Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Ayyyii dhiraa oromoo jajanafii maalee jirenyaa hin tatanii
Chaneelaa kanna ilaalii plz
Ee wolahi ilmoo hin fedhu dhiri zabana 😢😢😢😢😢
Aboo Mukatar jartii kee kabajii malii dutaa ree atii mucitii misikinaa huqatee Aboo mucayyo hin cinqiin hin xuqqini nyachiis nyataa garii ❤❤❤❤❤
Maatii Naaf ta'e mee Oromoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤Dhugaadha bayee huqaate caaltuun 😢😢😢😢😢😢
Yaa rabbii dhirsaa akka kanaa kabajaa hadhaa manaa isaattif hin qabneraa najaa nuu basii ❤C❤
Atta jiraa muktar kuni adda kamilan kanfi sii didee wly nama jartii ufitii kabajaa hin qabnee mali siraa barachufii sii jala ta.an mee nutii dawatoni kee
kamilan sun qarutedha bar nuti itti araa turree malif muktar kana didda jenne
Warrii yamanii turee galee sammuun wal hin dalaguu ykn balisani hin yaadan
Mucaatiin akkatu huqate wolahii maa yaadofta caaltiye miskina
Dhugaa isaatti ilmoon bahuu hin qabduu bagaa bastee akka jedhuu fetaniree😢😢
Mashaaaaalllah Mashaaaaalllah Mashaaaaalllah Mutaraa Walyii osoo dhiraa Garii tatee bagaah ofii iraa bafatee tan dadhaneen jedhaa Raabbii dabalee ilimoo.keryii sifii haa kenuun😢❤❤❤❤❤
Waay jalaalee isaa taatee niiti isaati osoo dhugaayu ta'eef maaliif sodaata
Nama jalatu ilmaao iraa fedhanii❤❤mashaa Allah mukutaar ❤❤
Mashallaa Allah Mashallaa Allah Mashallaa Allah Mashallaa Allah Mashallaa Allah ❤❤❤❤❤
Calliyee baredu tiyyaa❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂heduu namati tolaa www maallshaa 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 catiyeee
Caaltuun miskiìna dhugaa baredduu koo❤❤❤❤❤❤❤
Wallah ati jaziibadhaa mukiitar namaraatii jaritiike akanattii arabiisitaa ati gowadhaa wani fedhe yoo tahee jariitikef kabajjaa qabadhuu osoon ishee tahee anile akanumaa godhaa
Oshee man Jaartima Namaa waliin suuraa kaatee halkan lakkopsa 8 taatee hin rafinii jaartii fuudhi Atillee 😎
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 Muktar malifi dafe arataha
Gowwan hin dhalaatti dhaalaatu hin guddattin kan jedhaan suni kan akka muktaar kaa obblesso hadhaa manaa kee kabaajii hatti manaa kee hadhaa ketti obboletti tettitti waan hundaa ketti kanaafu caalatuu midhaa jirtaa jabefaadhu issimaa sif wayya
Mucatii akasa jiratu sana nyate fiixee
Kaabajan oshee kanumaa osoo dhugaayu taayee haarkan taaftaaf jeedha muktaar😢😢😢 ilmoo duraatuu daarbitee deemte mali goota caaltuun miskinaa taatee maale obbooleessaa kee biraa daarbitee deemtee maaltaata ofumaa alaa baatee ilmoo jaalaatee du,eeyuu ilmoo darbitee deemtee duraa😢😢😢 ati muktaar
Muktaar ilmoo jalaataa màashaallaah rabbiin dabaalee siif haa kennu❤❤❤❤❤❤❤❤
Aayii Dhiira oromoo😢😢😢😢
Wayii Durbummaa hin arginee jechuudha muktar kanafuu sii dhiisee bade yoos
Muktaar atti sare wlh sarenu kabajaa qabdii
Ýa rabbii mucaan kunii jartii kabajaaa hin qabuu
❤❤❤❤❤❤❤❤maashaalaa taabarakalaa Maashaalaa
Mashllaa ❤❤❤
Atta inni wolin hin rafu moo akkami 😮😮😮
Eeee badee Alhamdulilah yaa rabbii kamaa jarsaa Akanaa irraa naa qabdee silaa wali fiine.dhee😢😢😢😢
Amalee badu heda moo🎉❤😂😂😂😢
Mucatin akaa tuu huqatee walhii iraa taii ittii qanii 😢😢😢😢😢c
Masha Allah ❤❤❤
Ayiii caltuu ni huqatee walyii
Malif uqatee uuuuuuf 😢😢😢
