 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @BekeluMokonon
    @BekeluMokonon Месяц назад +4

    Gooftan garaa saati haa deefatuu anii dhisefiraa ebbifamaa ebbifamaa maatii waqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GgTggg-ys3hu
    @GgTggg-ys3hu Месяц назад

    ❤❤❤

  • @AlmazFurgasa
    @AlmazFurgasa Месяц назад

    obbollewanii
    hojii akksi hojetani
    kuni jabadhaa
    waaqayyoo araraa isatini sii haa yadatuu😢😢😢😢

  • @FedasaBalcha-k7i
    @FedasaBalcha-k7i Месяц назад +3

    Obboleessa dadhabe kanaaf barbaacha obbolummaaf kiristaanummaa taasistaniif gatiin keessan Gooftaa biratti guddaadha!

  • @AstuBiranu
    @AstuBiranu Месяц назад +2

    Bagaa nagaan debitee hadhokoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @TigistAmaanueel
    @TigistAmaanueel Месяц назад

    Yaa waaqayyoo dhuma koo bareechi ati namni akka koo qoramaa jiru hin jiru 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MergaTesfa
    @MergaTesfa Месяц назад

    Jabaadhu fedho galatoomi

  • @Brbr-pd6ey
    @Brbr-pd6ey Месяц назад

    Dhuga bay,en boyee😢😢😢 waqayyo ha,ebbifamuuu

  • @warqoabba2765
    @warqoabba2765 Месяц назад

    Waqayoo sin haa ebiisuu ebifama ebifama ebifama ebifama nutiis sif dhineera waqayoo sif haa dhissuu ilma badisa hin ta,ee obboleesa ko waqayoo garralafisadha Arrii isas guya guuyan haradha 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Meribekele-f4q
    @Meribekele-f4q Месяц назад

    Ebbifamaa namawaqayyo isingatiikessanwaqqaraaniargatuu🎉🎉

  • @BontuMoti
    @BontuMoti Месяц назад

    Ebbifaama nama waaqayyoo

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 Месяц назад

    Yesuus alla jirenyii hin jiruu du'waadhaa😢😢😢

  • @SisayGemech
    @SisayGemech Месяц назад +1

    🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Feeniiyoutube
    @Feeniiyoutube Месяц назад

    Waaqayyoof haa galatu bagaa araarasa siif baayisee Obb. Koo ebbifamii baayee Sii jalaana ❤❤❤❤❤

  • @Bayu-ds3nn
    @Bayu-ds3nn Месяц назад

    Waaqayyoo gooftaa sin ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa ebbifaa

  • @FiinbDjcjd
    @FiinbDjcjd Месяц назад

    MucaananaAmmayyuuMataKettiiKadhannaCimaaSibarbaada

  • @Muluu-w9h
    @Muluu-w9h Месяц назад

    Golatomaa bara kenyaa kan nama hubachisu hin jiru galatoma isini dhuga ❤❤❤❤abotakoo 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BoNTushibbiruwO
    @BoNTushibbiruwO Месяц назад +1

    Wwwwow uuufffii 💔😭💖💖💖♥️Waaqayyoo siihaa Eebbisuu dachani

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba Месяц назад +2

    Dhugaa waqayoo obbolesaa kan akati barbadani karaa jirenyati debisuu keessanif Waqaraati gatin keessan gudadhaa ebbifamaa ❤❤❤ ❤❤❤ebifamaa hundumti kesanu ❤❤❤

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x Месяц назад

    Waqaayyo araara siif haa goodhu😥😥😥😥

  • @WerkeAlemu
    @WerkeAlemu Месяц назад

    Bagumaa dhugaan waangeela mulaateee100%100

  • @AbebachiDesetiwo
    @AbebachiDesetiwo Месяц назад

    Ebbifama goftaan issin haa ebbisuu

  • @snako-z2i
    @snako-z2i Месяц назад

    😢😢😢😢😢

  • @burteeburte
    @burteeburte Месяц назад

    Warrii garaaf jiraatan ganaa salphatu

  • @MESKELURAGASSA
    @MESKELURAGASSA Месяц назад +2

    Warrii mucaa kanaa gara motumaa waaqayyotii debiftaan. Gatiini keessan gudadhaa iyesus kirtos gafaa biyyaa lafaa dhufee qulqulootaf hin dhufnee cubbamootaf dhufee malee ebbifamaa hundii keesssaaa❤️❤️❤️❤️

