Kana boda erga biya bane oji dha wan tefi Jalala bara kana qosa taye dhugaa 😢 waaqayyoo isa jalate nufi ya kenu oji kena qofa iti fufuna ya obolota ko biya oroma 😢😢❤❤
ammasi jabadhu abdi hin kutin dhirri yoo deme dhira dhufa garu lammata hin gowwomin irra baradhu nama wajjin hasa,a egalte sanasi sirriti ilali waqayyoo si haa gargaru ani nama wagga kudha tokko jaladhe na gate garu waqayoorra abdi qaba akkani lafati hin hafne mallaqa baye itti base yero dhukubsate yale wajjin sare ta,e har,a garu fula na jijire yomis tanani hin yada,u waqayyoo nafi jira ☝️🤲😢😢😢♥️♥️♥️
Anile akkasuma na caqacaqa ture garu zimi jedhi tadh,ii jedhe biri 40,000 hamma galutii fayyadammi jedheni Ani matikofi eriga ture garu ini malfi eriggita jedhaa halgani halagumaa garu matinikomoo Otto Ani hin bekkini jaffa na bittani dhuga
Galataa waqayoo anii kesaa darbee fayokoo dhugaa gorsikee bayee nu fayadaa dhugaa waqayoo 🥰🥰🥰❤️❤️💯
Fayyoo wly anii dhisseeraa jallalumaa baraa kantuu anis kophamaa kiyyyaa jiradhaa😢😢
😢😢😢😢😢
@@Aminakadiriamina-ic5ds
Miskina Abshir Raabin kan ofi
Jalatu jarsa gaari sif ha kenu 🥰
😢😢😢
Dhirii hunda miti Gaarinis,ni jiraa,
Siluma,dhirati of kenun hin ta,uu
Yaa Raabi nu egiii Wari hin erumin Raabin dhiraa bareda isiniti ha,qabuu ❤❤❤
Ammeen 🤲🤲🤲dhugaa sodadhe anni hiriyaa qabachu dhise akkanumatin hafaa moo yaa yesus kan jalatu nuf kenni uuff dhugaa❤️
@DesthaAlain
Lubu jalachu jaladhu malaqa iti hin kenini hama gafa iti Erumtuutii
Baredu ko Raabin kan ofi jalatu sif
Ha kenuu 🥰💔💔
@@Nayimalove ammeen🤲🤲 dhuga akkasumat alaa ilale bara ilale na sodachise dhuga waqayyo uuufff arka rabbi jira hundiyu eshi galatommi lubbu❤️🙏
@@DesthaAlain
💘💘💘💘💚
Galatoomi dhugaa giiftii koo waa eedduu sirraa baradhee galatoomi gorsa Kee kanaa ittin fayyadamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa yeroo maraa wa'ee jalalaa isaan😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭 nuuf jiradhuuu atii oggetttii keenyaa❤❤❤
Dhiira jechuun Sareedha Gaafa Jettuu Yoo Obboleessa dhabde Abbaa malee dhalattemo Abbaa keetin Saree jechuu yaadde?
Jaalalli ati ittiin jiraattu jireenya jaalala nama bira tau hin danda'u Waa'e lammaa fi Asne dhugaa isaa waaqatu beeka🥰
Baalagummaa dhiira saati 24 guutu haasofte iyyuu dhiirrii 1 hin dhabu.