Lakkii wan nama aarsuu hin hojetin ati innuman haa hojetu ati qabbanessa deem
Mashaa Allah Mashaa Allah ❤❤❤❤
Ya muktar rabbi si ha qajelchu
Mucati bareduu argatee jaratin adabaa qabetidha mashaallaah garuu ati muktari. Gowwa rauu kee siraa Beysisaa mee xiqoo niqati godhuu jarati teti bakka qabadhuu👍👪
AllhaaamaaduliiKamilaaWaa maleeHinDidenee😢😢😢GurbaaGowaa
Akkaa ijoollee hin goodhaatin haasaawaa keessatii muktaar
Muktar sirri jira
Hayii warra kometi umataa mataa qulfi dubachuni duraa hubachuu dursaa inni maa ofiraa bafte siti nafi gudisaa ilmoo tiyaa basuu issiti aree lola jiraa sila muktarin maa arbsitani baga bafte haa jedhu hedani rabbin issin halafisu baga lolee ilmo basuni harama namota bira arga jirtani maa ulftef kaa loluu
❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa jedhee wolaahii
@@GaaniiHShanxii 😍😍😍😍😍😍
😂😂😂😂
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Masha Alhaa Masha Alhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Muktaar ati nyakkisuu jaalatta argeera gagamaa wohiidhaa
Tish kabaja namale beku kun gowa A.uuzubillahi kun bultif ta.u
Ani muktar kana jiibbee jiraa wellaah
Ennu jalata kadhama'a mucoyyo akkas bareeddu san jirtii dullatti godhee osoo dhalaa bira jalaa demuuGaaf fudhuu barnotaa isii irra buutee laf takka irraadhalchee duruu dhalaa biraa jalaa demuu egalee
Haa ta u maree horifuu herumtee
Yaa rabbii kiyya mucattiin biskutin suni akkanati boqqooni waliti cabee miskiina wlh hai dhiira oromoo dubartii teessan cinquu malee firii godhuu hin beektan sila isin
Qoyi malifi sitti kaa woyyy diqalla tatte yaa rabbii nuu bassii😂😂😂😂
Mashallahala wolhyii miktari bayee namaa garii rabbi wolini isini ha tursisu❤❤❤❤❤
Oshee muceeti akkam gotte
Warrii koomentiii maal taatan gowwaan isiinii maal arrabsitan muktaar maal ballesse maa baafte ilmoo nattu guddifaata jedhaa jira baga baaste jechuu dhabee moo ajiiib
Mashallaa mashallaa mashallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤c❤m❤❤o❤❤
Enu dhisii demi sin jedhe duraa kijibaa mukatari😂😂😂
Demii demii mee essaa demtiii azubillah
Mashallah❤❤❤❤
Oshe me intalii butee
Teshhii gowa
muktaar liki hin jiruu akka duraati mi😊tti😊
Hajii 2 lamadaa😢
Akkanatu huqatee😢😢😢😢
Muk jabadhu
Catiyee kee iratii dalagadhuu
Mali jechuu muktaar wlyhii sii jibe kabaja namafi hin qabduu mali ilmoo qofa yoo arakate risiqi gudati kaa kana dhabee meqatu jiraa iciici😭😭😭😭
Jibbitu maal fidda😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Aboo jijiramateyuu baga mukutariti heerumute
Akkam jechudha?😂
Kamila fi Rozan wa male jibine gurba kana duranu 😂😂😂😂😂
Miskiinaa dhugaa caaltuun Ayii 😭
anii kaa dhaa dhibee dhirtii malifi akkanatii gubatee 😂😂😂😂
Dhugaa ketii mukutar ❤dhiraa gowa wara comments aka bagaa bafte jedhuu fetanii 😂😂
Wayoo miskinaa garaa namaa nyaataa
Cifaree marataa wayii muktaar dura yeroo hin fudhin San fayalesaa fakataa edaa faya hin qabduu Baga rozan sitii hin herumin jazabaa wayii Amala sirefadhuu ok hatii mana kabajaa qabadii
C❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Kiyan balagee dhaa wly Adhaa warasa. Siritii Qabachuu Qabaa
Hay nama hin baratin kana gowwa harkumaan namatti fiiga