  • @Meribekele-f4q
    @Meribekele-f4q Месяц назад

    Ergga kanabektee malifgantee waqakee🎉🎉

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 Месяц назад

    Dhugaa gaafa wangela gubee keessa kotuu naa gubatee 😢😢😢😢😢😢😢

  • @SifanMitiku-g4v
    @SifanMitiku-g4v Месяц назад

    Waaqayyoo bagaa araraa sii godhe ofitti sii deebise

  • @biraneedandana8911
    @biraneedandana8911 Месяц назад

    Yaa wqayyoo namaa jalqabaa bareede dhumumaaa fokkisuuu naa hin taa'sisii yaa abbaa koo😢😢😢😢

  • @Yesuskaraadhia
    @Yesuskaraadhia Месяц назад +1

    Waaqayoo isin haa eebbisuu eebbifamaa ijjollee Waaqayoo

  • @Gifti-fg1gr
    @Gifti-fg1gr Месяц назад +1

    Ebbifama hundumti keessanu

  • @Shawaye-f4l
    @Shawaye-f4l Месяц назад +1

    waqayoon koo isina ebisuu ebifamaa bayee namatii toluu dugaa waqayoo malifi baqaa kanatii fidanii gorsuu daf 👌👌🤙

  • @Sabontushore
    @Sabontushore Месяц назад +1

    Ebifamaa dhugaa

  • @chakejabesa8876
    @chakejabesa8876 Месяц назад

    Obbollottan koo warrii obboolleessa kanaaffi waamichaa gootaan waqqayyoo isiinni haa ebbisuu ebbiffaamaa waqqayyoo immoo araarra ni arriffaatta dheekamsaafi suutaa jeedha innii haa ulfaatuu maqaan isaa baraa baraan namni yaada isaan jalqaabe hojii isaa hundaatti hin milkaa'uu garuu namni waqqayyoon ofii duura buuse immoo baraa jireenya isaa guutuu kakkuunni isaa yoo lafaa irraa harkifaameyyuu osoo hin raawwatinnii haafe hin beekuu waqqayyoo namoota lafaa irraa jiraatanii hundaaffii hubbaannafi oggummaan nuuf haa kennuu maqaan waqqayyoo haa ulfaatuu baraa hangaa barbaarraattii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @DeratuLeta
    @DeratuLeta Месяц назад

    ❤❤❤😢😢😢

  • @MuhaSubaida
    @MuhaSubaida Месяц назад

    Calisuun Waaqayyo garuumadhaf kun wanti inni argisiisee himaa birrit dhalootaa bara kana Waaqayyo nuf haa dhiiuu malee Waaqayyo sobaa miti situ himaa kee nama rraa ka,aate malee dhugaanwangeellayyu hin galeef 😢😢

  • @LeenseAdusha
    @LeenseAdusha Месяц назад +1

    Saroota garaaf jiraatu hundi kee iyyuuu

  • @bakilefayisa2531
    @bakilefayisa2531 Месяц назад

    Waqayyoo issin Haa ebbisuu fayyuu lubbu tokkotti Waqayyoottu gamadaa annillee bayyee itti qabamee turee Waqayyoo fulaa ararasaa itti Haa agarsisuu 😢

  • @AsterWaaqayooAnafAbdiikooti
    @AsterWaaqayooAnafAbdiikooti Месяц назад

    Obbolesaa koo bagaa waqayyoo sii debifate
    Adara kee lamata waqayyoon ganuu hin yaadii
    Har'aa rakkatuyu
    Boru ulfinaa waqayyoo sif qopheese sana hin dagatin ok

  • @LetuKejela
    @LetuKejela Месяц назад

    Abeet Yaa obsa waaqayyoof araara waaqayyoo.