Ofi keessani akkamitti akka dhiira qabattan Baradha
Dhiirri ciqiciqi hin barbaadu❤
Kana boda erga biya bane oji dha wan tefi Jalala bara kana qosa taye dhugaa 😢 waaqayyoo isa jalate nufi ya kenu oji kena qofa iti fufuna ya obolota ko biya oroma 😢😢❤❤
@@maskaramdarajee4970
Abshir Raabin wan ofi jalatu sif ha kenu
Ruhii ko Raabin qabesa 🥰🥰🥲🥲
Waan Hundumaa kaan dursuu Nagaadha Fayyoo❤ wan dubatte dudubattee Nagaa hin gafatiin 🤔
Dura nagaa Gaffadhuu❤
Maatii naa tahaa haajaa tessan rabbin haa guutu❤rizqii tessan keessa barakaa rabbin haa kaahu❤🎉❤🙏
Sii ta,a lubbuu ammiiiin (3)❤❤❤❤
Ebbiifamtuu ko dhugaa jettee dhiraa fi sareen tokkoo isan arkaa nama in busin waqqayyoo gorsi ke namati tolaa ebbiifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baraa kana karaa gayilaa abbaarsaa dhufee😢😢😢😢
Dhugaa kee jetee fayoo koo maloo osuman sati 24 hasadhuma kee dhagefadhe nati tolaa❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuffffffff dhugaa dham irraa hafeen jiraachaa jiraa anuu Sana keessaa darbee😂😂😂😂😂
💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
waqaayyoofi gaalnii haa taa'uu anii ergaan waal funnee wagaa 4 haangaa amaa nagadhaa😢❤❤
Aniyuu alaa kana keessaan turee fayyoo koo amma garuu nagamee jenanan keessa of basee😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Jabaadhu hodhoo koo aniis akkumaa ketii
@@lelesderba6008
🥲🥲🥲🥲🥲
Fayyoo oboleti teenya gaalatomii gaaruu waahe Dhiraa biiyaatani qoramee
Human olii humuri Kiya 28
Gaaruu akaani erumuu
Daadauu nabeekaa miikini
Namiidhamee male imiine
Gaaruu amasii nama tokoo
Waajini asan jiira waaqayoo
Yoo eyame inita.a tahubannisii
Itii idhibaafhu waaqayoo nama yero itii raawaatuu
Maalaqaa kiyaa naqabadh kana duraa qoromata baayee
Dabarasee jajabin na hubachiiee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
ammasi jabadhu abdi hin kutin dhirri yoo deme dhira dhufa garu lammata hin gowwomin irra baradhu nama wajjin hasa,a egalte sanasi sirriti ilali waqayyoo si haa gargaru ani nama wagga kudha tokko jaladhe na gate garu waqayoorra abdi qaba akkani lafati hin hafne mallaqa baye itti base yero dhukubsate yale wajjin sare ta,e har,a garu fula na jijire yomis tanani hin yada,u waqayyoo nafi jira ☝️🤲😢😢😢♥️♥️♥️
Waqayoo nuhaa egu hubanaa dhiraa biyaf haa kenyuu dhugaa uuuuffffff❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dhiraa wagaa tokkoo siin midhee koonkumaa iraa fagadhaa jirenyaa kessaan kessaa basaa dhugaa akkaa kotii waan hundaas maqaa satiin hin bitinaa gorsaa kotii kuun dhifamaa garuuu durbochee😢
Baga nagaa dhufte kode too dhugaa bay,ee bay,ee galatomii gorsa garidhaa garu fata nama gota ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
Kana gubii madami nuti calee dhiraa oromoo kana isaan haa fixuu malee🙈🙈🏌️🏌️🏌️
Ebbifamii hadhoo koo waqayyoo bara kee Haa ebbisuu dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Fayoo too jabadhuu jajabee too homa jechuu hin dandu'u 😢😢😢😢
Wayoo gadhee dhiraa jachii kunuu sammuu keef waqayyoo ha dhabatuu❤
Kkkkkkk kiyya samoona fuudhee erga fuudhee torban lama guute
😁😁😁😁😁😁😁😁😁🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Kana Gaafan jedhu birrii koon mitii
Ani warra kootu mana naaf ijaaree
Abbaate Abbaate
Jal'oota nurraa qabi waaq🤲🤲🤲🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Ushumaa jetee ree at
Dhugaa dhaa qali kenyaa ❤❤❤❤❤❤
Dhugaa Kee jetee saree Koo Wagga 10000 jiradhuu dhiraa jechuun saree jechudhaa
Qalbii hin qabduu gorsaa hin fudhaatu ishee balleesa qaba maliif jala kuftii akka waa dhiirii isaa malee hin jireeti
