Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
The future of this podcast is bright..save my word
Kun waan ani barootaaf yaadaa turedha, Podcast Afaan Oromoon sanuu namoota jaalatamoon. Waan addaati keep it up 🎉
Podcast afaan oromoo jabefamuu qaba, jarraa bayyee sii jallanna❤️❤️
Jabaadha Hojii Qulqulina Sagalee fi Video qabu akkasi qabatani dhufu kessan akka Oromoti waan jalqabadha baayee jallane Itti fufa
Warri Maree podcast hedduu namatti toltuu,akkaataan isin itti dhiyeessitan hedduu nama hawwataa.Kana caalaatti namoota diinagdee,siyaasa,hawwaasummaa akkasumas artii keessa jiran nuuf affeertani akka barumsa irraa argannu amana.''Marii'ataan gowwaa hin qabu''Jabaadhaa!!
I saw it for the first time as Oromo Amazing Podcast Good Sound and Video, and it is beautiful, high-quality work. Keep it up.
Jabadha bayye nutti toleera 🎉
Ishoo qaxalewwan jabaadhaa
jaarraa ko baayyee dandeessa n lv u❤
Waaqoo dhiyessaa yeroo itti aaanu
podcast afan oromo akkasitti hin jiru; kanaafiyyuu jabaattanii yoo hojjettani nama baayyee fayyaddu; isinittis gammadaa jirra.
Baayyee namatti toltu dhugaa!
Jajabaadha ijoollee keenya , waan gaaridhaan dhiyaachaa jirtu, itti fufaa .......baay'ee isin jaalanna🥰🥰........... Tiyyaadhan ammoo gaafa Hirkoo waliin cidha godhattan cidha keessan nundhoksinaa🥰😂🥰😂🥰😂......... cidha karoora abjuu keessaa😂😂😂
Good job 👍
Wow! Baay'ee namatti tola! Big love for Jaarraa! Nama cimaa dha! Akkas fiddaanii af-gaaffii gochuufii keessaniif galatoomaa! Jabaadhaa isinis! Jalqabbii gaariidha! Eebbifamaa!!
Keep it up guys ......we are going to follow you and become family......we all need Good podcasts as oromoo people.......JABAADHA
Keep going guys...We love it bro MSK😍
Jabaadha waan gaarii eegaltan.Haasan Jaarra damma
Woow Podcast Afaan Oromoo Baga qabattanii dhuftan. Isin jaalanna. itti fufaa!!
Waan baay'ee namatti toluudha.Jaabadhaa👏
Jabaadhaa!Yeroo itti aanuu Waaqoo dhiyeessaamee Please!Isiniifillee maatii horachuuf baayyee isin gargaara!
Galatoma obboloota koo waa'een ijoollee kun baay'ee yaadeessa😢😢 barumsaa guddaadha!
wow keep it up guys!
Please be consistent and disciplined ❤❤❤
Namatti tola jabaadhaa hojii gaariidha
Mucaa kuni Afaan oromoo bekka hin senne barii maqa isasi namati tola Afan oromotins kotuu qaxaalee muca ❤❤😂
Yes dhugaa dha
jabaadha bro good job!
Itti fuftu yoo ta'e yaada baayyee gaariidha please itti fufaa🙏
ጃራ ቅመም, ኑረለኝ. አድናቂህ ነኝ.
Baayye bareedadha jabaadha
Great podcast❤ . Amazing job.
Jabadhaa podcast namattii toludha! 🥰🥰🥰
Well done 👏
podcasti afaan oromo ❤❤❤
❤ jabadhaaga adda hin kutinaa akka warra kanii
Amazing time
Wow jabaadhaa ❤❤
Tsede podcast
Jabaadha.❤
Wow 👌👌👌
Namoota akka jara maaluma ofii sirriti beekan dhiyyeessu keessan caalaa waanti nama hawwachiisu hin jiru.
Waantan kan namaa ilaalee hinaafu jalqabuu keessaniif bayyee Galatoomaa Jabbeessa Itti fuufaa
Hojii barreda jalqabdan Jabaadha Oromo bifa Production quality qabun jalqbus baayee jallane jabaadha sin faana jira
jabaadha👏
Podcast Ajaa'ibaa❤ W Jaarraa ❤❤
Guyyaa 2 gad lakkistanii hin badinaa male waan gaarii eegaltan
🙌🏾🙌🏾🙌🏾
🫡
Jaraa ❤
Nuuf jabaadhaa
Jabaadha bareedadha, baayye jalladhera, audio latency check godha me xinnoshe video waliin hin deemu.Isin jallannerra.
🙌🙌🙌🙌
Well come!
very good
Jabaadhaa ijoo
Keep it up!
video short hin bay'isina
Wow jaraa❤
Jara ❤❤❤❤
Jabaadhaa
Promote your podcast more
👌🏽👌🏽👌🏽🔥🔥🔥
Ne diyosay chho loesi(በወላይትኛ)አንተ ያለህበት ዝምብሎ ይመቸኛል
Tiiktaakii 😆😅🤣
አይ ጃራ
Jarra irra jalqbdanii , cimaa keessantu jira
Afaan Oromoo ni beekaa Jaarraan duruu?
Rapperumaa itti kakaastanii Rapper gootaniinii
Jara doesn’t speak Afan Oromo; he teaches you how to speak it 😝
Jara
Dhiifama!Shoot keessan sirreeffadhaa!Nama ogummaa qabu waliin walii galtee mallatteessaa!Camera man ajaaibaa waliin hojjechuu qabduKan ammaa kun dhiifama waliin 40%dha Shoot n
Why Maal ta'e
@EbaDiriba1 podcast warra adii ilaali! Rakkoo studio location tauus dandaha
@@QanoTube1 Kan warra adii maal goota nutoo gurraacha
Af gaaffii baay'ee namatti toluudha. Subscribe gochuudhaan haa tumsinu.