  • @derejederejeabdisa
    @derejederejeabdisa Месяц назад

    Kun boruus yoo rakkoon dhufee waldaa gubinaa lataa jedheen shakee dhugaaa

  • @IftuHinsermu-ct3ih
    @IftuHinsermu-ct3ih Месяц назад

    Dhugaadha ebifamaa obolotakoo waqayoo waga meqaa iyobiin egee obsasa kadhadhafii siriti afura bara dhumatu akaas godhe arara cimsaa kadhafii waqayoo waqaa araratii ebifamaa ebifamaa ebifamaa hundii kesanuu waqayoo holota 99dhise toko barbacha demee

  • @haanaa11
    @haanaa11 Месяц назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @soliyanachalaa4397
    @soliyanachalaa4397 Месяц назад

    Waraa mormituu kirstosii biratii mormaa kenyaa cabsitee gurbaa

  • @WarqinshaMagarsa
    @WarqinshaMagarsa Месяц назад

    Ani baayeen siit gadee amma gaaruu dhifamaa siif godhee obooleesaa koo bagaa waqayyoo mana isaati siif deefatee otoo akka namati hin jiruu turee gaaruu waqayyoo tu asiin nuu gahee abrama wagga dhibati ilma argee

  • @KumeraHayilu
    @KumeraHayilu Месяц назад

    Maloo ulfaadhaa wari mucaa kana waamtanii gorsitani waaqayyoo mucaa kanaaf dhiifama goonaan jedheen baayyeen gunguume kadhadheeera

  • @Buzu-u5r
    @Buzu-u5r Месяц назад

    Gaaraf jiraataa tanan Waqqayoo iraa amas umaa hin argaatu.Ini aka Nama miti siti ha Araraamu

  • @MatiwosAbeshu
    @MatiwosAbeshu Месяц назад

    Annan waan naa dhibbu yadaa waqayyo utuu rawwanne natti tolla

  • @HanamulatuDhaba
    @HanamulatuDhaba Месяц назад

    Wayyoo isin osoo dhala keessanti qalame ta'ee akkasitti qalal gootanii haasoftuu?😭😭abbaafi haadharra dhala keenyarra waan hundarra Isa nuuf caalu Kana waan salphiseef yoo xiqqaate adaba fudhatee of baree yoo waaqayyootti deebi'uu qaba 😢yoo itti tole isattuu inuma na gubde gurbattiin kun😭😭😭😭😭

  • @IyyaasuBeeka
    @IyyaasuBeeka Месяц назад

    Maqaaf an kiristiyaana An tajaajilaadha
    Kan jedhu hunduu barumsa isa barbaachisa

  • @BontuShawaa-d8l
    @BontuShawaa-d8l Месяц назад +1

    Gaggeessitota Walda kiristanf Tajaajiltota Walda kesa bay'eesani dhugaa Kiristoosif kan dhabatan murasa Jaalala Kiristos kan Namati agarsisan murasa Bay'een Of tulu dhuguuma.Obbooletin kenyaa Faarfatun Altayeech Rabi Namsishe ha maru malee Gaggeessitootaf Tajaajiltoni barbaacha akkasan dhalootaf akka hin gone duubateti. Kanaf Akkuma Obboolesi kun jedhe wari Kiristana tatani Kiristoositi qabamtani jirtan Of Tuluma oto dhisani garidha. Wan hundaafu baga Waaqayyoo si deebise Obbooleso.hala kaminu Kiristoosin hin madalini ini kopasa sif gahadha

  • @fanosealemu3353
    @fanosealemu3353 Месяц назад

    Please dhaloonni Amma jirru Kun kristosin ilaallee haa deemnu isa mudaa hin qabne!