kophaa ofii jirachuu wayyaa barraa knaa kanaa kesatuu abbaa manaa ofii amanun ni ulfataa 😭😭😭😭😭😭😭
anu gubadhee otuu wadaa kiyyaa naraa busee naraa badee taee anu gadii bayee hin dubanee malee gubadhee jiraa uuuufff😢😢😢😢😢😢
Uuufffii 🥹 💔🙅💘Dhugaa ani keessa darberaa Galata waaqayyoo kaan bodaa hin gowmuu💪 Galatoomi fayyoo ❤❤❤
Ani hin qabus hiqaqabadhusi dhugaa 😢😢❤❤ fayyoo nati toltaa barr
Lubbuu Tiyyaa Wayyee Seenaa Mucayoo Mitti Kan Ayyuu Sun Naa Kofachiste Dhugaa Rabbi 😂😂😂❤❤❤❤❤
Dhugaadha eebbifami ❤❤
Dhugadha 😢😢😢anayyuu na mudateera uuuuuuf
😂😂😂😂😂 hasaa Kee Namaa kofisisaa😅
Dhugaa waan attii ijoolee gorsittu kuni ossoo gorisaa ta'ef kani kee kanani fayyadamuu dhugaa garuu shammarran keenyaa guraa qaban fayyoo koo osso kana arganii achii yoo deebi'aan waan birraa hojaattu
Dhirrii jechuun ashaboo jechuu dandeesaa yoo fedhee nyataa mi'esaa yoo jedhe hadhesaa of egadhaa sirrittii
Qabenyi na dhufa wolhi ❤❤❤❤galatomi
Dhugaa keedha Anuu gubaadhee😢😢😢😢
Wayyo wayyoo ayiiii alagaa ayiiii😢😢😢akkam nuuf wayya
Intalaa kana bagaa hojii ishetuu itin bahee ani ijolumaa kotii qabee wajiin gudadhee isheen balagedha hin tatuu kanafuu ishee nyatee
Fayo ♥️♥️♥️ebifami gorsa ke🙏🙏🙏🙏🙏
Fayyoo ijollee kenyaa hin dhaganii yoo birii ergitanii waraqaa ittiin erigitanii ykn risitaa hin gatinaa akkotii isaa walinii kunii jiranii seeraanii gafatuu dhiratii birii hin kenninaa maatii keessanii kennaa dhirtii afaanii mifatanii isaan bofaa marigaa keessatii waqaa dhugaa
Eebbifamii qaalii kenyaa mee Anaf mal naf dhamta online irra wal baree galii nan jedha Ga,ela godhanne debita nan jedha ❤❤❤❤
warrii ittii dhihataan micayoo gorsaa maloo jalalii ni ulfataa otoo jalatee gorse debisaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😱
Eshin matii kessa obolessa dhabde abban eshii hidhaa jiraa malee rakko mucaa hin qabduu😢
Dhugadhaa. Qali meqatuu jiraa samuu dhabee jiraa waqayoo nuhaa eguu
Nufi jiradhu dhugaa dha qosii kee bareedduu ko ❤❤❤❤❤❤
Abet garaadhuma na geesse har'a immo gorsikee dhugaa❤❤
Dhugaa,❤❤❤❤❤
Anile akkasuma na caqacaqa ture garu zimi jedhi tadh,ii jedhe biri 40,000 hamma galutii fayyadammi jedheni Ani matikofi eriga ture garu ini malfi eriggita jedhaa halgani halagumaa garu matinikomoo Otto Ani hin bekkini jaffa na bittani dhuga
Obsa yaa kennuf ishin hojete ni argatii kan dubartii bira tahe itti hasawu hamilee ishee cabsee💔💔💔💔😭😭😭😭
Uuuuff waqayyoo nu Haa garagaruu bayee ulfataa wayeen gaela kun😢😢
iyaasuusii koo nuu olchii abbaa koo goftaa dhiraa akkan iraa annaa olchii🤲🤲🤲🤲
Ammiiiiiiiiiin
Dhugaa keeti lubbu koo ❤❤❤❤❤❤
Atisi baga jirate lubuu❤
👍👍👍👍👍👍👍
Waaqaj dhugaa jetee osollee fakkati😢
Galatoomii baredukooo dhugaa keetii ❤❤❤
Fayoo.bareduu.koo.gorsii.kee.bayee.namaati.tolaa.❤❤❤❤😢😢😢
Dhiiraa saareedhaa 😢😢😢
Fayoo ani refaan dhufaa iddo osolee sanatti garaa naa dhukkube xuxoo😂😂😂😂😂😂😂
Ani akanuma na godhu yale garuu mati cimaa qabaa rarasan ira na fudhani alhamdullah dhugaa rabii dhirumanu hin jirtuu bara kana
Kan kiyaas osoo samana naraa qabuu fudhee birii naraa nyachaa turee ani miskini omaa hin bekuu Abbaa mucaa kotii jedheen amanaa turee 😢😢
Maaluma dhageenya ilmokeh hadhoko akkam godha😢
Hergaa. Manaa ijaree maa eregiti kana. Malatuu si gubee jenan. Abidaa jedhee. Kanhoo. Jenan. Abidaa jedhee kanaa aragitee. Kanatii maa debitee jedhee wagaa 1. Eregitee 2 maa eregitii. Qalabii. Ishitii
👍👍👍👍👍👍👍👍👍♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Baga isheeti intalumatuu baalageedha mee nama akkana akkamitti jaallatu salphoo guddisa baddedha.osoo kabaja qabaatte yoo dhisees akkas faana hin taatuyyu.
