Far Pas Abaataa Gammachuu #1, 1988, Yaa Waaqa Koo Walaloo Isaa Waliin
HTML-код
- Опубликовано: 5 янв 2025
- Yaa Waaqakoo, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Har’as borus , Galanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Qaqaa uffadhee, Dirriba koo tarsaasee,
Daaraa afadhee Imimmaankoo ol facasee
Waanan si gafadhe hundaa argadheeraa,
Wareegnikoo naa guutee gammadeeraa
Yaa Waaqakoo, Gaalanni siif haa ta’uu,
Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Mootichakoo, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Baabiloonii karra Arxeesisirra ta’ee, rifeensa mataakoo ofirraa haadee
Otoon boo’uu kan hin yaadne naa yaaddee,
Gooftummaadhaaf mootummaaf na baarbaaddee
Yaa Waaqakoo, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Dachaa dachaan, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Elzaabelin sodaadhee biyya ba’ee
Yaa Waaq na fudhuu kanarraa na ga’ee
Jedheen turee muka itachaatti irkadhee
Du’ee hin bannee diina koo injifadhee
Yaa Waaqakoo, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Bara baraan, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Nawaaraana na ciniina nan’aadaa
Qoricha barbaachaaf gammoojjiif baddaa
Akka saree kajeeltuu osoon jooruuu
Na argatee Iyyesuus nama hin kooruu
Yaa Waaqakoo, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Dachaa dachaan, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
Bara baraan, Gaalanni siif haa ta’uu, Ulfinni siif haa ta’uu, Guddinni siif haa ta’uu
• Far Pas Abaataa Gamm...