OMN Horn Odeessaalee Sadaasa 5, 2024

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 ноя 2024

Комментарии • 37

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 4 часа назад +1

    Odeeffannoo sirriitti wallayii yuhun ingidaa ❤ kara Harargeetti kuni dhugaadha ❤

  • @oromiya2793
    @oromiya2793 7 часов назад +4

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gedadadi1622
    @gedadadi1622 8 часов назад +2

    yoyyaa qaqaaliwan ilmaan sabaa bagaa nagaa dhuftaan

  • @AbdumalikMohammed-e2l
    @AbdumalikMohammed-e2l 6 часов назад +1

    Waayee ABO WABO maal beektu

  • @BakarMusa-xo8yo
    @BakarMusa-xo8yo 7 часов назад

    Welcome omn ❤❤❤

  • @YatokumaOromo
    @YatokumaOromo 8 часов назад +1

    D,r Abiyilewo nijalana hundumakesan

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h 6 часов назад

    Yooyaa OMN gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 9 часов назад +2

    Nooraa Nooraa OMN sagalee ummataa Baga Nagaan dhuftan qaqqaalii waan sabaa 💙💙💙
    Translate to English

  • @MohammedBekere
    @MohammedBekere 4 часа назад

    dhimma 1mmaa Ummata Oromoo irratti hojjatuun waan hawaasni Oromoo bal'inaa OMN irraa haalaan caqasaa jiru tahuu hin irraafatinaa ❤ Iain yaadachiisuu fedheeti? Ani

  • @samsam-z3s4r
    @samsam-z3s4r 6 часов назад

    Mottuman adunya hundu setanfii hojjatu doketer abiyen kasse

  • @alaminfinix
    @alaminfinix 6 часов назад

    ❤❤🎉🎉🎉❤❤🎉🎉

  • @AbdurmuAmmee
    @AbdurmuAmmee 5 часов назад +1

  • @Husinabdu
    @Husinabdu 6 часов назад +1

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @abditako6430
    @abditako6430 8 часов назад

    Baga naga dhuftn

  • @YatokumaOromo
    @YatokumaOromo 8 часов назад

    ❤sinjalana

  • @BoruHalkano-mx4rd
    @BoruHalkano-mx4rd 5 часов назад

    Waanni siyaasa Ethiopia cubbuu nu qabattee...

  • @gezegeze6045
    @gezegeze6045 8 часов назад +1

    amma danda'amaa ta'e midiaa kan baayyee foyyessaa jirtu jabaadhaa jeechi obb leencoo baayyee sirridha

  • @samsam-z3s4r
    @samsam-z3s4r 7 часов назад

    😢😢mallo mallo hadhaa orom mucani kuni dayimaa mee

  • @mammelinesofeducation
    @mammelinesofeducation Час назад +1

    Nutti akka oromootii filanoon AMERICA namaa fadhee yoo filatanis nutti nuf bu'a hin qabuu

  • @AhmedDadar-he2hm
    @AhmedDadar-he2hm 6 часов назад

    Dhugaa kettii ilmaan nujalaa gurree fixee da imaa waggaa kudhaa 12 irraa hagaa 15 tti motumaan guruttii jiraa bar 😢😢😢😢😢

  • @FhhfKjhdi
    @FhhfKjhdi 6 часов назад

    Isinwajiinjiraa

  • @nimonabenti6545
    @nimonabenti6545 2 часа назад

    Mootummaan araaraan dubbii fixa jedhamee yaadamuu waan jiru hinfakkaatu.
    Kanatti, uummatni gara itti bahuu danda'uu filachuu qaba.

  • @ShabeelAbdusamaad
    @ShabeelAbdusamaad 3 часа назад

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @Megersa-t3b
    @Megersa-t3b 8 часов назад

    Guyyoo baayyee sin jaaladhaam

  • @aminabdulkadir1080
    @aminabdulkadir1080 5 часов назад

    midiyaa akka omn dhugaa dubattuu hin arginee anii

  • @chalagemechu2149
    @chalagemechu2149 8 часов назад

    Sabni falmee, falmee gaafa isaaf gamu gabrummaa wajjin wal bareeti "ሺህ ዓመት ነገስ" kan jedhuuf😢

  • @GalmeesaRabsa
    @GalmeesaRabsa 6 часов назад

    Gama waraanaatiin kan biyyatti barbadeessa jiru mootumma garu ,umri dulluma isaalle hata,u itti gaafatama .itti fufi jennaani

  • @NuresaKetabe-y2o
    @NuresaKetabe-y2o 9 часов назад

    🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AbdishakurMohamed-o8p
    @AbdishakurMohamed-o8p 11 часов назад

    Trump guul guul

  • @AbdiKalil-q1j
    @AbdiKalil-q1j 8 часов назад

    Gaafa duraa kan waraana faarsee ummata ficcisiisee sadarkaa kanarraan gahe tokko isinuma yoomiyyuu itti gaafatamummaa jelaa hin baatanu isinillee

  • @HusenBashir-u6e
    @HusenBashir-u6e 4 часа назад

    Kamala osoo motee gammachuuf du'uu hin oluu

  • @samsam-z3s4r
    @samsam-z3s4r 7 часов назад

    Ethiopian dhigani dhiqamtee waqaa ni furumatta nukkenuu

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 7 часов назад

    Namichaf namittiin AbiyiAhmed deegartani
    Xurii hamttuu qabdhani tanuma bekha walaalotta shame on you yoo Oromoora dhalate isaa deegarte

  • @Zeleke-pi1qq
    @Zeleke-pi1qq 7 часов назад

    Ngaanisini yaatauu sagalee Oroomiya taaten guyaa haraa taee Anadagam kesaat wabon kumaa 500000 gaafacha jiraan Oroomo taee Oroomorati qabaa mefarada ?????

  • @AyanaaJiraata
    @AyanaaJiraata 6 часов назад

    Oromo damqii opdoni yokani badhadhni oromo balesufi hojecha jirti oromoni harkka walqabate jarti kana ofira buqiisuni amma dha!!!!!!!!

  • @AyanaaJiraata
    @AyanaaJiraata 6 часов назад

    Yaa oromo jedhee namchi hhhhh yaa oromo wanti jiru sfi hingale oromo kani tatee gobbanani lamata siqabatera oromo essa akka jirtu ofi gafadhu

  • @demetura5227
    @demetura5227 9 часов назад

    Waqe dueadhaa