Yarabii atii nuu basii 😢😢😢
Baga isheen Abba mana ergga duriyee ta.ee bettii sila
😢😢😢😢❤❤❤ hayiii malii tateee
Kana akkaa kophaa ofii essaaa jiraa 😢😢😢
Dhugaa keetii lubbuu
Dhugaa wajin jiratu jedhe hinyane ani silumayu😮😮😮
Qarshii itti erguu baleesitee ani abba manako muca toko waliin qabnaa garuu qarshii itii hin ergu bakka rakkatetii Nan fargaraa kuun dirqamakotii garuu hundaa itii erguun walaluumadha
Uuuuuuuuu bayee keessaa namaa guubaa dhugaa waaqayyoo nuuraaa ha kasuuu jechuudhaa
Anii kanan jedhuu shabarranumaattiin murteessaa malumaaf goyyomuu kallii wallii
Mamadoonìi oromiyyaa argaa isanii😢😢😢
Dubaritoni kenyi ofuma ofiti hasahuu😢 jalali qixedhaa
Dhiraa jechuuni haxee dha Argaa isani 😢
mucaayyoo amaala qabdu waqayoo ishee yaadatu
Ottuun ishee ta.ee biyyaa galeen mucaa kana akkaa ta.ee godhaa inii enyuu jalalaa jechuu qixeedhaa malee garbumaadhamoo shamarafaa of hin tufachisanaa dhiraa
Sababaa Kanaa Abaani koo biyaa dubai iraa galee osoo isatii hin dabalami biyaa ormati naa debise Abaani koo Kadhiimaa ko
Fayyoo aniis waggaa 4 .berut hojaadheen dhabee .Abbaa manaa kotii jedheen birii ittii ergaa turee. Boddaa yoon galuu umtuun jiruu.Uffaataa koo Achiitii dhiseen debii.ee dubai dhufee hojaataa jiraa .kunoo kessaa darbee
Gorsii.kee gaarumaa ta'ee osoo jiruu.qarshii itti erguun.maaf barbaachisee garuu
😭😭😭💔💔
❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢
Maloo bayee namaa gadisaa waqayoo obasaa nuu haa kenuu
Dhugaa keetii wly ❤🎉🎉
Fayyoo hin taxation ganaa gubbatiii hin genyee dhugaa.malif settee betaa macafaa qulqulluu salphofteee turtee
wayii wayoo xuxoo jetee😁😁😁😁❤️❤️❤️
Lafiichi maqaa enyuun bitamee Fayyoo?
Wayo Anire akkaasuma rakadhe kode too 😢😢😢
Galata waqaa ani kesan jiruu kofa galetidha 😢😢
😭😭ayi dhira sare😥😥😥
😃😃😃😃😃😃😃
Wangelaa kukutee ammayuu ganaa bosii bagaa saree kanaa
Wallahi Anuu wagaa 8 Gahee isumaa naa lakafee 😭😭😭😭
@@MaliyaaArsii-vi1ud
🥲🥲🥲🥲😍
Dubbin kee nama kolfiisisaa garuu yoo hubatani nama fayyada galatomii haadhookoo😢😅