Isin Warri prank dalayna jettan kuni maalif Wal Jala deddeemtab prank Yoo hojjatan Dirqama hudduu Jala Wal Taa'uu qabdanii kajaarsi mana hin jirree
Mukata dubatu kabaja hinqabadee Roza fi Kamila baguma siidhisani Wlh ati balagedha
Dhugaadha ilmon Kenna rabbiitii wan ta'ee seera malee bahuu hin qabdu akkafuu aree
Maa arabsitaanii bagaa lolee oso namaa toko toko taa.ee ilmo garaa qabaa yo jedhaanii ni tumaa inii maa bastaafii lolee❤❤❤ mashalaa m❤❤❤❤🎉🎉
🥰🥰🥰
Oshee kanarraa fagaadhu kun si balleessaa
Muktraa jartii tee jabesii namnii sitii kolfaa Mali jecuu
Caaltu Hadaraa kee Isa prank hin godhin pls. Bultii kee keessumaan danda'i. Wama biraatin koottu
😅😅😅😅😅😢😢😢dhugaa garuu
dhiffamaa, wolin dhirumma dubartti harkaa olfudhu argaa isaa
Kanafuu akanatii huqatee miskinaa wly mucatinii yoo qalbii qabatee ilmoo tanumaa gudisii kuni nama sii jirachisuu mitti oboletii tiyyaa yeroo furmataa laladhu
M❤❤❤C❤❤
dhiraa oromo kanat herumu iraa qofaa jiratu wayaa wlh mucaa xiqoo fudhe amaa duruu jirenya ishe gube gowa kabaja shamara qabin ic
❤❤❤❤Mashallah Mashallah ❤❤❤❤❤Mashallah MashMashallah 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤🎉
Mukatari Amalaa kee siresii please 😢😢😢😢
Yaa Muktaar yomummaa namaa tataa qohii
😂😂😂😂😂
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Ilmo ifiiraa basu isiitiif lolun siiriidhaa oso dhugatee garu atii tasgaboytee gafatuqabdaa namaratii jartii hiin rebiin siiriimiitii akanii miiyon tun akatu hiirar dhiiyon tanaraahu huqateturtee wal kabajaa
Ana ka na dhibe gurbaan kun mal isiti ka akkatti bira tettu calttun ilmoo hafu nama namaf hima isin hin himattu jarsa ufititti
Aboo gurbaan kun miskiintitti balleeyse
Ani muktar kaana jibee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mustari kuni akka gowa godhta barmsa qabu yero huda akka nama qaru ta.u 😂😊
Kuni gowana dhahe sijesa wana aragiite pirakaki godhiin
Bagaa baftee akkaa jedhuun barbadan moo warii commenti safuu iboo😲??
Ayyyii dhiraa oromoo jajanafii maalee jirenyaa hin tatanii
Chaneelaa kanna ilaalii plz
Ee wolahi ilmoo hin fedhu dhiri zabana 😢😢😢😢😢
Aboo Mukatar jartii kee kabajii malii dutaa ree atii mucitii misikinaa huqatee Aboo mucayyo hin cinqiin hin xuqqini nyachiis nyataa garii ❤❤❤❤❤
Maatii Naaf ta'e mee Oromoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaadha bayee huqaate caaltuun 😢😢😢😢😢😢
Yaa rabbii dhirsaa akka kanaa kabajaa hadhaa manaa isaattif hin qabneraa najaa nuu basii ❤C❤
Atta jiraa muktar kuni adda kamilan kanfi sii didee wly nama jartii ufitii kabajaa hin qabnee mali siraa barachufii sii jala ta.an mee nutii dawatoni kee
kamilan sun qarutedha bar nuti itti araa turree malif muktar kana didda jenne
Warrii yamanii turee galee sammuun wal hin dalaguu ykn balisani hin yaadan
Mucaatiin akkatu huqate wolahii maa yaadofta caaltiye miskina
Dhugaa isaatti ilmoon bahuu hin qabduu bagaa bastee akka jedhuu fetaniree😢😢
Mashaaaaalllah Mashaaaaalllah Mashaaaaalllah Mutaraa Walyii osoo dhiraa Garii tatee bagaah ofii iraa bafatee tan dadhaneen jedhaa Raabbii dabalee ilimoo.keryii sifii haa kenuun😢❤❤❤❤❤
Waay jalaalee isaa taatee niiti isaati osoo dhugaayu ta'eef maaliif sodaata
Nama jalatu ilmaao iraa fedhanii❤❤mashaa Allah mukutaar ❤❤