  • @LeenseAdusha
    @LeenseAdusha Месяц назад

    Mal irra barachu ilaala isiin nama birati jalatamuf jettani dhugaa wangeela irra dhabatani dubaatu homa mitt guyya firdii jira 😢

  • @EmadAzzam-t5v
    @EmadAzzam-t5v Месяц назад

    Waaqayoo Abba dhifaamatii uuuf obbolesa kana waaqayoo si ha ebissuu Ani Kara fb nai ilaa hojiini isaa baayee gaaridhaa obbolesa ko jaabaadhuu gaatiini qajeelootaa jireenyaa

  • @KutushebeSarah
    @KutushebeSarah Месяц назад

    Silaa obsun sii babchisa halumaa hudumatii waqayoon turusii siii gamachisuun Isaa hin oluu

  • @sbkym
    @sbkym Месяц назад

    Waqaayyoof hagalatuu

  • @ShJabed-mu4dx
    @ShJabed-mu4dx Месяц назад

    Sare ofiti hin qanoftuu yeroo macafa gubde debitu 😮

  • @Mestube-f6q
    @Mestube-f6q Месяц назад

    Akkataan Hubbanaa maacafaa quuluquluu ittii hikaatee sirrii mitii waqayyoo irraa abdii hin Kutatannii obboleessaa koo waqayyoo qabenyaa umamaa enyuumaa hafuuraa jireenyaa baraa baraa sif keeneeraa in dachee kaan bu'aabayii baay'ee qabaa akkaa hojatee jiratuufii imoo fayyaa guutuu sif keeneraa umurii kee kaanattii hojaatee of jijiruu daanadeessaa dhalootaafiyuu fakkeenyaa tahuu qabada malee waqayyoo in turee jeetee waqayyoo faanaa waal loluun sirii miti dabalataan macafaa quuluquluu baarachuu waraa gadii fageessaanii macaafa kaana beekaaniitii siqitii baradhuu waaliiti dhufeenyaa waqayyoo faanaa qabaduu jabeessii in yoo jireenyii sittii cimeeyuu si danadeessisaa ebbifamaa obbolonii intaravii kaan hojataanaa

  • @HaceefCalmaanGaroma-ki1xo
    @HaceefCalmaanGaroma-ki1xo Месяц назад

    Ooo Goftaan isiin haa eebiisuu Lubbu tokkoon debbistan bakkatti.😂😂😂😂

  • @AlAin-f5w
    @AlAin-f5w Месяц назад

    😂😂😂😂😂😂😂Waqayoo keenyaa waqaa ararattii yaa mucaa namaa iinnuumttii dhifaamaa siif ha godhuu lapheenn hunduumtuu sittii gadee arara sif ha tasisuu waqayoo 😂😂😂😂😂safuudhaa

  • @MuhaSubaida
    @MuhaSubaida Месяц назад

    Rakoodha warra xobee akka saa kun baay, eedha

  • @AlamYesusjirtadha
    @AlamYesusjirtadha Месяц назад

    Yaa obolesaa koo somaani arara gafadhu waqaayyoo ijaa kee naraa godhu jedhee male namaa irra godhu yookiin waldaa irra godhu hin jedhu silaa osoo biyaa jiraadhe wagelaa camaa isaa tortaraa itti xargatee sanaa camaa sanii isaa nyachisaa ture ijii isa haa badu

  • @ShJabed-mu4dx
    @ShJabed-mu4dx Месяц назад

    Sare najisa koshasha wangeelaa gubde debite bate tesi kolkoloo 😅

  • @DamoleMekonen
    @DamoleMekonen Месяц назад

    Safudha Iyobiyuu waaqayyon hin komaneka😂

  • @BurtukaanzawudeZa_burtukaan
    @BurtukaanzawudeZa_burtukaan Месяц назад

    Dholata Kan waqayyoo hubanaa haa kennuf 😭😭dholota maqaaf malee dhugaafi hin jiraane mee duraa hubadha gadi jedhaa macaafa qulqulluu dubisaa kadhadha ija kessan namara kasaa waqayyoo irra kawadha inni siinifi ibsaa malee lalabuudha hin katinaa comment Kan like godha yoo siinti tolee ❤

  • @SannayitGonfa
    @SannayitGonfa Месяц назад

    Ano durayyu imimman koo qabachun dadhabee ammas debi,uu kee imimmaninan dhaggeffadhe hadhookoo baga debitee uuuuuffffff gara naa nyatee

  • @Brbr-pd6ey
    @Brbr-pd6ey Месяц назад

    Dhuga bay,en boyee😢😢😢 waqayyo ha,ebbifamuuu

  • @gtime8986
    @gtime8986 Месяц назад

    😢😢😢😢😢😢😢