Jara❤❤❤❤
The future of this podcast is bright..save my word
Kun waan ani barootaaf yaadaa turedha, Podcast Afaan Oromoon sanuu namoota jaalatamoon. Waan addaati keep it up 🎉
Podcast afaan oromoo jabefamuu qaba, jarraa bayyee sii jallanna❤️❤️
Jabaadha Hojii Qulqulina Sagalee fi Video qabu akkasi qabatani dhufu kessan akka Oromoti waan jalqabadha baayee jallane Itti fufa
Warri Maree podcast hedduu namatti toltuu,akkaataan isin itti dhiyeessitan hedduu nama hawwataa.Kana caalaatti namoota diinagdee,siyaasa,hawwaasummaa akkasumas artii keessa jiran nuuf affeertani akka barumsa irraa argannu amana.
''Marii'ataan gowwaa hin qabu''
Jabaadhaa!!
I saw it for the first time as Oromo Amazing Podcast Good Sound and Video, and it is beautiful, high-quality work. Keep it up.
Jabadha bayye nutti toleera
🎉
Ishoo qaxalewwan jabaadhaa
jaarraa ko baayyee dandeessa n lv u❤
Waaqoo dhiyessaa yeroo itti aaanu
podcast afan oromo akkasitti hin jiru; kanaafiyyuu jabaattanii yoo hojjettani nama baayyee fayyaddu; isinittis gammadaa jirra.
Baayyee namatti toltu dhugaa!
Jajabaadha ijoollee keenya , waan gaaridhaan dhiyaachaa jirtu, itti fufaa .......baay'ee isin jaalanna🥰🥰........... Tiyyaadhan ammoo gaafa Hirkoo waliin cidha godhattan cidha keessan nundhoksinaa🥰😂🥰😂🥰😂......... cidha karoora abjuu keessaa😂😂😂
Good job 👍
Wow! Baay'ee namatti tola! Big love for Jaarraa! Nama cimaa dha! Akkas fiddaanii af-gaaffii gochuufii keessaniif galatoomaa! Jabaadhaa isinis! Jalqabbii gaariidha! Eebbifamaa!!
Keep it up guys ......we are going to follow you and become family......we all need Good podcasts as oromoo people.......JABAADHA
Keep going guys...
We love it bro MSK😍
Jabaadha waan gaarii eegaltan.
Haasan Jaarra damma
Woow Podcast Afaan Oromoo Baga qabattanii dhuftan.
Isin jaalanna. itti fufaa!!
Waan baay'ee namatti toluudha.Jaabadhaa👏
Jabaadhaa!
Yeroo itti aanuu Waaqoo dhiyeessaamee Please!
Isiniifillee maatii horachuuf baayyee isin gargaara!
Galatoma obboloota koo waa'een ijoollee kun baay'ee yaadeessa😢😢 barumsaa guddaadha!
wow keep it up guys!
Please be consistent and disciplined ❤❤❤
Namatti tola jabaadhaa hojii gaariidha
Mucaa kuni Afaan oromoo bekka hin senne barii maqa isasi namati tola Afan oromotins kotuu qaxaalee muca ❤❤😂
Yes dhugaa dha
jabaadha bro good job!
Itti fuftu yoo ta'e yaada baayyee gaariidha please itti fufaa🙏
ጃራ ቅመም, ኑረለኝ. አድናቂህ ነኝ.
Baayye bareedadha jabaadha
Great podcast❤ . Amazing job.
Jabadhaa podcast namattii toludha! 🥰🥰🥰
Well done 👏
podcasti afaan oromo ❤❤❤
❤ jabadhaaga adda hin kutinaa akka warra kanii
Amazing time
Wow jabaadhaa ❤❤
Tsede podcast
Jabaadha.❤
Wow 👌👌👌
Namoota akka jara maaluma ofii sirriti beekan dhiyyeessu keessan caalaa waanti nama hawwachiisu hin jiru.
Waantan kan namaa ilaalee hinaafu jalqabuu keessaniif bayyee Galatoomaa Jabbeessa Itti fuufaa
Hojii barreda jalqabdan Jabaadha Oromo bifa Production quality qabun jalqbus baayee jallane jabaadha sin faana jira
jabaadha👏
Podcast Ajaa'ibaa❤ W Jaarraa ❤❤
Guyyaa 2 gad lakkistanii hin badinaa male waan gaarii eegaltan
🙌🏾🙌🏾🙌🏾
🫡
Jaraa ❤
Nuuf jabaadhaa
Jabaadha bareedadha, baayye jalladhera, audio latency check godha me xinnoshe video waliin hin deemu.
Isin jallannerra.
🙌🙌🙌🙌
Well come!
very good
Jabaadhaa ijoo
Keep it up!
video short hin bay'isina
Wow jaraa❤
Jara ❤❤❤❤
Jabaadhaa
Promote your podcast more
👌🏽👌🏽👌🏽🔥🔥🔥
Ne diyosay chho loesi(በወላይትኛ)
አንተ ያለህበት ዝምብሎ ይመቸኛል
Tiiktaakii 😆😅🤣
አይ ጃራ
Jarra irra jalqbdanii , cimaa keessantu jira
Afaan Oromoo ni beekaa Jaarraan duruu?
Rapperumaa itti kakaastanii Rapper gootaniinii
Jara doesn’t speak Afan Oromo; he teaches you how to speak it 😝
Jara
Dhiifama!
Shoot keessan sirreeffadhaa!
Nama ogummaa qabu waliin walii galtee mallatteessaa!
Camera man ajaaibaa waliin hojjechuu qabdu
Kan ammaa kun dhiifama waliin 40%dha Shoot n