Mashallaa Allah Mashallaa Allah Mashallaa Allah Mashallaa Allah Mashallaa Allah ❤❤❤❤❤
Calliyee baredu tiyyaa❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂heduu namati tolaa www maallshaa 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 catiyeee
Caaltuun miskiìna dhugaa baredduu koo❤❤❤❤❤❤❤
Wallah ati jaziibadhaa mukiitar namaraatii jaritiike akanattii arabiisitaa ati gowadhaa wani fedhe yoo tahee jariitikef kabajjaa qabadhuu osoon ishee tahee anile akanumaa godhaa
Oshee man Jaartima Namaa waliin suuraa kaatee halkan lakkopsa 8 taatee hin rafinii jaartii fuudhi Atillee 😎
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 Muktar malifi dafe arataha
Gowwan hin dhalaatti dhaalaatu hin guddattin kan jedhaan suni kan akka muktaar kaa obblesso hadhaa manaa kee kabaajii hatti manaa kee hadhaa ketti obboletti tettitti waan hundaa ketti kanaafu caalatuu midhaa jirtaa jabefaadhu issimaa sif wayya
Mucatii akasa jiratu sana nyate fiixee
Kaabajan oshee kanumaa osoo dhugaayu taayee haarkan taaftaaf jeedha muktaar😢😢😢 ilmoo duraatuu daarbitee deemte mali goota caaltuun miskinaa taatee maale obbooleessaa kee biraa daarbitee deemtee maaltaata ofumaa alaa baatee ilmoo jaalaatee du,eeyuu ilmoo darbitee deemtee duraa😢😢😢 ati muktaar
Muktaar ilmoo jalaataa màashaallaah rabbiin dabaalee siif haa kennu❤❤❤❤❤❤❤❤
Aayii Dhiira oromoo😢😢😢😢
Wayii Durbummaa hin arginee jechuudha muktar kanafuu sii dhiisee bade yoos
Muktaar atti sare wlh sarenu kabajaa qabdii
Ýa rabbii mucaan kunii jartii kabajaaa hin qabuu
❤❤❤❤❤❤❤❤maashaalaa taabarakalaa Maashaalaa
Mashllaa ❤❤❤
Atta inni wolin hin rafu moo akkami 😮😮😮
Eeee badee Alhamdulilah yaa rabbii kamaa jarsaa Akanaa irraa naa qabdee silaa wali fiine.dhee😢😢😢😢
Amalee badu heda moo🎉❤😂😂😂😢
Mucatin akaa tuu huqatee walhii iraa taii ittii qanii 😢😢😢😢😢c
Masha Allah ❤❤❤
Ayiii caltuu ni huqatee walyii
Malif uqatee uuuuuuf 😢😢😢
Lakkii wan nama aarsuu hin hojetin ati innuman haa hojetu ati qabbanessa deem
Mashaa Allah Mashaa Allah ❤❤❤❤
Ya muktar rabbi si ha qajelchu
Mucati bareduu argatee jaratin adabaa qabetidha mashaallaah garuu ati muktari. Gowwa rauu kee siraa Beysisaa mee xiqoo niqati godhuu jarati teti bakka qabadhuu👍👪
AllhaaamaaduliiKamilaaWaa maleeHinDidenee😢😢😢GurbaaGowaa
Akkaa ijoollee hin goodhaatin haasaawaa keessatii muktaar
Muktar sirri jira
Hayii warra kometi umataa mataa qulfi dubachuni duraa hubachuu dursaa inni maa ofiraa bafte siti nafi gudisaa ilmoo tiyaa basuu issiti aree lola jiraa sila muktarin maa arbsitani baga bafte haa jedhu hedani rabbin issin halafisu baga lolee ilmo basuni harama namota bira arga jirtani maa ulftef kaa loluu
❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa jedhee wolaahii
@@GaaniiHShanxii 😍😍😍😍😍😍
😂😂😂😂
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Masha Alhaa Masha Alhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Muktaar ati nyakkisuu jaalatta argeera gagamaa wohiidhaa
Tish kabaja namale beku kun gowa A.uuzubillahi kun bultif ta.u
Ani muktar kana jiibbee jiraa wellaah
Ennu jalata kadhama'a mucoyyo akkas bareeddu san jirtii dullatti godhee osoo dhalaa bira jalaa demuu
Gaaf fudhuu barnotaa isii irra buutee laf takka irraadhalchee duruu dhalaa biraa jalaa demuu egalee